Forwarded from KENNAA (Abdii Biyyaa)
🌹Z🌹I🌹K🌹R🌹I🌹I
Assalaamu Aleeykum Warahmatullaahi Wabarakaatuhu kabajamtootaa fi jaalatamtoota obboloota koo ♥️
Zikriilee keeysaa 6 tan akkaan daddeebisuun Isii barbaachisu, tan akkaan qoricha gaddaa, yaadaa, dhukkubaa fi Qoricha cubbuu taate.
Kanarratti Ulamaa'iin akki je'an Quraanaa fi Sunnaah Qorachuu fi Hadiisa gadii lallaaluun wanni irra gahame zikrii jaha tan heddumeeysuu fi irra turuun feeysisuu akka armaan gadii kana.
👍Zikrii 1ffaa Salawaata. Guyyaatti yoo baayyiftee jette dhuma guyyaa keetii irratti akkaan nama Rasuula s.a.w irratti salawaata buufte taata.
👍Zikrii 2ffaa. Istighfaara yoo Rabbi yeroo banaa hedduu siif kenne guyyatti 2000 je'i
👍Zikrii 3ffaa. Yaa Zal Jalaali wal Ikraam. Rasuulli s.a.w Yaa Zal jalaali wal Ikraam qabadhaa heddumeeysaa jedhan. Guyyatti 100 je'i. Rabbiin haajaa tee ni beeka siif guuta.
👍Zikrii 4ffaa. Laa hawla walaa Quwwata illaa billaah. Isiin dilbii jannataati. Yoo isii tana haffaztee daddeebisuu isii irra turte kennaa fi Rahmata Rabbii irraa waan ajaaibaa agarta.
👍Zikrii 5ffaa. Laa Ilaaha Illaa anta Subhanaka inni kuntu mina-Zaalimin. Zikriin kuni injifataa yaaddoo fi gaddaati.
👍Zikrii 6ffaa. Subhanallaah, Alhamdulillaah, Laa Ilaaha illallaahu, Allaahu Akbar.
Zikrii fi Du'aa'ii irraa fayyadamuufii firii Isii arguuf wanni barbaachisu itti daddeebi'u, Irra turuu hifannaan maleetti, hikkaa Isii keeysa gad lallaaluu, Hanguma Zikrii gudduftu Jaalala Rabbii argatta.
👍Zikriiwwan hunduu bu'aa fi faaydaa mataa mataa isaanii qabu, akkasumas humduu akkaan murteessoodha. Garuu akkuma qubninuu wal caala jedhamu jarreen kanneen irra caalumatti haffazuu fi fayyadamuu qabna. Hammuma zikriiwwan kanneenitti madaqsaninu kanneen biroos nuuf laafu, sana booda arrabni keenya zikriimalee waan biraa ni dagata. Rabbiin warra arraba fi qalbii isaanii zikriin jiifatu nuhaa taasisu!!
Wantoota kheeyrii hedduu argachuuf chaanaalii
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
👉@Kennaapost join godhaa!!!!!👇
🖕🖕🖕🖕🖕🖕🖕🖕🖕🖕🖕🖕🖕
T.me/Kennaapost

Telegram
KENNAA
KENNAA Dhaloota Qubeetiif!!
Chaanaalii kana irraa👇
👉DA'AWAA
👉ODEEYFANNOO
👉WALALOO
👉ASOOSAMA
👉SEENAA fi kkf argachuu dandeessu!!
✍yaadaaf👇
@AbdiiBiyyaa iraan nu biraan gahaa!!
Chaanaalii Youtube 👉 https://youtube.com/@kennaatube3465?si=5ATT3Pd

Forwarded from Gaddisa_dhuga
As wr wb Rasuula irratti (Sallallaahu aleeyhi wasallam) Nagayaa fi Rahmata guyyaa Jumu'aa buusuun irra caalaa guyyaa hafaniiti. Halkan isii (kamisni halkan) irra caaltuu halkaniiti. Rasuulli Sallallaahu aleeyhi wasallam akkana jedhan: "Irra caalaan guyyaa keessanii guyyaa Jumu'aati, Isii keessa Nagayaa fi Rahmatarraa narratti buusuu baay'isaa."
Kanaafuu rahmata irratti buusuu haa baayyifnu sallalaahu aleyhi wosalam jedhaa
الصلاة علی النبي ﷺ يوم الجمعة أفضل من بقية الأيام،وليلتها أفضل الليالي، قال رسول الله ﷺ: (إن من أفضل أيامکم يوم الجمعة فأکثروا علي من الصلاة فيه)

Forwarded from Faana beekumsaa (Kaayyoo Koo)
BREAKING News
by. @Gaaddisa_dhugaa
Itoophiyaatti guyyaa tokkotti namoonni dabalataa 169 vaayirasii koroonaan qabaman❗️
Qorannoo laabraatorii sa'aatii 24 darban keessatti namoota 5,798'f gaggeeffameen namoonni 169 vaayrasii koroonaan qabamuu isaanii Ministeerri Fayyaa beeksise.
Waliigalaan Ityoophiyaatti lakkoofsi namoota vaayrasichaan qabamanii 1,805 qaqqabeera.

Forwarded from Keyralumma
Isinumti of oolchaa!
Dhukkuba hammaataa
Kan qaama hadoochu
Balaa tasaa hunda
Rabbi isin haa olchu.
Summaa'uu qilleensaa
Faalama galaanaa
Rabbi isin hin mudin
Dhukkuba koronaa.
Sareen ciniinamuu
Harreedhaan dhiitamuu
Basoon si kotteeysuu
Joolleen si fottoysuu
Diina ofii dhaadheessuu
Rabbiin si haa baasu.
Waan akka hamii faa
Jibbaadhaaf hadoochaa
Sobaan wal qoqqooduu
Isinumti of oolchaa.........
👇 👇
Dhukkuba hammaataa
Kan qaama hadoochu
Balaa tasaa hunda
Rabbi isin haa olchu.
Summaa'uu qilleensaa
Faalama galaanaa
Rabbi isin hin mudin
Dhukkuba koronaa.
Sareen ciniinamuu
Harreedhaan dhiitamuu
Basoon si kotteeysuu
Joolleen si fottoysuu
Diina ofii dhaadheessuu
Rabbiin si haa baasu.
Waan akka hamii faa
Jibbaadhaaf hadoochaa
Sobaan wal qoqqooduu
Isinumti of oolchaa.........
👇 👇
Forwarded from Keyralumma
@Keyralumma @ibnu_surur ✍️
نصيحة
Gorsa/dhaamsa
قال ابن عثيمين رحمة الله
Ashayk ilmi usaymiin -Rabbi rahmata hagodhuufii- akkana jedhani:
لو أن الإنسان سمع ما يقول الناس وما يعترضون به ما مشى خطوة،
Otuu ilmi namaa kun waan namni isaan jedhu hunda dhagahee, akkasuma waan isa fuundura dhaabbatamu otuu dhaggeeffatee silaa tarkaanfii tokkollee tarkaanfachuu hin dan da'u,
لكن أنت أصلح ما بينك و بين الله ولا يهمك أحد،
Garuu ati yedduu/gidduu keetiif yedduu/gudduu Rabbii keetii tolchi kan biraa si hin yaachisin,
فالكلام على إرضاء الله عز وجل،
Haasofni namaa dubbiin dubba tamu jaalala Rabbi barbaaduu qofaa ta'uu qaba,
فإذا التمست رضا الله بسخط الناس، رضي الله عنك وأرضى عنك الناس وكفاك مؤونتهم
Yeroo jaalala Rabbi barbaade otuma namni sitti dallanee, Rabbi sirraa jaallata namallee sirraa jaallachiisa, xaaxaa jaraas siif gaha.
Namni Rabbiin biratti jaallatamaa ta'e hunda birattu jaalatamaadha Rahmaan ofii jaalate warra samiif dachii keessaas jaalachiisa.

Forwarded from Deleted Account
⏩Guyyaa Qiyaamaa Miizaanni kheeyrii teetii Akka Siif Ulfaatu Nibarbaaddaa ???
Ok Yoo Kan Barbaaddu Tahe Risaalaa Gabaabduu Tana Dubbisii Erga Dubbiftee Booda Hiriyoota keetiif Share Godhi JZK..
👉Yoo Rissala tana shere hin gonee Risalaa tam shere gotaa lataa..?
⏩Wantoota Kheeyrii tee Siduraa Balleeysan ykn Hir'isan...
⏩1. Shirkii Hojjachuu Ykn Rabbii Tokkicha Cinaa Nama Biraa Qabuu dha.
⏩2. Haa Naaf Arganiif kheyrii san Hojjachuu (riyaa'a).
⏩3. Nama Hamachuu.
⏩4. Harka , Arrabaa fi Waan Biraatiiniis Tahe Nama Miidhuu dha fi kkf.
⏩Miizaanni kheeyrii Akka Siif Ulfaatuuf
✅- Laa Ilaaha Illallah Muhammadun Rasuulullah Jachuu Baay'isi
⏩Rabbiin Akka Malaa'ikoota tti Siin Dhaadatuuf
✅- Erga Dilooytee Booda Dilii Sanirraa Towbadhu.
⏩Rabbii Wajji Haasahuu Yoo Barbaaddee Quraana Dubbisi.
⏩Hulaan Jannataa 8 ttan Akka Siif Banamtu Yoo Barbaadde
⏩Erga Salaataaf Wadda'attee Booda Jachoota Armaan Gadii kana Ja'i
✅- Ash-hadu An Laa Ilaaha Illallah wahdahuu Laa Shariika Lahuu Wa Ash-hadu Anna Muhammadan Abduhuu Warasuuluhuu..
⏩Jannata keeysatti Ollaa Rasuulaa S.a.w Tahuuf
✅- Yataamaa Gargaari
⏩Umriin Tee Dheeratuu Rizqiin Sitti Ballatuu Yoo Barbaadde
✅- Rahima kee Maxxanfadhu.
من أي ابواب الجنة تحب أن تدعى ؟
⏩Hulaalee Jannataa Tam Irraa waamamuu Barbaadda ?
⏩- Namni Salaanni Isa rraa Qeebalame Hulaa Jannataa rraa waamama.
⏩- Namni Zakaan Isarraa Qeebalame Hulaa Zakkaa rraa.
⏩- Warri Soomanaatiis Hulaa Rayyaan Ja'amtu rraa Waamama..
⏩ Anaa fi Isiniis warra Hulaa Hunda rraa Waamamu Rabbi Nuhaa Godhu.
👉Yoo Risaalaa Tana Share Hin Goone Risaalaa Tam Share Goota Laata ?!
@islamtub

seenaa kanaa dubissaa barakallahu fikum
==================================
Halkan Tokko Rāššūūlāā { ﷺ } fi Aā'ishāāñ {RA} otuu ta'aa jiranii.
~ Aā'ishāāñ {RA} akkanaa jette gafatee. Yaa
Rāsūūlāā Rābbii {ﷺ } Jartiwwaan tee kessaa ennuu irraa jallataa? Jette gafatee.
√ Ŕāāššūłłii {ﷺ } siin irraa jalladhaa jedhee Hamartii takkaa kennef.
~ Yeroo kanaa Aā'ishāāñ {RA} akkanaa jetteen
hayyee boruun jartilee tee hundaa Irrattii sii
gafadhaa jetteen.
√ Yeroo kanaa Ŕāāššūłłii {ﷺ } akkanaa jedheen. Garuu Akkan Hamartii siif kennee namaa tokkotii hin himiin jedheen.
√ Yeroo bari'uu Ŕāāššūłłii Rabbii ﷺ Manaa
Jartiwwaan isaa irraa demanii akkaa nagayaan
bulaan gafatee, hundaa isanituu Hamartii
kennefii akkaas jedheen Akkan Hamartii siif kennee namaa tokkotii hin himiin jedheen Isaan hundanuu kophaa kophaa isanittii.
~ Yeroo kanaa Aā'ishāāñ hundaa isanii walittii
qabde Yaa Rāsšūūlāā Rābbii { ﷺ } Ennuu irra jallataa jetteen?
√ Ŕāāššūłłii Rābbii {ﷺ} Akkanaa jedheen An taniin Hamartii kennnefiin jalladhaa jennaan
""Hunduu isanituu Hamartii dhoksadhaan Rassullii kennefii jiraa waan taheef ""Ana, Ana, Ana, 😀jedhanii gammadaan.
Ergāmāāñ Rābbii { ﷺ } hundaa isanituu otuu hin mufachisiin gammachudhaan addaan galan
Yaa mashaa alhaa haala Ergamaa kenyaa ilalii

As wr wb Akkam jirtu fayyadamtoota Telegiram hundi keessan. Akkuma beekamu Chaanaalota Islaamaa barnoota gurguddaa qaban qabadhee isiniif dhufaa turuunkoo niyaadatama.
___________________________
Ammas Chaanalota bebbeekamoo Qabadhee isiniif dhiyaadheera.
〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰
Chaanaalota kanneen irraa barnoota Amantii islaamaatii fi Oduuf odeeffannoo waytawaa niargattu #Join godhaa
___________________________
Chanaala ykn Group beeksifachuuf ➡️ @diin_islam_bicha Qunnamaa.
__________________
⤵️⤵️⤵️

Forwarded from Kena
🌹 Chaanaalota babbareedoo fi jaalatamoo barnoota irraa argachuu dandeessan isiniif qabannee dhiyaannee jirra.
Maarree isinis join godhaa !!
Warreen chaanaalii beeksifachuu barbaaddan immoo @Ibnuabbaas qunnamaa!!
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

Majlisni Federaalaa Gaaffii ummataaf hatattamaan deebii akka kennu, Majlisni Oromiyaa gaafate
👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆🕌🕌🕌🕌🕌🕌🕌🕌🕌🕌
maddi:-Nuuralhudaa
@Sammaan
👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆🕌🕌🕌🕌🕌🕌🕌🕌🕌🕌
maddi:-Nuuralhudaa
@Sammaan
Forwarded from ͙͙Foormulɑɑ Jireenyɑɑ 🇵🇸 (👑Lij Iyyasuu👑 Neng⭐)
Majlisni Federaalaa Gaaffii ummataaf hatattamaan deebii akka kennu, Majlisni Oromiyaa gaafate
Guutuu dubbisuuf tuqaa👇
@Hamiltan_tv_Hamilee_Ummataa
@Hamiltan_tv_Hamilee_Ummataa
https://nuuralhudaa.com/majlisni-federaalaa-gaaffii-ummataaf-hatattamaan-deebii-akka-kennu-majlisni-oromiyaa-gaafate/

NuuralHudaa
Majlisni Federaalaa Gaaffii ummataaf hatattamaan deebii akka kennu, Majlisni Oromiyaa gaafate - NuuralHudaa
Majlisni Oromiyaa xalayaa fuula 6 qabu kan Majlisa Federaalaaf barreese irratti, Majlisni Federaalaa yeroof amaanaan hoggantoota aangoo irratti argamanitti kennamuu kaase. Qaamoleen kun immoo aangoo itti kenname kanaan tokkummaa ummata Muslimaaf hojjatuu…
Forwarded from Faana beekumsaa (Kaayyoo Koo)
NABIYYII RAAHMATAA-{kutaa 1ffaa}
@Gaaddisa_dhugaa irraa
🌸🌼/\_/\_/\_/\_/\_/\_/\🌼🌸
Nabiyyii keenya kabajamaa fi jaalatamaan nabi Muhammed ﷺ nabiyyii Raahmataa kan addunyaa kana maraaf Raahmataan ergame tahuun isaanii beekkamaa dha, jiruuf jireenya isaanii keessattiis Ilma namaatiif, Bineeldootaaf, Biqiltootaaf hangam takka Raahmata akka godhaa turan seenaan isaanii raga dha. Inshaa Allaah seenaa isaanii keessaa taateewwan gaggabaabduu fudhadhee isiniif dhiheessuuf niin yaala. Har’aaf taatee kana dubbisaa.
-
Guyyaa tokko namtichi hiyyeessi tokko hurbuu eenabaa takka kennaa fidee Gara nabi Muhammad ﷺ dhufe. Nabi Muhammed ﷺ garuu (hurbuu kanarraa) takka osuma nyaatu, tan lammaffaatiis osuma nyaatu, tan sadaffaa,.. osuma jedhuu hundumaa ofumaaf nyaate. Namoota isaan bira taa’aniif firii takkallee hin laanne. Kana booda namtichi hiyyeessi kun kennaa isaa kana Rassuulli ﷺ nyaachuu yeroo argu baay’ee gammaduudhaan achii deeme. Erga namtichi deeme booda Sahaaboota keessaa tokko akkana jechuudhaan Rassuula ﷺ gaafate:
«Yaa Ergamaa Rabbii ﷺ Akkamitti Eeynaba hunda osoo tokkoo keenyaafillee hin laatin ofuma keetiif nyaattee fixxa?»
-
Rassuulli keenyaas ﷺ seequudhaan akkana jedhanii deebisaniif:-
«Eeynaba hundumaan sababniin ofumaaf nyaadheef dhangaggaa’aa waan ta’eefi. Osoon isiniif laadheera ta’ee isin immoo itti kolfitu, kun immoo miira namticha sanaa miidha. Kanaafuu an immo (eeynaba dhangaggaa’aa kana) gammadaa nyaadhee namticha kana gammachiisuu akkaan qabuun ofitti hime. Miira namticha hiyyeessa Sanaa akka miidhamu hin barbaadne.»
-
Yaa subhaan Allaah! Mee obsa fi akka inni itti namaaf yaadu Ergamaa keenya ﷺ kabamaa ilaalaa. Osuma ilkeen isaanii hadoodu miira namticha miskiina tokkoo eeguudhaaf jecha eeynaba dhangaggaa’aa nyaatee xumure. Namtichaas gammachiise. Sallallaahu aleeyhi wassallam.
kara youtube nu hordofuuf👇👇
https://youtu.be/63DczhCeW5I
telegram
👇👇👇👇👇👇👇👇
@gaaddisa_dhugaa
@bashashaa
t.me/gaaddisa_dhugaa

Forwarded from Marcador Bot
Carraan Kun Isin Darbuu Hin Qabu
Namoota Interneetii Fayyadamtan hundaaf Waan Baayyee Nama Gammachiisuu fi Namatti Tolu Dafaa Ammuma Play Godhaa Ilaalaa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
▶️PLAY⏸ 01:52
👆👆👆👆👆

Qooda Rabbiin namaaf qoodeef hin aarin hin cinqamin waan Rabbiin sii qoodetti shakkari isuma kadhadhu.
👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆
Dawaa Qalbii
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
https://t.me/Sammaan

Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓
@Rabbiiftai
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓
@Rabbiiftai
Forwarded from Keyralumma
📚GORSA HADIISA KEESSA DHUFE. 📚
➡ Nama 3 Kan Rabbiin hin dubbifne
kamfaa dha?
1.Nama huccuu lafarra harkisu
2. Nama kakuu kijibaatiin horii heddummeeffatu.
3. Nama waan kennate deebi’ee himatu.
➡ .Waa lama kan yoon rabbiif jecha of qaban rabbiin Jannata namaa kennu maal faa dha?
1. Arrabaa fi
2. Qaama saalaa.

Forwarded from Gali Ababor Official
Poolisiin maaliif dallaa masjidaa diigee ummata Muslimaa reeba?
★★★★★★★★★★★
Halkan edaa qaamni hin beekamne qindaa'ee Magaalaa Finfinnee naannoo Labuutti dallaa masjidaa diiguuf yaalii goonaan ummanni azaanaan wal waamee shiftaa irra masjida hambiseera. Yeroo sanatti qaamni nageenyaa dhufee nuti ni eegna jedhee ummata bittinneesse.
Garuu waadaa isaanii cabsanii ofumaa dallaa masjidaa diiganii dargaggoota achi jiran irraan miidhaa ga'an. Dargaggoonni gariin miidhamanii mana yaalaa galanii jiru.
https://t.me/glababor

#ODUU_AMMEE
Afa-yaa'ii Mana Maree Federeshinii addee Keeriyaa Ibraahim fedhii isaanin aangoo gadhiisan. Addee Keeriyaa erga Ebla 22 bara 2010 jalqabe itti gaafatamummaa kanaan tajaajilaa turan. Ibsa daqiiqaa muraasa dura kennaniin sababa gadhiisuu isaani yeroo himan, "garee heera biyyatti cabsu fi adeemsa olaantummaa seeraa hin kabajne" waliin hojjechuuf hayyamamoo waan hin taaneef akka ta'e ibsaniiru. maddoonni:
👇👇👇👇
Nuuralhudaa
Gadaapost
Hawi TiMES

👇👇👇👇👇👇👇👇👇
♻️قَالَ اللَّهُ تَعَالَ:« إِنَّ ٱللَّذَّينَ ءَامَنُوٱ وَعَمِلُوٱ آلصَّـٰلِحَـٰتِ كَانَتْ لَهُمْ جَنَّـٰتُ ٱلْفِرْدَوْسِ نُزُلًا» الكهف:١٠٧✏️
[Rabbiin_ol_tae_akkana_jae👇
✅Isanoowwan rabbitti amanan isaannan gaarii dalagan ni taati isaaniif #Jannatal_firdowsitu isaaniif ta'a📿 bootaa qumsuma (tessuma) isaanii isaaniif ta'a…✍. Suratul kahaf:108.
😭yaa rabbi warra dhugaan sitti amanee #Jannata keetii saniin milkaa'uu nu taasisi
☘ Aamiiiiiiiiiiiiiin
🕊🕊🕊🕊🕊🕊🕊🕊🕊

<< Tolli guddaan abbaan ilmaan isaatif oolu, haadha isaanii kabajuudha.>> kun ergaa NUURALHUDAA ti. ergaawwan barsiisoo fi ajaaiba kana fakkaatan argata miidiyaa keenya haa gargaarru 6504 irratti ok jedhaa erga karaa message tin qarshii takkaan gargaraa obboleewwan keessanis hirmaachisa. Dawaa Qalbii
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
https://t.me/Sammaan
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
https://t.me/Sammaan
Telegram
Dawaa Qalbii
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓
@Rabbiiftai
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓
@Rabbiiftai
Forwarded from Faana beekumsaa (Ibnul Islam)
Bid´aa {البدعة}
bidaa jechuun maali?
@Gaaddisa_dhugaa irraa
akka afaanittti waan harawa´ jechudha.
akka shari´aati immoo ``Hojii ibaadaa ykn gabarti Allaaha { fkf salaata , faaruu nabiyyii , sadaqaa fi kkf }kessatti wan haarawa rabbiifi ergaman isaa (saw) karaa nuf hin godhin jechu.´´
ulaagalee bidaa
bidaan ulagalee jaha(6) qabdi
1.Sabaaba: ibaadaa tokkof sababaa shariaan hin godhin sababaa godhuu
fkf. namni tokko yeroo mana isaa sene hunda yoo rakaaa 2 salaate sababaa mana seneef kuni bidaadha...
2.Gosa: namni tokko gosa ibaadaa shariaan karaa hin godhinin yoo rabbi gabbare bidadha. fkf. Udhiyaadhaf( qalma guyyaa iida arafaa qalamuuf) yoo Fardaan qala jae bida tahaa maliif? sharia waan karaa hin goneef. kan karaa godhame gaala, loon fi holaaafa wan tahef
3.Hamma(lakoofsa): yoo namni tokko ibaadaa kessatti lakkoofsa dabale ykn irrise bidaa taha .fkn1.salaata ishaai 3 ykn 5 saalatuu. fkn2. qaama uduaa yeroo 4 dhiqachu.
4.Akkaataa: yoo namni tokko ibaadaa akkaataa shariaan karaa godhe malee hojjate bidaa dha. fkn1. rukuua dura sujuuda yoo dursee. fkn2.uduua miila irraa yoo egale
5.Yeroo: ibaada yeroo shariaan kara godhe ala yoo hojate. fkn1.salaata yeroon odoo hin geenyee yoo salaate. fkn2.Udhiyaa( qalma guyyaa iida arafa qalamu) yoo salaata idaa odoo hin salaatin qale bidaa taha.
6.Bakka: ibaadaa takka bakka shariaan karaa godhe malee yoo hojatee bidaa taha. fkn1. iitikaafa yoo mana isaatti ykn madarsaa kessatti taae bidaadha.
ulaagaleen kun kan fudhamee kitaaba شرح الاربعین لالعثیمین
Hamza Ahmed (H.naik)
T.me/gaaddisa_dhugaa