Oduu ajaaiba
Hulaan Jahannamaa akka cufamu ajajni dabre. Ja'a odeyfannon arra.
Jumadu Saani 07/1443
#Media @Riyaduljanna
Biyya Turkimenistaan ja'amtu kessa lafa βBalbala jaannamaaβ jedhamuun beekamu jira. Ibidda waggoota hedduuf boolla gaazii bobaβaa gammoojjii keessaa bobo'uutu jira. Ibiddi san gaazii biyyatti irratti dhiibbaa waan uumeef Mootummaan biyyatti akka cufamuf ajaja dabarse. Tahus garu wanni kun hojii Rabbii waan tahef waan dandahamu miti.

Oduun tan Gammachuuti.
Yoo ati Rassuula Rabbi irratti salawaata takka buuste Rabbin Rahmata 10 sirratti akka buusu gabaafame. Me Rabbin Rahmata tokko qofa oso nurratti buuseehu wahi laaftuudha? San gubban dilii siif araarama. Sadarka te siif ol fuudha. Wahii kana qofa guyya qiyaamaa sagantaa Rassuula SAW arkachuutu kajeelama. Dubo ati maal eyda ammuma salawaata buusi eegali. Hanguma ati heddummeysituun Rahmanni Rabbii guddachaa deema.

Champions league Europe daawwachu jiran fakkata mii? Wly akkasi miti maali nibeyta wanni isaan laalu jiran? Hin Beytu eekha? Waldorgommii Qur'aana tan biyya Taanzaaniyaatti gaggeyfamte irratti namni dilli kun hirmaate. Maashaa Allah jatte naffakaata. Gaarii gooti waan hundaafu Rabbin nasrii dhugaa nuuf haafidu. Odeyfanno Islaamaa saffisaan arkachuf #Media @Riyaduljanna hordofi.
πODUU SIMBIRTUUπ
Dargagoonni 9 otuu gammachuu isaani ibsacha jirani Funyoon(haadni) elektirikaa(ifaa) dugda isaani irratti bu'e.
..
..
..
..
Garuu Wanti namatti tolu yeroo sana ifaan hin jiru ture.
πππππππππ waan hundaafu suma buhaarsuufin jaeti Rassuula SAW Rabbin nun gammachiisuuf erge irratti salawaata buusun guyyaake eegali.

KFO,Abiyyi fi IZEMA
π"Qabsoo karaa ngy itti fufna. Namoonni mana hidhaatti hafan hiikamu qaban" ja'an hoggantoonni KFO ibsa isaanitiin.
π"Hoggantoota KFO fi warri dhiheenya hidha irra hiikaman carraa arkattaniitti yoo hin fayyadamne himanni isaani itti fufa" Dr Abiyyi ja'e.
π"Namoonni himatni isaanii adda citee mana hidhaatii gadi dhiifaman osoo lubbuun isaan balleysan godaannisi isaa hin badin, osoo badiisaaniirra lammiileen hin dandamatiin dhiifama argachuun isaanii haqaan qoosuudha" IZEMA ja'e.
-Eenyuutu haqaan qoosu jira ati yeroo laaltu? Rabbin haqa kenya nuuf haabaasu. #Media haqa kessani @Riyaduljanna join godhu fi share godhun gahe kessani.

Oduu simbirtuu
Sagantaan guddoon magaalaa Harar galma Calanqootti gaggeyfamuuf ture maalif dhoorkame? Konkolaataan Sh Amiin Ibro maalif hidhame? Ballina isaa eeggadha.
#Media @Riyaduljanna
-Manni murtii gurraacha Alii Sufiyan maalif qeeqa? Odeyfannon biraatis jira.

Tana dura sagantaa kana fakkaatu gaggeysuuf turre dhoorkamne. Alhada dabres sagantaan galma Calanqootti gaggeyfamuf turte dhorkamte turte. Majliisni Naannoo Harari dhiibbaa mootummaan naannichaa godhaa jiru kana maalif dhooysa? Gama kenyan waan jiru isin biran genye jirra. Insha Allah sagantaan photo gubbattu agartan kun galma guddatti dhorkamus haala mijjeysine iddoo biraatti gaggeysuuf tenya Insha Allah.
#Media @Riyaduljanna
#Media @Riyaduljanna
Buhaartiin ganama kessan eegala.
Goofata kana itti buhaara.
Namtichaπ€΅: Da'iimni kiyya qulfiiπ liqqimse ya Doctor.
Doctorπ¨ββ: Yoom liqqimse?
Namticha π€΅: Guyyaa 20 dura
Doctor π¨ββ: Duba hanga arra maalif uste?
Namticha π€΅: Qulfiiπ biraatin qaba. arra sanummaanu na jala butee baddee.πππ€£π
Yoo siif gale qofa itti buhaaru dandeysa. Share godhi.

Oduulee Gaddaa
Guyyaa kalessa jachun Amajjii 18/2022 Naannoo Amaaraa magaalaa Bahardaaritti waajjira Gumii dhimma islamaatu diigamee.
Oduu biraatin hangafa artistoota oromo Adeero Kenya Nuuhoo Goobana gama Aakhiiraa godaane jira Rabbin Rahmata haagodhuf. Odeyfanno Islaamaa saffisaan arkachuf #Media @Riyaduljanna hordofaa.

This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Adeero Nuuhoo manzuma isaa kessattille miidhaa oromo dubbata hanga kana caqasaame π¦»
#Media @Riyaduljanna
#Media @Riyaduljanna
Maraataa hunda hordoftanii hin maraatinaa. Nama yeroo hunda kabajaa ustaazota balleysu kan photo dhalaa qullaa Videon fidee nama garsiisu ati Ustaaz jatte yaamtaa? Akkana tahu hin qabnu. Nama muslimaa tokko badii isaa yoo agartehuu dhoysuu qabda. Inuma nama badii hin qabne YouTube irratti dhufte kijiba irra kaahun fokkotaadha. Ati garu nama wal arrabsu cinaa fifiyde harka hin dhawinif.
#Media @Riyaduljanna
#Media @Riyaduljanna
Dhiira akkanaa hunda jira. Garuu yoo deeggarsa hin arkatin akkuma agartu kanatti hafa.
#Media @Riyaduljanna
Rabbiin hidhamtoota kenya Saudi Arabia jiran nuuf haa baasu.
#Media @Riyaduljanna
Rabbiin hidhamtoota kenya Saudi Arabia jiran nuuf haa baasu.
Oduu simbirtuu
Sababa Rooba cimaatin Lubbuun nama 106 oli badu jirti.
Gurraandhala 17/2022
#Media @Riyaduljanna
Biyya magaala petropolis ja'amtu kessatti sababa Roobni cimaan sa'a 6 walitti dhaabbate roobeef lubbuun nama 106 dabarte jirti. Akka odeyffannon mullisutti namni du'u ammalle dabalu jira.
Oduu biraatiin
Biyya Afghanistan kessatti daaimni xiqqaan tokko boolla kessatti kufe jira. Hanga amma bahuun isa hin dhagayamne. Daaimni kun Rayyaan oso hin taane kunis nama biraati.

Nagayaan bobbaasee nama galchuun qananii guddoodha. Makiinaan kun ganama yeroo magaalaa irraa bahu akkana waan tahu hin seene. Balaa tasaa Rabbiin nurraa haaqabu.
#Media @Riyaduljanna
#Media @Riyaduljanna
Oduu Gaddaa
Manni murtii Saudi Arabia Sheikh Khalid Rashid irratti hidhaa dabalataa waggaa 8 dabale. Rabbiin isaafi hidhamtoota Kenya nuuf haabaasu.

Audio
Sagantaa tana irratti yaada qabdan @Humaa_bot irratti nuuf barreysaa Galatoomaa.
Sodaa hin qabnu πͺ
Namni hundi sodaa hin qabnu jaee nama online gubbatti nama koomata. Kun gootumma miti sodaa qabaachu dhabuun suuta gama keessaatin wal gorsuudha. Akka namni hundi dhagahutti nama xiqqeysuun sodaa wajjin wal hin qabatu. Tanaafu warra Ustaazoota maqaa balleysuuf yaalii godhan hunda nibalaaleyffanna.

Obboleeyyan kenya mana hidhaa Saudi kessatti dararamu jiran Rabbiin haa baasu.
#Media @Riyaduljanna
Haalli guutuun hanga nuuf mijjaawutti @DameeMRJ irratti nuhordofaa.

Sagantaa akka Urjii samiitti bareeddu tana irratti hirmaadhaa. Walaloo,Nashiidaa fi dhaamsa Hayyootaatiin faayamtee Sambata xiqqaa Bitooteysaa 05/2022 Magaalaa Haromaaya Galma ICT kessatti ganama sa'aa 2:00 irraa waan eegalamtuuf tikeeta gaatii salphaan qophaawe bitattanii akka irratti hirmaattan gammachuun isin afeerra. #Bulchiinsa_Al_Ikhlaas_Haroo_Da_awaa_Group. Sagantaa kana irratti nama jalqaba hirmaate tahuuf koree qindeeysituu sagantaa kanaa bilbila gaditti jiru kanaan qunnamu dandeysa.
Mu'aaz Mukhtaar
+251933350136
Nasrii Mohemmed
+251935760918
#Media @Riyaduljanna
Mu'aaz Mukhtaar
+251933350136
Nasrii Mohemmed
+251935760918
#Media @Riyaduljanna