SARON TUBE
187 subscribers
33 photos
137 links
Channel kana irrati waan barbadaa beksifachu dandeessa. Keessan nuu qunamaa. https://t.me/joinchat/UxcAHELvgsYzNjJk
Download Telegram
Forwarded from yesuus In Dhufaa
Abshaali Gubatee Gubaa ibiddaa bara osoo hin taane  kan gubate irraa barata!

πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://yerooifaa.com/waanti-cubbuuti-nama-geessuu-inni-guddaan-hiriyyaa-sobaati/
Forwarded from yesuus In Dhufaa
Jireenyaa keenya bifa Bareedaa taheen ijaaruuf waggoota dheeraa nutti fudhachuus danda’a nutti fudhachuu dhabuus danda’a. Garuu jireenyaa ijaaruu caalaa balleessun Baay’ee salphaadha
πŸ‘‡πŸ‘‡
https://yerooifaa.com/obsa-hin-dhabani-obsi-riqichaa-jireenyaati/
Forwarded from yesuus In Dhufaa
Yaada kee isa hamaa sittti himu osoo hin taane, isa waan hamaa irratti si moosisu Amani
  πŸ‘‡πŸ‘‡
https://yerooifaa.com/isa-hin-bane-filadhu-hunduu-darbuuf-jira/
Forwarded from yesuus In Dhufaa
Addunyaa kana irraati wanti nama miidhu.qabeenya dhabuu osoo hin taanee.kaayyoo fi mul'ataaa  dhabuudha...

Mucaa kana keessatti qabeenya isaa,mmoo mul'ataa isatuu argammaa jira??

πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://yerooifaa.com/kaayyoo-fi-mulata/
Forwarded from yesuus In Dhufaa
Namni Waaqayyoon sodaatuu cubbuu hin qabu jechuu mitti.

πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://yerooifaa.com/sodaa-fi-yaadoo-kan-addunyaa-kanati-tahe-sodaa-waaqayyoo-calaa-sodaa-biyyaa-lafaa-keessaa-jirachuudha/
Forwarded from yesuus In Dhufaa
Muka tokkittii irraa ija kibriitaa kumaatamatu tolfama. Kibriita ija tokkittiidhaan garuu bosona mukkeen miliyoona qabutu gubatee baduu danda’a

.https://yerooifaa.com/sammuu_kee_milkaainaan_soori/
Forwarded from yesuus In Dhufaa
Namni baayyee ol si kaaseef ati ol hin baatu
Namni gad si buuseefis ati gadi hin buutu.
Kan sirraa eegamu ati of beekuudha

https://yerooifaa.com/gatiin-mulata-kee-warra-mulata-qaban-biraattl-guddadha/
Forwarded from yesuus In Dhufaa
dhugaa siti himu Namni YKN Hiriyyaan si jaallatu siif du’a otoo hin tanee siif kabalamuu danda’aa.
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://yerooifaa.com/waanti-cubbuuti-nama-geessuu-inni-guddaan-hiriyyaa-sobaati/