https://t.me/cherrygame_io_bot/game?startapp=r_1646944922
Join the cherry game using this referral link and win prizes!

Telegram
CherryGame
π Welcome To Cherry Adventure π
Rise from a worker to the CEO of Blackrock in this hilarious crypto meme adventure. Learn about the world of Defi & become a full blown degen!
Earn $CHERRY token by tapping, referring friends, completing tasks & mining!

Yaadadhu | Dubbiilee Hayyootaa
β. Abrahaam Liinken
β Namoonni hammuma gammaduuf sammuu isaanii qopheessan gammadu.
β Waan feete ta'i; garuu itti cimi!
β Suuta jedheen deema; garuu tasumaa booddeetti hin deebi'u.
β Kufaatii keef dhimma hin qabu; kanan dhimmu ka'uu keef!
β. Beenjaamiin Firaankiliin
β Namni obsa qabaachuu dandaβu waan barbaadu argachuu dandaβa.
β Qophaa 'uu yoo dadhabde kufaatiif qophoofta.
β Yookiin waan dubbifamuuf malu barreessi!
β Yookiin waan barreeffamuuf malu hojjedhu!
β Investimentiin beekumsa irratti ta'u dhala hunda caalu namaaf kaffala.
β Foddaan mana kee fuullee yoo qabaate, ollaa keetti dhagaa hin darbatin!
β. Guutamaa Budihaa
β Kan nuti taanee jirru bu'aa wanta nuti yaadneeti.
β Namni ogummaadhaan jiraatu du'ayyuu hin sodaatu.
β Yoo waa dubbachuu feete yeroo hundumaa dubbiin sun dhugaa, barbaachisaa fi gaarii ta'uu of gaafadhu!
β Okkoteen copha cophaan guutti!
β Gammachuun keessa keetii dhufa, alaa hin eegiin!
β Rakkoon kee maali seete? Yeroo qaba jettee yaadda.
β. Maatamaa Gaandii
β Namni dadhabaan dhiifama hin godhu. Dhiifama gochuun amala nama jabaati.
β Gammachuun yeroo waan ati yaaddu, waan ati dubbattuu fi waan ati hojjettu tokko ta'aniidha.
β Namni gaariin michuu uumama hundumaati.
β Namni bu'aa yaadota isaati, waan yaadu ta'a.
β. Maartiin Luuter Kiing
β Umurii qofaa lakkaa'uu dhaan dheerina yeroon namaa nyaatame caalaa kan nama gaddisiisu hin jiru.
β Humni diina ofi irratti jijjiiruu dandaβu tokkichi jaalaladha.
β Namni dhiifama gochuuf humna dhabe, jaalachuuf humna hin qabu.
β Urjoota arguu kan dandeessu dukkana keessatti qofaadha.
β Fincilli sagalee warra hin dhaga'amneeti.
β. Maazar Tereezaa
β Namootatti kan murteessitu yoo ta'e, isaan jaalachuuf yeroo hin qabaattu.
β Jechoonni gaggaariin gabaaboo fi salphoo ta'uu dandaβu, sagaleen isaanii garuu dhuma hin qabu.
β Namoota dhibba nyaachisuu yoo dadhabde tokko qofa nyaachisi!
β Hojiin jaalala hin qabne garbummaadha.
β Jireenyi namoota kaaniif hin jiraatamin jireenya miti.
Dubbistanii osoo hiriyoota keessanif hin dabarsiin akka hin dhiisne?
sΚα΄Κα΄βsΚα΄Κα΄βsΚα΄Κα΄
ββββββββββββββββββββ
βοΈJOIN: @saayikoloojii
βοΈJOIN: @saayikoloojii
βοΈJOIN: @saayikoloojii
ββββββββββββββββββββ
π β€ π¨οΈ βοΈ
Λ‘β±α΅α΅ Κ³α΅α΅αΆα΅ αΆα΅α΅α΅α΅βΏα΅ Λ’Κ°α΅Κ³α΅

Jechoota Saayikoloojii π§ pinned Β«Yaadadhu | Dubbiilee Hayyootaa β. Abrahaam Liinken β Namoonni hammuma gammaduuf sammuu isaanii qopheessan gammadu. β Waan feete ta'i; garuu itti cimi! β Suuta jedheen deema; garuu tasumaa booddeetti hin deebi'u. β Kufaatii keef dhimma hin qabu; kanan dhimmuβ¦Β»
Qabxiin darbinsa sagantaa fooyya'insaa( Remedial) ifoome.
Ministeerri barnootaa akka beeksiisettii qabxiin seensa sagantaa fooyya'insaa ( Remedial)bara 2016 dhiirootaaf 204 yoo ta'u Shamarraniif ammoo 192 ta'uu Beeksiiseera.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
π‘ MIIDIYAA @ABDII_SABAA π‘

https://t.me/lucky_gems_official_bot/app?startapp=27XT13KAdmnfyQsRzbD2PAFgX4wS7pwuhuBSURU7ZyHNcw5
π I've won 0.6 USDT! Click the link to help me earn more! You can also play & win money! π°
π Join now and let's earn more together! π

Lucky Gems
Spin to Earn Now π°