QUBEE TUTORIAL 🎓
13.4K subscribers
168 photos
24 videos
182 files
204 links
✅Barnoota kutaa 9-12 qulqullina qabu nu biraa ni argattu
Information guutuuf: website keenya https://qubeetutorial.courses ilaaluu ni dandeessu.
Youtube: https://www.youtube.com/@QUBEER-lg8wy
#Qubeetutorial #Qubeetutrial
Download Telegram
🔥 WEAK 4 STUDY PLAN 🔥

✅Sagantaan torbee 4ffaa kana fakkaata.

🎬Walii-galatti Viidiyoo 19

haala sagantaa irra jiru kanaan qayyabadhaa.

📱Xumura torbee {dilbata dhufu} irratti matadureewwn qayyabattan irraa qormaata[Quiz] ni fudhattu.
❤5
📚 GALMEEN KEENYA AKKUMA ITTI FUFETTI JIRA🔥

Qubee Tutorial barattoota kutaa 9 irraa kaasee hanga sadarkaa yuniivarsiitiitti woggoottan darbaniif barsiisaa turree jirra.
Maarree ammas galmee kutaa 12 kan bara barnoota 2019 kana dura eegaluun keenya ni beekkama, ammas galmeen akkuma itti fufetti jira. 📝⏳

🎯 Wantootni isin nu biraa argattan.

🎥 Video barnootaa guutuu
🧠 Quiz torbee torbeedhaan
📖 Note fi wantoota qu'annaaf isin barbaachisan guutuu
📝 Dhuma marsaawwanii irratti qoruumsa modeelaa fi
📂 File qormaata baay'ee nu biratti ni argattu.

Galmaa'uuf 👉 @Toturegister_bot

Video akkaataa galmee sitti agarsiisu ilaaluuf.

👉 as tuqi

📞 Odeeffannoo dabalataaf: lakk bil

0966860278 | 0777203655

🌐 Website keenya daawwachuuf:

👉 https://qubeetutorial.courses

YEROON OSOO HIN DARBIIN CARRAA KANATTI FAYYADAMUUN AMMUMA GALMAA'AA!!!!


QUBEE TUTORIAL
Education Without Limits!!!

#QubeeTutorial
╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖
⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓  ⟢
⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓  ⟢
╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╜
❤10👍2
📚 WAAN QU'ATTE IRRAA HANGAM BEEKTA? QORAMII OF ILAALI📝

Dubbisni information siif kenna, garuu yeroo yeroon of qoruun hammam waan dubbiste san irraa hanga beektu sitti hima.

Yeroo of qoraa deemtu sana keessatti, dogongora kee kan sirreessuu qabdu baay'ee ni argita, kun immoo daran qormaata si fuuldura jiruuf akka itti qophooftuuf jabeenya guddaa siif ta'a. 🎯

Maarree QUBEE TUTORIAL barattoota guutuuf quiz kan qopheesseef yoo ta'u.

Quiz'n keenya 📝

🎯 Kan beekumsa kee ittiin of qortuun
🔎 Kan iddoo dadhabina keetii addan ittiin baafatuun fi
📚 Qormaata fuulduraatiif kan ittiin of qopheessituun dha.

Hanga dadhabina kee qormaatni dhugaa sitti himee mark si harkaa miidhu, amma quiz keenyaan of qorii iddoo sirreeffachuu qabdu yeroon sirreeffadhu.

⏱️ Amma of qorii, boruuf of qopheessi

📝 Qoramuuf👉@QubeetutorialquizBot

Barattoota kafalanii nu biratti barataa jiraniif, dhuma marsaawwaanii irratti qormaatni moodeela Qubee Tutorial (Qubee Tutorial's model exam) ni kennamaaf. 🏆

📌 Galmaa'uuf👉@Toturegister_bot



.
❤12⚡3🏆3🥰1🫡1
WOOOW! 🔥🔥🔥

🎉 FELMETA NEGASA HULUKA, ONE OF QUBEE TUTORIAL’S TOP STUDENTS! 🏆

BARATTOOTA KEENYAAN YOOMUU NI BOONNA! ❤️

IMALLI KEENYA AMMAS AKKANUMAAN ITTI FUFA. 🚀

GUDDAA GALATOOMAA! 🙏


#QubeeTutorial
╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖
⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓  ⟢
⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓  ⟢
╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╜
❤12🥰2⚡1👏1🫡1
📢 🔥 ODUU GAMMACHIISAA 🔥 🎉

📅 Galmeen kutaa 9-11 kan bara barnoota 2019 guyyaa Wiixataa ni eegala.

Maarre akkuma kana dura barattoota baay'ee beeksisneen,
Barnootni barattootaa kutaa 9-11tiif kennamu 🧬 BIOLOGY qofa ta'uu isaa ammas irra deebiin isin beeksisuu barbaadna.

__

Haa ta'u malee barnootni barattoota kutaa 12tiif kennamu:
🧬 Biology,
🧪 Chemistry,
⚛️ Physics,
📐 Mathematics fi
🇬🇧 English Tense dha.

📌 Kanaafuu hundi keessanuu kana beekuudhaan, Wiixata irraa jalqabuun, baratootni kutaa 9-11 jirtan galmaa'uu ni dandeessu.

▫️ Haala galmee fi Information guutuu waa'ee galmeetiin walqabate, guyyaa Dilbataa karaa social media keenya maraan kan isin beeksifnu ni ta'a.

🎓 QUBEE TUTORIAL
Education Without Limits!!!!!

#QubeeTutorial
╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖
⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢
⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢
╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╜
❤17👍5⚡1
QUBEE TUTORIAL 🎓
Photo
🔥EEGALEE JIRA🚨

📯WEEK -4  QUIZ

✅Haaluma sagantaa keenyatiin har'a qormaata xumura torbee kanaa ni fudhattu.

📅 Maarree haaluma sagantaa keennaatiin torbee torbeedhaan quiz ni kennina.

❗️Qurumsi kuni Gaafilee gosa barnootaa (Bio,Chem,Phy & Math) kutaa 12 irraa kan baheedha.

😊 Barataan hunduu seenee quiz kana fudhachuu ni danda'a.

▫️ Qormaata  kana fudhatuuf gara bot armaan gadii seenaa.      
                   👇
👉 @QubeetutorialquizBot 👈
                     👆

👬👭 Hiriyyoottan keessaniif share ykn forward gochuun ammuma  waliin qoramaa !!!!!


#qubeetutorial
╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖                                              
⟣   🎓@QUBEETUTORIAL🎓   ⟢
⟣   🎓@QUBEETUTORIAL🎓   ⟢
╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶
❤8👍8
.
❤3⚡1👏1
🔥 WEAK -5 STUDY PLAN 🔥

✅Sagantaan torbee 5ffaa kana fakkaata.

🎬Walii-galatti Viidiyoo 13

haala sagantaa irra jiru kanaan qayyabadhaa.

📱Xumura torbee {dilbata dhufu} irratti matadureewwn qayyabattan irraa qormaata[Quiz] ni fudhattu.


╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖
⟣           🎓@QUBEETUTORIAL🎓           ⟢
⟣           🎓@QUBEETUTORIAL🎓           ⟢
╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╜
❤8⚡1🏆1
🚨 ODUU GAMMACHIISAA 🔥

Barattoota Reemeediyaalii hundaaf share taasisaa!

Bu'aan qormaata barattoota sagantaa reemeediyaalii kan bara 2018 gadhiifameera.

Bu'aan barattoota sagantaa reemeediyaalii kunis liinkii armaan gadiin seenuun kan ilaalamudha.

https://result.ethernet.edu.et/remedial-usernamepage

Barattoonni hanga ammaatti qabxii keessan hin ilaallanne! Liinkii armaan gadiin join fi share taasisuun group keenya irratti ilaalaa!

Qubee Tutorial
Education Without Limits!!!!

#QubeeTutorial
╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖
⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓  ⟢
⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓  ⟢
╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╜
❤4💯3⚡1
🚨 ODUU GAMMACHIISAA! 🚨

Barattootni baay'een galmeen kutaa 9 hanga 11 yoom eegala jettanii nu eegaa turtanii jirtu. 👀

Maarree nutis galmeen kutaa 9 hanga 11 har’a irraa kaasee eegalee jira jennee isin beeksisuu barbaadna. 🎉📢

🎓 Barattootni kutaa 9 hanga 11 wanti isin nu biraa argattan:

🧬 Barnoota Biology guutuu

🎥 Video fi note guutuu waliin.

📝 Quiz ykn qormaatni torbee torbeedhaan, akka isin waan duubbistan irratti shaakaltaniif isniif kan kennamu ni ta'a. 📚✅

🤖 Galmaa'uudhaaf liinkii armaan gadii tuquun gara bot keenyaa seentanii Galmaa'uu ni dandeessu.

👉 @Toturegister_bot

💳 Galmaa'uuf gatiin:

Kutaa 9 ➡️ 360

Kutaa 10 ➡️ 380

Kutaa 11 ➡️ 400


✔️Kaffaltiin barattoota kutaa 9 – 11 kan yeroo tokko qofaati.

☎️ Nu qunnamuuf👇

🌟 0777203655
🌟 0966860278

⏳ Maarre yeroon osoo hin darbiin ammuma galmaa'aa! 🔥


#QubeeTutorial
╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖
⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢
⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢
╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╜
❤12👍4⚡1
❤3
QUBEE TUTORIAL 🎓
Photo
😔 DANDEETTII QISAASAA’E 😠

🧠 Yeroo ammaa kana mucaa dandeettii addaa qabu, sammuu addaa qabutu iddoo tokko jira.
Dandeettii isaa kana namni hunduu ni beeka, namni hunduu ni arga.

⚠️ Garuuu olmaa isaa ilaali. Waan tokkos hin dalagu, guyyaa guutuu TikTok ilaalaatiin oola, yeroo isaa guutuu hiriyyoota isaa waliin taphaan dabarsaatiin oola, dandeettii barnootaa ni qaba garuu qayyabachuu hin fedhu, qayyabachuu irra yeroo isaa taphaan dabarsutu isa gammachiisa.

💭 Wanti akkana ta’eef, waan kana jaalateetii miti, waan kanniin dalaguun salphaa waan ta’eefi. Wanti salphaan immoo sammuu keetiif boqonnaa fakkaata garuu, dadhabaa si taasisa.

💔 Maarreen dandeettii fi kennaan nama tokkoo akkanatti du’a.

⏳ Suuta suutan osoo ati hin yaadatiin, dandeettiin ati amma qabdu kun bade erga jedheen booda guyyaa tokko ni dammaqxa, guyyaa dammaqxu san immoo dandeettii kee amma qabdu kanatti, akkaataa itti fayyedamtuun ni dagatta.

🔥 Kanaafuu booddee gaabbuu irra amma yeroo humna jabaa qabdu kanatti fayyadamii, waan sirraa eeggamu raawwadhu.

━━━━━━━━━━━━━━

👀 Naannawa kee ilaali.

👨‍👩‍👧 Maatii kee,
🔮 jiruu fuuldura kee dhaabbadhuu ilaali,
🛣️ karaa sirriidhamoo karaa sirrii hin taane irra akka jirtu of gaafadhu.
🎯 Dandeettii Rabbiin siif kenne kana osoo hin qisaasessin itti fayyadami.

🌱 "Waanuma facaasan hammatan" akkuma jedhamu, gaaf tokko yommuu dhugaan kan xaartu ta’e, waan xaarii keetii ni argatta.

📚 Kanaafuu barataa koo, dhadhabee, beela’e osoo hin jedhiin ganamaa fi galgala xiyyeeffannoo kennaatiin baradhaa, qayyabadhaa.

Qubee Tutorial yoomuu isin waliin jira.


Qubee Tutorial
Education Without Limits!!!!!!

#QubeeTutorial
╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖
⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢
⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢
╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╜
❤24🙏6🫡2⚡1🥰1
🚨 ODUU GAMMACHIISAA! 🚨

Barattootni baay'een galmeen kutaa 9 hanga 11 yoom eegala jettanii nu eegaa turtanii jirtu. 👀

Maarree nutis galmeen kutaa 9 hanga 11 har’a irraa kaasee eegalee jira jennee isin beeksisuu barbaadna. 🎉📢

🎓 Barattootni kutaa 9 hanga 11 wanti isin nu biraa argattan:

🧬 Barnoota Biology guutuu

🎥 Video fi note guutuu waliin.

📝 Quiz ykn qormaatni torbee torbeedhaan, akka isin waan duubbistan irratti shaakaltaniif isniif kan kennamu ni ta'a. 📚✅

🤖 Galmaa'uudhaaf liinkii armaan gadii tuquun gara bot keenyaa seentanii Galmaa'uu ni dandeessu.

👉 @Toturegister_bot

💳 Galmaa'uuf gatiin:

Kutaa 9 ➡️ 360

Kutaa 10 ➡️ 380

Kutaa 11 ➡️ 400


✔️Kaffaltiin barattoota kutaa 9 – 11 kan yeroo tokko qofaati.

☎️ Nu qunnamuuf👇

🌟 0777203655
🌟 0966860278

⏳ Maarre yeroon osoo hin darbiin ammuma galmaa'aa! 🔥


#QubeeTutorial
╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖
⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢
⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢
╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╜
❤10⚡1👍1🥰1💯1🫡1
🔥BIOLOGY SHORT NOTES 🔥
👇
❤9👍3
G12_BIO_U-1 Shortnote @Qubeetutorial.pdf
2.5 MB
🟪GRADE 12 BIOLOGY UNIT 1

⤴️Share & react 👍❤️😍

#QubeeTutorial
╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖
⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢
⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢
╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╜
❤33👍9🙏5🥰4⚡2🏆2