Namni gaafa nama hunda xiqqeyse laalu jalqabe gaafa waan inni jau male wanni biraa liqimfamufi didde. Waan fadhu hunda halaal godha waan isaaf hin taane ammo haraam godha. Namni kun xiqqo booda firqaa Haaraya uumuuf jiraata. Ani maqaa hin tuqu male kormaan tokko haala kana irra jira. Waan nama ajaaibsiisu warra gurba Shek Ja_____ sanin "Ustaaz " jaun. Obboleyso nadhagahi Ustaazumman safaaxatti hin dhuftu. Itti beelawani qaariyaa itti nyaatani waan heddu itti mudatanii Ustaaz tahan. Ati akkanumatti kara-deemaa hundaan Ustaaz jattan. Ustaaz yoom ulamaai xiqqeysa? Yoom qaamuma saalaa dubbachaa oola? Amma waanin siif himu gurbaan warra Shek___ san maraataa miti. Fayya qaba garu isa duuba qaama gudda diin balleysuf karoora qabutu jira. Gurbaan ergaa ummata amantii Islaamaa jibbu dabarsu jira. Yoo jiraanne arkuuf tenya gurbaan kun firqaa Haaraya baasuuf ta'a Waan kana naaf katabi.
#Media @Riyaduljanna
#Media @Riyaduljanna
Jiruu addunyaa yeroo ja'an tanuma kuno. Agarteemii jiruu namni tokko fooqii heddu jaaru. Namni tokko ammo goojjoo dhabee ala bulu. Addunya jachun tanuma. Wanni bira wanni haarayni ati eeydu hin jirtu. Jiruu yoo qabaatte nyaattee bultu. Yoo dhabdees liqeeyfatte bultu. Agartee jiruu tujjaaraa fi miskinniniis faraqatti wal awwaalu. Addunya jachun tanuma. Waanuma hangaan ani amma barreyse kana male addunya kessa wanni haarayni hin jirtu. Waan biraatin barbaade jatte aduun sitti hin dhihin. Amma wanni jiru ganda Aakhiiraa kan dhagahu male hin arkin san dhaquuf qophaawudha. Adeeroo eega qabrii nama geysan booda yoo rakkatte namni namaaf liqeysu hin jiru ka'aa nidalaganna. Waan biraa dadhabdus salaatake hin dhiisin. Rabbin khaatimaa nuhaatolchu.
#Media @Riyaduljanna
#Media @Riyaduljanna
Gareen Mujahidoota Taalibaan erga biyya Afghanistan bulchuu eegale jia tokko gahe jira. Jia tokko isaan biyya hoggana jiran kanatti jijjiramni heddun arkame jira. Biyyattin gama daldalaa guutumatti deebite jirti. Nagayni biyyatti kan dur daran bareeda tahe jira. Daldalaan namni karatti isa cinqu oso hin jirre biyya guutu kessa deeme daldaluu eegale jira. Shamarranis mirgi isaani inni dhugaa kabajameefi gammachun jiraachu eegalani jiran.
Odeyfanno Islaamaa saffisaan arkachuf channel @Riyaduljanna ammuma join godha.
Odeyfanno Islaamaa saffisaan arkachuf channel @Riyaduljanna ammuma join godha.
Sagantaa Gaafii fi Debi'i
#Marsaa_1ffaa MRJ irratti.
Sagantaa kana irratti hirmaadha. Gaafiile dhiyaatan deebisa injifadhaa. Gaafii yoo qabaattaniis gaafadhaati deebisaa arkadhaa. β @Humaa_bot irratti barreeysa.
π«π«π«π«π«π«π«π«π«π«π«π«
#Marsaa_1ffaa_Gaafiile_arraa.
π«π«π«π«π«π«π«π«π«π«π«π«
1οΈβ£ Wanni jalqaba barachuun dirqamaa maali?
2οΈβ£ Bu'uurri amantii Islaamaa maali?
3οΈβ£ Rabbin Ergamoota maalif erge?
Deebisa @Humaa_bot irratti ergi.
π«π«π«π«π«π«π«π«π«π«π«π«
Carraa Gaarii
π«π«π«π«π«π«π«π«π«π«π«π«
-Yeroo hanga qabnu barnota duniyaatiif irraa qoonnee waan jirruf Sa'aa online seenne message namaatis deebisa gaafiile amantii irratti qabnu gaafanne barachaa. Tan gaafatamne irratti hirmachuun deebisa arkachaa Islaamumma baru qabna. Gaafiile isin gaafattan ulamaai fi warra beekumsa itti qabu gaafannee isinif deebifna.

Nama akka keetii ykn nama sirra hin caalle wajjin Sa'aa 70 yoo haasoyterra, nama hayyu tokko wajjin daqiiqa 60 yoo haasoyte waan 60 barta. "Biddeena nama quubsu qibaaba gubbatti beekan" akkuma ja'an sani. Namni kun fulduraf Eenyu akka tahu tilmaamuun laaftuudha. Hayyuun xiqqaa hin qabu. Ustaaz Jaabir Jawar wajjin waan heddu haasoyne. Waan heddu irratti eega marii goone booda waan takka takka sirreysine gama fuulduraa hojii bareeda wajjin hojjachuf waliif galle adda baane.
Gaafii fi debi'i kale irratti hirmaannaan isin gootan heddu bareedadha. Sadarka fi qabxii tessan gama booda maxxansina Insha Allah.
Gaafii fi debi'i kale irratti hirmaannaan isin gootan heddu bareedadha. Sadarka fi qabxii tessan gama booda maxxansina Insha Allah.
Hayyega Kabajamtoota fi Jaalatamtoota Miseensoota amantii Musliima. Heddun kessan waldorgommii Gaafii fi debi'i marsaa 1ffaa Median Riyaadul Jannaa isinif dhiheyse irratti hirmaattani kilaboota faallaa kessani wajjin morkiin isin gootan heddu nama tola. Hundi kessanu marsaa 1ffaa kana injifannoon xumure badhaasa arkachuu daran hamileen isin amantii Islaamaa baruuf qabdan heddu nama gammachisa. Gaafii yero deebiftan maqaa kessan kan dhugaati bakka jiraattan irratti barreysu dagachun kessan.... hayye guyya itti aanu nibarreysitan jaetin abdadha.
Amma maqaa telegram kessanitinin qabxii baasa. Namni heddun waan hirmaatef Yoon maqaa kessan hambise natti himaa.
1- Uzeeyfaa Fadilu qabxii (2) Sadarkaa
2-Hamdiyaa Shafi qabxii (3) Sadarkaa 1ffaa
3-"""""" qabxii (2) Sadarkaa
4- Rabbi aja'alni mubaraka arabiffan qabxii (3) Sadarkaa 1ffaa
5- Ε ΔBãà ñ BΕáñ qabxii (2) Sadarkaa
6- Hiba Tullah qabxii (2) Sadarkaa
7-Hashim tube qabxii (2.5) Sadarkaa 2ffaa
8-Isa Husan qabxii (2.5) Sadarkaa 2ffaa
Maqaa tokko tokko qabxii itti aantu wajjin guutufin hambise. Qabxii nama muraasa akkana isin garsiifne. Hiraanna kessaniif isin hundi galatoomaa. Dorgommii marsaa 1ffaa kana eenyutu badhasa arkata wajjin laalla isin hundaafu Carraa gaariin hawwa.

Media Riyaadul Jannaa (MRJ)
Sagantaa Gaafii fi Debi'i #Marsaa_1ffaa MRJ irratti. Sagantaa kana irratti hirmaadha. Gaafiile dhiyaatan deebisa injifadhaa. Gaafii yoo qabaattaniis gaafadhaati deebisaa arkadhaa. β @Humaa_bot irratti barreeysa. π«π«π«π«π«π«π«π«π«π«π«π« #Marsaa_1ffaa_Gaafiile_arraa.β¦
Sagantaa Gaafii fi Debi'i Marsaa 1ffaa
Deebisa Gaafiile
-Gaafiile sadeenu deebisaan isaa tokko. Ee gaafii tokkeysaa wanni jalqaba barachuun dirqamaa maali? Jatti deebisaan #Toowhiida. Gaafiin lammeysoo Bu'uurri amantii Islaamaa maali? Jatti deebisaan #Toowhiida. Gaafiin Sadeysoo Rabbin Ergamoota maalif erge? Jatti deebisaan #Toowhiida.
π¦π¦π¦π¦π¦π¦π¦π¦π¦π¦π¦π¦π¦
Tanaafu #Toowhiida barachuun dirqama. Rabbin warra fayyadamu nuhagodhu.

Watch "Nashiidaa Haaraya Taalibaan Tiyya jattu Haafiz Siraaj Alii" on YouTube
https://youtu.be/6H2TWGquWYg
https://youtu.be/6H2TWGquWYg
YouTube
Nashiidaa Haaraya Taalibaan Tiyya jattu Haafiz Siraaj Alii
Namni hundi guyyatti waan takka barreyse telegram fi Facebook irratti gadhiisu eegale jira. Asirraa wanni hubatamu beekkumsi heddummaachu isaati. Dubo zaahiratti yeroo laallu bekkumsi akkana guddate kun hojiin hin jiru. Fkn waahe zikrii godhu Qurana qarau akhlaaqa qabaachu namni hundi nibarreysa. Garu namni guyyatti qurana fuula lama qofa dubbisu nixiqqaata. Rabbin nuhaasattaru.
#Media @Riyaduljanna
#Media @Riyaduljanna
Subhaana Allah
Godina Shawaa Lixaatti Hoolaan milla hin qabne dhalatte. Dalagaa Khaaliqaati. Waan fadhe akka fedhetti uuma. Eenyutu maalif akkana goote jaee gaafachu dandaha? Mootii Mootumman isaa hin shaaramne Rabbii dandeytii akkana qabutti amanu kenyaaf Alhamdulillah.

Gamtaan Ulamaai hararge walgahi taaen Dhimma ummata wallo irratti mariyate jira. Guutu oduu tana sagalen isinif dhiheysina.
......................
Akka Dubbi himaan garee Mujahidoota Taalibaan dubbatetti Bulchiinsi Taalibaan kan biyya Afghanistan bulchaa jiru yeroo dhihotti manni barumsa akka banamu hime. Kanuma wajjin walqabsiisee dubartoonni barachu akka dandayani fi hojii Mootummaa kessattis hirmaachuf carraa akka qaban dubbate jira. Tahuus garu dubartonni mana barumsa kessatti dhira wajjin oso hin taane class kobatti akka baratani fi uffata shariyaa uffachu akka qaban beysise jira. Maddi oduu Al Arabia.

"Haala lamaan kanarra wanni gaarii hin jirtu. Rabbitti amanuu fi waan musliima fayyadu dalagu. Haalli lamaan kun garu heddu fokkota. Rabbiif shariika godhu fi waan musliima miidhu dalagu" Ergamaa Rahmataati nuuf dhaame. (SAW) NAGAYAA FI RAHMANNI RABBII SIRRATTI HAAJIRAATU YAA HABIIBI. Galgala Jummataa Salawaata buusun haa jalqabnu.
#Media @Riyaduljanna
#Media @Riyaduljanna
Jummata kale nama ajaaiba kana wajjin turtii gaarii goone. Guddina Art Islaamaa irratti waan heddu mariyanne. Fulduraaf qaama humna qabu wajjin mariyanne waan gudda dalagu akka qabnu waliif galle. Waahe Media @Riyaduljanna waan heddu karoorsine. Insha Allah waan hundaafu duaai nuuf godha.
#Media @Riyaduljanna
#Media @Riyaduljanna
Sagantaa Gaafii fi Debi'i
#Marsaa_1ffaa_Guyyaa_Dorgommii_2ffaa
Gaafiile hanga siif galutti dubbisi egas booda deebisi. Nama Marsaa 1ffaa injifate tahi. Deebisa β @Humaa_bot
π«π«π«π«π«π«π«π«π«π«π«π«
#Marsaa_1ffaa_Gaafiile_arraa
π«π«π«π«π«π«π«π«π«π«π«π«
1β£ Wanni hin uumamin kan amma jiru maali?
2β£ Jalqaba fi Xumura kan hin qabne maali?
3β£ Second takka kessatti uumama hunda arku kan dandahu Eenyu?
Deebisa @Humaa_bot irratti ergi.
π«π«π«π«π«π«π«π«π«π«π«π«
Carraa Gaarii
-Amantii tenya baruun waan hunda caala. Ati gaafii tana tuffatte irra hin booniniti deebisa irratti hirmaadhu. Deebisa yaalii godhun sodaatanii dhiisu fi tuffatanii dhiisurra nicaala. Namni tuffii guddisuu fi sodaataan humaa hin baratu.

Waan ajaaibaati mee isinis ija lachuutin laalaa. Amma isin kessa namni umrii dheertu ganaa hin karadhu jau heddu jira. Garu isin hunda Rabbin umrii isin haadhereysu. Amata 100 tokko isin haajiraachisu. San caalaa hin turina.
Waan kana Munashiid Nuraddin Aliyyiti post godhe.
#Media @Riyaduljanna
Waan kana Munashiid Nuraddin Aliyyiti post godhe.
#Media @Riyaduljanna
Media Riyaadul Jannaa (MRJ)
Sagantaa Gaafii fi Debi'i #Marsaa_1ffaa_Guyyaa_Dorgommii_2ffaa Gaafiile hanga siif galutti dubbisi egas booda deebisi. Nama Marsaa 1ffaa injifate tahi. Deebisa β @Humaa_bot π«π«π«π«π«π«π«π«π«π«π«π« #Marsaa_1ffaa_Gaafiile_arraa π«π«π«π«π«π«π«π«π«π«π«π« 1β£ Wanni hin uumamin kanβ¦
#Qabxii_Dorgomtootaa
Jirra Jirtuu Kabajamtoota fi Jaalatamtoota Obboleyyan kenya diiddiimaa fi daalachi hundi. GAAFII FI DEBI'I MARSAA 1FFAA #MEDIAN_RIYAADUL_JANNAA qopheyse irratti Torbee 2ffaa dorgomtoonni heddun hirmaatani jirani. Warri Torbee dabre hirmaatani torbaan kana hafan qabxii Torbee tokko qofa isinif Kenya.
π¦π¦π¦π¦π¦π¦π¦π¦π¦
1- Uzeeyfaa Fadilu qabxii (5)
2-Hamdiyaa Shafi qabxii (3)
3-"""""" qabxii (5)
4- Rabbi aja'alni mubaraka qabxii (3)
5- Ε ΔBãà ñ BΕáñ qabxii (5)
6- Hiba Tullah qabxii (5)
7-Hashim tube qabxii (2.5)
8-Isa Husan qabxii (2.5)
9- Aa qabxii (5)
#Warra_Torbee_2ffaa_eegale.
1-Allah is sufficient for us qabxii (3)
2-Magarsa Ahmed qabxii (3)
3-Muhammad A/Duraa qabxii (3)
4-Ummu Zulbijadeyn qabxii (3)
5-Queen Mmππ qabxii (3)
6- Mid AId qabxii (3)
7-Abu Huzeyfa qabxii (3)
8-Amuu qabxii (3)
9-M000 qabxii (3)
10-WΓ¬ΕΊ ΓΕΓ¨ qabxii (3)
Warri Torbee 2ffaa eegale kun injifannoof murate jira. Deebisaan Gaafii Sadeenu takka. Gaafii dubbiftani jirtan waan tahef Deebisaan Gaafiile sadiini (Rabbi) taha. Insha Allah yeroo Marsaa 1ffaa kana xumurre nama injifate Badhasa addaa qabnaaf.