Dawaa Qalbii
9.03K subscribers
2.08K photos
37 videos
39 files
2.8K links
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓

@Rabbiiftai
Download Telegram
Forwarded from Deleted Account
"በኢትዮጵያ ተጨማሪ 179 ሰዎች በኮሮና ቫይረስ መያዛቸው ተረጋግጧል።" - ዶክተር ሊያ ታደሰ

@oromotoo
Forwarded from Faana beekumsaa (Islam new hiwote)
AS WR WB EENYUTU MIIDIYAAN ISLAAMAA AKKA GUDDATUUF HAWWII QABA?
EENYUTU JAALALA DIINII ISAA QABA?

Gaaffii kana ana kan jedhutu deebisuu danda'a
obboleewwan keenya muslimaa video armaan gadii kana adaraa ergaa isaa sirriitti dhaggeeffadhaa subscribe godhaa jaalala diinii keessaniif qabdan nutti agarsiisaa akka nuti barnoota waa'ee diinii islaamaa isin biraan geenyuuf haamilee nuuf tahaa haamilee nuuf ta'uun keessan subscribe gochuun nu deeggaruu fi video keenya daawwachuu Like comment gochuu qofaadha adaraa subscribe gochuuf daqiiqaa 1 caala isinitti hin fudhatu ammuma daawwadhaa subscribe nuuf godhaa miidiyaan islaamaa akka guddatuuf hawwii qabdanu nutti agarsiisaa galatoomaa Isin jaalanna

Watch "QUR'AANAA FI FAAYIDAA ISAA" on YouTube

https://youtu.be/Dn1AvbkfQ3U
Forwarded from Keyralumma
Isinumti of oolchaa!

Dhukkuba hammaataa
Kan qaama hadoochu
Balaa tasaa hunda
Rabbi isin haa olchu.


Summaa'uu qilleensaa
Faalama galaanaa
Rabbi isin hin mudin
Dhukkuba koronaa.

Sareen ciniinamuu
Harreedhaan dhiitamuu
Basoon si kotteeysuu
Joolleen si fottoysuu
Diina ofii dhaadheessuu
Rabbiin si haa baasu.


Waan akka hamii faa
Jibbaadhaaf hadoochaa
Sobaan wal qoqqooduu
Isinumti of oolchaa.........
👇 👇
Gammachuu fi milkaa'ina.
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩
Gammachuu jechuun tasgabbii namni qalbii keessatti argatuudha.

Milkaa'inna jechuun immoo wanta gaarii barbaadan argachuu fi wanta badaa sodaatan irraa nagaha bahuudha.

Gammachuu fi milkaa'inni ilma namaa wantoota sadii yoo hojjetan guuttama.

Isaanis: Qalbiin amanuu, qaaman hojii gaggaarii hojjachuu fi hojii badaa
irraa dheessu.

=====================
« أَلَا بِذِكۡرِ ٱللَّهِ تَطۡمَئِنُّ ٱلۡقُلُوبُ »
=====================
«Dhagayaa qalbiin warra rabbitti amanee gadi dhaabbattee booharuun zikrii rabbiitiini»
----------------------------------------------------
@Sammaan
Forwarded from Deleted Account
As wr wb Akkam jirtu fayyadamtoota Telegiram hundi keessan. Akkuma beekamu Chaanaalota Islaamaa barnoota gurguddaa qaban qabadhee isiniif dhufaa turuunkoo niyaadatama.
_______________________
Ammas Chaanalota bebbeekamoo Qabadhee isiniif dhiyaadheera.

Chaanaalota kanneen irraa barnoota Amantii islaamaatii fi Oduuf odeeffannoo waytawaa niargattu #Join godhaa
_______________________
Chanaala ykn Group beeksifachuuf ➡️ @diin_islam_bicha Qunnamaa.
______________
⤵️⤵️⤵️
Forwarded from MADDA BEEKKUMSAA🌳
#DrLiaTadesse

Itoophiyaatti sa'aatii 24 darbee keessa qorannoo laabraatorii namoota 5,636'f gaggeeffameen namoonni 176 vaayrasiin koroonaa qabamaniiru.

— Lakkoofsi namoota waliigalaan biyyattiitti koroonaa vaayirasiin qabamaniis 3,521 gaheera.

— Sababa vaayirasii koroonaan Itoophiyaatti sa'aatii 24 darbee keessatti namoonni sadii(3) lubbuun isaanii dhaabaniru.

— Waliigalan Itoophiyaatti lakkoofsi namoota sababa vaayirasichan lubbuu isaanii darbee 60 gaheera.

— Gama kaaniin ammoo, sa'aatii 24 dabee keessa namoonni haaraan 75 vaayirasicha irraa bayyanachuus ibsameera. Waliigalattis namoonni 620 vaayrasii koroonaa irraa bayyanataniiru.

@oromotoo
@oromotoo
❥Waa 4 milkii irraay jedhan Ergamaan Rabbii ﷺ Rabbiin siif haa kennuu
➪ Jaartii gaarii
➪ Yaabbii gaarii
➪ Oolaa gaarii
➪ Mana Baldhaa

❥ Waa 4 Umrii Nama dheersitti rizqii siif baldhistii jedhan Ergamaan Rabbii ﷺ

➪ Rahiima sufuu( maxxanfachuu)
➪ Haadhaf Abbaa tola oolu
➪ Salaata halkanii
➪ Sadaqaa dhoksaa tan waan harkii mirgaa kenne bitaan Hin beekne

❥Waa 4 irraa fagaadha irraa dheeksa jedhan Ergamaan Rabbii ﷺ

➪ Haqa Namaa
➪ Zinaa
➪ Arrabaan wal-himachuu
➪ Kijibaa

💫💫💫💫💫💫💫💫💫💫
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
🕌🕌🕌🕌🕌🕌🕌🕌🕌🕌
Imalli keessan @Dawaaqalbii faana haa tahu
yaadaaf deeggarsaafi qeeqaas ykn waan sirreessu qabnuu kara discuss jedhuun nuuf barreessaa
Forwarded from Finfinnee tube
Forwarded from Deleted Account
As wr wb Akkam jirtu fayyadamtoota Telegiram hundi keessan. Akkuma beekamu Chaanaalota Islaamaa barnoota gurguddaa qaban qabadhee isiniif dhufaa turuunkoo niyaadatama.
_______________________
Ammas Chaanalota bebbeekamoo Qabadhee isiniif dhiyaadheera.

Chaanaalota kanneen irraa barnoota Amantii islaamaatii fi Oduuf odeeffannoo waytawaa niargattu #Join godhaa
_______________________
Chanaala ykn Group beeksifachuuf ➡️ @diin_islam_bicha Qunnamaa.
______________
⤵️⤵️⤵️
Tawhiidni Qulfii Jannataati!

Yeroo lafa kana irra jiraattu haqa Rabbiin sirraa qabu sirriitti bari. Yoo ati homaa Isatti qindeessuu dhiifte Rabbis si azzabuu dhiisuu waadaa seeneera. Carraa addaa kana argachuudhaaf amantii Rabbirraa qabdu sirreeffadhu. Aqiidaa kee ilaalcha guyyaa keessa dhufan irraa qulqulleessii karaa salafootaa qofarra deemi. Kana goonaan eeyyama Rabbiitiin ni milkoofta.

Ati kanaaf qophiidhaa?
Dawaa Qalbii
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
https://t.me/Sammaan
Forwarded from MADDA BEEKKUMSAA🌳
"Itoophiyaatti namoonni dabalataa 109 vaayirasichan qabamuun isaanii mirkaana'ee; lubbuun nama 1 darbeera." Dr Liyaa Taaddasaa

@oromoto
@oromotoo
Forwarded from Ahlu Sunnaa wal-jama'aa (Allahan Qaba)
AS WR WB🤚

SADARKAA NAMA AZAANA BOODA DU'AA'II TANA KADHATEE

Dhaala Ergamaa Rabbii
S.A.W
Kutaa Sadaffaa

ASAD SH/A/QAADIR

🌟🌟🌟👇🌟🌟🌟
عن جابر بن عبدالله - رضي الله عنه - أن رسول الله ﷺ قال : « من قال حين يسمع النداء : اللهم ! رب هذه الدعوة التامة والصلاة القائمة آت محمداً الوسيلة والفضيلة ، وابعثه مقاماً محموداً الذي وعدته . حلت له شفاعتي يوم القيامة » 
ــــــــــــــــــــــــــــــــــــ
[رواه البخاري ( ٦١٤ )].

🌟🌟🌟👇🌟🌟🌟
Jaabir Bini Abdullaahii Irraa Odeeffamee Ergamaan Rabbii S.A.W Akkaan Jedhan👇

Namni Azaana Dhagahee Booda Azaanaatiin ALLAAHUMMA RABBA HAAZIHI ADDA'AWATITTAAMMAH WASSALAATIL QAA'IMAH ATI MUHAMMADN ALWASIILATA WALFADIILAH WABA'AS-HU MAQAANMAHMUUDANILLAZII WA'ATTAH Namni jedhee du'aa'ii Tana kadhate
Maanguddummaan Kiyya Isaaf Sabatte jedhan Ergamaan Rabbii S. A.w
__
[Bukaarii ( 614 )]

Waan Hadiisa Kanarraa Argannu
1, Azaanni Yoo Azaanamu Dhageeffachuudhaa Qabna
2, Yeroo Mu'azzinni Ykn Lallabaan Lallabu Waan Inni jedhe Duuba Isaatiin jedhuu Qabna HAYYALASSALAATI FI HAYYA ALALFALAAHII Malee
Kana lamaaniif
LAAHAWLA WALAAQUWWATA ILLAA BILLAH Jenna
3,Namni Azaana dhagahe Du'aa'ii Asii Olitti Dubbanne San Jedhuudhaa qabaata
4, Du'aa'iin Sun Hiikni Isii
Yaarabbi Abbaa Waamicha Guutuu kanaa Abbaa Salaata dhaabamtuu Taate tanaa Muhammadiif Kenni Sadarkaa Guddoo Beellamteef San Eddoo faarfamtuu Sanis Qubsiisi
Jechuudha
5, Nama Du'aa'ii Tana Kadhatee Ergamaan Rabbii S.A.W Maanguddummaa Isaaf Dhaabbatanii Isaaf Rabbiin Kadhataniif Guyyaa Qiyaamaa

🤲 🤲 🤲 🤲 🤲 🤲
Yaarabbi Nama Shafaa'aa Nabi Muhammad saw

@islamtub
@islamtub
@islamtub
Forwarded from Deleted Account

🌲AS WR WB Akkam jirtu fayyadamtoota Telegiram hundi keessan. Akkuma beekamu Chaanaalota Islaamaa barnoota gurguddaa qaban qabadhee isiniif dhufaa turuunkoo niyaadatama.
___________________
Ammas Chaanalota bebbeekamoo Qabadhee isiniif dhiyaadheera.

Chaanaalota kanneen irraa barnoota Amantii islaamaatii fi Oduuf odeeffannoo waytawaa niargattu #Join godhaa
___________________
Chanaala ykn Group beeksifachuuf ➡️ @ABDETUOR nu Qunnamaa.
__________
⤵️⤵️⤵️

👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Forwarded from Keyralumma
@keyralumma @Ibnutemiya6
AS WR WB
obbolewwan koo kan akkiraa nagaf rahmanii rabbii isn birra ha jiratuu

NAMOOTA GAGGAARITTI HIRIYYOOMI

▪️Haalaa-amala Salafootaa keessaa inni tokko namoota gaggaarii wajjiin hiriyyoomuudha Yoo karaa deemanis yeroo mana taa’anis bakka haasawaattis namoota haalaa-amalli isaanii gaggaarii ta’e filatan Akkasumas namoota Rabbii isaanii isaan yaadachiisanii fi namoota karaa qajeelatti isaan qajeelachan filatan.
🔹Namoota gaggaarii wajjiin ooluun gaaroomina namaaf dabala Qalbiidhaafis qulqullina dabala.

🔹Namoota hamaa wajjin ta’uun ammoo hammeenya namaaf dabala Qalbiinis hamtuu akka yaaddu isii taasisa.
✍️Ahmad ibn Harb (rahimahullaah) akkana jedhe Qalbii Muslima tokkoof namoota gaggaarii wajjiin ooluu caala wanti faayidaa qabu hin jiru Akkasumas onnee muslimaatiif wanti akka namoota hammeenyaan guutamanii waliin ooluu fi dalagaa isaanii laaluu caala miidhaa qabu hin jiru.”

Yaa Obboleewwan aakhiraa
▪️Mee Eenyu wajjiin akka hiriyyoomnee jirru haa xiinxallinu Ammaan kana silaa Hiriyyoomni qaamaa hafeeti hiriyyoomni #Facebookaa daran dabalee jira Hiriyyaan kee kan Facebook irraa Waa’ee amantii keetii si yaadachiisaa jira moo Suuraa isaa maxxansee Maashaa Allaah naan jedhaa siin jedhaa jira laata? Kanaafuu Mee hiriyyoota keenya haa filannu.

🔹Guyyaa Qiyaamaa Sakandii nuti Facebook kanarratti dabarsineef itti gaafatamuun keenya hin oolamu Kanaafuu yeroo dabarsaa jirru kana namoota gaggaarii wajjiin hiriyyoomuun kheeyrii irraa haa haasofnu.
🙏 Yaa Allaah 🤲
► Hiriyyaa gaarii kan aakheraa keenyaaf tolu nuuf kenni
► Hiriyyaa hamaa kan karaa kee irraa nu jallisu nurraa qabi
► Warra Waliin ta’ee, Milkaahee jannata seenu nu taasisi.
(By Xaalibul ilm)
Forwarded from Ahlu Sunnaa wal-jama'aa (Allahan Qaba)
YOO ARRA DUUTI SITTI DHUFTE MAALTU SI SHEENEYSA ?
••••••••••••••••••••••••••••••••

1. Quraana qara'uu dhabuu
2. Salaatuu Dhabuu
3. Da'waa godhuu dhabuu
4. Haadhaa abbaaaf tola oluu dhabuu
5. Islaamaaaf tumsuu dhabuu
6. Badii irraa towbachuu dhabuu
7. Obbolummaa Islaamaa jabeeysuu dhabuu
8. Bid'aa dhiisuu dhabuu
9. Rasuula s.a.w kallaafuu
10. Ammas waan ati har'a addunyaa irratti qabdu bor nama biroo harkatti arguu( sadaqachuu dhabuu) fi k.k.f
======================
« يَوْمَ تَجِدُ كُلُّ نَفْسٍ مَّا عَمِلَتْ مِنْ خَيْرٍ مُّحْضَرًا وَمَا عَمِلَتْ مِن سُوٓءٍ تَوَدُّ لَوْ أَنَّ بَيْنَهَا وَبَيْنَهُۥٓ أَمَدًۢا بَعِيدًاۗ...»
========================
«Guyyaa namuu waan Adunyaa irratti dalage if duratti argu, hamtuu taatuu toltuu taatuu, Guyyaan sun guyyaa nabseen hamtuun isiin adunyaa irratti dalagde isirraa fagaachuu jaalattu. Rabbiin qixaata isaatiin isin sodaachisaa akka isinitti hin dalanne, waan dallansuu fidu irraa fagaadhaa. Rabbiin kan gabroottan isaati rahmata godhu.»
Aal-e-Imran 3:30
====================
Forwarded from Marcador Bot
ODUU ARIIFACHIISAA

GUYYAA HAR'AA ITOOPHIYAA KEESSATTI QORANNOO LAABRAATOOTII NAMOOTA 5,891 IRRATTI GAGGEEFFAMEEN NAMOONNI 👉SEE MORE...
Forwarded from Faana beekumsaa (Ibnul Islam)
AZAABA ITTI KAFALANII SEENANI !! JANNATA IMMOO BILISAAN !!AKKA SEENAN BEEKTAA ??? ☄️
By. @gaaddisa_dhugaa


👇Seenaa Dinqisiistuu👇
Jaartii Umriin isii manguddoome tokkotu ilma isii waamtee yaa ilma koo " jannata bilisaan akka seenan beektaa azaaba immoo kafalanii akka seenan beektaa jettee gaafatte ?

Ilmi dinqisiifatee aayyoo akkamitti jedhee gaafate ?

yaa ilma koo :
1.Namni sigaaraa aarsu qarshii bitee aarsaa ,
2.Namni Farsoo dhugu bitatee dhuga ,

3.Namni qumaara garagaraa taphatuu qarshii ofiitiin taphataa ... jettee ...

itti fuftee ammas yaa ilma koo
1.Namni salaatu bilisaan salaata itti hin kaffalu ,
2.namni soomu bilisaan soomaa ,

3.namni zikrii jedhu bilisaan jedha ,

4.Namni qur'aana qara'u itti hin kaffalu ...
Ati qarshii kee karaa hin taanetti baaftee azaaba bitachuu barbaaddaa ilma koo? moo gara jannataa bilisaan deemuu barbaadda jetteen jedhama .

ergaan kun bilisaan si gahe atis bilisaan ofirraa dabarsi ..Obboleewwan kee biraan gahi ajrii isaa bilisaan herregadhu .

Subscribe our youtube👇
https://www.youtube.com/channel/UCTFiNAQOHXblA19rrpUi_8A

👇share for all ⤵️
@Gaaddisa_dhugaa
@bashashaa
@B_Islaamummaa


https://t.me/gaaddisa_dhugaa
Forwarded from Islamic (Ibnul Islam)
Oduu baayyee nama gammachiisu
Dhaabbanni fayyaa addunyaa akka ibsanitti Qorichi covid 19 argamuu ibsan kanuma hordofuun gaaffilee armaan gadii kanaaf odeeffanoo guutuu isaa dubbisuuf @gaaddisa_dhugaa irra seenuun dubbisuu dandeessu gaaffichis
👇👇👇👇👇
DHUKKUBSATTOOTA COVID 19 FAYYISUU NI DANDA'AA?

OFII QORICHI KUN MAALI?

MAALIIF OOLAA TURE?

KORONAA AKKAMIIN WAL'AANA?

MIIDHAA QABAA?

Kan jedhuuf guutuu isaa @gaaddisa_dhugaa irra seenuun dubbisuu dandeessu 👇👇
@GAADDISA_DHUGAA
Forwarded from Deleted Account
# Abshiri!!!
Rakkinni barbaree ta'ee
Gaafa si haxxiffachiisu qufaa
Harkakee olqabdee
Rabbitti iyyuu qofaa

Gaafa isatti iyyitu
Si agarsiisa daandii
Hojjechuu dandeessa
Maal ati namaa gadii?

Rabbiikeetti hirkattee
Gaafa buutu karaa
Siif salphachaa dhufa
Inni akka gaaraa

Jireenyi gaafa ulfaatu
Keessa keetti akka arbaa
Jabaattee hojjennaan
Yoomillee ni darbaa
# Abshiri. Dabalataaf👇
Breaking news from Arsi Robe muslim student.
👇👇👇👇👇👇👇👇
As wr wb kabajamtoota barattoota miseensa JBMAR kan taataan akkuma beekamu sababa dhibe koronaatif manneen barnootaa cufamuu hordofee jama'aan keenyas hojii idilee addaan kutee jira kanaaf amma dhamsii jiru Kitaabbiin Jama'aa fi akkasumas qabeenya jama'aa isin bira jiru akka ofirraa galchitan itti gaafatamtoonni mana kitaabaa yaamicha isiif godhaniiruu.
kanaaf namni kamiyyu yaamicha isiniif godhame kana awwaattani akka ofirraa galchitan akkasumas hiriyyoota keessaniinis ergaa kana geettanii akka irraa nuu fiddanii keessatti barattoonni baadiyya akkuma walbeektaniin ergaa kana waliin nuu gaha yoo jennu amaanaa isiniin jedhaati.hundi keenyaa dirqama qabnu haa bahannu
Rabbiin furmaataa nuuf haa fiduun kadhaa hunda keennati.
Odeeffannoo dabalataaf
0909920826
0949393043
0922686384
0938113352
IDDOON:-Bilbilaan nutti hima isinirraa fuuna iddoo jirtanitti haala mijeessine
@Arsirobej
#Sidaamaa

Manni Maree Naannoo Kibbaa guyyaa har'a Naannoo Sidaamaaf wal-harkaa fudhiinsa aangoo taasiseera. Sirni wal-harkaa fudhiinsa kun kan gaggeeffame yaa'ii Mana Maricha marsaa 5ffaa, bara hojii 5ffaa, yaa'ii ariifachisaa 2ffaa irratti. Haaluma kanaan Naannoon Sidaamaa Naannoo biyyatti 10ffaa ta'ee galmaa'eera.

@odeeffano
@Dawaaqalbii