Dawaa Qalbii
9.06K subscribers
2.08K photos
37 videos
39 files
2.8K links
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓

@Rabbiiftai
Download Telegram
Forwarded from Faana beekumsaa (Kaayyoo Koo)
Dubartoota 10 kan Rabbiin abaaree rahmata isaa irraa isaan fageesse kan Ñabiin { ﷺ} Salallahu Aleyi wasalam nuuf himan

Rabbiin ol ta'e nama tokko yoo jaalate jibriilitti hima ani nama kana nin jaaladha jedhe jibriil{A.S} jaalala isaa san malaykoota samii keessatti lallabee Rabbiin abaluun ni jaalata isinis jaaladhaa jedhaan, nama rabbiin jaalate isaanis ni jaalatu

Nama tokko yoo Rabbiin jibbes jibriil(A.S) malaykoota gaaraatti lallabee nama kana rabbiitu jibbee isinis jibbaa jedhaan isaanis ni jibbu😢

Dubartoonni Rabbiin abaaree rahmata isaa irraa isaan fageesse isaan kana

1.Dubartii qaama ishee bareechisuuf jecha qaama ishee tumattuu fi tan tumtuu Fkn Niqqisaat isa jedhan fa'aa (Warra uumaa rabbii jijjiraan).

2.Dubartii nyaara haadduu fi tan haaddattu.

3.Dubartii bareeduma barbaaduuf jecha ilkaan tumattuu fi tan tumtu.

4.Dubartii rifeensa alaa fiddee ofitti qaxxaltu fi tan itti qaxxalattu《 Wiigii isa jedhamu sani》.

5.Dubartii yeroo Abbaan manaa ishee hirribaaf gara sireeti waame diddu.

6.Dubartii dhiiratti fakkaattu. Surree godhattee dhiiraa wojjin ooluu fa’aa

7.Dubartii qabrii ziyaartu.

8.Dubartii yeroo namni du'e suuraa nama sanii qabattee boochiftu.

9.Dubartii rifeensa mataa ishee akka dalluu gaalaatti ol dhaabdee hiitu.

10.Dubartii uffata qaama ishii mul'isu uffattee ummata keessa ooltu.

Hubadhaa.. kun Jecha kootii miti jecha Nabi Muhammad Salallahu Aleyi wasalam isaanis ofirraa fuudhanii hin dubbatan waan Rabbiin Ajaje qofa nutti geessan ykn nu dhaqabsiisan Nutis insha'allah Akkanumatti dhalootaaf daddabarsaa deemnaa! !

Wantoota kurnan kana keessaa tokko keessatti yoo Argamnee irraa deebi’uun keenya dirqama!

Mee oboleewwan islaamaa akka daawwitiitti keesatti of haa ilaallu irraa haa barannu! Namni tokko akka baratu yoo feete share godhii jazaa rabbirratti herreegadhu

Yaa rabbii rahmata kee irraa nu hin fageessin.

Youtube👇
https://www.youtube.com/channel/UCTFiNAQOHXblA19rrpUi_8A

Telegram👇
@Gaaddisa_dhugaa
@Bashashaa
@B_islaamummaa

T.me/gaaddisa_dhugaa
Forwarded from Deleted Account
ODUU GAMMACHIISAA
___________________

As wr wb oduu gammachiisaa
Hadha galgala 1:00 Irratti sagantaa Gaaffii fi deebii waan qabnuuf irratti hirmaadhaa Abbaa badhaasaa ta'aa

Galmaahuuf ykn irratti hirmaachuuf 👇👇 tuqaaa

Carraq gaarii🌹
Forwarded from Kena
🙏Yaa rabbi Yaa rabbi

Yaa kaashifa ddurri

Atii nurraa kaasii

Yaa mootii ol tahee

Dhukkuba koronaa

Kan aalama wal gahee

Qalbiin Aamiiiiiiiiiiiiiin👇
⤵️Jedhaa⤵️
As wr wb
Chanali kana irratti kitaaboba gara gara kan Afaanota biraa irraa A/Oromootti hiikame isiniif dhiheessin join shere waliif godhaa

👇👇👇👇
https://t.me/joinchat/AAAAAFP0myWjOZpYwoW5CA

@kuusaa_kitaabaa
@kuusaa_kitaabaa
@kuusaa_kitaabaa
Hogganaan paartii mormituu Maalaawii filannoo pireezdaantummaa injifate
Dawaa Qalbii
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
https://t.me/Sammaan
Forwarded from Soor-qalbii͙ ᴬᶠᵃᵃᶰ ᴼʳᵒᵐᵒᵒ (👑Lij Iyyasuu👑 Neng)
#Ani_nama!

dubbachuu koon dura
dubbiin alalfadhaa
uumama waaqayyoo
hundan mararfadhaa

hamaa namaan fedhu
ergan dhaladheetii
kan koo qofan jedhu
lakki kiyya keetii

bifaan adda qoodee
gurraachaafi adii
kuni isa olii
kunimmoo kan gadii
hin jedhu tasumaa
naaf hunduu wol qixaa
bakka dheeraan seene
gabaabaan ni lixaa!

gamana faarfadhee
hin arrabsu gama!
maaliif yoo naan jettan
because ani nama!

Asirraa argattu....

✯┄┅┅✿❀♥️❀✿┅┅┄✯
http://t.me/kuusaa_walaloo1
Forwarded from ͙͙Foormulɑɑ Jireenyɑɑ 🇵🇸 (👑Lij Iyyasuu👑 Neng)
Join godhaa irraa baradhaa
👇👇👇
https://telegram.me/Hamiltan_tv_Hamilee_Ummataa
Forwarded from Faana beekumsaa (Islam new hiwote)
Wolaloo baayyee namatti tolu daawwadhaa like share subscribe gochuu hin dagatinaa👇👇❤️👇
https://youtu.be/sHluKXhJHoo
https://youtu.be/sHluKXhJHoo
https://youtu.be/sHluKXhJHoo
Forwarded from Deleted Account
Daarektarri Olaanaa OMN Fi xinxala siyaasaa Obboo Jawaar Mohammad channel banatanii jiraani kanaaf gama telegramitiniis yaada isaan dabarfachuuf Dhufanii ana dhufu jennan channeli isaa kana #Join godhaa
As wr wb kabajamtoota jaalatamtoota Miseensota faawundeeshinii Tokkummaaf qorannoo Islaamaa Torban Diida'a akkuma beekkamu yeroo dhiyoo as sababa koronaatin barattoonni gara maatii waan deebianiif haalli sochii jijjiirameera kun akkuma jirutti tahe haala dandeenyeen hojiilee keenna jama'a akka hojjannuu jechuun ergaa Ftqi 7'nDiida'aatii
Forwarded from Faana beekumsaa (Kaayyoo Koo)
ODUU GAMMACHIISAA

Abbootii chaaneelii hundaaf
Akkasumas namoota Hordoftoota chaanelii keessanii baayyifachuu barbaadu hundaaf promotionii haala miidhagaa ta'een hojjetamee miseensa (memberii) keessan kan isiniif baayyisu namni barbaaddan haala miseensa keessanii irratti hundaa'uun liinkii armaan gadiitiin nuqunnamuu dandeessu👇👇

Chaanelii miseensa 100 fi 300 gidduu jiru gara miseensa 1,000k tti Ol Guddisuuf 👇
@Islamnew_hiwote

Chaanelii miseensa 1,000k fi 5,000k gidduu jiru gara miseensa 7,000k tti ol guddisuuf 👇
@kaayyoo_koo

Chaanelii miseensa 10,000k qabu gara miseensa 15,000k tti ol guddisuuf 👉 @ibnul_islaam

Chaanelii miseensa 15,000k qabu gara 20,000k tti ol guddisuuf👇
@ibnul_islaam
Forwarded from Deleted Account
ODUU GAMMACHIISAA
___________________

As wr wb oduu gammachiisaa
Hadha galgala 1:00 Irratti sagantaa Gaaffii fi deebii waan qabnuuf irratti hirmaadhaa Abbaa badhaasaa ta'aa

Galmaahuuf ykn irratti hirmaachuuf 👇👇 tuqaaa

Carraq gaarii🌹
Forwarded from Midu_love_bot
ODUU GAMMACHIISAA

Abbootii chaaneelii hundaaf
Akkasumas namoota Hordoftoota chaanelii keessanii baayyifachuu barbaadu hundaaf promotionii haala miidhagaa ta'een hojjetamee miseensa (memberii) keessan kan isiniif baayyisu namni barbaaddan haala miseensa keessanii irratti hundaa'uun liinkii armaan gadiitiin nuqunnamuu dandeessu👇👇

Chaanelii miseensa 100 fi 300 gidduu jiru gara miseensa 1,000k tti Ol Guddisuuf 👇
@IMRANABSLM

Chaanelii miseensa 1,000k fi 5,000k gidduu jiru gara miseensa 7,000k tti ol guddisuuf 👇
@ABDETUOR

Chaanelii miseensa 10,000k qabu gara miseensa 15,000k tti ol guddisuuf 👉 @ABDETUOR