Aalimni guddaan biyya Keenyaa Sheekh Dr, Abdulshakuur Muhammad gara ganda Aakiratti godaanan
INNAA LILLAAHI WA INNAA ILEEYHI RAAJI’UUN!
Odeeyfannoo #NUURALHUDAA
JUNE 19,2020
Ardii Afrikaatti yeroo jalqabaatiif beekumsa Shari’aatiin sadarkaa Doktorummaa kan argatan, Aalimni guddaan biyya Keenyaa Dr Abdulshakuur Muhammad, dhukkubsatanii kan walaanamaa turan yoo tahu, guyyaa har’aa magaalaa Kabajamtuu Makkaatti gara ganda Aakhiraatti godaanuu dhagahame.
Dr Abdulshakuur Muhammad waggaa 20 oliif Yuunivarsitii Umul Quraatti barsiisanii turan, Akkasumas Dhaabilee qorannoo Islaamaa garagaraatis beekumsa isaaniin tajajilaa turaniiru.
Sheekh keenya Rabbiin Jannataan haa qananiisu. Maatii fi Ahlii isaanii, akkasumas hawaasa muslimaa isaan dhabe hundaaf jajjabina hawwina.
@Dawaaqalbii

Forwarded from Keyralumma
🌷Gaaffiif deebiin keenya arraa
Kana fakkaata👇
➖➖➖➖➖➖
@ibnu_surur ✍️
✅ Islaamummaa keessatti kan Dura dhiirarraa shahiide ykn woreegame eenyu?
1.Hamzaa ibnu Abdul muxxalib
2.Musaab ibnu umeyirii
3.Yaasir Abuu ammaar
4.Saad ibnu abii woqqaas
🙋♂️Yaada Qabdanuuf 👇asiin
nuun gahaa👉 @ibnu_surur ✍️

#OduuGaarii❗️
Hospitaala Eekkaatti dhukkubsattoonni vaayrasii koroonaan qabamuun ciisanii yaalamaa turan 526 dandamachuun bahaaniru jedhame.
Kunis akka biyyatiitti lakkoofsa namoota bayyanatanii 10,27 keessa %51 Hospitaala Eekkaa Kotobeetti ta'uu mul'isaa jedhan hojii gaggeessan Hospitaala Eekkaa Kotobee Dr. Yaareed.
Bu'aa gaarii kanaaf kan duraa hiriiran ogeeyyiin fayyaa fi hojjattoonni deeggarsaa oolmaa guddaa oolaniiru jedhaniiru.
Bu'aan kun akka dhaabbatatti qofa osoo hin taane akka biyyatti bu'aa boonsaadha jechuun hawaasni vaayrasii koroonaa irraa of eeguun bu'aa caaluuf dammaquu akka qabu Dr. Yaareed dhaamaniru.
@Sammaan
maddi
Hawi Timese

Forwarded from Ahlu Sunnaa wal-jama'aa (Allahan Qaba)
Gorsa Hayyoota Islaamaa kan Barnoota Qabu
=====================================
☞Sodaa Rabbii keetii uffata godhadhu.
☞Waan balleessite toowbatuuf jarjarfadhu.
☞Zikrii baay'isuun fedhii lubbuu keetii injifadhu.
☞An maaliifiin uumame jedhii of gaafadhu.
☞Naamusaa fi kabajaa kee tikfadhu.
☞Uzriin maletti salaata dabarsuu fi dhiisuu irraa of qusadhu.
☞Yeroo baay'ee Rabbii kadhatuu amala taasifadhu.
☞Rizqii yoo argatuu barbaadde, fira kee maxxanfadhu.
☞Umrii dheeratuu yoo barbaadde, toltuu dalagadhu.
☞Obbolewwan keetiif yaada gaarii qabaadhu.
☞Haqaa fi baaxil ragaan adda baafadhu.
☞Barnoota amantii keetii xiqqollee ta'u baradhu.
☞Shari'aa diin keetii sirritti akeekkadhu.
☞Kheeyrii keessatti umrii dheertuu kadhadhu.
☞Waan qabdu irraa sadaqaa kennadhu.
☞Kan dhukkubsate bira deemii gaafadhu.
☞Kan kheeyritti si waame jalaa owwaadhu,
☞Ilma namaa hundaaf kabajaa qabaadhu.
☞Haadhaa fi Abbaa kee tola itti ooluun gammachiifadhu.
☞Kan tola sitti oole hunda galateeffadhu.
☞Jannata argatuu yoo feete amala kee bareeffadhu.
☞Ejjannoo gaarii mataa keetiif qabaadhu.
☞Kaayoo kee irratti kutannoo fi abdii godhadhu.
☞Odoo rakkoon hin dhufne Rabbii kee baradhu.
☞Waan hundafuu filannaa qabaadhu.
☞Namummaa keetiin of tahii mulladhu.
☞Waan kennattu yoo dhabde sharrii tee namarraa qabadhu.
☞Hamiidhaan foon namaa nyaatuu irraa fagaadhu.
☞Yooo ati of qabde Rasuulli(saw) Jannata siif of qabee akka
jiru hubadhu.
☞Atiis arraba fi waan miila jidduu jiru san haraam irraa qabutti
jabaadhu.
☞Nama bultii waliin ijaartu diiniin madaalii filadhu.
☞Rabbiin si hin dhoorkinee, mirga keetiif falmadhu.
☞Biyya fi lammii keetiif bilisummaa barbaadadhu.
☞Dhaamsi koo xiqqaatus, hanganuma guddifadhu.
☞Gorsi koo kun yoo siif tahe fudhadhu.
☞Yoo dogoggora qabaate naaf sirreeffadhu.
☞Zannii wal balleessuu irraa Rabbi sodaadhu.
Eessaa akka dhufte, eessa akka jirtu fi eessatti akka deemaa
jirtu beekuuf of qoradhu
~Dogongora jiruuf dhifaama.
Share waliif Godhaa Jazaakumullaahu kheeyran !!!
@ISLAMTUB

Forwarded from Deleted Account
Barnoota Akkaan Murteessaadha.
Qophii Shekh Jamaal Baddeysaa Abuuraafii
Wantoota Itti Ajajamne Tan Sawaaba Gurgudda Qabdu Waa 41 Kunoo Qabadhaa jzk
Waan itti ajajmne gosa ibaadaa 41.
1. laa ilaaha illallaahu wahdahuu laashariika lahuu } jechuu.
2 Subhaanallaahi walhamdu lillaahi wa laa ilaaha illallaahu wallaahu akbar} jechuu.
3. Subhaanallaahi wabi hamdihii } jechuu.
4. Laa hawla walaa quwwata illaa billaahi} jechuu.
5. Jannata Rabbi kadhatanii ibiddarraa isatti maganfachuu.
6. Subhaanakallaahu wabihamdihii, Ashhadu an laa ilaaha illaa anta astagfiruka wa atuubu ileyka} jechuu.
7. Suuraa kahfirraa aayatoota haffazuu.
8. Salawaata nabirratti buusuu.
9. Aayatoowwan qur’aanaarraa garii qarauun sadarkaa isiin qabdu.
10. Sadarkaa suuraa ikhlaas qara’uun qabdu.
11. Galata warren azaanuu.
12. Yeroo mu’azzinni azaanee isa jala qabanii waan inni jedhu jechuu fii boodarra du’aa’ii godhuu.
13-qullaadha.
14. Yeroo mu’azzinni azaanee isa jala qabanii waan inni jedhu jechuu fii boodarra du’aa’ii godhuu.
15. Wuduu’a tolfachuu.
16. Wuduu’a booda du’aa’ii godhuu.
17. Wuduua booda raka’aa lama salaatuu.
18. Gara masgiidaa tarkaanfii heddummeessuu.
19. Gara masgiidaa deemuu.
20. Qophaawuufii masgiidatti ganamuu guyyaa jum’aa.
21. Takbiiraa hidhannaa dhaqqabachuu.
22. Nama ishaa’iifii fajrii jamaa’aan salaate.
23. Saffii duraatti salaatuu.
24. Saunnaalee Raatibaa (tan fardii jala deemtu).
25. Salaata sunnaa heddummeessanii salaatuu.
26. Raka’aa lameen fajrii salaatuu.
27. Salata salaata raka’aa lameen duhaadhaa.
28. Sadarkaa salaata eeggachuudhaa.
29. Fadlii fii galata zikrii Rabbii godhuudhaa salaata fajrii booda.
30. Nama halkan dammaqee warra isaatis dammaqsee salaatu.
31. Nama halkan salaatuu niyyatee hirribni isarra injifate.
32. Du’aa’ii yeroo gabayaa seenanii.
33. Subhaanallaahi walhamdu lillaahi wallaahu akbar-yoggu soddomii sadi jechuu fii laa’ilaaha illallaahuu…dhibba guutuu.
34. Kursiyyii salaata fardii hunda boodarra qara’uu.
35. Dhukkubsataa gaafachuu.
36. Nama mokkorameef Rabbi kadhachuu.
37. Namni nama musiibaan tuuyxe jajjabeesse.
38. Janaazarratti salaatanii hanga awwaalamtutti jaladeemanii geggeessuu.
39. Nama masgiida jaaree, yookaan kan jaarmayatti hirmaate.
40. Kennuu qabeenyarraa.
41. Sadaqachuu.
Shekh Jamaal Baddeysaa AbuuRaafii

Forwarded from Faana beekumsaa (Kaayyoo Koo)
Daqiiqaa 1 Keessatti Wantoota Kanneen Gochuu Dandeenya
•••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••
By.👇 https://www.youtube.com/channel/UCTFiNAQOHXblA19rrpUi_8A
Daqiiqaa 1 keessatti maal gochuu akka dandeenyu beektuu?
1. Daqiiqaa 1 keessatti suuraa Faatihaa yeroo 5 qara'uu ni dandeenya. Kanaanis mindaa 7000 argachuu dandeenya jechuu dha.
2. Daqiiqaa 1 keessatti suuraa Iklaasii (QUL HUWA ALLAH ) yeroo 15 dubbisuu ni dandeenya. Kunis Qur'aana Juuzaa 30 harka 5 akka kattamutti nuuf qabama.
3. Daqiiqaa 1 keessatti Nabiyyii jaalatamaa keenya (s.a.w) irratti yeroo 20 salawaata buusuu ni dandeenya. Kanaanis Rabbiin nurratti salawaata 200 buusa jechuu dha.
4. Daqiiqaa 1 keessatti yeroo 25 "Subhanallah, walhamdulillah walaa ilaaha illallah wallahu Akbar" jechuu ni dandeenya. Jechotni kunneen immoo jechoota Rabbiin biratti irra jaalatamoo ta'anii dha.
5. Daqiiqaa 1 keessatti yeroo 50 "Subhaanallah wabihamdihii, subhaanallah Al-aziim" jechuu dandeenya. Jechootni lameen kunneen jechoota arrabarratti jechuudhaaf salphoo tahanii dha kan garuu madaala Rabbii irratti ulfaatoo fii Rabbiin biratti jaalatamoo tahanii dha.
6. Daqiiqaa 1 keessatti yeroo 100 "Astegfurullah" jechuu dandeenya. Istigfaara gochuun immoo jaalalaa fii araarama Rabbii argachuuf akkasumas Jannata aseenuuf sababa nuuf tahuu danda'a.
7. Daqiiqaa 1 keessatti harka keenya gara gubbatti olqabnee "Yaa Allah!" jechuudhaan waan meeqaa-meeqa Rabbii keenya kadhachuu dandeenya yaa obboleeyyan Islaamaa.
Obboleewwan Muslimaa, haa hubannuu! Umriin keenya jechuun bu'aa ida'ama sekondiiwwaniitii fii daqiiqaawwanii tahuu isaa yoomuu irraanfachuu hin qabnu. Kanaaf yeroo keenya qaalii tahe kana seeraan itti haa fayyadamnuu!
Rabbiin guyyaa tokko keessatti sekondiiwwan 86,400 nuuf kennee jira. Mee qananii laakkawamee hin dhumne kan Rabbiin nurratti ooleef sekondii tokko fudhannee "ALHAMDULILLAH" jechuun Rabbii keenyaaf galata haa galchinuu!
ALHAMDULLILLAH!!!
Karaa youtube tiin nu hordofaa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://www.youtube.com/channel/UCTFiNAQOHXblA19rrpUi_8A
Join our telegram👇
@gaaddisa_dhugaa
@bashashaa
@b_islaamummaa

🔝🔝🔝🔝🔝🔝🔝🔝🔝🔝🔝🔝🔝🔝
♻♻♻♻♻♻♻♻♻♻♻♻♻♻ WANTOONI BARBAADAN HUNDU JIRA
➺MIDIYAALE BABEEKAMO
➺WAA'EE BARNOOTAA
➺SEENAA GOOTOAA
➺WAA'EE AMANTII
➺SIYAASA
➺OROMUMMAA
.
HUNDU JIRA ITTI MAKAMAA👇👇👇
JOIN JOIN 👇👇👇👇👇👇👇👇
♻♻♻♻♻♻♻♻♻♻♻♻♻♻ WANTOONI BARBAADAN HUNDU JIRA
➺MIDIYAALE BABEEKAMO
➺WAA'EE BARNOOTAA
➺SEENAA GOOTOAA
➺WAA'EE AMANTII
➺SIYAASA
➺OROMUMMAA
.
HUNDU JIRA ITTI MAKAMAA👇👇👇
JOIN JOIN 👇👇👇👇👇👇👇👇
Forwarded from Keyralumma
KUTAA 1️⃣1️⃣ FFAA
SEENAA NABI MUHAMMAD S.A.W
@Keyralumma By @Ibnu_surur✍️
✅ KUTAA 1️⃣1️⃣FFAA
DURA KUTAA 🔟FFAA DUBBISUU KEE HUBADHU
https://t.me/keyralumma/1495
✅G109- Eega Ergamaan Rabbii (S.A.W) imaltuu Samiitirraa deebi'e ummata qureeyshiitiif odeeysee?
D> eyyee itti odeeyse,ammoo isa hin dhugoomsine Abuu Bakar isa dhugoomse kanaaf Siddiiq jedhamee moggaafme.
✅G110-Akka kuffaarri Qureeyshii isa dhugoomsaniif Ergamaan Rabbii (S.A.W) maal godhe?
D> Rabbiin (S.W) isaaf mullisee masjidul aqsaa tokko tokkoon itti hime.
✅G111- Eegasii Ergamaan Rabbii (S.A.W) da'waa isaa itti fufee?
D> eyyee gosa 26 irratti islaamummaa irra fiduuf deeme isaanirraa #Banuu haniifaa banuu kalb banuu aamir banii sheeybaan fii banii Muhaarib irra fiduuf deeme.
✅G112-Gosti 26 qeebalanii?
D>hin qeeballee nididan
✅G113- Ergamaan Rabbi (S.A.W) eega ergamee amata 11 ffaa kessa maaltu uumame?
D> yaroo Hajjiitu dhufe Ergamaan Rabbi (S.A.W) dardara 6 gosa Khazraj warra Madiinaa (Yasrib) irraa qeebale (simate) guddaan isaanii As'ad bin Zuraaraa ture umriin isaa 21 ture Ergamaan Rabbii irraa (S.A.W) dhagayanii islaamawan akka amata dhufu yaroo Hajjii gosa biroo Awsii wajji dhufan baallama waliif seenan bakka tullutti.
✅G114-Amata/woggaa itti dardarri jahan baallama seenan sun dhufanii?
D> eyyeen dhufan isaanii wajji gosa Awsii irraa dhufanii nama 12 tahan 8 Khazraj irraa 4 Awsirraa.
✅G115- Ergamaan Rabbi (S.A.W) maalirratti isaan ahaddii naqe?
D> akka Rabbitti waatakka itti hinqindeeysine akka hin hanne akka zinaa hin dalayne akka ilmoo isaanii hin ajjeefne akka hin kijibne/sobne akka waan beekkame kessatti hin faalleysine (hin dinne).
✅G116- Ahaddiin sun maaliin mooggaafamte?
D> ahaddii Aqabaa duraa jedhan (sanaa/waggaa 12 ffaa eega Ergamaan Rabbi (S.A.W) ergamee tahe)
✅G117- Ergamaan Rabbi (S.A.W) As'ad bin Zuraaraa wajji eenyu erge akka islaamummaa barsiisuuf?
D> Mus'ab bin Umeeyr madiinatti isaan wajji erge (Anbaasaddara islaamaa kan Madiinaa kessaa) je'emee moggaafame Sa'ad binu Mu'aaz ifii Useeyd bin Hudeeyr islaamawan lachuutuu damiinnan/duree gosa Awsii turan.
✅G118- Warri Madiinaa islaamawanii?
D> eyyeen sanaa (amata) 12 ffaa eega Ergamaan Rabbi (S.A.W) ergamee.
✅G119-Sanaa (amata) 12 ffaa keessa eega Ergamaan Rabbi (S.A.W) ergamee maaltu tahe?
D> Madiinarra dhiira 73 fii dhalaa/dubartoota 2 gosa Khazraj fii Awsirra dhufanii Ergamaan Rabbi (S.A.W) wajji taa'anii ahaddii seenan beey'aa/Ahdii aqabaa lammadaatiin bekkamti.
✅G120- Maalirratti ahadii seenan?
D> isa dhagaytii fii qaalii godhurratti yaroo rakkoo fii balloo irratti nafaqan gaaritti ajajanii hamturraa waldhoorka akka isaaf tumsanii irraa dhoorgan haqa Rabbii kessatti akka jattee namaa hin sodaannee haqa dubbata yoo kana dalagan jannanni akka isaaniif jiru irratti waliif galanii ahaddii seenan...ITTI FUFA
G109-
Yaada qabdaniif
👉🏾 @ibnu_surur
-------> @B_Islaamummaa <-------
-----------> @abu_abdalah1 <----------
-----------> @amirtemam1 <---------
----------> @Ibnutemiya6 <----------
-----------> @hafiz_jihad <---------

Telegram
🔊KEYRAL-UMMA-TUBE
SEENAA NABI MUHAMMAD S.A.W
@Keyralumma By @Ibnu_surur
✅ KUTAA 🔟FFAA
✅G100- yaroo Ergamaa Rabbii (S.A.W) Makka gaye eenyuutu nagaya eenyuu jalatti Makka seene?
D> nagaya Mux'im bin Adiyyi jalatti seene.
G101- tasa maaltu Nabi Muhammad (S.A.W) argate?…
@Keyralumma By @Ibnu_surur
✅ KUTAA 🔟FFAA
✅G100- yaroo Ergamaa Rabbii (S.A.W) Makka gaye eenyuutu nagaya eenyuu jalatti Makka seene?
D> nagaya Mux'im bin Adiyyi jalatti seene.
G101- tasa maaltu Nabi Muhammad (S.A.W) argate?…
Forwarded from Deleted Account
🔝🔝🔝🔝🔝🔝🔝🔝🔝🔝🔝🔝🔝🔝
♻♻♻♻♻♻♻♻♻♻♻♻♻♻ WANTOONI BARBAADAN HUNDU JIRA
➺MIDIYAALE BABEEKAMO
➺WAA'EE BARNOOTAA
➺SEENAA GOOTOAA
➺WAA'EE AMANTII
➺SIYAASA
➺OROMUMMAA
.
HUNDU JIRA ITTI MAKAMAA👇👇👇
JOIN JOIN 👇👇👇👇👇👇👇👇
♻♻♻♻♻♻♻♻♻♻♻♻♻♻ WANTOONI BARBAADAN HUNDU JIRA
➺MIDIYAALE BABEEKAMO
➺WAA'EE BARNOOTAA
➺SEENAA GOOTOAA
➺WAA'EE AMANTII
➺SIYAASA
➺OROMUMMAA
.
HUNDU JIRA ITTI MAKAMAA👇👇👇
JOIN JOIN 👇👇👇👇👇👇👇👇
Forwarded from KENNAA (Abdii Biyyaa)
𝐇 𝐈 𝐍 𝐁 𝐎 𝐎 𝐍 𝐈 𝐍
✍𝓫𝔂 𝓐𝓫𝓭𝓾𝓵𝓪𝔃𝓲𝔃 𝓐𝓱𝓶𝓮𝓭𝓭𝓲𝓲𝓷
👍𝐀𝐬𝐬𝐚𝐥𝐚𝐚𝐦𝐮 𝐀𝐥𝐞𝐞𝐲𝐤𝐮𝐦 𝐖𝐚𝐫𝐚𝐡𝐦𝐚𝐭𝐮𝐥𝐥𝐚𝐚𝐡𝐢 𝐖𝐚𝐛𝐚𝐫𝐚𝐤𝐚𝐚𝐭𝐮𝐡𝐮 𝐤𝐚𝐛𝐚𝐣𝐚𝐦𝐭𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚 𝐟𝐢 𝐣𝐚𝐚𝐥𝐚𝐭𝐚𝐦𝐭𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐨𝐛𝐛𝐨𝐥𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐤𝐨𝐨!!!!!!!!!!!!!!!!!!!
👍𝐌𝐞𝐞 𝐡𝐚𝐫𝐫𝐚 𝐢𝐦𝐦𝐨𝐨 𝐦𝐚𝐭𝐚-𝐝𝐮𝐫𝐞𝐞 #𝐇𝐢𝐧_𝐛𝐨𝐨𝐧𝐢𝐧 𝐣𝐞𝐝𝐡𝐮 𝐤𝐚𝐧𝐚 𝐰𝐚𝐥𝐢𝐢𝐧 𝐢𝐥𝐚𝐚𝐥𝐥𝐚. 𝐁𝐨𝐨𝐧𝐧𝐢(𝐤𝐨𝐨𝐫𝐮𝐮𝐧) 𝐢𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐚𝐦𝐚𝐥𝐚 𝐣𝐢𝐛𝐛𝐚𝐦𝐚𝐚𝐝𝐡𝐚.
👍𝐁𝐨𝐨𝐧𝐮𝐮 𝐣𝐞𝐜𝐡𝐮𝐮𝐧 𝐡𝐚𝐪𝐚 𝐚𝐫𝐠𝐮𝐮 𝐝𝐢𝐝𝐮𝐮, 𝐧𝐚𝐦𝐚𝐚 𝐟𝐢 𝐰𝐚𝐧𝐭𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐡𝐮𝐧𝐝𝐚 𝐭𝐮𝐟𝐟𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮, 𝐧𝐚𝐦𝐚 𝐡𝐮𝐧𝐝𝐚 𝐚𝐤𝐤𝐚 𝐜𝐚𝐚𝐥𝐚𝐧𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐨𝐟 𝐲𝐚𝐚𝐝𝐮𝐮 .....𝐣𝐞𝐜𝐡𝐮𝐮𝐝𝐡𝐚𝐚!!
𝐍𝐚𝐦𝐨𝐨𝐧𝐧𝐢 𝐭𝐨𝐤𝐤𝐨 𝐭𝐨𝐤𝐤𝐨 𝐝𝐡𝐮𝐧𝐟𝐚𝐚𝐝𝐡𝐮𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐨𝐟 𝐭𝐮𝐮𝐥𝐮, 𝐰𝐚𝐫𝐫𝐢 𝐤𝐚𝐚𝐧 𝐢𝐦𝐦𝐨𝐨 𝐝𝐚𝐧𝐝𝐞𝐞𝐭𝐭𝐢𝐢 𝐨𝐟𝐢𝐢𝐭𝐢𝐢𝐧, 𝐤𝐚𝐚𝐧𝐢𝐬 𝐠𝐨𝐬𝐚(𝐬𝐚𝐧𝐲𝐢𝐢) 𝐝𝐡𝐚𝐚𝐧 𝐨𝐟 𝐭𝐮𝐮𝐥𝐮.
👍𝐐𝐚𝐛𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐡𝐚𝐥𝐚𝐚𝐥 𝐜𝐚𝐫𝐫𝐚𝐚𝐪𝐚𝐧𝐢𝐢 𝐮𝐟𝐟𝐚𝐭𝐚 𝐛𝐚𝐛𝐛𝐚𝐫𝐞𝐞𝐝𝐚𝐚 𝐮𝐟𝐟𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮𝐧, 𝐪𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐢𝐧𝐚 𝐪𝐚𝐚𝐦𝐚𝐚 𝐟𝐢 𝐮𝐟𝐟𝐚𝐭𝐚𝐚 𝐞𝐞𝐠𝐠𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮𝐧, 𝐧𝐚𝐚𝐦𝐮𝐬𝐚 𝐨𝐟𝐢𝐢 𝐤𝐚𝐛𝐚𝐣𝐮𝐮𝐧 ....𝐖𝐚𝐫𝐫𝐞𝐧 𝐤𝐮𝐧𝐧𝐢𝐢𝐧 𝐛𝐨𝐨𝐧𝐚(𝐤𝐨𝐨𝐫𝐮𝐮) 𝐡𝐢𝐧 𝐣𝐞𝐝𝐡𝐚𝐦𝐚𝐧.
👍𝐊𝐨𝐨𝐫𝐮𝐮𝐧 𝐲𝐤𝐧 𝐛𝐨𝐨𝐧𝐮𝐮𝐧(𝐨𝐟 𝐣𝐚𝐣𝐮𝐮𝐧) 𝐝𝐨𝐠𝐨𝐠𝐠𝐨𝐫𝐚(𝐛𝐚𝐝𝐢𝐢) 𝐣𝐚𝐥𝐪𝐚𝐛𝐚𝐚 𝐡𝐨𝐣𝐣𝐞𝐭𝐚𝐦𝐞𝐝𝐡𝐚. 𝐒𝐡𝐞𝐞𝐲𝐱𝐚𝐚𝐧𝐧𝐢 𝐲𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐑𝐚𝐛𝐛𝐢𝐢𝐧 𝐬𝐮𝐛𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐡𝐮 𝐰𝐚𝐭𝐚'𝐚𝐚𝐥𝐚𝐚 𝐚𝐛𝐛𝐚𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 #𝐀𝐚𝐝𝐚𝐦 𝐮𝐮𝐦𝐞𝐞 𝐞𝐞𝐠𝐚𝐬𝐢𝐢 𝐦𝐚𝐥𝐚𝐚𝐲𝐤𝐨𝐭𝐚𝐚 𝐟𝐢 𝐢𝐛𝐥𝐢𝐢𝐬𝐢𝐢𝐧𝐢𝐬 𝐚𝐤𝐤𝐚 𝐚𝐚𝐝𝐚𝐦𝐢𝐢𝐟 𝐬𝐮𝐣𝐮𝐮𝐝𝐚𝐧 𝐚𝐣𝐚𝐣𝐞. 𝐈𝐛𝐥𝐢𝐢𝐬𝐢𝐬 𝐨𝐟 𝐣𝐚𝐣𝐮𝐮𝐧 "𝐚𝐧 𝐢𝐛𝐢𝐝𝐝𝐚 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐮𝐮𝐦𝐚𝐦𝐞𝐞𝐧 𝐧𝐚𝐦𝐚 𝐝𝐡𝐨𝐪𝐪𝐞𝐞(𝐡𝐨𝐫𝐨𝐟𝐚) 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐮𝐮𝐦𝐚𝐦𝐞𝐞𝐟 𝐬𝐮𝐣𝐮𝐮𝐝𝐚𝐚?! 𝐉𝐞𝐜𝐡𝐮𝐮𝐧 𝐝𝐢𝐝𝐞. 𝐊𝐚𝐧𝐮𝐦𝐚𝐚𝐟𝐢𝐬 𝐡𝐚𝐦𝐦𝐚 𝐝𝐡𝐮𝐦𝐚𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐫𝐚𝐡𝐦𝐚𝐭𝐚 𝐑𝐚𝐛𝐛𝐢𝐢 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐚𝐫𝐢'𝐚𝐦𝐞.
👍𝐊𝐚𝐧𝐚 𝐣𝐞𝐜𝐡𝐮𝐮𝐧 𝐛𝐨𝐨𝐧𝐧𝐢 𝐚𝐦𝐚𝐥𝐚 𝐬𝐡𝐞𝐰𝐲𝐱𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐭𝐢, 𝐚𝐦𝐦𝐚𝐬 𝐰𝐚𝐧𝐭𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐫𝐚𝐡𝐦𝐚𝐭𝐚 𝐑𝐚𝐛𝐛𝐢𝐢 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐧𝐚𝐦𝐚 𝐟𝐚𝐠𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐧 𝐤𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐚 𝐢𝐬𝐚 𝐭𝐨𝐤𝐤𝐨𝐝𝐡𝐚.
👍𝐈𝐥𝐦𝐢 𝐧𝐚𝐦𝐚𝐚 𝐤𝐚𝐧 𝐪𝐨𝐫𝐞𝐞𝐧 𝐭𝐨𝐤𝐤𝐨 𝐲𝐨𝐦𝐦𝐮𝐮 𝐪𝐚𝐚𝐦𝐚 𝐝𝐢𝐫𝐭𝐮 𝐨𝐤𝐤𝐨𝐥𝐮, 𝐤𝐚𝐧 𝐰𝐚𝐧𝐭𝐨𝐨𝐧𝐧𝐢 𝐢𝐣𝐚𝐚𝐧𝐮𝐮 𝐡𝐢𝐧 𝐚𝐫𝐠𝐚𝐦𝐧𝐞(𝐯𝐚𝐚𝐲𝐫𝐚𝐬𝐢𝐢, 𝐟𝐚𝐧𝐠𝐚𝐚𝐬𝐢𝐢,𝐛𝐚𝐚𝐤𝐭𝐞𝐞𝐫𝐢𝐲𝐚𝐚..) 𝐠𝐚𝐚𝐟𝐚 𝐪𝐚𝐚𝐦𝐚 𝐢𝐬𝐚𝐚𝐧𝐢𝐢 𝐬𝐞𝐞𝐧𝐚𝐧𝐢𝐢 𝐦𝐢𝐢𝐝𝐡𝐚𝐧 𝐪𝐨𝐥𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐝𝐚𝐝𝐡𝐚𝐛𝐮𝐮𝐟 𝐝𝐡𝐮𝐤𝐤𝐮𝐛𝐬𝐚𝐭𝐚𝐧𝐢𝐢 𝐜𝐢𝐢𝐬𝐚𝐧, 𝐤𝐚𝐧 𝐲𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐝𝐮'𝐞𝐬 𝐪𝐚𝐥𝐥𝐚𝐛𝐚 𝐫𝐚𝐚𝐦𝐦𝐨𝐨 𝐭𝐚'𝐮 𝐦𝐚𝐚𝐥𝐢𝐢𝐟 𝐤𝐨𝐨𝐫𝐚𝐚(𝐨𝐟 𝐣𝐚𝐣𝐚𝐚)???????????????????????????.
👍𝐍𝐚𝐦𝐧𝐢 𝐢𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦𝐚𝐚 𝐬𝐢𝐥𝐚𝐬 𝐝𝐮'𝐚𝐚 𝐟𝐢 𝐣𝐢𝐫𝐮𝐮𝐧 𝐢𝐬𝐚𝐚 𝐑𝐚𝐛𝐛𝐢𝐢 𝐢𝐬𝐚 𝐮𝐮𝐦𝐞𝐞𝐟 𝐰𝐚𝐚𝐧 𝐭𝐚'𝐞𝐞𝐟, 𝐚𝐤𝐤𝐚𝐚𝐭𝐚𝐚 𝐑𝐚𝐛𝐛𝐢𝐢 𝐢𝐬𝐚𝐚 𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐠𝐚𝐛𝐛𝐚𝐫𝐮 𝐲𝐚𝐚𝐝𝐚 𝐦𝐚𝐥𝐞𝐞 𝐲𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐤𝐚𝐦 𝐛𝐨𝐨𝐧𝐚!!!!!!
𝐐𝐚𝐛𝐞𝐞𝐧𝐲𝐢𝐢 𝐟𝐢 𝐛𝐢𝐟𝐭𝐢 , 𝐚𝐚𝐧𝐠𝐨𝐨 𝐟𝐢 𝐟𝐢𝐫𝐫𝐢 𝐢𝐭𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐤𝐨𝐨𝐫𝐭𝐮 𝐠𝐮𝐲𝐲𝐚 𝐭𝐨𝐤𝐤𝐨 𝐳𝐞𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐭𝐚𝐡𝐚, 𝐧𝐚𝐦𝐚 𝐰𝐚𝐣𝐣𝐢𝐢𝐧 𝐡𝐢𝐧 𝐰𝐚𝐚𝐫𝐮. 𝐊𝐚𝐧𝐚𝐚𝐟 𝐑𝐚𝐛𝐛𝐢𝐢 𝐲𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐦𝐚𝐫𝐚 𝐣𝐢𝐫𝐚𝐚𝐭𝐚𝐚 𝐭𝐚'𝐞𝐞 𝐟𝐢 𝐤𝐚𝐫𝐚𝐚 𝐢𝐧𝐧𝐢 𝐬𝐢𝐢𝐟 𝐟𝐢𝐥𝐚𝐭𝐞 𝐤𝐚𝐫𝐚𝐚 𝐢𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚 𝐤𝐚𝐧𝐚 𝐪𝐚𝐛𝐚𝐭𝐭𝐞𝐞, 𝐢𝐭𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐪𝐚𝐚𝐧𝐟𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐝𝐡𝐢𝐢𝐟𝐭𝐞𝐞, 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐰𝐚𝐫𝐞𝐞𝐠𝐚𝐦𝐭𝐞𝐞 𝐝𝐡𝐚𝐧𝐠𝐚𝐚 𝐣𝐚𝐧𝐧𝐚𝐭𝐚𝐚 𝐛𝐚𝐝𝐡𝐚𝐚𝐟𝐚𝐦𝐮𝐮 𝐲𝐚𝐚𝐝𝐢 .
👍𝐇𝐚𝐰𝐚𝐚𝐬𝐧𝐢 𝐤𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚𝐬 𝐲𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐦𝐚𝐤𝐦𝐚𝐚𝐤𝐚𝐧 "𝐍𝐚𝐦𝐧𝐢 𝐲𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐤𝐮𝐟𝐮𝐮𝐟 𝐝𝐞𝐞𝐦𝐮 𝐛𝐨𝐨𝐧𝐚 𝐣𝐚𝐥𝐪𝐚𝐛𝐚" 𝐣𝐞𝐝𝐡𝐮. 𝐊𝐚𝐧𝐚𝐚𝐟 𝐛𝐨𝐨𝐧𝐧𝐢 𝐤𝐚𝐫𝐚𝐚 𝐤𝐮𝐟𝐚𝐚𝐭𝐢𝐢𝐭𝐢 𝐦𝐚𝐥𝐞𝐞 𝐤𝐚𝐫𝐚𝐚 𝐦𝐢𝐥𝐤𝐢𝐢 𝐦𝐢𝐭𝐢.
👍𝐍𝐚𝐦𝐚 𝐰𝐚𝐚𝐧 𝐝𝐡𝐚𝐠𝐚𝐲𝐞𝐞 𝐟𝐢 𝐝𝐮𝐛𝐛𝐚𝐭𝐞𝐭𝐭𝐢(𝐛𝐚𝐫𝐫𝐞𝐞𝐲𝐬𝐞𝐞 𝐟𝐢 𝐝𝐮𝐛𝐛𝐢𝐬𝐞𝐭𝐭𝐢) 𝐟𝐚𝐲𝐲𝐚𝐝𝐚𝐦𝐮 𝐧𝐮𝐡𝐚𝐚 𝐭𝐚𝐚𝐬𝐢𝐬𝐮!!!!!!!!!!
𝐄𝐫𝐠𝐚𝐚 𝐤𝐚𝐧𝐚 𝐟𝐢𝐫𝐚𝐚 𝐟𝐢 𝐡𝐢𝐫𝐢𝐲𝐲𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐧𝐢𝐢𝐟 𝐬𝐡𝐚𝐫𝐞/𝐟𝐨𝐫𝐰𝐚𝐫𝐝 𝐠𝐨𝐝𝐡𝐚𝐚!!!
@Kennaapost @Kennaapost
T.me/Kennaapost

KENNAA
KENNAA Dhaloota Qubeetiif!!
Chaanaalii kana irraa👇
👉DA'AWAA
👉ODEEYFANNOO
👉WALALOO
👉ASOOSAMA
👉SEENAA fi kkf argachuu dandeessu!!
✍yaadaaf👇
@AbdiiBiyyaa iraan nu biraan gahaa!!
Chaanaalii Youtube 👉 https://youtube.com/@kennaatube3465?si=5ATT3Pd
Chaanaalii kana irraa👇
👉DA'AWAA
👉ODEEYFANNOO
👉WALALOO
👉ASOOSAMA
👉SEENAA fi kkf argachuu dandeessu!!
✍yaadaaf👇
@AbdiiBiyyaa iraan nu biraan gahaa!!
Chaanaalii Youtube 👉 https://youtube.com/@kennaatube3465?si=5ATT3Pd
Forwarded from Deleted Account
🔝🔝🔝🔝🔝🔝🔝🔝🔝🔝🔝🔝🔝🔝
♻♻♻♻♻♻♻♻♻♻♻♻♻♻ WANTOONI BARBAADAN HUNDU JIRA
➺MIDIYAALE BABEEKAMO
➺WAA'EE BARNOOTAA
➺SEENAA GOOTOAA
➺WAA'EE AMANTII
➺SIYAASA
➺OROMUMMAA
.
HUNDU JIRA ITTI MAKAMAA👇👇👇
JOIN JOIN 👇👇👇👇👇👇👇👇
♻♻♻♻♻♻♻♻♻♻♻♻♻♻ WANTOONI BARBAADAN HUNDU JIRA
➺MIDIYAALE BABEEKAMO
➺WAA'EE BARNOOTAA
➺SEENAA GOOTOAA
➺WAA'EE AMANTII
➺SIYAASA
➺OROMUMMAA
.
HUNDU JIRA ITTI MAKAMAA👇👇👇
JOIN JOIN 👇👇👇👇👇👇👇👇
Forwarded from ✎ 𝐒𝐄𝐘𝐅𝐀𝐥-𝐈𝐒𝐋𝐀𝐌 🇵🇸
As wr wb
Chanalim kun Oduu fi odeeffannoo qabatamaa qofa isiniif dabarsuuf kan banameedha kanaaf join shere waliif godhaa
👇👇👇👇
https://t.me/joinchat/AAAAAET_0WZADlbiZe0Atg
@Hamiltan_post @Hamiltan_post

Forwarded from Jaalala♡Qulqulluu💖

💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓
Waamicha guddaa namoota channel qabdan maraaf!!
Promotion chaanaali oromotaaf
namoonni creator channel taatan maraaf link channel keessan erguun galmaa'i dandeessu
👉@ABDETUOR
👉@ABDETUOR
Oromiyaa guddoo keenya kallatti hundumaam haa guddisnu!
Chanaalotni afaan oroomoo afaan oromoo giddiisuu keessatti gahee guddaa qabu afaan keenyaan odeeffannoo, bashanana fi barnoota addaa addaa dabarsuun kanaaf chanalota afaan keenyaaf iddoo haa laannu!!
Galmaa'uuf👉✅@abdetuor
HUB:
Channee keessaan miseensa 10,000 gadi kan qabdanii yeroo gabaabatti gatii madaalawan ni hojjena
@abdetuor

YOO ARRA DUUTI SITTI DHUFTE MAALTU SI SHEENEYSA ?
••••••••••••••••••••••••••••••••
By👉 https://www.youtube.com/channel/UCTFiNAQOHXblA19rrpUi_8A
1. Quraana qara'uu dhabuu
2. Salaatuu Dhabuu
3. Da'waa godhuu dhabuu
4. Haadhaa abbaaaf tola oluu dhabuu
5. Islaamaaaf tumsuu dhabuu
6. Badii irraa towbachuu dhabuu
7. Obbolummaa Islaamaa jabeeysuu dhabuu
8. Bid'aa dhiisuu dhabuu
9. Rasuula s.a.w kallaafuu
10. Ammas waan ati har'a addunyaa irratti qabdu bor nama biroo harkatti arguu( sadaqachuu dhabuu) fi k.k.f
======================
« يَوْمَ تَجِدُ كُلُّ نَفْسٍ مَّا عَمِلَتْ مِنْ خَيْرٍ مُّحْضَرًا وَمَا عَمِلَتْ مِن سُوٓءٍ تَوَدُّ لَوْ أَنَّ بَيْنَهَا وَبَيْنَهُۥٓ أَمَدًۢا بَعِيدًاۗ...»
========================
«Guyyaa namuu waan Adunyaa irratti dalage if duratti argu, hamtuu taatuu toltuu taatuu, Guyyaan sun guyyaa nabseen hamtuun isiin adunyaa irratti dalagde isirraa fagaachuu jaalattu. Rabbiin qixaata isaatiin isin sodaachisaa akka isinitti hin dalanne, waan dallansuu fidu irraa fagaadhaa. Rabbiin kan gabroottan isaati rahmata godhu.»
Aal-e-Imran 3:30
====================
Join 👇👇

Forwarded from ͙͙Foormulɑɑ Jireenyɑɑ 🇵🇸 (👑Lij Iyyasuu👑 Neng⭐)
Forwarded from Kena
🌹 Chaanaalota babbareedoo fi jaalatamoo barnoota irraa argachuu dandeessan isiniif qabannee dhiyaannee jirra.
Maarree isinis join godhaa !!
Warreen chaanaalii beeksifachuu barbaaddan immoo @Ibnuabbaas qunnamaa!!
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Maarree isinis join godhaa !!
Warreen chaanaalii beeksifachuu barbaaddan immoo @Ibnuabbaas qunnamaa!!
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Forwarded from Keyralumma
❂͟͞f͟͞a͟͞z͟͞z͟͞a͟͞k͟͞k͟͞i͟͞r͟͟͞͞/͟͞y͟͞a͟͞a͟͞d͟͞a͟͞c͟͞h͟͞i͟͞i͟͞s͟͞i͟͞❂
▣▬▬▬❁▬▬◤◢▬▬❁
❁ waan namni haajaaf si gaafate tole jette hajaa namaaf baasuun gaariidha.
Garuu, Nama haajaan itti jirtu kan haajaa isaa saniif si gaafachuu hin dandeenye rakkoo isaa beekteefii yookaa hubbatteefii haajaa isaa baasuutu irra gaariidha.
---------------------------------------------------
❁ Atiin kun! Jireenya amma keessa jirtu kana hin jaalanne ta'a, garuu yaaddee beektaa akka namoonni hedduun jireenya akka ati keessa jirtuu kana kan hawwee argachuu dadhabe akka jiru. Kanaaf shukrii heddummeessi.

Ibrahim 14:7
« وَإِذْ تَأَذَّنَ رَبُّكُمْ لَئِن شَكَرْتُمْ لَأَزِيدَنَّكُمْۖ وَلَئِن كَفَرْتُمْ إِنَّ عَذَابِى لَشَدِيدٌ »
{Gaafa rabbiin keessan beeksise yaadadhaa, yoo wantan an isiniif kenne irratti na galatoomfattan isiniif dabala, Ammoo yoo galata galchuu diddan isin qixaata.}