π€ #Jechuun_Jechuu_Miti π€
βNama jabaa ta'i jechuun tasumaa hin kufiin jechuu miti; kufanii ka'uus bartee godhadhu jechuudha malee!
βCallisi jechuun hin dubbatiin jechuu miti; namoota biroos dhagahi jechuudha malee!
βGaraaf kan bultu hin ta'iin jechuun hin nyaatiin jechuu miti; dhugaa namaatti hin darbiin jechuudha malee!
βHin dheekkamiin jechuun miira hin qabaatiin jechuu miti; dheekkamsa irraa dafii deebi'i jechuudha malee!
βDhiifama godhi jechuun ati hin miidhamne jechuu miti; garaatti haaloo qabachuun miidhamuu biraa waan ta'eef malee!
βDiina kee jaaladhu jechuun diinni gaariidha jechuu miti; jibba irra jaalalli waan mo'uuf malee!
βGammadaa ta'i jechuun hunda qabaadhu jechuu miti; kan qabdutti gammadi jechuudha malee!
βHojii kee jaaladhu jechuun hojiin ati hojjechaa jirtu gaariidha jechuu miti; boru hojii gaarii akka qabaattuuf hojii har'a hojjettu jaaladhu jechuudha malee!
βOdeessituu hin ta'iin jechuun hin odeessiin jechuu miti; waa'ee dhimma hin beeknee hin odeessiin jechuudha malee!
βNi duuta jechuun hin hojjetiin jechuu miti; waan gaarii osoo hin hojjetiin hin du'iin jechuudha malee!
βQofaa hin ta'iin jechuun ariifadhuu gaa'ela keessa seeni jechuu miti; laphee kee, yeroo kee, waan qabdu hundaa dabarsitee kennuuf qophaa'i jechuudha malee!
βNama dhugaa ta'i jechuun bakka namoonni jiran qofatti dhugaa dubbadhu jechuu miti; mataa keefis jireenya dhugaan guutame jiraadhu jechuudha malee!
βHin loliin jechuun namoota wajjin hin jiraatiin jechuu miti; haaloo qabattee hin turiin jechuudha malee!
βKan of tuultu hin ta'iin jechuun hin uffatiin jechuu miti; kanneen biroo hin tuffatiin jechuudha malee!
βAti bareedaa/dduudha jechuun warreen kaan irra kan caaltudha jechuu miti; sitti bareedeera jechuudha malee!
βBeekaa ta'i jechuun deebi'ii mana barumsaa seeni jechuu miti; ogeessa (gamna) ta'i jechuudha malee!
sΚα΄Κα΄βsΚα΄Κα΄βsΚα΄Κα΄
@saayikoloojii

Yoo Gammachuu argachuu barbaadde:
*
1. Nama hin miidhiin!
2. Nama hundaa gammachiisuuf ammoo hin dhama'iin!
3. Namootarraa waan guddaa hin eegiin!
4. Jijjiirama/jijjiiramuu hin sodaatiin!
5. Waan darbe yaadattee itti miidhamaamiin, irraa baradhu malee!
6. "Ani namaa gadi" jettee hin yaadiin!
7. Waa'ee jiruu jireenyaa yaadi malee humnaa ol hin dhiphatiin (hin yaadda'iin)!
8. Dhiifama namaa gochuu amaleeffadhu!
Yeroo gaarii isiniif hawwina!!!!!!!!
Join godha
πππππππ
@saayikolooji

Jechoota Saayikoloojii π§ pinned Β«Yoo Gammachuu argachuu barbaadde: * 1. Nama hin miidhiin! 2. Nama hundaa gammachiisuuf ammoo hin dhama'iin! 3. Namootarraa waan guddaa hin eegiin! 4. Jijjiirama/jijjiiramuu hin sodaatiin! 5. Waan darbe yaadattee itti miidhamaamiin, irraa baradhu malee! 6.β¦Β»
β
Waantota jireenya keenya Balleessan 7'n
1. Of shakkuu.
β‘οΈAkka dandeessu amani malee of hin shakkiin. Nan danda'a jennaan waanti ati hin dandeenye tokko hin jiru. Kan ati hin dandeenye hamma hin jalqabnetti qofadha.
2. Kutannoo dhabuu.
β‘οΈNamni kutannoo hin qabne kutatee hin nyaatu jedhama. Kutannoon humna guuddaadha itti fayyadami.
3. Guyyaa tokko akkasin godha jechuu.
β‘οΈTeessee hin hawwin waan hojjechuu qabdu ammuma jalqabi. Namni waan har'a hojjechuu qabu boruuf kaa'u, waan tokko osoo hin hojjetin du'a.
4. Namni maal naan jedha jechuu.
β‘οΈWaan itti amanta raawwadhu namni waa'ee kee yaadu hin jiru namni hunduu waa'eedhuma ofiisaa yaadaa jira.
5. Namoota biroo wajjin of dorgomsiisuu
.
β‘οΈOfta'ii jiraadhu, ati sumadha malee nama biraa miti. Ofuma taatee akka jiraattuuf dhalatte waan ta'eef ofumaan dorgomi!. Of beeki namni ofbeeku nama biraan of hin madaalutii!
6. Waan of harkaa qabdu dagachuu.
β‘οΈWaanta baay'ee of harkaa akka qabdu beektaa garuu? fkn Fayyaa, nageenya, gammachuu, jaalala namootaa fi kkf waan qabduuf galateeffadhu!
7. Yeroo Qisaasessuu.
β‘οΈWaantota hin taaneef yeroo kennuu:-fkn oduu hin fayyanne, siyaasa hin beekne, qaala'insa jireenyaa faa callistee nama wajjin yoo wal mormite yeroo kee gubda malee waanti jijjiirtu hin jiru. Ani namoota mormiidhumaan mataa of dhukkubsaa fi yeroo isaanii gubaa oolan baay'een beeka.
Yeroo Gaarii Isiniif Hawwina!
βShare godhuun namoota jaalattan biraan gahaa!
‡οΈβ€΅οΈβ€΅οΈβ€΅οΈ

#Kutaa_12ffaa
Bu'aan qormaata akkuma gadhiifameen marsariitii armaan gadii irratti ilaaluu dandeessu.
Your results will be available on the following website as soon as it is released.
Karaa Website
1. eaes.et
2. eaes.gov.et
3. eaes.edu.et
4. result.neaea.gov.et
Karaa Ergaa Gabaabaa
6284
Karaa Telegram Bot
@EAESbot
Har'a galgaala akka isinii ilallu kan barbaddan immo dursatii linkii gadiin argadhaa
πππ

https://t.me/catizenbot/gameapp?startapp=r_752_35742627
π°Catizen: Unleash, Play, Earn - Where Every Game Leads to an Airdrop Adventure!
πLet's play-to-earn airdrop right now!

Telegram
Catizen
πWelcome to the catizens universe!
π±Upgrade your cats, earn more coins, boost your ranking, and get more airdrop rewardsοΌ
πPlay-to-earn airdrop right now!