Forwarded from ͙͙Foormulɑɑ Jireenyɑɑ 🇵🇸 (👑Lij Iyyasuu👑 Neng⭐)
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
💐Dhiqannaa (Janaabaaf dhiqachuu)
❶~Dhiqanna jechuun;
qaama keenna bishaaniin waliingahuudha.
➦Wanti dhiqannaa namarratti wajjabsiisu yoo jiraate dhiqachuun waajiba(dirqama).
❷~Wantoota dhiqannaa namarratti wajjabsiisan;
➡Maniyyiin(Dhangala'aan) bakka isaatiin bahuu.
dhangala'oon nurraa bahu kuni kan fedhaan nurraa bahe ta'uu,yoo hirriba keessa jiraanne malee yoo hirriba keessa taate garuu fedharratti hin hundaa’u.
➡Walqunnamtiin saalaa raawwatamuu,yoo waallee namarraa bahuu baatan.
➡Namni kaafiraa tokko Islaamummaa qabatuu.
➡Xuriin laguu namarraa cituu.
➡Du'a.
➌~Akkaataa Dhiqannaa?
➦Dhiqannaa karaa lamaan raawwachuu dandeenya;
1ffaa;Dirqama;
Niyyaa wajjiin bishaan qaama isaa guutuu waliingahuudha.
2ffaa;Waajibaa fi sunnaa kan uf keessatti ammate.
Adeemsa armaan gadii uf keessatti hammata,innis;
➦Dursa harka lamaan dhiqachuu.
➦Qaama saalaa dhiqachuu(Istinjaa godhuu).
➦Wuduu'a salaataa wadda'achuu.
➦Bishaan fuudhee mataa isaatiin qoqqotuu,akkasuma qubbiin keessa seensisee qoqqotuu,hanga qaama isaa quubsutti.
➦Ergasii bishaan mataa isaarratti yeroo sadi dhangalaasuu.
➦Ergasii qaama isaarratti bishaan guutuu dhangalaasuu(qaama isaa bishaan waliingahuu).
➦Dubartiin yeroo heydii malee yeroo janaabaa rifeensa ishii hiikuun irraa hin eeggamu.
❹~Nama janaabaa qaburraa wantoota hin eeggamne;
➦Qur’aana tuquun isaaf hin eeyyamamu.
➦Qur’aana qara’uunis isaaf hin eeyyamamu.
➦Salaanni hanga dhiqatutti(irraa qulqullaa'utti) isarratti haraama.
➦Beytii/mana rabbii xawaafuunis akkasuma.
Itti fufa....
Alfiqhul-muyassar
▬▬▬▬▬▬
https://t.me/tafak_or

Telegram
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://t.me/Ibrahim_92taf

Forwarded from Deleted Account
As wr wb Akkam jirtu fayyadamtoota Telegiram hundi keessan. Akkuma beekamu Chaanaalota Islaamaa barnoota gurguddaa qaban qabadhee isiniif dhufaa turuunkoo niyaadatama.
___________________________
Ammas Chaanalota bebbeekamoo Qabadhee isiniif dhiyaadheera.
〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰
Chaanaalota kanneen irraa barnoota Amantii islaamaatii fi Oduuf odeeffannoo waytawaa niargattu #Join godhaa
___________________________
Chanaala ykn Group beeksifachuuf ➡️ @diin_islam_bicha Qunnamaa.
__________________
⤵️⤵️⤵️

Forwarded from Faana beekumsaa (Ibnul Islam)
Dalagaawwan Azaaba nama seensisan
@gaaddisa_dhugaa irraa
Sheeykhul Islaam ibn Taaymiyyaan (Rabbi rahmata isaaf haa godhuu) dalagaan Azaabaa fi jannata nama naqu kami jedhanii gaafannaan akkana jechuun deebise.
Dalagaan Azaaba nama naqu
• Shirkii
• Ergamtootatti kafaruu
• Kufrii
• Kijibuu
• Nama ganuu
• Namaa fi uumama dachii kanarra jiru zollomuu
• Zinaa (sagaagalummaa)
• Nama hamachuu
• Jihaadarratti sodaachuu
• Don’ummaa (waa sadaqachuu dhabuu)
• Wanti qalbii keessa jiruu fi wanti dalagaan mul’isu walii faallaa ta’uu
• Rahmata Rabbii irraa abdii kutachuu
• Rabbi homaa na hin godhu jechuun of jajuu
• Qabeenya qaban karaa hin taane irratti baasuu (israafa)
• Dalagaa Rabbi dalagaa namaan jedhe dhiisuu
• Daangaa darbuu
• Rabbi dhiisanii waan biraa sodaatuu
• Naa argaaf waa hojjachuu
• Dubbii fi dalagaanis faallaa Qur’aanaa deemuu
• Ajaja Rabbii dhiisuun ajaja namaatiin waa dalaguu
• Sobaaf deeggarsa gochuu
• Mallattoolee (aayatoota) Rabbiitti baacuu (qoosuu)
• Dhugaa jirtu fudhatuu diduu
• Beekumsa qaban dhoksuu fi, osoo dhuga beekan ragaa bahuu diduu
• Sihrii hojjachuu akkasumas hojjachiisuu
• Abbaa fi haadhaaf ajajamuu dhabuu
• Haqaan malee lubbuu nama tokkoo baasuu
• Haqa Yatiimaa nyaachuu
• Ribaa ykn dhala nyaachuu
• Dirree waraanaa irraa dheessanii galuu
• Dubartii qulqulluu zinaan hamachuu
► Yaa Rabbi ati ni dandeessaa dalagaa fokkotaa kanniin irraa nu eegi
👇👇👇Join👇👇👇
Karaa channelii yuotube keenyaatiin nu hordofuuf👇👇👇👇👇👇
https://youtu.be/63DczhCeW5I
Karaa telegramitiin👇👇👇
https://t.me/gaaddisa_dhugaa

#WHO
Daayireektarri Olaanaan Dhabbataa Fayyaa Addunyaa (WHO) Dr. Teediroos Adihaanun qorannoon kiiliniikaa qoricha farra buusa (hydroxychloroquine) addan ciite ture akka eegalu dubbataan.

Forwarded from Fayisal isper Jimma via @Feysal_bot
Assalamualyeekum Worahamtullaahi wobarakaatuhu
kabajamtootaa obboleewwan muslimaa hundi kan hundee ykn bu'uura amantaa ofii baruu barbaaddan kunoo nutis barnootawwan hundee islaamaa tahan karaa gabaabinaan qabannee isiniif dhihaanne jirra isinis carraa kanatti fayyadamuun mata-dureewwan gaditti isiniif tarreessine kanarra tuquun Kottaa gahee keessan bahadhaa isiniin jenna.
🚸Barnoota Aqiidaa 🚸
🚸Barnoota Toohidaa 🚸
🚸Barnoota seenaa/siiraa 🚸
🚸Barnoota waa'ee iimaana🚸
🚸Barnoota Toowbaa 🚸

Forwarded from MADDA BEEKKUMSAA🌳
#BREAKING
Itoophiyaatti guyyaa tokkotti namoonni dabalataa 150 vaayirasii koroonaan qabaman❗️
Qorannoo laabraatorii sa'aatii 24 darban keessatti namoota 5,141'f gaggeeffameen namoonni 150 vaayrasii koroonaan qabamuu isaanii Ministeerri Fayyaa beeksise.
Waliigalaan Ityoophiyaatti lakkoofsi namoota vaayrasichaan qabamanii 1,636 qaqqabeera.
Itoophiyaatti guyyaa tokkotti namoonni dabalataa 150 vaayirasii koroonaan qabaman❗️
Qorannoo laabraatorii sa'aatii 24 darban keessatti namoota 5,141'f gaggeeffameen namoonni 150 vaayrasii koroonaan qabamuu isaanii Ministeerri Fayyaa beeksise.
Waliigalaan Ityoophiyaatti lakkoofsi namoota vaayrasichaan qabamanii 1,636 qaqqabeera.
Forwarded from Faana beekumsaa (Ibnul Islam)
Laa howla walaa quwwata illaa billaahi
Seenaa tana hanga xumuraatti dubbisi
@gaaddisa_dhugaa irraa
↪Owfi binu maalik al ashja,iyyi guyyaa tokko ni deeme gara ergamaa rabbi [S A W] akkana isaan jedhe yaa ergamaa rabbi ilmi kiyya maalik siwajjiin deeme loluudhaaf karaa rabbi Keessatti, hin deebinee ،Maal tahe ?waraanni deebi,ee jira maalik hin deebinee[ r a ],akkana jedheen ergamaan rabbi [S A W] [yaa Owfi, heddummeessi sii fi jaartiin teetis jecha laa hawla walaa quwwata ilaa billaahi]
namtichi gara jaartii isaa deebi,e akkana isaan jette : Maal siin jedhe rasuulli rabbi yaa Owfi? akkana isiin jedhe naaf dhaame anaa fi sillee: jecha laa hawla walaa quwwata ilaa billaahi heddummeessuu .
maal jette badaa dubartiin mu,umintittiin ta sabrii qabdu sun ?
akkana jette:ergamaan rabbi dhugaa dubbate [S A W] taa,anii rabbi zakkaruu eegalan jecha[ laa hawla walaa quwwata ilaa billaahiin] halkan as gara gale dukkana isaatiin، balbalti manaa ni rukutamte، Owfi hulaa banuudhaaf olka'ee hoggaa kana ilma isaa maalik ka deebi,e arge ،duuba isa
`·.💌Join💌 Join 💌Join 💌👇
✯••┈┈┈┈••✦❤️✦••┈┈┈┈••✯

*القرآن سبب في طلب العلم*
*QUR'AANNI Ilmii (barumsa )argachuudhaaf sababa *
✍قال الضياء المقدسي:
Addiyaa'ul maqdasiin akkana jedhe:
أوصاني العماد المقدسي فقال:
Al'imaadul maqdasiin naadhaamee akkana jedhe:
أكثر من قراءة القرآن ولا تتركه
Qur'aana qara'uu heddummeesi hin dhiisin
فإنه يتيسر لك الذي تطلبه على قدر ما تقرأ.
Wanni ati barbaaddu (barattu)siif laafaa akkum ati qaraateen.
قال:
فرأيت ذلك وجربته كثيراً
Addiyaa'ul maqdasiin akkana jedhe:an sana argeerasii heedduus jarrabeeraa
فكنت إذا قرأت كثيراً تيسر لي من سماع الحديث وكتابته الكثير
Yeroon baayyee qara'ee hadiisa baayyee dhaggeeffachuun (qara'uun)barreessuun naaf laafa
وإذا لم أقرأ لم يتيسر لي
Yeroon hin qara'in naaf hin laafu.
📚(ذيل طبقات الحنابلة 205/3)

DUNIYAAN SADIHUMMA.
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
☑️☑️☑️☑️☑️☑️☑️☑️☑️
1.KALEESSA jiraannee dabarre hin deebi'u.
2.HAR'A ni darbaa hin turuu.
3.BORU itti gahuu keenya hin beeknu.
Anis atis isaanis karaa jirra deemutti jirra gara du'aatti.... towbadhaa towbadhaa
Kanaafuu dhiifama namaa godhi rabbii kee
dhiifama kadhu towbadhu salaata jabeeffadhu
Eegaa obbolleeyyan yeroo dubbiftanii raawattan.
Share Like godhaa darabaa.
By: Abu Huzeyiifa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
☑️☑️☑️☑️☑️☑️☑️☑️☑️
1.KALEESSA jiraannee dabarre hin deebi'u.
2.HAR'A ni darbaa hin turuu.
3.BORU itti gahuu keenya hin beeknu.
Anis atis isaanis karaa jirra deemutti jirra gara du'aatti.... towbadhaa towbadhaa
Kanaafuu dhiifama namaa godhi rabbii kee
dhiifama kadhu towbadhu salaata jabeeffadhu
Eegaa obbolleeyyan yeroo dubbiftanii raawattan.
Share Like godhaa darabaa.
By: Abu Huzeyiifa
Forwarded from Deleted Account
As wr wb Akkam jirtu fayyadamtoota Telegiram hundi keessan. Akkuma beekamu Chaanaalota Islaamaa barnoota gurguddaa qaban qabadhee isiniif dhufaa turuunkoo niyaadatama.
___________________________
Ammas Chaanalota bebbeekamoo Qabadhee isiniif dhiyaadheera.
〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰
Chaanaalota kanneen irraa barnoota Amantii islaamaatii fi Oduuf odeeffannoo waytawaa niargattu #Join godhaa
___________________________
Chanaala ykn Group beeksifachuuf ➡️ @diin_islam_bicha Qunnamaa.
__________________
⤵️⤵️⤵️
___________________________
Ammas Chaanalota bebbeekamoo Qabadhee isiniif dhiyaadheera.
〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰
Chaanaalota kanneen irraa barnoota Amantii islaamaatii fi Oduuf odeeffannoo waytawaa niargattu #Join godhaa
___________________________
Chanaala ykn Group beeksifachuuf ➡️ @diin_islam_bicha Qunnamaa.
__________________
⤵️⤵️⤵️
Forwarded from ͙͙Foormulɑɑ Jireenyɑɑ 🇵🇸 (Sayfal-islaam Idris)
SEENAA UMAR IBINUL KAXXAAB
〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰
Kutaa 4⃣ffaa
〰〰〰〰〰〰
muslimtoonis akka inni amanuu dhufe beekanii jennaan gammadan umaris achumatti islaamahee hojii eegale. Umar yeroma san; “gadi baanee islaamummaa keenya haa
mul’ifnuu jedhee sahaabota sarara lamatti qoode......
〰〰〰〰👇👇〰〰〰〰
♻️☪Hamiltan Tv☪♻️

Telegraph
Hamiltan tv
SEENAA UMAR IBINUL KAXXAAB〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰Kutaa 4⃣ffaa〰〰〰〰〰〰muslimtoonis akka inni amanuu dhufe beekanii jennaan gammadan umaris achumatti islaamahee hojii eegale. Umar yeroma san; “gadi baanee islaamummaa keenya haa mul’ifnuu jedhee sahaabota sarara lamatti…
Forwarded from KENNAA (Abdii Biyyaa)
🌹Z🌹I🌹K🌹R🌹I🌹I
Assalaamu Aleeykum Warahmatullaahi Wabarakaatuhu kabajamtootaa fi jaalatamtoota obboloota koo ♥️
Zikriilee keeysaa 6 tan akkaan daddeebisuun Isii barbaachisu, tan akkaan qoricha gaddaa, yaadaa, dhukkubaa fi Qoricha cubbuu taate.
Kanarratti Ulamaa'iin akki je'an Quraanaa fi Sunnaah Qorachuu fi Hadiisa gadii lallaaluun wanni irra gahame zikrii jaha tan heddumeeysuu fi irra turuun feeysisuu akka armaan gadii kana.
👍Zikrii 1ffaa Salawaata. Guyyaatti yoo baayyiftee jette dhuma guyyaa keetii irratti akkaan nama Rasuula s.a.w irratti salawaata buufte taata.
👍Zikrii 2ffaa. Istighfaara yoo Rabbi yeroo banaa hedduu siif kenne guyyatti 2000 je'i
👍Zikrii 3ffaa. Yaa Zal Jalaali wal Ikraam. Rasuulli s.a.w Yaa Zal jalaali wal Ikraam qabadhaa heddumeeysaa jedhan. Guyyatti 100 je'i. Rabbiin haajaa tee ni beeka siif guuta.
👍Zikrii 4ffaa. Laa hawla walaa Quwwata illaa billaah. Isiin dilbii jannataati. Yoo isii tana haffaztee daddeebisuu isii irra turte kennaa fi Rahmata Rabbii irraa waan ajaaibaa agarta.
👍Zikrii 5ffaa. Laa Ilaaha Illaa anta Subhanaka inni kuntu mina-Zaalimin. Zikriin kuni injifataa yaaddoo fi gaddaati.
👍Zikrii 6ffaa. Subhanallaah, Alhamdulillaah, Laa Ilaaha illallaahu, Allaahu Akbar.
Zikrii fi Du'aa'ii irraa fayyadamuufii firii Isii arguuf wanni barbaachisu itti daddeebi'u, Irra turuu hifannaan maleetti, hikkaa Isii keeysa gad lallaaluu, Hanguma Zikrii gudduftu Jaalala Rabbii argatta.
👍Zikriiwwan hunduu bu'aa fi faaydaa mataa mataa isaanii qabu, akkasumas humduu akkaan murteessoodha. Garuu akkuma qubninuu wal caala jedhamu jarreen kanneen irra caalumatti haffazuu fi fayyadamuu qabna. Hammuma zikriiwwan kanneenitti madaqsaninu kanneen biroos nuuf laafu, sana booda arrabni keenya zikriimalee waan biraa ni dagata. Rabbiin warra arraba fi qalbii isaanii zikriin jiifatu nuhaa taasisu!!
Wantoota kheeyrii hedduu argachuuf chaanaalii
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
👉@Kennaapost join godhaa!!!!!👇
🖕🖕🖕🖕🖕🖕🖕🖕🖕🖕🖕🖕🖕
T.me/Kennaapost

KENNAA
KENNAA Dhaloota Qubeetiif!!
Chaanaalii kana irraa👇
👉DA'AWAA
👉ODEEYFANNOO
👉WALALOO
👉ASOOSAMA
👉SEENAA fi kkf argachuu dandeessu!!
✍yaadaaf👇
@AbdiiBiyyaa iraan nu biraan gahaa!!
Chaanaalii Youtube 👉 https://youtube.com/@kennaatube3465?si=5ATT3Pd

Forwarded from Gaddisa_dhuga
As wr wb Rasuula irratti (Sallallaahu aleeyhi wasallam) Nagayaa fi Rahmata guyyaa Jumu'aa buusuun irra caalaa guyyaa hafaniiti. Halkan isii (kamisni halkan) irra caaltuu halkaniiti. Rasuulli Sallallaahu aleeyhi wasallam akkana jedhan: "Irra caalaan guyyaa keessanii guyyaa Jumu'aati, Isii keessa Nagayaa fi Rahmatarraa narratti buusuu baay'isaa."
Kanaafuu rahmata irratti buusuu haa baayyifnu sallalaahu aleyhi wosalam jedhaa
الصلاة علی النبي ﷺ يوم الجمعة أفضل من بقية الأيام،وليلتها أفضل الليالي، قال رسول الله ﷺ: (إن من أفضل أيامکم يوم الجمعة فأکثروا علي من الصلاة فيه)

Forwarded from Faana beekumsaa (Kaayyoo Koo)
BREAKING News
by. @Gaaddisa_dhugaa
Itoophiyaatti guyyaa tokkotti namoonni dabalataa 169 vaayirasii koroonaan qabaman❗️
Qorannoo laabraatorii sa'aatii 24 darban keessatti namoota 5,798'f gaggeeffameen namoonni 169 vaayrasii koroonaan qabamuu isaanii Ministeerri Fayyaa beeksise.
Waliigalaan Ityoophiyaatti lakkoofsi namoota vaayrasichaan qabamanii 1,805 qaqqabeera.

Forwarded from Keyralumma
Isinumti of oolchaa!
Dhukkuba hammaataa
Kan qaama hadoochu
Balaa tasaa hunda
Rabbi isin haa olchu.
Summaa'uu qilleensaa
Faalama galaanaa
Rabbi isin hin mudin
Dhukkuba koronaa.
Sareen ciniinamuu
Harreedhaan dhiitamuu
Basoon si kotteeysuu
Joolleen si fottoysuu
Diina ofii dhaadheessuu
Rabbiin si haa baasu.
Waan akka hamii faa
Jibbaadhaaf hadoochaa
Sobaan wal qoqqooduu
Isinumti of oolchaa.........
👇 👇
Dhukkuba hammaataa
Kan qaama hadoochu
Balaa tasaa hunda
Rabbi isin haa olchu.
Summaa'uu qilleensaa
Faalama galaanaa
Rabbi isin hin mudin
Dhukkuba koronaa.
Sareen ciniinamuu
Harreedhaan dhiitamuu
Basoon si kotteeysuu
Joolleen si fottoysuu
Diina ofii dhaadheessuu
Rabbiin si haa baasu.
Waan akka hamii faa
Jibbaadhaaf hadoochaa
Sobaan wal qoqqooduu
Isinumti of oolchaa.........
👇 👇
Forwarded from Keyralumma
@Keyralumma @ibnu_surur ✍️
نصيحة
Gorsa/dhaamsa
قال ابن عثيمين رحمة الله
Ashayk ilmi usaymiin -Rabbi rahmata hagodhuufii- akkana jedhani:
لو أن الإنسان سمع ما يقول الناس وما يعترضون به ما مشى خطوة،
Otuu ilmi namaa kun waan namni isaan jedhu hunda dhagahee, akkasuma waan isa fuundura dhaabbatamu otuu dhaggeeffatee silaa tarkaanfii tokkollee tarkaanfachuu hin dan da'u,
لكن أنت أصلح ما بينك و بين الله ولا يهمك أحد،
Garuu ati yedduu/gidduu keetiif yedduu/gudduu Rabbii keetii tolchi kan biraa si hin yaachisin,
فالكلام على إرضاء الله عز وجل،
Haasofni namaa dubbiin dubba tamu jaalala Rabbi barbaaduu qofaa ta'uu qaba,
فإذا التمست رضا الله بسخط الناس، رضي الله عنك وأرضى عنك الناس وكفاك مؤونتهم
Yeroo jaalala Rabbi barbaade otuma namni sitti dallanee, Rabbi sirraa jaallata namallee sirraa jaallachiisa, xaaxaa jaraas siif gaha.
Namni Rabbiin biratti jaallatamaa ta'e hunda birattu jaalatamaadha Rahmaan ofii jaalate warra samiif dachii keessaas jaalachiisa.

⏩Guyyaa Qiyaamaa Miizaanni kheeyrii teetii Akka Siif Ulfaatu Nibarbaaddaa ???
Ok Yoo Kan Barbaaddu Tahe Risaalaa Gabaabduu Tana Dubbisii Erga Dubbiftee Booda Hiriyoota keetiif Share Godhi JZK..
👉Yoo Rissala tana shere hin gonee Risalaa tam shere gotaa lataa..?
⏩Wantoota Kheeyrii tee Siduraa Balleeysan ykn Hir'isan...
⏩1. Shirkii Hojjachuu Ykn Rabbii Tokkicha Cinaa Nama Biraa Qabuu dha.
⏩2. Haa Naaf Arganiif kheyrii san Hojjachuu (riyaa'a).
⏩3. Nama Hamachuu.
⏩4. Harka , Arrabaa fi Waan Biraatiiniis Tahe Nama Miidhuu dha fi kkf.
⏩Miizaanni kheeyrii Akka Siif Ulfaatuuf
✅- Laa Ilaaha Illallah Muhammadun Rasuulullah Jachuu Baay'isi
⏩Rabbiin Akka Malaa'ikoota tti Siin Dhaadatuuf
✅- Erga Dilooytee Booda Dilii Sanirraa Towbadhu.
⏩Rabbii Wajji Haasahuu Yoo Barbaaddee Quraana Dubbisi.
⏩Hulaan Jannataa 8 ttan Akka Siif Banamtu Yoo Barbaadde
⏩Erga Salaataaf Wadda'attee Booda Jachoota Armaan Gadii kana Ja'i
✅- Ash-hadu An Laa Ilaaha Illallah wahdahuu Laa Shariika Lahuu Wa Ash-hadu Anna Muhammadan Abduhuu Warasuuluhuu..
⏩Jannata keeysatti Ollaa Rasuulaa S.a.w Tahuuf
✅- Yataamaa Gargaari
⏩Umriin Tee Dheeratuu Rizqiin Sitti Ballatuu Yoo Barbaadde
✅- Rahima kee Maxxanfadhu.
من أي ابواب الجنة تحب أن تدعى ؟
⏩Hulaalee Jannataa Tam Irraa waamamuu Barbaadda ?
⏩- Namni Salaanni Isa rraa Qeebalame Hulaa Jannataa rraa waamama.
⏩- Namni Zakaan Isarraa Qeebalame Hulaa Zakkaa rraa.
⏩- Warri Soomanaatiis Hulaa Rayyaan Ja'amtu rraa Waamama..
⏩ Anaa fi Isiniis warra Hulaa Hunda rraa Waamamu Rabbi Nuhaa Godhu.
👉Yoo Risaalaa Tana Share Hin Goone Risaalaa Tam Share Goota Laata ?!
@islamtub

seenaa kanaa dubissaa barakallahu fikum
==================================
Halkan Tokko Rāššūūlāā { ﷺ } fi Aā'ishāāñ {RA} otuu ta'aa jiranii.
~ Aā'ishāāñ {RA} akkanaa jette gafatee. Yaa
Rāsūūlāā Rābbii {ﷺ } Jartiwwaan tee kessaa ennuu irraa jallataa? Jette gafatee.
√ Ŕāāššūłłii {ﷺ } siin irraa jalladhaa jedhee Hamartii takkaa kennef.
~ Yeroo kanaa Aā'ishāāñ {RA} akkanaa jetteen
hayyee boruun jartilee tee hundaa Irrattii sii
gafadhaa jetteen.
√ Yeroo kanaa Ŕāāššūłłii {ﷺ } akkanaa jedheen. Garuu Akkan Hamartii siif kennee namaa tokkotii hin himiin jedheen.
√ Yeroo bari'uu Ŕāāššūłłii Rabbii ﷺ Manaa
Jartiwwaan isaa irraa demanii akkaa nagayaan
bulaan gafatee, hundaa isanituu Hamartii
kennefii akkaas jedheen Akkan Hamartii siif kennee namaa tokkotii hin himiin jedheen Isaan hundanuu kophaa kophaa isanittii.
~ Yeroo kanaa Aā'ishāāñ hundaa isanii walittii
qabde Yaa Rāsšūūlāā Rābbii { ﷺ } Ennuu irra jallataa jetteen?
√ Ŕāāššūłłii Rābbii {ﷺ} Akkanaa jedheen An taniin Hamartii kennnefiin jalladhaa jennaan
""Hunduu isanituu Hamartii dhoksadhaan Rassullii kennefii jiraa waan taheef ""Ana, Ana, Ana, 😀jedhanii gammadaan.
Ergāmāāñ Rābbii { ﷺ } hundaa isanituu otuu hin mufachisiin gammachudhaan addaan galan
Yaa mashaa alhaa haala Ergamaa kenyaa ilalii