SARON TUBE
173 subscribers
92 photos
229 links
Channel kana irrati waan barbadaa beksifachu dandeessa. Keessan nuu qunamaa. https://t.me/joinchat/UxcAHELvgsYzNjJk
Download Telegram
Forwarded from Gizuuf waaqayyoo gaariidhaa
Mallattoolee jaalalli hiriyyoota lamaan gidduu jiru gaariidha ykn jaalala sirriidha jechuu nu dandeessisanπŸ‘‡πŸ‘‡

https://yerooifaa.com/signs-of-love-between-the-two-friends/
Forwarded from Gizuuf waaqayyoo gaariidhaa
Gammachuu akkamiin Argachuu dandeenya!
Akka yaada keenyatti yeroo kam gammachuun koo guutuu ta'a jennee ni yaadna.

πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://yerooifaa.com/wi-think-about-when-my-happiness-will-be-complete/
Forwarded from yesuus In Dhufaa
// Namni Dhimmee Hojjetu wallaalas haa ta'u, Sadarkaa Jireenyaa Kamirrayyu haa Jiraatu, Namni Dhimmee Hojjetu ni Barbaadama!  Addunyaan kuniyyu Nama Dhimmu barbaaddi!

https://yerooifaa.com/hope-is-working/
Forwarded from yesuus In Dhufaa
Of_Hubachuun Qabeenya Guddaadha.  Qabeenya of hubachuudhaan argamu, qabeenya qabeenya ta'ee namaaf hafuudha. Of hubachuun sanyi biqilee guddatuudha. Yoo facaaste in biqila. Ni dagaaga.πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://yerooifaa.com/self_-understanding-is-a-great/
Forwarded from yesuus In Dhufaa
Biyya tokko kaatee gara biyya,biraa deemuuf karaan ati irraa deemtu jiraachuun isaa baayee murteessaadha.
πŸ‘‡πŸ‘‡β€
https://yerooifaa.com/karaa-dhugaa-fi-jireenyaa-qabu/
Forwarded from yesuus In Dhufaa
KIRISTAANNI  HOJJETAA  JABAADHA
Waaqayyoo  Gaafa waan Nutti kennuu Barbaadu Barbaacha keenya jijjiira! Waanuma Dur Akka Lubbuutti jaallatu waan ta'e tokko keessatti Si Harkatti Busheessa!πŸ‘‡πŸ‘‡

https://yerooifaa.com/the-christian-is-a-hard-worker/