Qooda Rabbiin namaaf qoodeef hin aarin hin cinqamin waan Rabbiin sii qoodetti shakkari isuma kadhadhu.
👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆
Dawaa Qalbii
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
https://t.me/Sammaan

Telegram
Dawaa Qalbii
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓
@Rabbiiftai

Forwarded from Keyralumma
📚GORSA HADIISA KEESSA DHUFE. 📚
➡ Nama 3 Kan Rabbiin hin dubbifne
kamfaa dha?
1.Nama huccuu lafarra harkisu
2. Nama kakuu kijibaatiin horii heddummeeffatu.
3. Nama waan kennate deebi’ee himatu.
➡ .Waa lama kan yoon rabbiif jecha of qaban rabbiin Jannata namaa kennu maal faa dha?
1. Arrabaa fi
2. Qaama saalaa.

Forwarded from Gali Ababor Official
Poolisiin maaliif dallaa masjidaa diigee ummata Muslimaa reeba?
★★★★★★★★★★★
Halkan edaa qaamni hin beekamne qindaa'ee Magaalaa Finfinnee naannoo Labuutti dallaa masjidaa diiguuf yaalii goonaan ummanni azaanaan wal waamee shiftaa irra masjida hambiseera. Yeroo sanatti qaamni nageenyaa dhufee nuti ni eegna jedhee ummata bittinneesse.
Garuu waadaa isaanii cabsanii ofumaa dallaa masjidaa diiganii dargaggoota achi jiran irraan miidhaa ga'an. Dargaggoonni gariin miidhamanii mana yaalaa galanii jiru.
https://t.me/glababor

#ODUU_AMMEE
Afa-yaa'ii Mana Maree Federeshinii addee Keeriyaa Ibraahim fedhii isaanin aangoo gadhiisan. Addee Keeriyaa erga Ebla 22 bara 2010 jalqabe itti gaafatamummaa kanaan tajaajilaa turan. Ibsa daqiiqaa muraasa dura kennaniin sababa gadhiisuu isaani yeroo himan, "garee heera biyyatti cabsu fi adeemsa olaantummaa seeraa hin kabajne" waliin hojjechuuf hayyamamoo waan hin taaneef akka ta'e ibsaniiru. maddoonni:
👇👇👇👇
Nuuralhudaa
Gadaapost
Hawi TiMES

👇👇👇👇👇👇👇👇👇
♻️قَالَ اللَّهُ تَعَالَ:« إِنَّ ٱللَّذَّينَ ءَامَنُوٱ وَعَمِلُوٱ آلصَّـٰلِحَـٰتِ كَانَتْ لَهُمْ جَنَّـٰتُ ٱلْفِرْدَوْسِ نُزُلًا» الكهف:١٠٧✏️
[Rabbiin_ol_tae_akkana_jae👇
✅Isanoowwan rabbitti amanan isaannan gaarii dalagan ni taati isaaniif #Jannatal_firdowsitu isaaniif ta'a📿 bootaa qumsuma (tessuma) isaanii isaaniif ta'a…✍. Suratul kahaf:108.
😭yaa rabbi warra dhugaan sitti amanee #Jannata keetii saniin milkaa'uu nu taasisi
☘ Aamiiiiiiiiiiiiiin
🕊🕊🕊🕊🕊🕊🕊🕊🕊

<< Tolli guddaan abbaan ilmaan isaatif oolu, haadha isaanii kabajuudha.>> kun ergaa NUURALHUDAA ti. ergaawwan barsiisoo fi ajaaiba kana fakkaatan argata miidiyaa keenya haa gargaarru 6504 irratti ok jedhaa erga karaa message tin qarshii takkaan gargaraa obboleewwan keessanis hirmaachisa. Dawaa Qalbii
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
https://t.me/Sammaan
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
https://t.me/Sammaan
Telegram
Dawaa Qalbii
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓
@Rabbiiftai
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓
@Rabbiiftai
Forwarded from Faana beekumsaa (Ibnul Islam)
Bid´aa {البدعة}
bidaa jechuun maali?
@Gaaddisa_dhugaa irraa
akka afaanittti waan harawa´ jechudha.
akka shari´aati immoo ``Hojii ibaadaa ykn gabarti Allaaha { fkf salaata , faaruu nabiyyii , sadaqaa fi kkf }kessatti wan haarawa rabbiifi ergaman isaa (saw) karaa nuf hin godhin jechu.´´
ulaagalee bidaa
bidaan ulagalee jaha(6) qabdi
1.Sabaaba: ibaadaa tokkof sababaa shariaan hin godhin sababaa godhuu
fkf. namni tokko yeroo mana isaa sene hunda yoo rakaaa 2 salaate sababaa mana seneef kuni bidaadha...
2.Gosa: namni tokko gosa ibaadaa shariaan karaa hin godhinin yoo rabbi gabbare bidadha. fkf. Udhiyaadhaf( qalma guyyaa iida arafaa qalamuuf) yoo Fardaan qala jae bida tahaa maliif? sharia waan karaa hin goneef. kan karaa godhame gaala, loon fi holaaafa wan tahef
3.Hamma(lakoofsa): yoo namni tokko ibaadaa kessatti lakkoofsa dabale ykn irrise bidaa taha .fkn1.salaata ishaai 3 ykn 5 saalatuu. fkn2. qaama uduaa yeroo 4 dhiqachu.
4.Akkaataa: yoo namni tokko ibaadaa akkaataa shariaan karaa godhe malee hojjate bidaa dha. fkn1. rukuua dura sujuuda yoo dursee. fkn2.uduua miila irraa yoo egale
5.Yeroo: ibaada yeroo shariaan kara godhe ala yoo hojate. fkn1.salaata yeroon odoo hin geenyee yoo salaate. fkn2.Udhiyaa( qalma guyyaa iida arafa qalamu) yoo salaata idaa odoo hin salaatin qale bidaa taha.
6.Bakka: ibaadaa takka bakka shariaan karaa godhe malee yoo hojatee bidaa taha. fkn1. iitikaafa yoo mana isaatti ykn madarsaa kessatti taae bidaadha.
ulaagaleen kun kan fudhamee kitaaba شرح الاربعین لالعثیمین
Hamza Ahmed (H.naik)
T.me/gaaddisa_dhugaa

Forwarded from MADDA BEEKKUMSAA🌳
Forwarded from Keyralumma
✅خصلتان لا شيء أفضل منهما: الإيمان بالله والنفع للمسلمين،
✅Waa lama wonni Jara caalu injiru
1. Rabbitti Amanuu
2. Muslimtoota ykn nama kamiyyuu fayyaduu
♻️خصلتان لاشيء أخبث منهما : الشرك بالله، والضر للمسلمين.
♻️Waa lama wonni jararra ajaaan ykn jibbamaan injiru
1. Rabbitti kafaruu
2. Muslimtoota ykn nama kamiyyuu dararuu ykn miidhuu
وعن أبي بكر الصديق رضي الله عنه : قال من دخل القبر بلا زاد فكأنما ركب البحر بلا سفينة
♻️Abuu bakir siddiiq Rabbiin isaanirraa hajaallatuu akkas jedhan
Namni Qabirii sinqii/galaa malee seenee/deeme
Akka nama bahara safiinaa ykn dooni malee seene/itti galeeti

⏳Waswaasa lameen tana rabbitti maganfatuun ofirraa eegi⏳
━━━━━━━━━━━━━━━━━━
🌴 Waswaasii lubbuu fi sheeyxaanaa.
∴ Waswaasa lubbuu jechuun-: waswaasni lubbuu tee keessatti dhufee eegasii lubbuun teetis yoo jaalatte.
∴Waswaasa sheeyxaan jechuun-:waswaasa osomaa lubbuun tantee jibbitu sitti dhufu.
Waswaasa badaa kamuu rabbitti ofirraa maganfachuu barbaachisa.
━━━━
🌴Arrabni kan kee turjumaan qalbii keetiiti, homa qalbiin tee feete yookaa waan qalbii tee keessa naannawu arrabni jechaan gadi baasaa, kanaaf waanta dubbattu hundaa beekaa dubbadhu, Waan keeyrii yoo yaadde dubbadhu, yookaan cal'isuutuu siif caala. Keeyriif hamtuu addaan beekuuf baruun ammoo dirqama
━━━━
🌴 Namni rabbi sodaatu nama waa beeku. Namni waan rabbiin uume laalee waan rabbiin jedhe akka inni jedhetti dalage, beekaa jedhama. isaatu rabbiin sodaata.
━━━━
«إِنَّمَا يَخۡشَى ٱللَّهَ مِنۡ عِبَادِهِ ٱلۡعُلَمَٰٓؤ »
━━━━━━━━━━━━━━━━

Forwarded from Ahlu Sunnaa wal-jama'aa (Allahan Qaba)
Namoonni torba erga du'aniis badhaasa miindaa fufamaa qabu.
Ergamaan Rabbi SAW akkana jedhan. " namoonni torba miindaan hojii isaanii hin dhaabbatu. Isaanis;-
1, nama barumsa barsiise
2, kan bishaan deemsise
3, kan biirii (bishaan boollaa) qote
4, kan nakhlii (muka fireen isaa nyaatamu) dhaabe
5, kan masjiida ijaare
6, kan Qur'aana dhaalchisee fi
7, kan ilmoo booda isaatii dhiifama Rabbiin kadhattuuf qabuu dha" sahiihal-jaami' 3602
Isaan kun warra umurii miindaa ofii dheeressee ka'ee biraa du'ee dha.
Kaan utuu lubbuun jiruu miindaan isaa dhaabbata. Kaanimmoo jalaa badee adabbiidhaaf jiraata.
@islamtub

Forwarded from Fayisal isper Jimma via @Feysal_bot
Assalamualyeekum Worahamtullaahi wobarakaatuhu
kabajamtootaa obboleewwan muslimaa hundi kan hundee ykn bu'uura amantaa ofii baruu barbaaddan kunoo nutis barnootawwan hundee islaamaa tahan karaa gabaabinaan qabannee isiniif dhihaanne jirra isinis carraa kanatti fayyadamuun mata-dureewwan gaditti isiniif tarreessine kanarra tuquun Kottaa gahee keessan bahadhaa isiniin jenna.
🚸Barnoota Aqiidaa 🚸
🚸Barnoota Toohidaa 🚸
🚸Barnoota seenaa/siiraa 🚸
🚸Barnoota waa'ee iimaana🚸
🚸Barnoota Toowbaa 🚸

Forwarded from Deleted Account
ODUU GAMMACHIISAA
As wr wb hordoftoonni hawaasa muslimaa hundi keessan baga gammaddan kun carraa baayyee namatti toludha manuma keessan teessanii barnoota barachuuf bashannanuuf seenaa dubbisuuf barnoota amantii keessanii sirriitti barachuuf karaa telegramiifi karaa you tube tiin kan isiniif dhufe kana ammuma filannoo keessaniin irraa fayyadamaa ta'aa 👇👇👇👇

Forwarded from Jaalala♡Qulqulluu💖
Barri keessa jirru obsaafi tasgabbii barbaada
★★★★★
Hadiisa Utbaa bin Gazwaan odeesse keessatti Ergamaan Rabbii (SAW) ni jedhan: "booda keessanirra guyyaa obsa cimaa barbaadutu jira. Namni yeroo sana keessatti waan amma isin irra jirtan qabate mindaa shantama keessanii argata." Albaaniin Sahiiha jedhe.
https://telegram.me/Raayyaa_A_maccaa_oficial

Paarlaamaan Wixinee Seeraa Manni Marii Dhimmoota Islaamaa Ityoophiyaa labsiin akka dhaabbatuuf dhihaateef raggaasise
Odeeyfannoo #Nuuralhudaa
June 11, 2020
Manni marii bakka bu’oota ummataa wal gahii idilee 16ffaa Khamiisa har’aa galma Waajjira Muummicha ministeeraatti geggeesseen, Wixinee Seeraa Manni Marii Dhimmoota Islaamaa Ityoophiyaa labsiin akka dhaabbatu dhihaateef sagalee caalmaan raggaasise.
Gaaffilee Hawaasni Muslimaa yeroo dheeraaf gaaffataa ture jidduu tokko Manni Marichaa labsiin beekamtii seeraa akka argatu kan jedhu yoo tahu, Koreen ogeeyyota seeraa hawaasa Muslimaa waggaa tokko dura dhimmicha gadi fageenyaan qoratuun, sanadii seeraa qopheessee Paarlaamaaf kan galche tahuun ni beekama.
#ManaMaree #Dhimmoota_Islaamaa_Ityoophiyaa

💫💫WANTOONI BARBAADAN HUNDU JIRA
➺MIDIYAALE BABEEKAMO
➺WAA'EE BARNOOTAA
➺SEENAA GOOTOAA
➺WAA'EE AMANTII
➺SIYAASA
➺OROMUMMAA
.
.
.
.
.
HUNDU JIRA ITTI MAKAMAA
➺MIDIYAALE BABEEKAMO
➺WAA'EE BARNOOTAA
➺SEENAA GOOTOAA
➺WAA'EE AMANTII
➺SIYAASA
➺OROMUMMAA
.
.
.
.
.
HUNDU JIRA ITTI MAKAMAA
Forwarded from Gaddisa_dhuga
As wr wb Rasuula irratti (Sallallaahu aleeyhi wasallam) Nagayaa fi Rahmata guyyaa Jumu'aa buusuun irra caalaa guyyaa hafaniiti. Halkan isii (kamisni halkan) irra caaltuu halkaniiti. Rasuulli Sallallaahu aleeyhi wasallam akkana jedhan: "Irra caalaan guyyaa keessanii guyyaa Jumu'aati, Isii keessa Nagayaa fi Rahmatarraa narratti buusuu baay'isaa."
Kanaafuu rahmata irratti buusuu haa baayyifnu sallalaahu aleyhi wosalam jedhaa
الصلاة علی النبي ﷺ يوم الجمعة أفضل من بقية الأيام،وليلتها أفضل الليالي، قال رسول الله ﷺ: (إن من أفضل أيامکم يوم الجمعة فأکثروا علي من الصلاة فيه)
Kanaafuu rahmata irratti buusuu haa baayyifnu sallalaahu aleyhi wosalam jedhaa
الصلاة علی النبي ﷺ يوم الجمعة أفضل من بقية الأيام،وليلتها أفضل الليالي، قال رسول الله ﷺ: (إن من أفضل أيامکم يوم الجمعة فأکثروا علي من الصلاة فيه)
Forwarded from Fayisal isper Jimma via @Feysal_bot
Assalamualyeekum Worahamtullaahi wobarakaatuhu
kabajamtootaa obboleewwan muslimaa hundi kan hundee ykn bu'uura amantaa ofii baruu barbaaddan kunoo nutis barnootawwan hundee islaamaa tahan karaa gabaabinaan qabannee isiniif dhihaanne jirra isinis carraa kanatti fayyadamuun mata-dureewwan gaditti isiniif tarreessine kanarra tuquun Kottaa gahee keessan bahadhaa isiniin jenna.
🚸Barnoota Aqiidaa 🚸
🚸Barnoota Toohidaa 🚸
🚸Barnoota seenaa/siiraa 🚸
🚸Barnoota waa'ee iimaana🚸
🚸Barnoota Toowbaa 🚸
kabajamtootaa obboleewwan muslimaa hundi kan hundee ykn bu'uura amantaa ofii baruu barbaaddan kunoo nutis barnootawwan hundee islaamaa tahan karaa gabaabinaan qabannee isiniif dhihaanne jirra isinis carraa kanatti fayyadamuun mata-dureewwan gaditti isiniif tarreessine kanarra tuquun Kottaa gahee keessan bahadhaa isiniin jenna.
🚸Barnoota Aqiidaa 🚸
🚸Barnoota Toohidaa 🚸
🚸Barnoota seenaa/siiraa 🚸
🚸Barnoota waa'ee iimaana🚸
🚸Barnoota Toowbaa 🚸
Dhaamsa jabduu haala yeroo irratti
Dr Zaakir Naayik
🎙Dr Zaakir Naayik,
ककककककककककक
📜Dhaamsa Jabduu haala yeroo irratti xiyyeeffattu Afaan Oromootiin.
ममननननमममममममममममममममम
⌚️ daqiiqaa 10:48
💳 hammi: MB 3.1 qofa
👇
@Hamiltan_tv_Hamilee_Ummataa