Dawaa Qalbii
8.91K subscribers
2.18K photos
37 videos
42 files
2.91K links
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓

@Rabbiiftai
Download Telegram
As wr wb obbolleewwan koo qaqqalii.

SEERA 10 JIREENYA GAARIIDHAAF
👇👇👇👇👇👇
1. Yoomiyyuu nama hin jibbin,onnee tee
qulqulleessi.
2. Hin yaaddawin,Rabbitti irkadhu.
3. Jireenya salphaa qulqulleessuun siif salphata
fedhii rabbiitiin.
4. Xiqqoo eeggadhu,waanuma argattetti
gammadi,Alhamdulillaah jedhi.
5. Hedduu kennitu hedduu argatta,ni badhaafamta
fedhii rabbiitiin.
6. Yeroo hundaa seeqadhu,seequun
sadaqaadha,namoonni birootis yoo si wajjiin jiran ni
gammaduutii.
7. Jaalalaan jiraadhu,namoota birootis rabbiif jecha
jaaladhu.
8. Adaduma hedduu salaattuun,hedduu
badhaafamta.
9. Beekkumsa kee namaaf qoodi,yoo kan aayata
takkollee qur`aana keessaa kan beektu taate.
10. Yeroo hundaa rabbii kee yaadadhu, waan hafe
onneen kee ni barbaddiitii.

Ok wara waliin itti fayyadamu nuu haa godhu.
★DAWAA QALBII
Forwarded from Kena
Assalaamu Aleeykum Warahmatullaahi Wabarakaatuhu
Kabajamtoota fi jaalatamtoota keenya chaanaalota babbareedoo dhimma afaan Oromoo, islaamummaa, odeeyfannoo weeytaawaa,......fi I k fn argachuu barbaadduu???

Maarree @islamicpr fedhii keessan guutuuf chaanaalota kanneen isiniif qopheessee jira.
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
■ Waa'ee masjiidal-haram irraa:
Bu'uura isaa malaa'ikaan yeroo dheeraa dura kaa'uu fi Nabi ibraahim ilma isaanii ismaa'il waliin ijaaruu.
Masjida islaamaa akka addunyaatti isa guddicha ta'uu.
biyya sa'udii Magaalaa Makkaa jizaanitti argama.
addunyaa irratti mana jalqabaa ta'uu.
qiblaa muslimoota addunyaa hundaati.
ka'abaa keessa kallattiin qiblaa hin jiru.
hajjii gara isaa deemuun gaggeessu muslimoonni.
salaanni achitti salaatan ajriin isaa kumaatamaan salaata iddoo birootti salaatan caaluu.
nama miliyoona 1.5 hanga 2 qabachuu danda'uu.
Namni dandeettii qabu achi dhaqee hajjii gochuun ruknii islaamaa shanan kan itti guuttatuudha.
handhuura addunyaa tanaati. Fi k.k.f
🌹🌹🌹by Sammaan🌹🌹🌹🌹🌹🌹
Forwarded from Oromia Global Media
🔶 #إذا_رأى_أحدكم_رؤيا .. ماذا يفعل ؟
🌊Namni yoo manaama/abjuu arge maal gochuu qaba?

🍃🌸🍃 🌹🍃🌸🍃

▫️عن أبي سعيدٍ الخُدرِيِّ - رضي الله عنه، قال:
🔄 abbaa sa'idal kidriyyii irra odeffamee, rabbii isarraa haa jaalatuu, jedhe

📝 #قال_النبي ﷺ:

📖 Nabbiyyiin jedhan (SAW)

" إِذَا رَأَى أَحَدُكُمْ رُؤْيَا يُحِبُّهَا، فَإِنَّمَا هِيَ مِنَ اللَّهِ، فَلْيَحْمَدِ اللَّهَ عَلَيْهَا، وَلْيُحَدِّثْ بِهَا،

✏️ Tokkoon keessan yoo arge manaama/abjuu jaalatu, manaamni/abjuun suni rabbi irrayyi, rabbii isaa haa galatoomfatu, manaamicha/abjuu sanas waan argeef, namattillee haa himu.

وَإِذَا رَأَى غَيْرَ ذَلِكَ مِمَّا يَكْرَهُ، فَإِنَّمَا هِيَ مِنَ الشَّيْطَانِ، فَلْيَسْتَعِذْ مِنْ شَرِّهَا، وَلَا يَذْكُرْهَا لِأَحَدٍ ؛ فَإِنَّهَا لَا تَضُرُّهُ "
❗️Yoo kan arge ta'e waan kanaan alaa waan jibbu irraa, manaamichi sheeyxaana irraayyi,Rabbitti haa maganfatu sharrii waan argee irraa, akka nama tokkottillee hin himne,manaamichis isa hin miidhu.

📕 صحيح البخاري (6985)
🍃🍃🍃🍃🍃🍃🍃🍃🍃🍃🌷🍃🍃@Dawaa Qalbii🍃🍃🌷🌷🌷🌷🍃🍃🍃🍃🍃🌷🌷🌷🌷🌷🌷
Forwarded from Kena
Assalaamu Aleeykum Warahmatullaahi Wabarakaatuhu
Kabajamtoota fi jaalatamtoota keenya chaanaalota babbareedoo dhimma afaan Oromoo, islaamummaa, odeeyfannoo weeytaawaa,......fi I k fn argachuu barbaadduu???

Maarree @islamicpr fedhii keessan guutuuf chaanaalota kanneen isiniif qopheessee jira.
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
262: Hawaasa waliin jiraachuuf jecha ajnabiyyaa harka fuudhuun ni tahaa?

Gaaffii: Nama ajnabii waliin mee akkam taana; gaafa biyyatti gallu rakkoo adda addaattu nu mudachutti jiraa maal taanaa manguddoon gariin ka ollaa nutti jiganii nu dubbisuu fedhanii yoo nuti didnellee kunoo biyya alaatii dhufteef boontii baraa nuun jedhanii akkam taanaa?

Deebisaa: Waan abbootiiniif manguddootiin gandaa siin jedhan sodaattee waan Rabbiin siin jedhe hin cabsin. Wallaalummaan duratti biyatti ajnabiyyaan hin jiru siin jedhaa turanii amma Rabbi ija tee siif bane qalbii siif bane ajnabiyyaan ni jiraa shari’aa Rabbii irraa argattee barattee warra wallaale waliin wanni deebitee walitti qixxooftuuf hin jiru. Kanaafuu boonaa mitii shari’ama Rabbiittu dhoowwee dhiifamaa jedhiinii harka kee maradhuu irraa achi garagali; namni humnaan harka kee qabee si dhungatu hin jiru. Yookaan irraa hijaabadhu, obboleessaaf obboleettiin tantee isiin ajnabiyyaa hin tuqxu jedhanii dura irraahuu siif haa himanii.
Maddi Fataawaa Nuuralhudaa
Sheik Alii Jimmaa🎵
Waa afur "4" Rabbi siif haa kennu.
1. Iimaana guutuu
2. Rabbi sodaatuu
3. Qananiin jiraatuu
4. Umrii dheeratuu...
Waa afur rabbi siif haa laaffisu.
1. Kheeyrii hojjachuu
2. Haraam eegachuu
3. Dilii rraa towbachuu
4. Ibaadaa hojjachuu...
Nama waa afur qabu rabbi sihaa godhu
1. Kabajamaa namaa
2. Jaalala namaa
3. Quuqama sabaa
4. Farra kijibaa...
Waa afuriin rabbi sihaa shallamu.
1. Aalima saahibuun
2. Haadha fi abbaa kabajuun
3. Kheeyritti nama ajajuun
4. Hamtuu rraa nama dhoorkuun...
Rabbi siif haa kennu
- BALLOO isii booda RAKKOON hin jirre
- GAMMACHUU isii booda GADDI hin jirre.
- ARKATA isa booda DHABNI hin jirre
- JAALALA isa booda JIBBAAN hin jirre...
Du'a afur Rabbi sirraa haa qabu.
1. Dargagummaan du'uu
2. Dingatatti du'uu
3. Konkolaataan du'uu
4. Haraam Irratti du'uu.
Ya Rabbi nama Aamiiiin ja'e cufaafuu qeebali.
Aamiiiin allaahumma Aamiiin...
🌾🌾🌾🌾🌾🌾🍃🍃🍃🍁🍁🍁🌷🌷🌞🌷🌷🌞🌞🌷
Forwarded from Kena
Assalaamu Aleeykum Warahmatullaahi Wabarakaatuhu
Kabajamtoota fi jaalatamtoota keenya chaanaalota babbareedoo dhimma afaan Oromoo, islaamummaa, odeeyfannoo weeytaawaa,......fi I k fn argachuu barbaadduu???

Maarree @islamicpr fedhii keessan guutuuf chaanaalota kanneen isiniif qopheessee jira.
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Forwarded from Kena
Assalaamu Aleeykum Warahmatullaahi Wabarakaatuhu
Kabajamtoota fi jaalatamtoota keenya chaanaalota babbareedoo dhimma afaan Oromoo, islaamummaa, odeeyfannoo weeytaawaa,......fi I k fn argachuu barbaadduu???

Maarree @islamicpr fedhii keessan guutuuf chaanaalota kanneen isiniif qopheessee jira.
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Forwarded from Kena
Assalaamu Aleeykum Warahmatullaahi Wabarakaatuhu
Kabajamtoota fi jaalatamtoota keenya chaanaalota babbareedoo dhimma afaan Oromoo, islaamummaa, odeeyfannoo weeytaawaa,......fi I k fn argachuu barbaadduu???

Maarree @islamicpr fedhii keessan guutuuf chaanaalota kanneen isiniif qopheessee jira.
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Forwarded from KENNAA
SEENAA SAHAABOOTA KEESSAA JULEEYBIIB Jedhama radiyallaahu anhu
_____________________________
Nabiinﷺ sahaabaa isaani waliin osoo taa'aa jiranii juleeybiib itti dhufe.Nabiinﷺ niwaaman yaa juleeybiib kottumee jedhaniin juleeybiib ni dhaqe juleeybiib wahi fuutee jedhaniinii gaafatan lakki hin fuune jedheen maalif hin fuune jedhaniin

eenyu natti heerumsiisa jedheen ani nama qabeenya qabuu mitii nama guddaadhaa kabajaa qabuu mitii jaarsa akka kiyyaatti maaltu heerumsiisa jedheen

Anasiin {r a}akka odeessetti heddu bareedaa miti ture nama gabaabaa ture gurraacha ture hiyyeessa ture nama kophee boraafatee maasjiida keessa ciisu ture jedhan

nabiinﷺ gaaf biraa gaafii kana irra deebi'anii gaafatan deemii jedhaniin mana warra aansaaraa dhaqiiti mana abaluu dhaqiitii nabiinﷺ intala teessan isinirraa kadhata jedhiin jedhee isa erge dhaqee gaafate

maatiin intalaa nabiiﷺ seehanii gammadan garuu anaafi jennaan nididan akkamitti intala teenya akkanatti bareeddu ansaara keessatti irra bareedduu dubartii keessaahi jedhan mucayyoon tun maatiin ishii ni didan

mucaan mana keessaa dhageessee akkamitti ajaja ergamaa rabbii ﷺdiddan jeetteen itti naheerunsiisaa ajaja nabiiﷺ hin didinaa jettee mucayyoon tun heeyyamteef

isaa fuudhaaf qophaahe yeroo cidha isaa bira gahee jiruu jihaadaaf lallaban achumaan juleeybiib fuudha isaa dhiisee mucaa hagas baeeddu tana dhiisee nin deebihaasaa kan hin beekne dhiisee jihaadaaf karaa rabbiirratti waraanuuf dhiisee deeme

lolli sun ta'ee addaan ba'ee nabiinﷺ nigaafatan eenyu eenyun dhabdan abalu abalu abalu dhabne jedhaniin nabiinﷺ irra deddeebi'anii gaafatan garuu jedhan nabiin keenyaﷺ bil mu'umini ra'uufun rahiimii ani garuu juleeybiibin dhabe jedhan nabiin keenyaﷺ deemanii barbaadan ni argan isaa mushrika torba kuffisa walakkaa kufee ciisu

arganii nabiinﷺ gadi bira taa'anii fuula isaarra dhiigaaf awwaara harka isaaniitiin irraa haxaa'anii tafa isaanii irratti mataa isaa ol qabanii ofirra kaa'an sahaaboonni ni hawwaniif jedhan yeroo sanitti

Haga inni lahdiin qotamuuf rasuulliﷺ harka ofiirratti qabatanii taa'an nabiiﷺ akkana jedhan kuni narraahi innillee narraahi kuni narraahi innillee narraahi jedhan nabiinﷺ itti deddeebi'anii

Sahaabaan hundi osoo isa tahanii hawwan jedhe anas {r a}

intala saniif nabiinﷺ du'aa godhaniif yaa rabbii jiruu isaanii itti bal'isi jedhee rabbiin kadhataniif du'aa'ii nabiitii qabeenya waan adda adda rabbiin itti dhangalaasi namni haga ishii jiruu bareedaa jiraate hin jiru jedhan du'aa'ii nabiittu ta'eef rabbiin sadarkaa saniin isaan ga'e
يا مقلب القلوب ثبت قلبي على دينك kadijaa binti Aliyii
Rabbii subhaanahu wata'aala hunda keenya ol nuhaa fuudhu akka jara sanii #Amiiiiiiiiiiiiiiiiiiiin
@Keyralumma @Kennaapost
T.me/Kennaapost
Forwarded from KENNAA
Yaa #Subhaan_Allaah

Jabbiin kun miila duubaa lamaan malee dhalatte!
Uumaan keenya Rabbiin guyyaa guyyaan akka dhalli namaa ittiin gorfamuuf ta'iiwwan ajaa'ibsiisuu ykn dur-hin jirree addaa addaa nutti mildhisa.
Jabbiin kun Naannoo Amaaraatti naannawa magaala Gondaritti ganda tokkotti bifa kanaan miila lamaan duubaa malee dhalattee jirti.
#Yaa Uumaa Rabbii
#Yaa Dandeettii Rabbii
@Kennaapost
@Kennaapost
Forwarded from Kena
Assalaamu Aleeykum Warahmatullaahi Wabarakaatuhu
Kabajamtoota fi jaalatamtoota keenya chaanaalota babbareedoo dhimma afaan Oromoo, islaamummaa, odeeyfannoo weeytaawaa,......fi I k fn argachuu barbaadduu???

Maarree @islamicpr fedhii keessan guutuuf chaanaalota kanneen isiniif qopheessee jira.
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Asalamuleyku waramatulahi wabarakatuu yaa ummataa nabii Muhammad sallaallaahu Alyii wasalamii
#QUR'AAN

Addunyaa kana keessaa hojiin takkaa kasaaraa hin argin, hojii qur'aana Rabbii qar'uuti !!
Osoo Qur'aana qayyabatuuf/haffazuuf waggaa kudhan yaaltee dadhabdee ati kufte ykn fashalte Hin jedhamu ! Waggoota kana guutuu ati Rabbiin wajjiin daldala guddaa irra turte waan ta'eef !!

Hayyuu guddaa salafaa keessaa Al-Hasan Al Basrii dhaan رحمه الله تعالى": Abalu qur'aana qoma isaatti tiyfachuuf yaalii guddaa godhaa jira '' jennaan Hasanal Basriinis'' Inni qur'aana qomatti tiyfachuuf osoo Hin taane qur'aanatu isa tiiysaa jira " jedhe . Dhugaa jedhe Rabbiin Rahmata Isaaf haa godhu .

Sa'aatii 24:00 keessaa qur'aanni daqiiqaa 30 si biraa dhabuun kufaansa salphinaa kufuuf deemta jechuu dha !
Har'a barreeffama dubbifte, gaafa tokko dubbii kana qabatamaan arguuf jirta !!

Yoo jiruu keeysaniif milkaa'ina dhugaa feetan
Quranaa rabbiitin hiriyyaa tayaa.
Forwarded from KENNAA
🤲DU'AA'II 🤲

Yaa rabbi nu dhagayi
Hamma yoomii rakkanna
Rakkoo dhalootaa kana
Eenyumatti himanna?

Dheekkamsa nurraa kaasi
Dhalataa nuuf guddisi
Bara baayyeef rakkannee
Mee bilisa nu baasi

Kan jira jennee abdannu
Tarkaanfiirratti cita
Nu dhiiseera yoo jennu
Rakkoon dachaan dhalata

Haati ijoollee lamaa
Bor naaf ta'uuf abdattu
Isaanan qaba jettee
Rakkoo ittiin obsattu
Wal faana yoo dhabaman
Abdiinshee bitaacha'ee
Abaarsa jiru kanaan
Abjuu hamaa itti ta'e

Addayyuu wallaalleerra
Ganamaa fi galgala
Fayyaan manaa baheeto
Reefki manatti galaa!

Kan kalee haqa labsu
Jaarsa biyyaa fakkaatee
Harra immoo lola labsa
Saba isaa diinomfatee!!

Mee kana nurraa kaasi
Araaraan nu ilaali
Dhaloota badaa jiru
Du'arraa nuuf baraari

Yaa Allaah nuuf birmadhu
Waan hamtuu keessa jirra
Garuu immoo siin abdanna
Abdiin hin kutannu sirraa!!

🤲Aamiin Aamiin Summa Aamiin🤲

@AbdiiBiyyaa

@Kennaapost



T.me/Kennaapost
Forwarded from Kena
Assalaamu Aleeykum Warahmatullaahi Wabarakaatuhu
Kabajamtoota fi jaalatamtoota keenya chaanaalota babbareedoo dhimma afaan Oromoo, islaamummaa, odeeyfannoo weeytaawaa,......fi I k fn argachuu barbaadduu???

Maarree @islamicpr fedhii keessan guutuuf chaanaalota kanneen isiniif qopheessee jira.
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
💡NAAMUSA MUSLIMAA💡
🌷الأخلاقُ المشروعةُ لكُلّ مُسلمٍ 🌷

👈الصِّدقُ.
👉 Dhugaa dubbachuu
👈الأمانٓةُ
👉 Amaanaa eeguu
👈العفٓافُ
👉 Waan badaarraa of eeguu
👈الحيٓاءُ
👉 Kabajaa qabaachuu
👈الشجٓاعةُ
👉 Jagnummaa qabaachuu
👈الكٓرمُ
👉 Arjummaa qabaachuu
👈الوٓفاءُ
👉 Baallama guutuu
👈حُسنُ الجِوارِ
👉 Wojji Jireenya gaarii qabaachuu
👈مُساعدةُ ذٓوِي الحاجاتِ حٓسبٓ المقدِرٓة
👉 Nama haaja qabu amma danda'mun gargaaru
👈النّزاهةُ عن كلِ ما حٓرّم اللَّه
👉 Waan rabbi haraama godherraa qulqullaahuu


👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
@Dawaa qalbii
🍂Siifiin Dhaama🍀
Beekhi Histiin Ati Namatti Yaaddu Waa Takka Hin Jijjiiru( Hin Fayyadu) Inni Si Caaluus Akkuma Si Caaletti Jiraata Osoo Isatti Histii Yaadaa Ooltee Humaa Hin Tartu, Mee Laali Nama Ati Histii Itti Yaadde San Akkam Keeysa Akka Jiru
Khee Qofa Osoo Hin Taane Nama Namni Histii Itti Yaadu Hunda Laali.
☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️

Rabbiin irraa nuhaa tiysu histirraa👈