Forwarded from MADDA BEEKKUMSAA🌳
Paarlaamaan Wixinee Seeraa Manni Marii Dhimmoota Islaamaa Ityoophiyaa labsiin akka dhaabbatuuf dhihaateef raggaasise
Odeeyfannoo #Nuuralhudaa
June 11, 2020
Manni marii bakka bu’oota ummataa wal gahii idilee 16ffaa Khamiisa har’aa galma Waajjira Muummicha ministeeraatti geggeesseen, Wixinee Seeraa Manni Marii Dhimmoota Islaamaa Ityoophiyaa labsiin akka dhaabbatu dhihaateef sagalee caalmaan raggaasise.
Gaaffilee Hawaasni Muslimaa yeroo dheeraaf gaaffataa ture jidduu tokko Manni Marichaa labsiin beekamtii seeraa akka argatu kan jedhu yoo tahu, Koreen ogeeyyota seeraa hawaasa Muslimaa waggaa tokko dura dhimmicha gadi fageenyaan qoratuun, sanadii seeraa qopheessee Paarlaamaaf kan galche tahuun ni beekama.
#ManaMaree #Dhimmoota_Islaamaa_Ityoophiyaa

Forwarded from Deleted Account
💫💫WANTOONI BARBAADAN HUNDU JIRA
➺MIDIYAALE BABEEKAMO
➺WAA'EE BARNOOTAA
➺SEENAA GOOTOAA
➺WAA'EE AMANTII
➺SIYAASA
➺OROMUMMAA
.
.
.
.
.
HUNDU JIRA ITTI MAKAMAA
➺MIDIYAALE BABEEKAMO
➺WAA'EE BARNOOTAA
➺SEENAA GOOTOAA
➺WAA'EE AMANTII
➺SIYAASA
➺OROMUMMAA
.
.
.
.
.
HUNDU JIRA ITTI MAKAMAA
Forwarded from Gaddisa_dhuga
As wr wb Rasuula irratti (Sallallaahu aleeyhi wasallam) Nagayaa fi Rahmata guyyaa Jumu'aa buusuun irra caalaa guyyaa hafaniiti. Halkan isii (kamisni halkan) irra caaltuu halkaniiti. Rasuulli Sallallaahu aleeyhi wasallam akkana jedhan: "Irra caalaan guyyaa keessanii guyyaa Jumu'aati, Isii keessa Nagayaa fi Rahmatarraa narratti buusuu baay'isaa."
Kanaafuu rahmata irratti buusuu haa baayyifnu sallalaahu aleyhi wosalam jedhaa
الصلاة علی النبي ﷺ يوم الجمعة أفضل من بقية الأيام،وليلتها أفضل الليالي، قال رسول الله ﷺ: (إن من أفضل أيامکم يوم الجمعة فأکثروا علي من الصلاة فيه)

Forwarded from Fayisal isper Jimma via @Feysal_bot
Assalamualyeekum Worahamtullaahi wobarakaatuhu
kabajamtootaa obboleewwan muslimaa hundi kan hundee ykn bu'uura amantaa ofii baruu barbaaddan kunoo nutis barnootawwan hundee islaamaa tahan karaa gabaabinaan qabannee isiniif dhihaanne jirra isinis carraa kanatti fayyadamuun mata-dureewwan gaditti isiniif tarreessine kanarra tuquun Kottaa gahee keessan bahadhaa isiniin jenna.
🚸Barnoota Aqiidaa 🚸
🚸Barnoota Toohidaa 🚸
🚸Barnoota seenaa/siiraa 🚸
🚸Barnoota waa'ee iimaana🚸
🚸Barnoota Toowbaa 🚸

Dhaamsa jabduu haala yeroo irratti
Dr Zaakir Naayik
🎙Dr Zaakir Naayik,
ककककककककककक
📜Dhaamsa Jabduu haala yeroo irratti xiyyeeffattu Afaan Oromootiin.
ममननननमममममममममममममममम
⌚️ daqiiqaa 10:48
💳 hammi: MB 3.1 qofa
👇
@Hamiltan_tv_Hamilee_Ummataa

Forwarded from Keyralumma
Yaa Ummatal Islaam,
Ergamaan Rabbii Nabi Muhammad ﷺ akkana jechuun dubbataniiru.
"✅Muslimni tokko muslima birootiif obboleessa.
Isa hin dogongorsu, kufaatii isaa hin hawwu, isas
hin tuffatu." (Sahiiha Muslimtu gabaase, 2564)
Kanaaf Yaa obboleessa muslimaa koo!
♻️Obboleessa muslimaa kee isa biroo gonkumaa hin tuffatiniin, hin dogongorsiniin, yoo dogongoree jiraate
immoo ofitti yaamii gorfadhuun malee ofirraa isa hin fageessin inni eenyuu iyyuu olitti obboleessa keeti!
Yaa Gabricha Rabbii, Yaa Gabrittii Rabbii
Salluu ala Nabiyyallaah

Hubachiisa❗️
Barattoota qormaata biyyaaleessaa baranaa fudhattan hundaaf:
Barnoota bara 2012 sababa weerara vaayirasii koronaa addaan citu isaatin walqabate Ministeerri Barnoota qormaanni biyyaaleessaa yoom akka kennamu ifa akka hin goone ni beekama. Yeroo ammaa kanatti ammoo maqaa fi asxaa Ministeericha fayyadamuun odeeffannoo sobaa qormaatichi yoom akka eegalamu tamsa'aa jiraachu mul'achaa jira.
Ministeerichi ergaa gabaabdu har'a baaseen; yeroon barnoota eegalamu fi qormaatichi kennamu hanga ibsamutti barattoonni odeeffannoo sobaan osoo hin burjaaja'iin weerara COVID-19 irraa of eeggachaa kitaaba of harkaa qaban akka qayyabatan dhaamsa dabarseera.
@Gadaapost

Forwarded from Kena
🙏Yaa rabbi Yaa rabbi
Yaa kaashifa ddurri
Atii nurraa kaasii
Yaa mootii ol tahee
Dhukkuba koronaa
Kan aalama wal gahee
Qalbiin Aamiiiiiiiiiiiiiin👇
⤵️Jedhaa⤵️
Yaa kaashifa ddurri
Atii nurraa kaasii
Yaa mootii ol tahee
Dhukkuba koronaa
Kan aalama wal gahee
Qalbiin Aamiiiiiiiiiiiiiin👇
⤵️Jedhaa⤵️
Forwarded from Deleted Account
Forwarded from Keyralumma
Qaamaaf qalbiin kankee
Yoo qabaate fayyaaaaaa
Galata gooftaakeeeeeef
Galfachuu siif wayyaaa
Kan meeqa cinqamuuu
Qaamaaf fayyaa dhabee
Simmoo rabbiiii keetu
Toleeeee sidhaqqabeee
Akkatin miidhamneeeef
Harka sirra qabeeeeeee
Yoo qabaate fayyaaaaaa
Galata gooftaakeeeeeef
Galfachuu siif wayyaaa
Kan meeqa cinqamuuu
Qaamaaf fayyaa dhabee
Simmoo rabbiiii keetu
Toleeeee sidhaqqabeee
Akkatin miidhamneeeef
Harka sirra qabeeeeeee
Forwarded from Faana beekumsaa (Islam new hiwote)
AS WR WB EENYUTU MIIDIYAAN ISLAAMAA AKKA GUDDATUUF HAWWII QABA?
EENYUTU JAALALA DIINII ISAA QABA?
Gaaffii kana ana kan jedhutu deebisuu danda'a
obboleewwan keenya muslimaa video armaan gadii kana adaraa ergaa isaa sirriitti dhaggeeffadhaa subscribe godhaa jaalala diinii keessaniif qabdan nutti agarsiisaa akka nuti barnoota waa'ee diinii islaamaa isin biraan geenyuuf haamilee nuuf tahaa haamilee nuuf ta'uun keessan subscribe gochuun nu deeggaruu fi video keenya daawwachuu Like comment gochuu qofaadha adaraa subscribe gochuuf daqiiqaa 1 caala isinitti hin fudhatu ammuma daawwadhaa subscribe nuuf godhaa miidiyaan islaamaa akka guddatuuf hawwii qabdanu nutti agarsiisaa galatoomaa Isin jaalanna
Watch "QUR'AANAA FI FAAYIDAA ISAA" on YouTube
https://youtu.be/Dn1AvbkfQ3U

Isinumti of oolchaa!
Dhukkuba hammaataa
Kan qaama hadoochu
Balaa tasaa hunda
Rabbi isin haa olchu.
Summaa'uu qilleensaa
Faalama galaanaa
Rabbi isin hin mudin
Dhukkuba koronaa.
Sareen ciniinamuu
Harreedhaan dhiitamuu
Basoon si kotteeysuu
Joolleen si fottoysuu
Diina ofii dhaadheessuu
Rabbiin si haa baasu.
Waan akka hamii faa
Jibbaadhaaf hadoochaa
Sobaan wal qoqqooduu
Isinumti of oolchaa.........
👇 👇
Dhukkuba hammaataa
Kan qaama hadoochu
Balaa tasaa hunda
Rabbi isin haa olchu.
Summaa'uu qilleensaa
Faalama galaanaa
Rabbi isin hin mudin
Dhukkuba koronaa.
Sareen ciniinamuu
Harreedhaan dhiitamuu
Basoon si kotteeysuu
Joolleen si fottoysuu
Diina ofii dhaadheessuu
Rabbiin si haa baasu.
Waan akka hamii faa
Jibbaadhaaf hadoochaa
Sobaan wal qoqqooduu
Isinumti of oolchaa.........
👇 👇
Gammachuu fi milkaa'ina.
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩
Gammachuu jechuun tasgabbii namni qalbii keessatti argatuudha.
Milkaa'inna jechuun immoo wanta gaarii barbaadan argachuu fi wanta badaa sodaatan irraa nagaha bahuudha.
Gammachuu fi milkaa'inni ilma namaa wantoota sadii yoo hojjetan guuttama.
Isaanis: Qalbiin amanuu, qaaman hojii gaggaarii hojjachuu fi hojii badaa
irraa dheessu.
=====================
« أَلَا بِذِكۡرِ ٱللَّهِ تَطۡمَئِنُّ ٱلۡقُلُوبُ »
=====================
«Dhagayaa qalbiin warra rabbitti amanee gadi dhaabbattee booharuun zikrii rabbiitiini»
----------------------------------------------------
@Sammaan

As wr wb Akkam jirtu fayyadamtoota Telegiram hundi keessan. Akkuma beekamu Chaanaalota Islaamaa barnoota gurguddaa qaban qabadhee isiniif dhufaa turuunkoo niyaadatama.
_______________________
Ammas Chaanalota bebbeekamoo Qabadhee isiniif dhiyaadheera.
〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰
Chaanaalota kanneen irraa barnoota Amantii islaamaatii fi Oduuf odeeffannoo waytawaa niargattu #Join godhaa
_______________________
Chanaala ykn Group beeksifachuuf ➡️ @diin_islam_bicha Qunnamaa.
______________
⤵️⤵️⤵️

#DrLiaTadesse
Itoophiyaatti sa'aatii 24 darbee keessa qorannoo laabraatorii namoota 5,636'f gaggeeffameen namoonni 176 vaayrasiin koroonaa qabamaniiru.
— Lakkoofsi namoota waliigalaan biyyattiitti koroonaa vaayirasiin qabamaniis 3,521 gaheera.
— Sababa vaayirasii koroonaan Itoophiyaatti sa'aatii 24 darbee keessatti namoonni sadii(3) lubbuun isaanii dhaabaniru.
— Waliigalan Itoophiyaatti lakkoofsi namoota sababa vaayirasichan lubbuu isaanii darbee 60 gaheera.
— Gama kaaniin ammoo, sa'aatii 24 dabee keessa namoonni haaraan 75 vaayirasicha irraa bayyanachuus ibsameera. Waliigalattis namoonni 620 vaayrasii koroonaa irraa bayyanataniiru.
@oromotoo

❥Waa 4 milkii irraay jedhan Ergamaan Rabbii ﷺ Rabbiin siif haa kennuu
➪ Jaartii gaarii
➪ Yaabbii gaarii
➪ Oolaa gaarii
➪ Mana Baldhaa
❥ Waa 4 Umrii Nama dheersitti rizqii siif baldhistii jedhan Ergamaan Rabbii ﷺ
➪ Rahiima sufuu( maxxanfachuu)
➪ Haadhaf Abbaa tola oolu
➪ Salaata halkanii
➪ Sadaqaa dhoksaa tan waan harkii mirgaa kenne bitaan Hin beekne
❥Waa 4 irraa fagaadha irraa dheeksa jedhan Ergamaan Rabbii ﷺ
➪ Haqa Namaa
➪ Zinaa
➪ Arrabaan wal-himachuu
➪ Kijibaa
💫💫💫💫💫💫💫💫💫💫
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
🕌🕌🕌🕌🕌🕌🕌🕌🕌🕌
Imalli keessan @Dawaaqalbii faana haa tahu
yaadaaf deeggarsaafi qeeqaas ykn waan sirreessu qabnuu kara discuss jedhuun nuuf barreessaa