Haati isaa erga duutee booda bakka jiraatu dhabee mucaa karaarra jiraatudha Joon!
Seenaa Dhugaa!
Akkuma barame Joon guyyaa tokko karaarra dhaabbatee kadhachaa ture. Ibsaa tiraafikaarra konkolaatoota dhaabbatan keessa gara isa tokkootti goree harka isaa diriirsee kadhate.
π€² Foddaan konkolaataa tokko banamuu isaa yeroo argu ni rifate dubartii harganuu hin dandeenye maashiniin hargansuu mormatti kaa'ame deemtu tokko arge. #Joonis waan kana rifatee meeshaan kun maali jedhee gaafate? Isheenis mucaa kana otoo hin tuffatiin gaaffii isaa deebisteef.
Nama meeshaa gargaarsa hargansuu #oksijiniin guutameen harganu ta'uu ishee, sababii kanan iji ishee illee sirritti kan hin argine, miilli ishee sirritti deemuu kan hin dandeenye, maallaqa itti yaalamtu kan hin qabne dhukkuba kanaan waggoota 7f kan rakkachaa jirtuu tahuu himteefπ
Joon waan dhagahe kanan hedduu rifate, imimmaan isaa to'achuu dadhabe, Imimmaan isaa lolaasaa harka isaa kadhachuuf diriirse deebisee waan hanga sa'aatii sanaatti kadhatee argate qarshii boorsaa isaa keessaa baasee akka isheen ittin yaalamtuuf kenneef.
Namootni naannoo sana turan suuraa jalqabaa kana kaasuun seenaa kana waliin miidiyaa hawaasaarra facaasan, yeroo muraasa keessatti biyya #Keeniyaa guutuu walgahe.
Hunduu waan uumame kana dinqiisifatee mucaan miskiinni kun waan daabboo nyaatuun erga gargaaruuf harka isaa diriirse nuttis gargaarsa namummaa goonee maallaqa Shillingii Keeniyaa Miliyoona 4 waldhaansaaf gaafatamte haa kenninu jedhanii walitti qabaniif
Har'a #Gilaadiin ykn dubartiin sun firootaa fi namoota qabeenya qabaniin otoo hin taane karaa gaarummaa mucaa miskiina kanaan gargaarsa argattee biyya #Hindiiti yaalamtee, Meeshaa sana mormarraa gattee, akka barbaadde buraaqxee jiraachaa jirti.
Maarree Joonis ergasii xiyyeefannoo namoota hedduu ta'uun daandii irraa kaafamee mana dubartii #Neesii jedhamtuu jiraachuu eegaleera, barnoota isaas jalqabee jireenya gaariirra jira.
Gaarummaan Joon haadhaa fi mana keessa jiraatu kenneeraaf, β
Gaarummaa Joon dubartii rakkoo waggaa 7 keessa tureef furmaata ta'eera. β€
Kanaafuu egaa kennuudhaf dureessa ykn qarshii hedduu qabaachuu hin barbaachisu garaa qulqulluu fi gaarummaan guutamuu barbaachisa.
Waaqayyo kennan isaa ajaa'iba karaa ati hin eegnen fayyina siif kenna, dubartiin kun otoo tuffattee foddaa itti cuftee deemtee gargaarsa argatti turee laata??
Kennan xiqqaas tahu haa kabajnu tuffii haa dhiifnu
Seenaa kana hedduu wannan jaalladheefan siniif hiike
Gammada olaanaatu barreeseβΌ
https://t.me/SARONTUBE

Telegram
SARON TUBE
Channel kana irrati waan barbadaa beksifachu dandeessa. Keessan nuu qunamaa. https://t.me/joinchat/UxcAHELvgsYzNjJk
Addunyaa kana irraati wanti nama miidhu.qabeenya dhabuu osoo hin taanee.kaayyoo dhabuudha.
ππ
https://yerooifaa.com/kaayyoo-fi-mulata/

Seenaa Baay'ee gara nama nyaatuu!
Al tokko tokko wanta hamaa qofa utuu hin taanee wanti gaarii fakkatee jireenyaa kee balleessa
πππ
https://yerooifaa.com/dont-be-in-a-rush-and-think-about-everything-calmly/

yeroo Baay'ee Rakkon keenyaa Milkaa'ina caala rakkisaan akkattaa ittiin milkaainicha qabannudha. Namoonni Baay'een akkamitti akka milkaa'an beeku garuu erga milkaa'anii akkamitti akka milkaa'ina isaanii qabatan hin beekan.
ππ
https://yerooifaa.com/dhoksaa-milkaauu/
ππ
https://yerooifaa.com/dhoksaa-milkaauu/
mee Deebi'ii jireenya kee yaadadhuu; obsa dhabuu keen waantoota of harkaa dhabde jira taha!
Jireenyaa Hafuuraa tahe
Jireenyaa fonni keesatti
Amala namootaa dandeessee jiraachuufillee Obsa qabaachuun dirqama!πππ
https://yerooifaa.com/obsa-hin-dhabani-obsi-riqichaa-jireenyaati/

Forwarded from yesuus In Dhufaa
πBiyya tokko kaatee gara biyya,biraa deemuuf karaan ati irraa deemtu jiraachuun isaa baayee murteessaadha.
Jireenyaa bara,baraa argattee, mootummaa Waaqayyootti galuufis karaan jiraachuun isaa murteessaadha
ππ
https://yerooifaa.com/karaa-dhugaa-fi-jireenyaa-qabu/
Jireenyaa bara,baraa argattee, mootummaa Waaqayyootti galuufis karaan jiraachuun isaa murteessaadha
ππ
https://yerooifaa.com/karaa-dhugaa-fi-jireenyaa-qabu/
Forwarded from yesuus In Dhufaa
Barri dargaggummaa bara itti yoo dhimmaa bahan lafaa ka'anii fi yoo qabaa balleessan yeroo itti badaniidha!
ππ
https://yerooifaa.com/yeroo-dargaggummaa-jechuun-maali/
ππ
https://yerooifaa.com/yeroo-dargaggummaa-jechuun-maali/
Forwarded from yesuus In Dhufaa
oduun nutti himamu hangam gaarii yoo ta'eyyuu kan yeroon keenya itti qisaasa'u ta'uu inqabu.ππ
https://yerooifaa.com/do-not-listen-to-the-news/
https://yerooifaa.com/do-not-listen-to-the-news/
Forwarded from yesuus In Dhufaa
Yooman du'a jettee of gaafattee beektaa
ππ
https://yerooifaa.com/guyyaa-duutu-itti-yaadde-cubbun-keef-ararraa-kadhattee-beektaa/
ππ
https://yerooifaa.com/guyyaa-duutu-itti-yaadde-cubbun-keef-ararraa-kadhattee-beektaa/
Forwarded from yesuus In Dhufaa
Hamma Ati geessu kan si beeku si qofa dha!
Ga'umsa dhokataa keessa kee jirutti amani.waan keessa kee jiru namoonni arguu dhisuu malu.Allii kee fi keessi kee wal irraa fagaachuu danda'a!.
ππ
https://yerooifaa.com/hamma-geessu-kan-si-beekuu-si-qofa-dha/
Ga'umsa dhokataa keessa kee jirutti amani.waan keessa kee jiru namoonni arguu dhisuu malu.Allii kee fi keessi kee wal irraa fagaachuu danda'a!.
ππ
https://yerooifaa.com/hamma-geessu-kan-si-beekuu-si-qofa-dha/
Forwarded from yesuus In Dhufaa
Nama jaalatamaa ta'uu fi nama gatii qabu ta'uun tokko miti.
Namoonni hedduun si jaallachuu danda'u Garuu hedduunsaanii gatii siif hin kennan. ππ
https://yerooifaa.com/hantuutin-haadha-jalatti-gumbii-uraa-barti/
Namoonni hedduun si jaallachuu danda'u Garuu hedduunsaanii gatii siif hin kennan. ππ
https://yerooifaa.com/hantuutin-haadha-jalatti-gumbii-uraa-barti/
Forwarded from yesuus In Dhufaa
Nama tokko dogoggora isa amaansiisuf, dursa jabinaaf cimina isaa haasa'un eegalii.ππ
https://yerooifaa.com/hamma-geessu-kan-si-beekuu-si-qofa-dha/
https://yerooifaa.com/hamma-geessu-kan-si-beekuu-si-qofa-dha/
Forwarded from yesuus In Dhufaa
waantti nama Aja'ibuu yeroo Diin sii hidhuu , waaqayyoo sii hikkaa.ππ
https://yerooifaa.com/dhoksaa-milkaauu/
https://yerooifaa.com/dhoksaa-milkaauu/