QUBEE TUTORIAL 🎓
🚨 ODUU GAMMACHIISAA! 🚨 Barattootni baay'een galmeen kutaa 9 hanga 11 yoom eegala jettanii nu eegaa turtanii jirtu. 👀 Maarree nutis galmeen kutaa 9 hanga 11 har’a irraa kaasee eegalee jira jennee isin beeksisuu barbaadna. 🎉📢 🎓 Barattootni kutaa 9 hanga 11…
🚨Hub:
✔️Kaffaltiin barattoota kutaa 9 – 11 kan yeroo tokko qofaati.

❤14🏆6⚡1🫡1
In the relationship between anatomy and surgery, anatomy represents which branch of biology?
Anonymous Quiz
16%
A. Applied biology, because it treats patients directly
53%
B. Pure biology, because it studies body structure
23%
C. Applied biology, because it uses surgical tools
9%
D. Pure biology, because it involves performing operations
❤17👍3🥰3⚡1🏆1
QUBEE TUTORIAL 🎓
Photo
😔 DANDEETTII QISAASAA’E 😠
🧠 Yeroo ammaa kana mucaa dandeettii addaa qabu, sammuu addaa qabutu iddoo tokko jira.
Dandeettii isaa kana namni hunduu ni beeka, namni hunduu ni arga.
⚠️ Garuuu olmaa isaa ilaali. Waan tokkos hin dalagu, guyyaa guutuu TikTok ilaalaatiin oola, yeroo isaa guutuu hiriyyoota isaa waliin taphaan dabarsaatiin oola, dandeettii barnootaa ni qaba garuu qayyabachuu hin fedhu, qayyabachuu irra yeroo isaa taphaan dabarsutu isa gammachiisa.
💭 Wanti akkana ta’eef, waan kana jaalateetii miti, waan kanniin dalaguun salphaa waan ta’eefi. Wanti salphaan immoo sammuu keetiif boqonnaa fakkaata garuu, dadhabaa si taasisa.
💔 Maarreen dandeettii fi kennaan nama tokkoo akkanatti du’a.
⏳ Suuta suutan osoo ati hin yaadatiin, dandeettiin ati amma qabdu kun bade erga jedheen booda guyyaa tokko ni dammaqxa, guyyaa dammaqxu san immoo dandeettii kee amma qabdu kanatti, akkaataa itti fayyedamtuun ni dagatta.
🔥 Kanaafuu booddee gaabbuu irra amma yeroo humna jabaa qabdu kanatti fayyadamii, waan sirraa eeggamu raawwadhu.
━━━━━━━━━━━━━━
👀 Naannawa kee ilaali.
👨👩👧 Maatii kee,
🔮 jiruu fuuldura kee dhaabbadhuu ilaali,
🛣️ karaa sirriidhamoo karaa sirrii hin taane irra akka jirtu of gaafadhu.
🎯 Dandeettii Rabbiin siif kenne kana osoo hin qisaasessin itti fayyadami.
🌱 "Waanuma facaasan hammatan" akkuma jedhamu, gaaf tokko yommuu dhugaan kan xaartu ta’e, waan xaarii keetii ni argatta.
📚 Kanaafuu barataa koo, dhadhabee, beela’e osoo hin jedhiin ganamaa fi galgala xiyyeeffannoo kennaatiin baradhaa, qayyabadhaa.
Qubee Tutorial yoomuu isin waliin jira.
Qubee Tutorial
Education Without Limits!!!!!!
#QubeeTutorial
╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖
⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢
⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢
╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╜

❤24🙏6🫡2⚡1🥰1
🚨 ODUU GAMMACHIISAA! 🚨
Barattootni baay'een galmeen kutaa 9 hanga 11 yoom eegala jettanii nu eegaa turtanii jirtu. 👀
Maarree nutis galmeen kutaa 9 hanga 11 har’a irraa kaasee eegalee jira jennee isin beeksisuu barbaadna. 🎉📢
🎓 Barattootni kutaa 9 hanga 11 wanti isin nu biraa argattan:
🧬 Barnoota Biology guutuu
🎥 Video fi note guutuu waliin.
📝 Quiz ykn qormaatni torbee torbeedhaan, akka isin waan duubbistan irratti shaakaltaniif isniif kan kennamu ni ta'a. 📚✅
🤖 Galmaa'uudhaaf liinkii armaan gadii tuquun gara bot keenyaa seentanii Galmaa'uu ni dandeessu.
👉 @Toturegister_bot
💳 Galmaa'uuf gatiin:
Kutaa 9 ➡️ 360
Kutaa 10 ➡️ 380
Kutaa 11 ➡️ 400
✔️Kaffaltiin barattoota kutaa 9 – 11 kan yeroo tokko qofaati.
☎️ Nu qunnamuuf👇
🌟 0777203655
🌟 0966860278
⏳ Maarre yeroon osoo hin darbiin ammuma galmaa'aa! 🔥

❤10⚡1👍1🥰1💯1🫡1
Which statement below CORRECTLY distinguishes redox and non-redox reactions? (EUEE 2017)
Anonymous Quiz
62%
A. Electrons are transferred in redox reactions but not in non-redox reactions.
20%
B. Reduction occurs in redox reactions and oxidation takes place in non-redox reactions.
12%
C. Oxidation number remains the same in both redox and non-redox reactions.
6%
D. Acid-base reactions can be considered as both redox and non-redox reactions.
❤13👍8
QUBEE TUTORIAL 🎓
🔥 WEAK -5 STUDY PLAN 🔥 ✅Sagantaan torbee 5ffaa kana fakkaata. 🎬Walii-galatti Viidiyoo 13 haala sagantaa irra jiru kanaan qayyabadhaa. 📱Xumura torbee {dilbata dhufu} irratti matadureewwn qayyabattan irraa qormaata[Quiz] ni fudhattu. ╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖ ⟣ …
🔥EEGALEE JIRA
WEEK 5 QUIZ
Sagantaan qormaataa(Quiz) kutaa 12 torbee 5ffaa irra gahee jira.
Liinkii armaan gadiitiin seentanii qoramuu ni dandeettu👇
👉 @QubeetutorialquizBot
.

❤10👍4
G9 BIO U1 Shortnote@Qubeetutorial.pdf
1.8 MB
🟥GRADE 9 BIOLOGY UNIT 1
G10 BIO UNIT 1 Shortnote@Qubeetutorial.pdf
4.4 MB
🟩GRADE 10 BIOLOGY UNIT 1
G11 BIO U1 Shortnote@Qubeetutorial..pdf
1.7 MB
🟨GRADE 11 BIOLOGY UNIT 1
G12_BIO_U-1 Shortnote @Qubeetutorial.pdf
2.5 MB
🟪GRADE 12 BIOLOGY UNIT 1
⤴️Share & react 👍❤️😍
#QubeeTutorial
╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖
⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢
⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢
╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╜
⤴️Share & react 👍❤️😍
#QubeeTutorial
╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖
⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢
⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢
╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╜
❤33👍9🙏5🥰4⚡2🏆2
🎉 WOOOOOWW🔥🔥
📊 Ragaan Quiz keenyaa akka agarsiisutti, barattoonni baay'een isaanii qabxii Quiz isaanii yeroo yeroodhaan fooyyessaatiin jiru.
✅ Maarree haala sagantaa irratti hundaa'uun, waan torbee torbeedhaan baratan, torbee torbeedhaan Quiz ykn qormaata irratti fudhataa deemuun mala waan baratan sana ittiin qabatan keessa isa tokkoodha.
📚 Kanaafuu barattoota keenya barsiisuun torbee torbeedhaan qormaata kennuun, daran akka isaan barnoota isaanii irratti ciman gochuu irratti argamna.
🟢 Maarree galmeen keenya ammas akkuma itti fufetti jira waan ta'eef osoo yeroon hin darbiin ammuma galmaa'uu ni dandeessu.
👉 Galmaa'uuf: @Toturegister_bot
🎥 Yommuu haalli galmee ifa isiniif hin taane, Viidiyoo tartiiba guutuu isinitti agarsiisu ilaaluu ni dandeessu.
▶️ Video ilaaluuf: AS TUQI
📘 Barnootni kutaa 9–11 bara kanaaf barnoota Biology qofa yommuu ta'u, innis yeroo tokko qofa ykn iddoo tokkotti kan kaffalamuudha.
🧪 Barnootni Kutaa 12 barnoota Biology, Chemistry, Mathematics fi Physics kan of keessatti hammatu yoo ta'u, marsaa marsaadhaan kan kaffalamuudha.
💳 Galmaa'uuf gatiin:
Kutaa 12 ➡️ Marsaa 1ffaa + Marsaa 2ffaa (600 + 600) ➡️ 1200
⚠️Hub: Barattoota kutaa 12tiif amma barnoota marsaa 1ffaa irratti waan argamnuuf, kan ammaaf kaffalamu qarshiu marsaa 1ffaa qofa yoo ta’u, innis 600 jechuudha.
------------------------------
Kutaa 9 ➡️ 360
Kutaa 10 ➡️ 380
Kutaa 11 ➡️ 400
📌 LAKKOOFSA BAANKII ARMAAN GADII FAYYADAMUUN KAFFALTII RAAWWACHUU NI DANDEESSU:
🏦 Baankii Daldala Itoophiyaa (CBE): 1000783507588
🏦 Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa (COOP): 1058500088313
📱 E-Birr: 0942480778
🪪 Name: Nuredin Husein
Lakk bill:-
📞 0966860278
📞 0777203655
Qubee Tutorial
Education Without Limits!!!!

❤28👏2🫡2🙏1
⚠️Qabxiin Remedial adda ba'eetiin jira.🚨
1. Barattoota saayinsii uumamaa fi saayinsii hawaasaa, dhiira:
👉 Qabxii 240 fi isaa ol, qabxii waliigalaa 600 keessaa (40%).
2. Barattoota saayinsii uumamaa fi saayinsii hawaasaa, dubara:
👉 Qabxii 228 fi isaa ol, qabxii waliigalaa 600 keessaa (38%).
Gareewwan barattootaa deeggarsa addaa argatan
1. Barattoota dhiiraa fi dubaraa naannolee Afaar, Somaalee, Beenishaangul-Gumuz fi Gaambeellaa irraa dhufan, kanneen saayinsii uumamaa ykn saayinsii hawaasaa qoraman:
👉 Qabxii 222 fi isaa ol, qabxii waliigalaa 600 keessaa (37%).
2. Barattoota saayinsii uumamaa ykn saayinsii hawaasaa qoraman, kanneen naannolee horsiisee-bulaa fi walakkaa horsiisee-bulaa irraa dhufan:

3. Barattoota qaama miidhamtoota ta'an (kan ijaan arguu hin dandeenya) saayinsii hawaasaa qoraman , dhiiraa fi dubaraa:
👉 Qabxii 185 fi isaa ol, qabxii waliigalaa 500 keessaa (37%).
4. Barattoota qaama miidhamtoota ta'an ( kan dhagahuu hin dandeenye) saayinsii uumamaa ykn saayinsii hawaasaa qoraman dhiiraa fi dubaraa:
👉 Qabxii 222 fi isaa ol, qabxii waliigalaa 600 keessaa (37%).
Qubee Tutorial
Education Without Limits!!!!
Hiriyyoottan keessaniif share godhaa.
#QubeeTutorial
╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖
⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢
⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢
╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶

❤15👍2🥰2
🎥 TESTIMONIAL VIDEO | QUBEE TUTORIAL 🚨
📚 Barattoonni Qubee Tutorial biratti karaa online bara 2018 barachaa turanii qabxii ol’aanaa galmeessisan, yaada fi muuxannoo isaanii karaa viidiyoo gabaabaatiin nuuf qoodaniiru.
🎓 Viidiyoo testimonial kana keessatti:
📌 Haala isaan itti qophaa’an
📌 Muuxannoo isaan Qubee Tutorial biratti argatan
📌 Waa’ee Qubee Tutorial
📌 Akkasumas, ergaa isaanii bifa bareeda ta'een ibsanii jiru.
👩🎓 Ammas barattootni bara 2018 Qubee Tutorial biratti barattanii qabxii gaarii galmeessistan yaada qabdan, muuxannoo nu biraa argattan, fi kaayyoo keessan akkamitti akka galmaan geessan bifa barattoota hundaaf barnoota ta'uun yommuu nuuf erguu barbaaddan, accountii armaan gadiitiin nu qunnamuu ni dandeessu.
👉 @Qubee_tutorial
🎬 Viidiyoowwan akka armaan gadiitti isiniif qoodamanii jiru waan ta'eef.
⏰ Video guutuu isaa ilaaluu hin dagatiinaa!
QUBEE TUTORIAL
📚 Education Without Limits!!!!

❤8
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
✅ Name: Abdela Talibu Kelil
🏫 School: Nejo Boarding
📌 Score: 555.42/600
🏫 School: Nejo Boarding
📌 Score: 555.42/600
❤8👏3🙏2🫡2🆒2⚡1
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
✅ Name: Miliyon Bonsa Tuji
🏫 School: Lemen
📌 Score: 407.07
🏫 School: Lemen
📌 Score: 407.07
❤12👏3💯3⚡1🥰1🫡1