GOSA BOORANAA AGAMI BEETTA?
**********************
(MURNYA-TOKKEESSOO)
**********************
Namii gaafa qaraa fiixee Boorana akka finnaa toluutti fulaa fulaatti qoode aabba Areeroo Boruu Bakkalchaati.
Ilmaan Oromoo lamaan(2) Booranaa fi Bareentuu kheessaa Boorannii angafa. Boorannii Sabboo sadeen(3) fi Goonaa ballootti gargar ba'a. Goonaa bal'aan deebi'ee Fulleellee fi Arooressaatti gargar ba'a.
Fulleellee fi Arooressilleen gosoota torba fi saddeeti (7+8=15) ufi jalaa qaban. Gostii tamuu Manatti gargar ba'aati. Manilleen Balbalatti qoodama.
⭐Fulleellee torbaan(7) :-
1. DAACCITUU:-
√Daraartuu,
√Alchaayyaa,
√Luullituu,
√Sooddituu,
√Libaantuu.
2. MACCITUU:-
√Akaakoo,
√Gurguroo,
√Maccituu,
√Jawwituu.
3. ODITUU:-
√Iddoo-Gugurdoo,
√Iddoo-Didiqqoo,
√Abbiyyuu,
√Alfaallee,
√Daawwee,
√Saasaa,
√Maleekkoo.
4. GAlAANTUU:-
√Lukkuu,
√Beerrituu.
5. BACHITUU:-
√Saqootaa,
√Sarbaanaa,
√Wardaa,
√Daawwee.
6. SIRAAYYUU:-
√Koollaa,
√Manguusaa.
7. KOONNITUU:-
√Girree,
√Alchaayyaa,
√Iddoo,
√Aamaduu,
√Muroo,
√Dheekkaa,
√Sasaxxuu,
√Wayyituu,
√Afaajii.
⭐Arooressa torbaan(7):-
1. ARUSII:-
√Dennuu,
√Manguraa,
√Ko’eetii,
√Guluu,
√Nuurtuu,
√Maallantee.
2. AWAXXUU:- Mana afur qabdi:-
🔯Wayyituu:-
√Addaayyuu,
√Gallabee,
√Kurasoo,
√Caloo,
√Koloon,
√Daadaa,
√Abbooyyee,
√Okkoya
🔯Wal’insaa:-
√Waalloo,
√Daraartuu.
🔯Muloo:-
√Soolaa,
√Killii.
🔯Saphansa:-
√Bokkooltuu,
√Kabbisoo,
√Cooftuu,
√Dabbaayoo.
3. QARCABDUU:-
√Gidhibee,
√Buuyyaa,
√Iluu,
√Dheebituu.
4. MALIYYUU:-
√Beerrituu:-(Beerree-Guddaa fi Diqqaa),
√Mana-Abduu,
√Disoo,
√Guyyoo,
√Jaarsoo.
5. WARRAJIDDAA:-
√Ilmaan Dubannaa,
√Annaa,
√Gooyyituu,
√Waraguu.
6. DAMBITUU:-
√Limmuu,
√Kaaroo,
√Obbituu,
√Warra-gussaa,
√Jaaroo.
7. NOONITUU:-
√Baarrituu,
√Ammooyyee,
√Milloo.
8. ALCHAAYYAA
••••••••••••••••••••••••••••••••
Itti fufa.......
#Nama_fulaa_dhufeef_beekhutti_gara_itti_deemu_beekha!
#Dogogori_Qubeefi_Yaada_Yo_Jiraate_Nu_Ofkalcha.
#SOURCE=-@XachishaBorena
#JOIN_MY_CHANNEL_ON
➖➖➖➖➖
▶#YUOTUBE:-https://www.youtube.com/channel/UC200SmqhWqZtjjKp--uDD2g
➖ ➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖
▶#FACEBOOK:-https://www.facebook.com/Sabboo-Goonaa-Tech-104993367669218/
➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖
▶#TELEGRAM:-https://t.me/joinchat/VCPSZjlLLl_GW-4O
➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖
▶#INISTGRAM:-https://l.instagram.com/?u=http%3A%2F%2Fwww.boruusabboogoonaa.com
➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖
▶#TWITTER:-https://twitter.com/BoruDida20/status/1354059288222834688
➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖
▶#TIKTOK:-https://tiktok.com/@sabogonatube

Facebook
Log in or sign up to view
See posts, photos and more on Facebook.
GOSA BOORANAA AGAMI BEETTA?
*******************
(MURNYA-LAMMEESSOO)
••••••••••••••••••••••••••••••••••
🔱Sabboo sadeen(3) gosa sadii qofa qabdi. Garuu Mana fi balbala hedduu waan ufi kheessaa qabduuf muummee hin qabdu.
1. DIGALUU:- Mana jaha(6) qabdi:-
🔯Nuurtuu:-
√Mixoo,
√Gobba,
√Alakhuu,
√Annaa,
√Cabdoota,
√Gardee,
√Gootuu,
√Saabotaa,
√Hiddoo,
√Liibanuu.
🔯Tiittii:-
√Kooyyee,
√Buuruu.
🔯Udumtuu:-
√Bonayyaa,
√Baallituu,
√Duganoo,
√Itayyaa,
√Mana-Birreessaa.
🔯Walaajjii:-
√Saxxoo,
√Uggaa,
√Bilii,
√Guyyee.
🔯Eemmajii:-
√Haaru,
√Iluu,
√Moluu.
🔯Daaddoo:-
√Dooyyoo,
√Leelloo.
2. MAXXAARRII:- Mana torba qabdi:-
🔯Gaadullaa:-
√Keejaajii,
√Jeedaa,
√Badheessaa,
🔯Meettaa:-
√Garasuu,
√Dhanphuu,
√Bosowwaa,
√Makarsaa,
🔯Maanqaxaa:-
√Walee,
√Morowwaa,
🔯Doorannii:-
√Irricuu,
√Quuffajii,
🔯Garjeeda:-
√Kaldidduu,
√Dannabaa,
√Wardaa,
√Daawwee,
🔯Kuukkuu:-
√Tikkoo,
√Boondii,
√Kuuyyuu,
√Bonayyaa,
🔯Karaara:-
√Borsi,
√Labsugaa,
√Manabooyi,
√Afaajii,
√Lulasaa.
3. KHARRAYYUU:- Dayyuu fi Baasootti qoodamti.
🔱 Dayyuu:- Dayyuu-Qaallichaatii fi Dayyuu-Bokkichaatti qoodamti.
🔯 Dayyuu-Qaallichaa:-
√Beerree,
√Didiimtuu,
√Godii,
√Manxee,
√Iyyeeyyii,
√Gamoo,
√Gambura,
√Waalee,
√Silaluu,
√Buukkoo,
√Sibuu,
√Dhanqaa.
🔯Dayyuu-Bokkichaa:- Mana-Mayyiitii fi Mana-Ummuritti qoodamti.
⭐Mana-Mayyi:-
√Qiiccaa,
√Gaagurtuu,
√Liibanoo,
√Danoo,
√Mana-Wantee,
√Jaaruu,
√Walaabuu.
⭐Mana-Ummur:-
√Gaadduu,
√Ollee,
√Waayyuu,
√Koocota,
√Warra-Khulaa-Khormee,
√Mulaataa,
√Badii.
🔱 Baaso:- Mana-Bidootii fi Mana-Gollaatti qoodamti.
🔯Mana-Bidoo:-
√Itii,
√Noonnoo,
√Kodheellee,
√Qoyyee,
√Darasaa.
🔯Mana-Gollaa:-
√Aabbolee,
√Uchoota,
√Curroota,
√Qoollituu,
√Siibaa,
√Ajeeji,
√Suunqannaa,
√Waamajii.
°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°
#Hidda_ufii_wallaaluun_yareenna!
SOURCE=-#XachishaBorena
#JOIN_MY_CHANNEL_ON
➖➖➖➖➖
▶#YUOTUBE:-https://www.youtube.com/channel/UC200SmqhWqZtjjKp--uDD2g
➖ ➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖
▶#FACEBOOK:-https://www.facebook.com/BoruuSabbooGoona

Forwarded from Personal Development
#MinisteeraBarnoota
Qabxii olaanaan qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa 669 ta'uun galmaa'e.
Barattoonni qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2012 fudhatan 702 qabxii 600 ol galmeessuun isaanii ibsameera.
Barattoonni qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa 2012 fudhatan walakkaan firii qormaaticha 350 ol galmeessaaniiru.
Firii qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa ilaalchisee Ejansiin Madaallii Barnootaa fi Qormaataa Biyyaalessaa ibsa laateera.
Ibsa guutuu 👇👇
https://www.gadaamagazine.com/Recent-News/details/233/Qabxii-olaanaan-qormaata-biyyaalessaa-kutaa--

✅#JECHOOTA ajaa'ibaa taaksii keessatti barreefamani jiran
_____________________\\_____________________
1. Ni jiraanna jenneeti malee balleesinee baduun nu dhibu.
2. Umrii nuti qabnu jeequmsaaf miti jaalachuufu nu geessu.
3. Qophumaan kan bareedu mana fincaanii keessatti qofa.
4. Angoon kan ittiin uummata bulchan malee kan ittiin uummata doorsisan miti.
5. Hangam yo tureyyuu harmii fi mootummaan kufuunsaa hin oolu.
6. Fuula inaaffaan guraachesse dibatni hin cululksu!
7. Utuu durbi lafa qotuun argamti ta'ee dhiirri hunduu qote bulaa ta'ee dhuma.
8.Nama hin tuffatin hinjiraanniyyu surree nama hiikachiisti.
9. Bara re'ee ta'amutti hoolaa hin ta'in.
10.Utuu barnootni uleedhaan namaa gala ta'e harreen piroofeesara taati turte.
11. Utuu baalli mukaa qarshii ta'ee dubarri qamalee jaalatti!
12.Anaan hiyyeesa nan jette atimo boorsaa duwwaaf daalleekee malee maal qabda.
13. Utuu daawitii (of ilaalii) dhaaf ni kaffalama ta'ee dubartootni meeqa kaffalu?
14.Hangafti tooftaa jireenya wal danda'udha!!.
15.kan Dubbatuu Hundii Beeka, kan Callisuu Hundii Wallaalaa Sitti hin fakkaatini
16.Namni Dogongoree hin Beekne yo jirraate kan takka homa yaale hin Beeknedha
17.Cubbuu Jibii Cubbamaa Garuu Jaaladhu
18.Eenyuma Kho Guutumaati Ibsachuuf Bilisummaati Na Barbachisa
19.Tooftani Guddaan Diina Ofi Ittiin Baleessan, Fira Ofi Godhachuudhani
20.Namoota Nurraa Fagoo Jiran Jaalachun Salphadha Garuu, Warrootan Nutti Dhiyoo Jaalachun Bayyee Ulfaata
Galatooma!! HORAA BULAA DEEBANAA
Boruu Sabboo Goonaa Kotaa Wali irra Haa Barranuu
#JOIN_MY_CHANNEL_ON
➖➖➖➖➖
▶#YUOTUBE:-https://www.youtube.com/channel/UC200SmqhWqZtjjKp--uDD2g
➖ ➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖
▶#FACEBOOK:-https://www.facebook.com/BoruuSabbooGoonaa
➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖
▶#TELEGRAM:-https://t.me/joinchat/VCPSZjlLLl_GW-4O
➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖
▶#INISTGRAM:-https://l.instagram.com/?u=http%3A%2F%2Fwww.boruusabboogoonaa.com
➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖
▶#TWITTER:-https://twitter.com/BoruDida20/status/1354059288222834688
➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖
▶#TIKTOK:-https://tiktok.com/@sabogonatube
➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖
_____________________\\_____________________
1. Ni jiraanna jenneeti malee balleesinee baduun nu dhibu.
2. Umrii nuti qabnu jeequmsaaf miti jaalachuufu nu geessu.
3. Qophumaan kan bareedu mana fincaanii keessatti qofa.
4. Angoon kan ittiin uummata bulchan malee kan ittiin uummata doorsisan miti.
5. Hangam yo tureyyuu harmii fi mootummaan kufuunsaa hin oolu.
6. Fuula inaaffaan guraachesse dibatni hin cululksu!
7. Utuu durbi lafa qotuun argamti ta'ee dhiirri hunduu qote bulaa ta'ee dhuma.
8.Nama hin tuffatin hinjiraanniyyu surree nama hiikachiisti.
9. Bara re'ee ta'amutti hoolaa hin ta'in.
10.Utuu barnootni uleedhaan namaa gala ta'e harreen piroofeesara taati turte.
11. Utuu baalli mukaa qarshii ta'ee dubarri qamalee jaalatti!
12.Anaan hiyyeesa nan jette atimo boorsaa duwwaaf daalleekee malee maal qabda.
13. Utuu daawitii (of ilaalii) dhaaf ni kaffalama ta'ee dubartootni meeqa kaffalu?
14.Hangafti tooftaa jireenya wal danda'udha!!.
15.kan Dubbatuu Hundii Beeka, kan Callisuu Hundii Wallaalaa Sitti hin fakkaatini
16.Namni Dogongoree hin Beekne yo jirraate kan takka homa yaale hin Beeknedha
17.Cubbuu Jibii Cubbamaa Garuu Jaaladhu
18.Eenyuma Kho Guutumaati Ibsachuuf Bilisummaati Na Barbachisa
19.Tooftani Guddaan Diina Ofi Ittiin Baleessan, Fira Ofi Godhachuudhani
20.Namoota Nurraa Fagoo Jiran Jaalachun Salphadha Garuu, Warrootan Nutti Dhiyoo Jaalachun Bayyee Ulfaata
Galatooma!! HORAA BULAA DEEBANAA
Boruu Sabboo Goonaa Kotaa Wali irra Haa Barranuu
#JOIN_MY_CHANNEL_ON
➖➖➖➖➖
▶#YUOTUBE:-https://www.youtube.com/channel/UC200SmqhWqZtjjKp--uDD2g
➖ ➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖
▶#FACEBOOK:-https://www.facebook.com/BoruuSabbooGoonaa
➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖
▶#TELEGRAM:-https://t.me/joinchat/VCPSZjlLLl_GW-4O
➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖
▶#INISTGRAM:-https://l.instagram.com/?u=http%3A%2F%2Fwww.boruusabboogoonaa.com
➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖
▶#TWITTER:-https://twitter.com/BoruDida20/status/1354059288222834688
➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖
▶#TIKTOK:-https://tiktok.com/@sabogonatube
➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖
Facebook
Log in or sign up to view
See posts, photos and more on Facebook.
#Maqaa_ Ganamaa_Kutaalee_Magaalaa #Finfinnee 130 Kunootti.
===========================================
1. FINFINNEE - Addis Ababa
2. AGAMSA - Markaatoo
3. BADDAA EJERSAA - Ras Kaasaa Sefer
4. BAAROO KORMAA - Xuqur Anbassaa
5. BIRBIRSA GOOROO - Piassa
6.Caffee Araaraa -sidist kiiloo
7. CAFFEE aannanii - Meksiikoo
8. CALCALLI - Saar-bet
9. DAALATTII - 4-kiiloo
10. DILDILA ADURREE - Inxooxxoo
11. GARBII - Senga-taraa
12. GOLBOO - Ceerqoos
13. GULALLEE BADHAASOO - Qeeraa
14. HURUFA BOOMBII - Jaan-Meedaa
15. QARSAA - Kaasaanchis
16. ADOOLAA - Kibre-Mengist
17. BULEE HORAA - Hagere Maariyaam
18. EJEREE - Addisaalem
19. ROOBAA - Nifaas Silk
20. ADAAMAA - Naaziret
21. CIROO - Asebe Teferi
2.BISHOOFTUU - Debre zeeyit
23.BOTEE-Maqii
24.BAATUU-Ziwaay
25.Amboo-Hagerehiwoot
26.Sabbataa-Alamganaa
27.Hoolotaa-Gannat
28.Walisoo-Gihoon
29.Tulluu eegduu-Menagesha
30.Haroo sabbuu-Alem teferi
31.Roobee-Goobbaa
32.Lammii-Lamii
33.Birbirsa-Georgis Church
34.Dhekkaa-Yeka
35.Dhooqa booraa-22 mazoria
36.Doobbii-Qacanee
37.Laga harree-Laga haar
39.Dabbassoo-mashalookiyaa
40.Haroomaayyaa-Alemaya
41.Bakkanniisaa-Mekanisa
42.Bookee-Bethel
43.Qarree Gowwaa-Gohatsion
44.Haxaa
47.Karaa Maraa-Kaarra Maarraa
48.Sa
72.Abboomsaa-Tinsa
80.Qilee-Asko
81.Suluula Garbii- T/Haimanot 82.Awwaaroo-Aware
83.Adaamii-Rufael
84.Sheik Hojole/Didiimtuu-Shegole
85.Waddeessa-Chercher Godana
86.Tulluu Ejersaa-Hanna Mariam
87.Lumee-St.Joseph
88.Labuu-Siga meda/Tatek
89.Laaftoo Tumtuu-Buna Board
90.Tulluu Dheertuu-Gofa Betemengist
91.Tulluu Heexoo-Buufata Poolisii Jahaffaa
92.Laalii-Intoto Mariam
93.Burqaa Ejersaa-Faransay Imbassy
94.Caffee Muudaa-Lideta
95.Dhakaa Araaraa-sherathon & Hilton area
96.Dolloo Buddeenaa-Gotera,Wello sefer &
97.Dhummuugaa-Ginfille
98.Fiichee-Xalian mishig
99.Golbaa-Addis ketema
100.Hadaa-Tele,Garaj,Cerkos Betekiristan
101.Harawa-kaca Fabirika
102.Harbuu-Gurd Shola
103.Harbuu Irreessaa-Ras
Hailu Sefer
104.Hulluuqa Kormaa-Istifanos
105.Jaajaa-Bihere Tsige
106.karaa Qorxii-Belay zeleke Qilxu straight
107.Burqaa Qorichaa-Yeka Michael,Around
Kebena river
108.Hurufa Raaree-Around Bus Station
109.Keelloo Masqalaa-Around 4-Kilo Campus
& Betekiristan area
110.Riqicha Alloo-Engliz & Russia Embassy
111.Caancoo/Arsii-Debre Selam
112.Bulikaa-Bulga
113.Collee-Debre Sina
114.Dheedheeraa-Dadar
114.Erar-Yarar
115.Gaara sibiiluu-Minilik Gibbii
116.Hankoober-Ankober
117.Goodaa Boombii-Tatek Defer
118.Bubbee-Yirga Dejen
119.Ganda Aliyyuu-Gandaliyyuu
120.Haadha Adii-Adaadii
121.Walda`a-Woldiya
122.Madaaroo-Ayertena
123.Kuukkuu-Hagere Marian
124.Jajjuu-Yejjuu
124.Tulluu Diimtuu-Bahita Gebriel
125.Tulluu Maraa- Tulluu Amaaraa
126.Wacaalii-Wucaalee
127.Waabee Shabal-Waabee Shebele
128.Malkaa Abbooshee-Baambiis
129.Mandooyyee-Baalee-Faasiil
130.Xarroo-Atana Tera
Maddii: Kan Dubbisee Irra!
Horaa Bulaa.

ii-Axaayyee
45.Abbaa Guuguu-Aarbaa guuguu
46.Dirree Dho
aa-Dire dawa47.Karaa Maraa-Kaarra Maarraa
48.Sa
a Gurree-Saaguree
49.Naqaadallaa-Maqdela
50.Melka jaldu-Melka Jebdu
51.Naqqamtee-Lekemte
52.Karaa Qoree-Karaa Qorree
53.Illuu Abbaa Booraa-illuubaaboor
54.Oboraa-Waabaraa
55.Dhedheertuu-Dertu
56.Yaa
a baloo-Yabello
57.Qolan Koomii-Welenkomi
58.Hara Dambal-Zway
59.Cuqqaalaa-Ziqualla
60.Mataaharaa-Metehara
61.Arsii-Aruusii
62.Bishaan Diimaa-Bisdiimoo
64.Qoqaa-Koqa
65.Mandayyoo-Fasil Awuraja
66.Bishaan Dhinsaa-Yilman Dinsa
67.Haqaaqi-Akaki
68.Irreensaa-Gudeellaa
69.Shaamboo-Shaambuu
70.Ilaalibalaa-Lalibela
71.Fincaa
aa-Finca72.Abboomsaa-Tinsa
e birihan
73.Hora-Filwuha
74.Hawaas-Awash
75.Qaalluu-Kality
76.Laga Qamalee-H/Giorgis Dildiy
77.Wal-arga-Wellega
78.Tulluu Daalattii-Tiliku Betemengist
79.Addababa
ii-Adebabay80.Qilee-Asko
81.Suluula Garbii- T/Haimanot 82.Awwaaroo-Aware
83.Adaamii-Rufael
84.Sheik Hojole/Didiimtuu-Shegole
85.Waddeessa-Chercher Godana
86.Tulluu Ejersaa-Hanna Mariam
87.Lumee-St.Joseph
88.Labuu-Siga meda/Tatek
89.Laaftoo Tumtuu-Buna Board
90.Tulluu Dheertuu-Gofa Betemengist
91.Tulluu Heexoo-Buufata Poolisii Jahaffaa
92.Laalii-Intoto Mariam
93.Burqaa Ejersaa-Faransay Imbassy
94.Caffee Muudaa-Lideta
95.Dhakaa Araaraa-sherathon & Hilton area
96.Dolloo Buddeenaa-Gotera,Wello sefer &
97.Dhummuugaa-Ginfille
98.Fiichee-Xalian mishig
99.Golbaa-Addis ketema
100.Hadaa-Tele,Garaj,Cerkos Betekiristan
101.Harawa-kaca Fabirika
102.Harbuu-Gurd Shola
103.Harbuu Irreessaa-Ras
Hailu Sefer
104.Hulluuqa Kormaa-Istifanos
105.Jaajaa-Bihere Tsige
106.karaa Qorxii-Belay zeleke Qilxu straight
107.Burqaa Qorichaa-Yeka Michael,Around
Kebena river
108.Hurufa Raaree-Around Bus Station
109.Keelloo Masqalaa-Around 4-Kilo Campus
& Betekiristan area
110.Riqicha Alloo-Engliz & Russia Embassy
111.Caancoo/Arsii-Debre Selam
112.Bulikaa-Bulga
113.Collee-Debre Sina
114.Dheedheeraa-Dadar
114.Erar-Yarar
115.Gaara sibiiluu-Minilik Gibbii
116.Hankoober-Ankober
117.Goodaa Boombii-Tatek Defer
118.Bubbee-Yirga Dejen
119.Ganda Aliyyuu-Gandaliyyuu
120.Haadha Adii-Adaadii
121.Walda`a-Woldiya
122.Madaaroo-Ayertena
123.Kuukkuu-Hagere Marian
124.Jajjuu-Yejjuu
124.Tulluu Diimtuu-Bahita Gebriel
125.Tulluu Maraa- Tulluu Amaaraa
126.Wacaalii-Wucaalee
127.Waabee Shabal-Waabee Shebele
128.Malkaa Abbooshee-Baambiis
129.Mandooyyee-Baalee-Faasiil
130.Xarroo-Atana Tera
Maddii: Kan Dubbisee Irra!
Horaa Bulaa.
#JOIN_MY_CHANNEL_ON
➖➖➖➖➖
▶#YUOTUBE:-https://www.youtube.com/channel/UC200SmqhWqZtjjKp--uDD2g
➖ ➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖
▶#FACEBOOK:-https://www.facebook.com/BoruuSabbooGoonaa
➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖
▶#TELEGRAM:-https://t.me/joinchat/VCPSZjlLLl_GW-4O
➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖
▶#INISTGRAM:-https://l.instagram.com/?u=http%3A%2F%2Fwww.boruusabboogoonaa.com
➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖
▶#TWITTER:-https://twitter.com/BoruDida20/status/1354059288222834688
➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖
▶#TIKTOK:-https://tiktok.com/@sabogonatube
➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖
Facebook
Log in or sign up to view
See posts, photos and more on Facebook.
Forwarded from BBC News Afaan Oromoo
Galmee Himataa Obbo Jawaar fa'i irratti iyyata abbaan alangaa ragaaleenkoo golgaa/maggarajaa duuba ta’un jecha yaa kennan jechuun dhiyeesse manni murtii kuffise.
Manni murtichaa ragaaleen abbaa alangaa dhaddacha banaa keessamoo dhaddacha cufaa golgaa/magaarajaa duuba yaa dhagahaman kan jedhu irratti murtee kennuuf ture har’atti beellama kan qabate.
-» @bbcAfaanOromoo ..
========Read more==

BBC News Afaan Oromoo
Manni murtii himata Obbo Jawaar fa’i irratti ragaalee golgaa duubaa kuffise - BBC News Afaan Oromoo
Galmee Himataa Obbo Jawaar fa'i irratti iyyata abbaan alangaa ragaaleenkoo golgaa/maggarajaa duuba ta’un jecha yaa kennan jechuun dhiyeesse manni murtii kuffise.
Ministeerri Saayinsii fi Dhaabbilee Barnootaa Olaanoo Naannolee guddattootaa fi Horsiisee akkasumas Naannoo Tigraay fi Matakkalitti qabxii seensa Yuunivarsiitii ifoomsera.
1. Saayinsii Uumaamaan (Natural Science):
Naannolee guddattootaatti
• Dhiiraaf qabxii 368
• Dubaraaf qabxii 358
- Qaama miidhamtootaf:
• Dhiiraaf qabxii 350
• Dubaraaf qabxii 345
• Naannoolee Horsiisee bulaaf immoo qabxii 358 dha.
- Naannoo Tigraayii fi Matakkalitti
• Dhiiraaf 358
• Dubaraaf 350
2. Saayinsii Hawaasaan (Social Science):
- Naannolee guddattootaa fi Horsiisee bulaatti
• Dhiiraaf qabxii 358
• Dubaraaf qabxii 348
- Qaama miidhamtootaf:
• Dhiiraaf qabxii 340
• Dubaraaf qabxii 335
-Naannoo Tigraayii fi Matakkalitti
• Dhiiraaf 348
• Dubaraaf 340
@SabbooGoonaa

'Ajjeechaan seeraan alaa qaama mootummaan fudhatamaa jiru hatattamaan dhaabbachuu qaba' KFO
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57098231
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57098231
BBC News Afaan Oromoo
'Ajjeechaan seeraan alaa qaama mootummaan fudhatamaa jiru hatattamaan dhaabbachuu qaba' KFO
Koongirasiin Federaalawaa Oromoo ajjeechaa dargaggoo Amaanu'el Wandimmuu Kibxata darbe magaala Dambi Doollootti raawwatame balaaleffate.
Forwarded from FBC Afanoromo
Filannoon marsaa 6ffaa Caamsaa 30 gaggeeffamuuf ture dheerate
Finfinnee, Caamsaa 7, 2013 (FBC)-Boordiin Filannoo Biyyoolessaa Filannoon marsaa 6ffaa Caamsaa 30 gaggeeffamuuf ture dheerachuu ibseera. Filannoon biyyoolessaa marsaa 6ffaa Caamsaa 28, 2013 akka gaggeeffamuuf gabatee yeroo qabameefi turetti kan hin gaggeeffamnee ta’uu boordiichi ibsera. Kanaafis guyyaa filannoo itti gaggeeffamuu yeroo itti aanuutti akka ifoomu himameera. Boordichi adeemsa galmee filattootaa fi rakkoowwan muudatan irratti bakka…
https://www.fanabc.com/afaanoromoo/filannoon-marsaa-6ffaa-torbeewwan-2-hanga-3tti-dheerachu-dandaa-jedhame/

ℹ️mala karaa Ⓜ️ilkii pinned «✅#JECHOOTA ajaa'ibaa taaksii keessatti barreefamani jiran _____________________\\_____________________ 1. Ni jiraanna jenneeti malee balleesinee baduun nu dhibu. 2. Umrii nuti qabnu jeequmsaaf miti jaalachuufu nu geessu. 3. Qophumaan kan bareedu mana…»
#JECHOOTA_NAMOOTAA_FI_BIYYOOTA_ADDA_ADDAA:
KUTAA 1ffaa
==============================
===
1.Namni hiriyaa hedduu qabu hiriyaa kooti jedhu hin qabu.~(Aristotle)
2.Beekkumsi dhihana ykn nyaata lubbuuti.~(Plato)
3.Kennaan jaalalli barbaaddu jaalala qofaadha.~(Jon gray)
4.Du'uun kee erga hin oollee gammadii du'i.~(Charles james fix)
5.Addunyaa kanarratti eenyumaanuu of hin madaalin, akkas goote taanan of arrabsaa jirta.~(Alenstrack)
6.Tokkoon tokkoon namaa addunyaa jijjiiruuf malee of jijjiiruuf yaadee hin beeku.~(Liyoo toolis tooy )
7.Amala nama tokkoo baruu yoo feete, aangoo ykn taayitaa kenniif.~(Abraham Lincon )
8.Dubbachuun qofti gahaa miti, dhugaa dubbachuudha malee.~(Winston Churchil )
9.Ifa keessa yoo adeemtu wanti hunduu si hordofa, dukkana keessa yoo taate garuu, gaaddidduun keetuu sin hordofu.~
(Adolf Hitler)
10.Akkuma irraan olee fagaachaa deemtuun bakka itti kufturraa fagaatta waan ta'eef of eegi.~(France )
11.Wanti dubbachuuf namatti salphatu hojjachuuf ni ulfaata.~(France )
12.Afaan gaariin balbala cufame banuu danda'a.~(South Africa )
13.Dhiphachuu kan qabnu bifa adurree keenyaaf osoo hin ta'in, hantuuta qabuu danda'uu isheetiifi.~(China)
14.Kanneen si bira jiran yoo gammachiiste, fagoo kan jiran ofiifuu ni dhufu.~(China)
15.Kophummaan gaarii kan ta'u yeroo mana fincaanii seenani.~(Kenya )
16.Namni hiree qabu garbatti yoo darban afaanitti qurxummii qabatee baha.~(Araboota )
17.Bunni ciree hin qabnee fi himanni ykn iyyatni ragaa hin qabne, gatii hin qaban.~(Oromoota)
18.Aduun akka dhiitetti hin haftu.~(Oromoota)
Source:- #kHAN_DUBISNEE_IRRA
#JOIN_MY_CHANNEL_ON
➖➖➖➖➖
▶#YUOTUBE:- https://www.youtube.com/channel/UC200SmqhWqZtjjKp--uDD2g
➖ ➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖
▶#FACEBOOK:- https://www.facebook.com/BoruuSabbooGoonaa
➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖
▶#TELEGRAM:- https://t.me/joinchat/VCPSZjlLLl_GW-4O
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇

MAMMAAKSA_ SABOOTA_ADDUNYA
(kutaa 2ffaa)
===========================
👉Namaaf, ittigaafatamummaa
(responsibility) malee, aangoon (power)
hinkennamneefi. (Native American)
👉 Namni du'e seenaa himuu hindanda'u.
(English)
👉Dubbiin sobaa jechoota baay'ee nama
gaafata. (German)
👉Namni mana ho'aa keessa jiraatu, biyyi
guutuun akkasumatti jiraata se'a. (Yidish)
👉 Ijoolleekee osoo isaan waa nyaachaa
jiranii gorsi. (Native American)
👉Gaaffii gowwummaa yoo gaafatte, deebii
gowwummaa argatta. (English)
👉Daandii baasuuf deddeebitee irra deemuu
qabda. (African)
👉Namni (taa'eetuma) hawwiin jiraatu,
dafeetu dullooma. (Hungarian)
👉Waan tokko osoo hineegaliin dura itti
yaadi; erguma eegaltees itti yaaduu hindhiisiin.
(Dutch)
👉Daandii dogongoraa irra hanga feete fagattee
deemtus, of duuba deebi'i. (Turkish)
👉Dubbii tokko dhaamsa/ergaa isaa irratti
xiyyeeffadhu malee, nama dubbate irratti miti.
(Arabic)
👉Aannan dhangala'eef boo'uun gatii hinqabu.
(English)
👉Kan fiigee hindadhabne "yeroo" qofaa dha.
(Egyptian)
👉Bishaan of harkaa qabaatteef, ibidda gama
jiru dhaamsuu hindandeessu. (Chinese)
👉 Yommuu jarjartu huccuukee suuta uffadhu.
(French)
👉Osoo gowwaan hinjirree, akkamiin
abshaala beekna turee? (Norwegian)
Source:- #kHAN_DUBISNEE_IRRA
#JOIN_MY_CHANNEL_ON
➖➖➖➖➖
▶#YUOTUBE:- https://www.youtube.com/channel/UC200SmqhWqZtjjKp--uDD2g
➖ ➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖
▶#FACEBOOK:- https://www.facebook.com/BoruuSabbooGoona
➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖
▶#TELEGRAM:- https://t.me/joinchat/VCPSZjlLLl_GW-4O
👉👉👉👉👉 @SabbooGoonaa

❣Jaalala❤️❤️❤️keessaanif❣
❣ ❣
❣ ❣
❣ ❣
❣
Baga jal-bultii waggaa hara,aatin isiin gahee !!!!!
Barii
Ka kayyoo
Ka qufaaf gabbinna
Ka milikiif
Ka wantii ummaanii Kenna kessaa jiruu cuftii ittii debbii argaatuu Badhasooni nufi godhinna!!!!!!!!
Guyyootni qaammee kun kan galataaf dhiifama waan tahef
❣osoo hin beekin doggogoraan❤
💙osoon beeku dhimma dhabun💔
Si muffisise
Si gaddisise
Si aarse
💓yoo ta'e jilbeeffadhe💗
Dhiifama guddaa si gaaffadha
🖤yeroon gaddef rakkadhe na waliin gadditanii kan na waliin giddiraa dhandhamtan💘
💖gammachuu kootti gammaddun yaada koo qodachun kan fala na barbadan❣
💚miira gadhee keessa jiradhes
💙obsuu kan na barsiistan💜
💖💕💞naannoo
💓💗💖kiyyaa
💙💜kan jirtaan hundi
💝G
💝A
💝L
💝A
💝T
💝O
💝O
💝M
💝A
!!!!!!!!!!!!!!!!!
namoota jaallatani kabajanif qooda. 💚💚💚💚💚💚💚💚
🌻🌻🌻Ayyaana Gaarii🌼🌼🌼🌼2014🌻🌻🌻
👉@SabbooGoonaa👈

💔💔#MAMMAKSAA_OROMOO!💔💔
✅Seenaa Dhugaaf Lafti Dhagaa Nama Jala Hin Baduu.
✅Seenaan Khe Hojii Kheeti.
✅Qayee abbaan hin jirretti tisiisni irratti walgessi.
✅Bishaan mixiin lagaa waraabdeen jaldeessi qaama ittiin dhiqata.
✅Hiriyaan dhugaa daawitii dha.
✅Maalummaa ofii beekhuun gaarummaa loogii hin qabnee dha
✅Re'ee amala hin qabneef hidhaa hin dheeresaniif
✅Inni waraane yoo irraanfate inni waraaname gonkuma hin irraanfatu
✅Hiddaa fi hiddiin tokkoo miti
✅Khalee fi Khaleen tokkoo miti
✅Fira nama hin gaafanne irra hiyyeessa mana namaa baane wayya
✅Harka mirgaa kutuun harka bitaa darbannaa barsiisuu dha
✅Khuni maal jennaan khuni buppaa dha jedhe namichi hanqaaquu argee hin beekne
✅waraabessi soddummaa harree barbaaduun akka beelofneefi
✅Nama gammachiisuu yoo barbaadde qarshii khennuufi osoo hin taane wanta inni rakkate gaafadhu
✅Khan haati boo'aa guddifatte haati biddeenaa boo'aa biddeen kennitiif
✅Walgahiin saree duruu kajeella dha
✅Balli geshoof baalli jimaa walfakkaatus kan farsoof oolu garuu baala geshooti
✅Muka ol guddate fiixee muruun jirma lafa jalatti gabbisuu dha
✅Of qulqulleessuun nama xureessan ifatti baasuuf
✅Namni ollaa waraabessaa jiru homaa hin kajeelu
✅Bishaan sareen waraabde sarumatu dhuga
✅Of ajjeesen oole jedhe gowwaan of fannisuuf dhaqee
✅Of tuuluun nama ofirratti tuuluu dha
✅Leenci har'a beela'e boru saree kajeelchisuu hin dhiisu
✅Namni dukkana beekee kessa deemu ibsaa isa hin barbachiisu
✅Gatii ibiddi na gubeef bishaan irratti naquun na qabbaneessa malee na fayyisu
#IRREECHA_IS_LOADING.
Horaa Bulaa Deebana!
Source:- #kHAN_DUBISNEE_IRRA
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇

Forwarded from Borana News, Knowledge and Fun via @like
♡Yeroo qabdu waan dhabdu hin seetu. Yeroo dhabdees waan argattu hin seetu. Yeroo rakkatte waan ballattu hin seetu. Yeroo ballattees waan rakkattu hin seetu. Yeroo cunqurfamte waan jalaa baatu hin seetu. Yeroo jalaa baate waan cunqurfamuuf teeysu hin seetu. Siitu sehe malee takkalleen akka jirtutti hin haftu.
♡Gaafa haalli siif mijjate waan guddaa hawwitee gaafa mijjaan hammaatte waanuma argiteef hawwiif kaayyoo tee jijjiirta yoo tahe kaayyoon kee kaayyoo laafaa baraafii bariin isa jijjiirtu waan taheef kaayyoo akkanaa jijjiiri kun eeysaanuu sin gahuutii !
☆Hamilee jabaa qabaadhu ! barri hammaatuus, jireenyi ulfaatuus, waan guddaa hawwi. Baraatu fidee baraatu taraan ja'iitii ifitti odeeysi.
♤Guyyaatu fagoo, ulfaataa, jabaafii waan hin dandahamne sitti fakkeeyse malee dhugaan jiru akkasii mitiitii hubadhu.
☆Hamileen tee hin kufin ! Hamilee tanaan laafaan meeqa jabaateeti jabaan meeqa laafee hafeetii jabeenya hamilee tana hubadhu !
👇👇
@borananews

Kufaatiidhaan eegala
Jalqabni milkaa'inaa
"Gufadheera" jettanii
Bakka sana-n taa'inaa!
Hurufa heddummaatti
Jireenyi biyya lafaa
Jabaan kufus ni ka'a
Dadhabaan achitti hafa!
Kaayyoo kamuu qabaadhu
Nama hojjatu yoo taate
Aarsaa male hin geessu
Galma qabattee kaate!
Kanaaf seenaan hayyootaa
Waan baayyee nu barsiisa
Kufanii ka'uu beekuuf~Albert Enistaayintu
Daandii nutti agarsiisa!
Abdii kutachuu dhiisee
Al torba kufee ka'ee
Xurree qaroominaarra
Kutannoo cimaan ga'e!
Fakkeenyati fudhattee
Ittiin galaana ceetu
Thomas Edson laali
Obsaaf kutannoo feetu
Ji'a sadii barate
Mana barumsaa galee
Waan gadadoos rakkinni
Lakkuu isarratti dhale,
Gidiraa biyya lafaa
Obsee garaatti baatee
Balbii har'a ibsannu
Tiriikaa aaddunyaaf laate!
Galmasaa hin hanqifne
Rakkinni isa hudhanii...
Irra deddeebiin yaalee
Yeroo kuma kudhanii,
Obsaan yaadee kalaqee
Dukkana ibsuuf maloota
Gumaacha guddaa kana
Kaa'ee darbe dhalootaa!
Abdii akkan kutanne
Gaafa kutatte abdii
Rakkoon si kuffisuutti
Ofumaaf kuftee cabdi!
Miti gaafa maramtee
Carqiin awwaala buutu
Gaafa hamileen kee du'e
Dhugaan kan ati duutu!
Kanaafuu.....
Karri tokko cufamu
Lamatu siif banama
Hireen abaarin ciiftee
Galgalaafi ganama
Jiruu biyya lafaatu
Qorumsadha obbolee
Hedduunis obsa dhabee
Abdii kutuun okkole!
Bakka kuftee ka'i
Laali bitaaf mirga
Daandiin biraa jira
Siif baadhatee silga,
Ati abdii akkan kunne
Dursii abdii kutadhu
Bakka har'a jirturraa
Fuulduratti butadhu
Kuftee achitti hin hafin
Ol ka'i ni dandeessaa
Hin dhaabbatin tiradhu
Gaaf-tokko galma geessa!
✍️.... @Riyaad_Raayyaa tiin

Forwarded from ABDII SABAA
#EthioTelecom
ItiyooTeeleekoomiin barattootaaf kuufama addaa "qayyabannaaf isaan gargaara" jedhe qopheesse.
ItiyooTeeleekoomiin barattoota yuunivarsitiifi Koolleejjiif kuufama addaa qopheessuu beeksise.
Bifuma kanaan :
♦️JI'AAN
🔹Qarshii 34, sagalee daqiiqaa 180 + badhaasa daqiiqaa 90 + ergaa gabaabaa 100
🔹Qarshii 64, sagalee daqiiqaa 360 + badhaasa daqiiqaa 200 + ergaa gabaabaa 150
🔹Qarshii 42, DATA 1GB + badhaasa 512MB + ergaa gabaanaa 100
🔹Qarshii 82, DATA 2GB + badhaasa 1.1GB + ergaa gabaabaa 150
♦️TORBEEN
🔹qarshii 29, DATA 3GB
Barattoonnis waraqaa eenyummeessaa barattoota koolleejjii ykn Yuunivarsitii ta'uu isaanii mullisu qabachuun kara giddu gala gurgurtaa deemuun kuufama kana bitachuu ni danda'u.
Hubachiisa
Badhaasaafi kuufamni Torbee halkan irraa sa'a 6:00-12:00 qofa dalaga
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA
📡MIIDIYAA📡
@ABDII_SABAA