Dawaa Qalbii
9.06K subscribers
2.08K photos
37 videos
39 files
2.8K links
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓

@Rabbiiftai
Download Telegram
Ajaa'iba Qurxummii
🦈🦈🦈🦈🦈🦈
➦Qurxummiin Wantoota addunyaa kanarraa ulfaatina guddaa qaban keessaa tokko.
➦Qurxummiin magaalli dheerinni isaa meetira 33 ni caala.
➦Ulfaatinni isaa toonii 175,tooniin tokko kuntaala meeqa?
➦Ulfaatinni Arraba isaa qofti toonii 3 madaala jedhan.
➦dhahannaan onnee waan tokkoo hanga guddinni isaa dabalaa deemuun xiqqaataa deema.
➦Lafeen isaa qofti toonii 20 madaala.
➦Ulfaatinni Ilmoo isaa ulfaatinna ilmoolee bineensota hundaa ni caala.
Ilmoon tokko yeroo dhalatu ulfaatinni isaa toonii lama madaala.
➦Ilmoon qurxummii dhalatee waggaa tokkotti haadha isaatti qixxaata.
➦Dhugamatti maaltu qurxummii akkanatti guddise?
ulfaatinni isaa dachaa 25 Arba caala jedhan.?
#Itti_fufa...

Youtube keenya? argachuuf👇
https://www.youtube.com/channel/UCTFiNAQOHXblA19rrpUi_8A

Share godhaa👇👇👇👇
@Gaaddisa_dhugaa
@Bashashaa
@b_islaamummaa
Forwarded from Faana beekumsaa (Ibnul Islam)
Assalaamu'aleykum worahmatullaahi wobarakaatu obboleewwan muslimaa hundi keessan dhimma kana irratti hirmaadhaa youtube n tokko hojii jalqabuuf namoonni 1,000 (kumni tokko) Subscribe gochuu barbaachisa garuu nuti miidiyaa ummata muslimaa tajaajilu Subscribe gochuuf nutti ulfaata? Garuu maaliifi jedhaa itti yaadaa Osoo miidiyaa waa'ee amantii keenyaatiin wol faallessu ta'ee namoonni meeqa subscribe akka godhu beektu Silaa kan dursuu qabu dhimma amantii keenyaati Nuti ergaa isiniif dabarsuuf dursa gargaarsa rabbii barbaanna itti aansuun gargaarsa keessan barbaanna kanaafuu nutu wol gargaara nutu woliif tumsa Subscribe godhaa haamilee nuuf ta'aa nu jajjabeessaa liinkii gadii kana tuquun subscribe nuuf godhaa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://www.youtube.com/channel/UCTFiNAQOHXblA19rrpUi_8A

Wolaloo gabaabduu armaan gadii kanas dhaggeefadhaa waan baayyee irraa baradhaa👇👇👇
https://youtu.be/sHluKXhJHoo
Assalaamu'aleykum worahmatullaahi wobarakaatu obboleewwan muslimaa hundi keessan dhimma kana irratti hirmaadhaa youtube n tokko hojii jalqabuuf namoonni 1,000 (kumni tokko) Subscribe gochuu barbaachisa garuu nuti miidiyaa ummata muslimaa tajaajilu Subscribe gochuuf nutti ulfaata? Garuu maaliifi jedhaa itti yaadaa Osoo miidiyaa waa'ee amantii keenyaatiin wol faallessu ta'ee namoonni meeqa subscribe akka godhu beektu Silaa kan dursuu qabu dhimma amantii keenyaati Nuti ergaa isiniif dabarsuuf dursa gargaarsa rabbii barbaanna itti aansuun gargaarsa keessan barbaanna kanaafuu nutu wol gargaara nutu woliif tumsa Subscribe godhaa haamilee nuuf ta'aa nu jajjabeessaa liinkii gadii kana tuquun subscribe nuuf godhaa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://www.youtube.com/channel/UCTFiNAQOHXblA19rrpUi_8A

Wolaloo gabaabduu armaan gadii kanas dhaggeefadhaa waan baayyee irraa baradhaa👇👇👇
https://youtu.be/sHluKXhJHoo
Forwarded from Gaddisa_dhuga
ODUU ARIIFACHIISAA

Namoonni telegramii fayyadamtan hundi keessan nageenya mobaayila keessanii eeguuf veiw gochuu qabdu VEIW gochuuf VEIW kan jedhu ammuma tuqaa
Forwarded from KENNAA (Abdii Biyyaa)
B A R N O O T A S A L A A T A A
𝓫𝔂 𝓐𝓫𝓭𝓾𝓵𝓪𝔃𝓲𝔃 𝓐𝓱𝓶𝓮𝓭𝓭𝓲𝓲𝓷

Kutaa 2ffaa
W U D U ' A
👉Shuruuxa(Ulaagaalee) Wudu'aa
Namni salaataaf wadda'atuuf deemu tokko jalqaba ulaagaalee wudu'aa kurnan(10) armaan gadii guuttachuu qaba.
A, Islaamummaa, ( islaamummaa qabaachuu)
B, Al aqli, (sammuun nagaa ta'uu)
C, Attamayizu, (Umriin gahuu)
D, Niyyaa, (Wudu'aaf niyyachuu, dalagaan namaa niyyaadhaan fayyaa ta'a)
E, Kutuuf niyyachuu dhabuu(yoo wanti tokko uumame wudu'a dhiiseen deema akka jechuuti)
F, Istanja(erga boolii baanee booda bishaaniin of qululleessuu) fi istajmara(dhagaadhaan of qulqulleessuu).
G, Bishaan fi meeshaan isaa qulqulluu(bishaan Nuri ittiin wada'annu fi meeshaan ittiin bishaan naqannus xahaara ta'uu)
H, Halaal tahuu bishaanichi,
I, Waan bishaan akka qaamatti hin seenne taasisu ofirraa kaasuu(hamartii, sa'aatii, qalama qeensaa,....kkfk)
J, yeroon salaataa gahuu, nama rakkoo fayyaa qabuuf (Rakkoo fincaan qabachuu dadhabuu)

DIRQAMOOTA WUDU'AA
◇◇◇◇◇◇◇◇◇◇◇◇◇
1,Fuula dhiqachuu(lulluuqqii fi funyaan bishaaniin qulqulleeffachuu wajjiin)
2, Haraka lamaan ciqilee wajjiin dhiqachuu
3, Mataa ;gurra wajjiin haxaawuu
4, Miila lamaan koomee wajjiin dhiqachuu
5, Walduraaduuba( tartiiba) isaa eeggachuu
6, Wudu'ichi guutuu tahuu
👉Waajiba Wudu'aa👉Bismillah(Maqaa Rabbiitiin jalqaba) jechuu!!!

Wantoota wudu'a diigan
◇Wantoonni wudu'a keenya nu jalaa diiguu dandahan saddeeti(8)
Isaanis👇
1, Qaawa lamaaniin waan bahu
2, Waan fokkotaa qaama namaa irraa bahan
Fkn ◇dhiiga Humnaa olii
◇Funuuna guddaa
◇ Haqqee
3, Yoo tasa of wallaale (dhukkubni gaggabdoo yoo nama qabe)
4, Dubartii(haadha mana ofii tuquu fedhiidhaan) dubartii ajnaba xuquun silumaa haraama!
5, Qaama saalaa namaa tuquu (Kamiyyuu haa tahu)
6, Foon Gaalaa nyaachuu
7, Du'aa dhiquu? (Tarii yeroo sanatti qaama saalaa du'aa sanaas dhiquuf jecha waan tuquuf)
8, Islaamummaa irraa deebi'uu(Rabbiin nuhaa tiksu)
Ergaa barnoota guddaa qabu kana firaa fi hiriyyoota keessaniif share/forward gochuun ajrii dalagadhaa!!!
Barnoota babbareedaa akkasii argachuuf chaanaalii keenya @Kennaapost join godhaa!!
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
@Kennaapost @Kennaapost
T.me/Kennaapost
Forwarded from Qualitymovbot
Rasuula irratti (Sallallaahu aleeyhi wasallam) Nagayaa fi Rahmata guyyaa Jumu'aa buusuun irra caalaa guyyaa hafaniiti. Hankan isii (kamisni halkan) irra caaltuu halkaniiti. Rasuulli Sallallaahu aleeyhi wasallam akkana jedhan: "Irra caalaan guyyaa keessanii guyyaa Jumu'aati, Isii keessa Nagayaa fi Rahmatarraa narratti buusuu baay'isaa."
Kanaafuu rahmata irratti buusuu haa baayyifnu sallalaahu aleyhi wosalam
الصلاة علی النبي ﷺ يوم الجمعة أفضل من بقية الأيام،وليلتها أفضل الليالي، قال رسول الله ﷺ: (إن من أفضل أيامکم يوم الجمعة فأکثروا علي من الصلاة فيه)
Forwarded from BABA TRAVEL AGENT ✈️
Forwarded from Deleted Account
ODUU GAMMACHIISAA
___________________

As wr wb oduu gammachiisaa
Hadha galgala 1:00 Irratti sagantaa Gaaffii fi deebii waan qabnuuf irratti hirmaadhaa Abbaa badhaasaa ta'aa


Galmaahuuf ykn irratti hirmaachuuf 👇👇 tuqaaa

Carraq gaarii🌹
Forwarded from Faana beekumsaa (Kaayyoo Koo)
♻️Rassulli Rabbii ﷺ
akkana jedhan guyya qiyaamaa 😭😭ilmi namaa
Hundi qaama qullaa kan uffata hin qabne
miila qullaa kan kophee hin qabne QABRII
♻️Irraa kaafamee gara dirree QIYAAMAATTI walitti
qabama jedhan hoggaa kana Aa'ishaan haati mu'umintootaa (r,a) akkana jatteen yaa rasuulallah dhiiraa fi shamarran wal ilaalamo/♻️Wal hin qaanfatanii?? jatteen rasuullis akkana jedhanii deebisaniif ya Aa'ishaa bar dubbiin akka arra
Ilaalluu kanaa mitii ilmi namaa yeroo qabrii irraa
♻️Kaafamu lubbuu kiyya lubbuu kiyya / nafsii nafsii jachaa ibidda jahannam ilaalee hundi
Namaa Akka waan dhugee machaa'eetti hatii ilmoo isii wallaalte jaarsi jaartii wallaalee obboleeyyan
wal baqatanii / wal dheysanii jedhaniin
♻️Ya ahbabii rabbiin guyyaa Cinqaan hammaattu san ija Rahmataatiin nu haa ilaalu
Yaa Rabbi Nama Aamiin jedhe Qeebaliif
Nama Aamiiin jedhee #share godhe
Addunyaatti jiruu gaarii Aakiratti jannatul firdoowsiin badhaasi

Youtube👇
https://www.youtube.com/channel/UCTFiNAQOHXblA19rrpUi_8A


Join👇👇
@Gaaddisa_dhugaa
@bashashaa
@b_islaamummaa
Forwarded from Deleted Account
🌷Assalamualyeekum
🌷Worahamtullaahi
🌻wobarakaatuhu kabajamoo
🌻 jaallatamoo
🌻 hordoftoota
🌻keenya 👇
🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷


🌻🔶Ergaman allah ﷺ akkana jahan🌻

"Namni narrati salawata tokko busee, allahn isa irrati salawata kudhan irrati busaa."
SALLUU ALA NNABIYYI
SALLII NABIIRRATTI BUUSAA👇
👇👇👇👇
🌷Sallallaahu aleyhi wosallam
Sallallaahu aleyhi wosallam


ﷺﷺﷺ ﷺﷺﷺ ﷺﷺﷺ
ﷺﷺﷺ ﷺﷺﷺ ﷺﷺﷺ



📚[MUSLIMTU GABAASE
Forwarded from Faana beekumsaa (Kaayyoo Koo)
Dubartoota 10 kan Rabbiin abaaree rahmata isaa irraa isaan fageesse kan Ñabiin { ﷺ} Salallahu Aleyi wasalam nuuf himan

Rabbiin ol ta'e nama tokko yoo jaalate jibriilitti hima ani nama kana nin jaaladha jedhe jibriil{A.S} jaalala isaa san malaykoota samii keessatti lallabee Rabbiin abaluun ni jaalata isinis jaaladhaa jedhaan, nama rabbiin jaalate isaanis ni jaalatu

Nama tokko yoo Rabbiin jibbes jibriil(A.S) malaykoota gaaraatti lallabee nama kana rabbiitu jibbee isinis jibbaa jedhaan isaanis ni jibbu😢

Dubartoonni Rabbiin abaaree rahmata isaa irraa isaan fageesse isaan kana

1.Dubartii qaama ishee bareechisuuf jecha qaama ishee tumattuu fi tan tumtuu Fkn Niqqisaat isa jedhan fa'aa (Warra uumaa rabbii jijjiraan).

2.Dubartii nyaara haadduu fi tan haaddattu.

3.Dubartii bareeduma barbaaduuf jecha ilkaan tumattuu fi tan tumtu.

4.Dubartii rifeensa alaa fiddee ofitti qaxxaltu fi tan itti qaxxalattu《 Wiigii isa jedhamu sani》.

5.Dubartii yeroo Abbaan manaa ishee hirribaaf gara sireeti waame diddu.

6.Dubartii dhiiratti fakkaattu. Surree godhattee dhiiraa wojjin ooluu fa’aa

7.Dubartii qabrii ziyaartu.

8.Dubartii yeroo namni du'e suuraa nama sanii qabattee boochiftu.

9.Dubartii rifeensa mataa ishee akka dalluu gaalaatti ol dhaabdee hiitu.

10.Dubartii uffata qaama ishii mul'isu uffattee ummata keessa ooltu.

Hubadhaa.. kun Jecha kootii miti jecha Nabi Muhammad Salallahu Aleyi wasalam isaanis ofirraa fuudhanii hin dubbatan waan Rabbiin Ajaje qofa nutti geessan ykn nu dhaqabsiisan Nutis insha'allah Akkanumatti dhalootaaf daddabarsaa deemnaa! !

Wantoota kurnan kana keessaa tokko keessatti yoo Argamnee irraa deebi’uun keenya dirqama!

Mee oboleewwan islaamaa akka daawwitiitti keesatti of haa ilaallu irraa haa barannu! Namni tokko akka baratu yoo feete share godhii jazaa rabbirratti herreegadhu

Yaa rabbii rahmata kee irraa nu hin fageessin.

Youtube👇
https://www.youtube.com/channel/UCTFiNAQOHXblA19rrpUi_8A

Telegram👇
@Gaaddisa_dhugaa
@Bashashaa
@B_islaamummaa


T.me/gaaddisa_dhugaa
Forwarded from Deleted Account
ODUU GAMMACHIISAA
___________________

As wr wb oduu gammachiisaa
Hadha galgala 1:00 Irratti sagantaa Gaaffii fi deebii waan qabnuuf irratti hirmaadhaa Abbaa badhaasaa ta'aa


Galmaahuuf ykn irratti hirmaachuuf 👇👇 tuqaaa

Carraq gaarii🌹
Forwarded from Kena
🙏Yaa rabbi Yaa rabbi

Yaa kaashifa ddurri

Atii nurraa kaasii

Yaa mootii ol tahee

Dhukkuba koronaa

Kan aalama wal gahee

Qalbiin Aamiiiiiiiiiiiiiin👇
⤵️Jedhaa⤵️
As wr wb
Chanali kana irratti kitaaboba gara gara kan Afaanota biraa irraa A/Oromootti hiikame isiniif dhiheessin join shere waliif godhaa

👇👇👇👇
https://t.me/joinchat/AAAAAFP0myWjOZpYwoW5CA

@kuusaa_kitaabaa
@kuusaa_kitaabaa
@kuusaa_kitaabaa