QUBEE TUTORIAL CHANNEL 🎓
13.3K subscribers
162 photos
20 videos
178 files
198 links
Barnoota kutaa 9-12 qulqullina qabu nu biraa ni argattu
Information guutuuf: website keenya https://qubeetutorial.courses ilaaluu ni dandeessu.
Youtube: https://www.youtube.com/@QUBEER-lg8wy
#Qubeetutorial #Qubeetutrial
Download Telegram
Akka wolii galaatti baratootni 12.8% yommuu darban

Natural science keessaa = 16.5%
Social science keessaa = 8.33% dha.

Guyyaan qabxiin ifa itti ta'u immoo guyyaa
Wiixata ykn Kibxata keessa kan ta'uudha.

#QubeeTutorial
╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖
🎓@QUBEETUTORIAL🎓  ⟢
🎓@QUBEETUTORIAL🎓  ⟢
╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╜
5
🚨IBSA

Ministirri Barnootaa Piroofeesar Birhaanuu Naggaa ibsa laataniin, qabxiin qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2018 (A.L.I) guyyaa Wiixataa ykn Kibxataa ganama barattootaaf gadi ni dhiifama.

Simannaan barattoota haaraa ilaalchisee jalqaba irratti Yunivarsiitiin Finfinnee fi Yunivarsiitin Saayinsii fi Teeknoloojii Adaamaa (AASTU FI ASTU) ulaagaa isaaniitiin barattoota erga filatanii fi simatanii booda, yunivarsiitiiwwan hafanis waamicha barattootaa akka taasisan ibsaniiru.

Kunis kan ta'eef sagantaa idilee qabame eeguuf yoo ta'u, barnoonni dhaabbilee olaanoo bara 2019 akkaataa kana dura ifa ta'een Fulbaana 05 akka eegalamu gochuuf akka karoorfame ibsanii jiru.


#QubeeTutorial
╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖
🎓@QUBEETUTORIAL🎓  ⟢
🎓@QUBEETUTORIAL🎓  ⟢
╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╜
12
17👏5🏆2🫡2
QUBEE TUTORIAL CHANNEL 🎓
Photo
🔥EEGALEE JIRA🚨

📯WEEK -3  QUIZ

Haaluma sagantaa keenyatiin har'a qormaata xumura torbee kanaa ni fudhattu.

📅 Maarree haaluma sagantaa keennaatiin torbee torbeedhaan quiz ni kennina.

❗️Qurumsi kuni Gaafilee gosa barnootaa (Bio,Chem,Phy & Math) irraa kan baheedha.

😊 Barataan hunduu seenee quiz kana fudhachuu ni danda'a.

▫️ Qormaata  kana fudhatuuf gara bot armaan gadii seenaa.      
                   👇
👉 @QubeetutorialquizBot 👈
                     👆

👬👭 Hiriyyoottan keessaniif share ykn forward gochuun ammuma  waliin qoramaa !!!!!


#qubeetutorial
╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖                                              
⟣   🎓@QUBEETUTORIAL🎓   ⟢
⟣   🎓@QUBEETUTORIAL🎓   ⟢
╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶
2🏆1
QUBEE TUTORIAL CHANNEL 🎓 pinned «🔥EEGALEE JIRA🚨 📯WEEK -3  QUIZ Haaluma sagantaa keenyatiin har'a qormaata xumura torbee kanaa ni fudhattu. 📅 Maarree haaluma sagantaa keennaatiin torbee torbeedhaan quiz ni kennina. ❗️Qurumsi kuni Gaafilee gosa barnootaa (Bio,Chem,Phy & Math) irraa kan…»
CHAALENJIIN XUMURAMEE JIRA

Namoonni 1 hanga 4 baatan keessaan isin qunnamna


Yeroo biraas chaalenjii biraatiin walitti deebina

Hirmaannaa keessaniif galatoomaa🙏

#QubeeTutorial
╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖                                              
⟣   🎓@QUBEETUTORIAL🎓   ⟢
⟣   🎓@QUBEETUTORIAL🎓   ⟢
╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╜
7🥰3
Bu'aan qormaataa yoo gadi lakkifame karaalee kanaan laaluu ni dandeettu👇

🌐website
👉 https://result.neaea.gov.et
👉 https://result.eaes.et 👈

🚦Telegram
👉 https://t.me/eaesbot

✉️SMS 👉 6284

Networkiin yoo kan isin rakkisu ta'e chanaalii kana join godhaa👇

👇
👉 EUEE 2018 RESULT 👈
👆
9👍9🫡32
53
QUBEE TUTORIAL CHANNEL 🎓
Photo
📚 GUYYAA TOKKO MAALIIF BARACHUUN KEE DIRQAMA AKKA SIRRATTI TA'E NI HUBATTA.

🌙 Halkan har'aa kana iddoo tokkotti, barataan tokko kurraazii ykn ibidda jela taa'ee qu'achaa jira ta'a.

💔 Maatiin isaa garmalee harka qalleeyyii ta'uu malu.

👕 Uffata isaa waan miiccatuun dhabee ji'aa oliif uffata xuriin deemaa jiraachuu mala.

📱 Bilbila ittiin fayyedamu dhabee, ergifatee ykn hiriyyoota isaa kadhatee ittiin barachaa jiraachuu mala.

💔 Nama isa jajjabeessu dhabee, onneen isaa cabuus mala.

Maarree wanti kun hundi hamilee isa cabsee gaaffii tokko of gaafata:

“Maaliif, maaliif osoo beeku miidhaan kun hundi akka narra gahu eeyyama?”

Sababni gaaffii kana of gaafateefis.

Yeroo ammaa kana barachuun, qu'achuun akka adabbiitti itti dhaga’amuu danda’a.

👥 Hiriyyootni isaa yeroo bashannanitti, inni garuu kutaa isaa keessa taa’ee ganamaa fi galgala, dadhabe osoo hin jedhiin dubbisa.

📖 Iddoo tokko sirritti hubachuun isa dhibee fuula tokko guyyaa guutuu dubbisuu irraa kan ka’e mataan isa dhukkubees ta’uu danda’a.

😔 Yeroo tokko tokko immoo hamilee dhabuu irraa kan ka’e barnoota dhiisuuf fa'a yeroo barbaadutu jiraata.

🌅 Garuu Mucaan kun wanta nuti baay'een keenya hin hubanne tokko hubatee jira: innis

💡 “yeroon kun hundi darbee, guyyaan ifaa tokko akka dhufu ni beeka. Guyyoota namni tokko illee isa hin ilaallee kanatti, jireenyi isa fuulduraa suuta suutaan, yeroo yeroodhaan akka ijaarramaa jiru ni beeka.”

Kanaaf gaaffiin akkanaa kun salphumatti isa hin dogongorsine.
___

🎓 Maarree barataa koo yeroon ati har’a barnootaaf gubdu kun, boru beekumsa rakkoo kee ittiin furtu ta’uu hin dagatin.

📚 Dubbisni har’a ati ganamaa fi galgala dubbistu kun boru furtuu kee ta’uu hin dagatiin.

👉 Kanaafuu barataan kamis gatii barnootaa hubachuu qabaatta.

👨‍👧‍👧 Maatiin kee akka ati barattuuf aarsaa guddaa kafalaa jiran ta’a, garuu aarsaa kana faayidaa keetiif, jiruu fuulduraa keetiif jedhanii akka kaffalaa jiran hubachuu qabaatta.

YEROON NI DARBITI

🔥 Kanaafuu booddee maaf kana hin raawwanne jettee gaabbuu irra, yeroo kana ganamaa fi galgala, dadhabe osoo hin jedhiin waan sirraa eeggamu hundaa raawwachutu caala.

❤️ NUUF JIRAADHAA
Qubee Tutorial
Education without limits!!!!

#QubeeTutorial
╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖
🎓@QUBEETUTORIAL🎓  ⟢
🎓@QUBEETUTORIAL🎓  ⟢
╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╜
17👍5🏆4👏2🫡2🥰1
LET'S GOOOOOOO 🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥

GOOTA KEENYA

591.6/600

IJJOOLLEEN TEENYA BARA BARAAN AKKANATTI NU BOONSUU QABDU.🔥🔥

"IFAAJJEE YOO JETTE WANTI KAMUU NI DANDA'AMA"
MUCAAN KUN FAKKEENYA NUUF HAA TA'U

#QubeeTutorial
╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖
🎓@QUBEETUTORIAL🎓  ⟢
🎓@QUBEETUTORIAL🎓  ⟢
╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╜
👏1110👍43🫡3🏆2🥰1
IJOOLLEEN TEENYA HIN DANDA'MNE 🌟
KING 🤴 OF SOCIAL SCIENCE

ITTI MUDDI🔥🔥🔥🔥🔥
👍23🏆532
📚 GALMEEN KEENYA AKKUMA ITTI FUFETTI JIRA🔥

Qubee Tutorial barattoota kutaa 9 irraa kaasee hanga sadarkaa yuniivarsiitiitti woggoottan darbaniif barsiisaa turree jirra.
Maarree ammas galmee kutaa 12 kan bara barnoota 2019 kana dura eegaluun keenya ni beekkama, ammas galmeen akkuma itti fufetti jira. 📝

🎯 Wantootni isin nu biraa argattan.

🎥 Video barnootaa guutuu
🧠 Quiz torbee torbeedhaan
📖 Note fi wantoota qu'annaaf isin barbaachisan guutuu
📝 Dhuma marsaawwanii irratti qoruumsa modeelaa fi
📂 File qormaata baay'ee nu biratti ni argattu.

Galmaa'uuf 👉 @Toturegister_bot

Video akkaataa galmee sitti agarsiisu ilaaluuf.

👉 as tuqi

📞 Odeeffannoo dabalataaf: lakk bil

0966860278 | 0777203655

🌐 Website keenya daawwachuuf:

👉 https://qubeetutorial.courses

YEROON OSOO HIN DARBIIN CARRAA KANATTI FAYYADAMUUN AMMUMA GALMAA'AA!!!!


QUBEE TUTORIAL
Education Without Limits!!!

#QubeeTutorial
╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖
🎓@QUBEETUTORIAL🎓  ⟢
🎓@QUBEETUTORIAL🎓  ⟢
╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╜
9👍4🫡21
Qabxiin hara'a galgala sa'aatii 1 irraa kaasee laaluun akka danda'amu ministeerri barnootaa ibse.👇

Karaa ittiin laaltan👇
- 🌐website ፡ https://result.eaes.et
- 🚦Telegram፡ https://t.me/EAESbot
- ✉️SMS፡ 👉 6284

Networkiin yoo kan isin rakkisu ta'e chanaalii kana join godhaa👇

                    👇
👉 EUEE 2018 RESULT 👈
                     👆
19
🔥Hojjatuu eegalee jira laallatu ni dandeettu
4
Carraa gaarii
7
Barattoonni networkiin isin rakkisu lakk admission fi maqaa keessan ergaa isinii laalla.👇

https://t.me/+QldXRRUgERg5NzY0
14
OUTSTANDING PERFORMANCE 🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥

BAAY'EE NU BOONSITANII JIRTU, THANK YOU

Barattootni keessaan nu qunnamuu barbaaddan.

👉 @qubee_tutorial

Nu qunnamaa.

#QubeeTutorial
╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖
🎓@QUBEETUTORIAL🎓  ⟢
🎓@QUBEETUTORIAL🎓  ⟢
╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╜
12🏆3🥰2
🔥 NEJO BOARDING SCHOOL MAKES ITS MARK! 🔥

These are not just numbers. These are the results of discipline, sacrifice, and years of hard work.

👏 Congratulations to all the students of Nejo Boarding School!

Your hard work deserves to be seen, and your achievement deserves to be celebrated. 🏆

There are many more outstanding students from Nejo Boarding School whose results we haven’t received yet. These are just some of the remarkable and outstanding results we have been able to collect so far.


#QubeeTutorial
╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖
🎓@QUBEETUTORIAL🎓  ⟢
🎓@QUBEETUTORIAL🎓  ⟢
╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╜
6🏆4👏2
The word "biology" is derived from two Greek words meaning:
Anonymous Quiz
8%
B. Science and nature
8%
C. Cell and organism
2%
D. Growth and energy
82%
A. Life and study
1
🔥 WEAK 4 STUDY PLAN 🔥

Sagantaan torbee 4ffaa kana fakkaata.

🎬Walii-galatti Viidiyoo 19

haala sagantaa irra jiru kanaan qayyabadhaa.

📱Xumura torbee {dilbata dhufu} irratti matadureewwn qayyabattan irraa qormaata[Quiz] ni fudhattu.
5