🔥 WOOOOOW!!! BARATTOOTA 1.5K+ 🔥
Torbee lamaan darbe keessatti, barattoonni kuma tokkoo fi dhibba shanii (1,500+) ol quiz keenya fudhataniiru! 🎯
📊 Qabxiin waliigala barattoota hundaa: 69%
⭐ Qabxiin waliigala barattoota Qubee Tutorial keessatti barachaa jiranii: 87%
Garuu kun bakka itti dhaabbannuu miti.
🎯 Kaayyoon keenya: barataan Qubee Tutorial qabxii giddugaleessaan 90%+ akka galmeessisu gochuudha.
Kana dhugoomsuuf, barattoota keenyaaf karaa salphaa, mijataa fi bu’a qabeessa ta’een barnoota, shaakala fi quizwwan qormaataaf isaan qopheessan kennuu irratti argamna.
📚 GALMEE KUTAA 12 EEGALLEE JIRRA!!
Ammuma galmaa’uuf → @Toturegister_bot
📝 Barataan hundi seenee Quiz keenya qoramuu ni danda'a.
🔥 Ammuma seentee qoramuuf → @QubeetutorialquizBot
# Qubee Tutorial
Education without limits!!
#QubeeTutorial
╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖
⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢
⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢
╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╜
🔥 Hiriyyoottan keessaniif share ykn forward waliif taasisaa!!

❤20🏆7⚡3👏2👍1🥰1🙏1🫡1🆒1
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
📌 GALMEEN KUTAA 12 AKKUMA ITTI FUFETTI JIRA
✅ Barattoota Kutaa 12 baratuu barbaaddaniif
💳 Baankii daldala Etoophiyaa(CBE): 1000783507588
🪪 Baankii hojii gamtaa oromiyaa(COOP): 1058500088313
🔖 E-Birr:0942480778
Name: Nuredin Husein
Amount to Pay: 600 Birr
Galmaa'uuf Liinkii armaan gadii tuquun gara bot keenyaa seenaa.
👉@Toturegister_bot
📸 @QUBEETUTORIAL 📹QUBEETUTORIAL

❤4
⚠️HUBACHIISA 🚨
👥 Barattootni galmee irratti rakkoon isin muudate,
osoo riisiitiin keessan expire hin ta'iin ammuma nu qunnamaa.
Galmee irratti rakkoon isin muudateera yoo ta'e maaloo osoo yeroon isin jela hin darbiin ammuma nu qunnamaa.
📞Lakk bil:- 0777203655 | 0966860278
👉 @Qubeeceo
👉 @qubeetutorial2025
#QubeeTutorial
╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖
⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢
⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢
╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╜
👥 Barattootni galmee irratti rakkoon isin muudate,
osoo riisiitiin keessan expire hin ta'iin ammuma nu qunnamaa.
Galmee irratti rakkoon isin muudateera yoo ta'e maaloo osoo yeroon isin jela hin darbiin ammuma nu qunnamaa.
📞Lakk bil:- 0777203655 | 0966860278
👉 @Qubeeceo
👉 @qubeetutorial2025
#QubeeTutorial
╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖
⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢
⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢
╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╜
❤5🏆1
Professor Birhaanuu Naggaa waa'ee Entrance examtiin walqabatee ibsa kennaa waan jiraniif. Yeroo dhihotti ibsa guutuu kan isiniif post goonu ni ta'a.
#QubeeTutorial
╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖
⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢
⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢
╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╜
#QubeeTutorial
╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖
⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢
⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢
╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╜
❤3👍2
Bara kana akka guutuu biyyaatti barattoota 550,210 qormaata fudhatanii jiru, isaan keessaa barattootni 70,544 darbanii jiru.
Maarree nannoo Oromiyaa keessaa barattootni 20,807 darbanii jiru.
Itti fufa..........
#QubeeTutorial
╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖
⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢
⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢
╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╜
Maarree nannoo Oromiyaa keessaa barattootni 20,807 darbanii jiru.
Itti fufa..........
#QubeeTutorial
╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖
⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢
⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢
╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╜
👍4❤1
Qabxiin ol aanaan ammas naturan science keessaa 591 yommuu ta'u, saalli dhiira mana baruumsa bultii addaa adaamaa irraayyi.
Ammas natural irraa sadarkaa 2ffaan dubra yoo taatu, naannoo amaaraa irraa, mana baruumsa Aagaw midr irraayyi, qaxiin 583
Ammas social science irraa ol aanaan 576.25 saala dhiiraa yoo ta'u mana baruumsa Dodolaa ifa boruu irraayyi.
Dubara keessaa ammoo 569.1 yoo taatu , magaalaa finfinnee irraayyi.
#QubeeTutorial
╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖
⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢
⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢
╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╜
Ammas natural irraa sadarkaa 2ffaan dubra yoo taatu, naannoo amaaraa irraa, mana baruumsa Aagaw midr irraayyi, qaxiin 583
Ammas social science irraa ol aanaan 576.25 saala dhiiraa yoo ta'u mana baruumsa Dodolaa ifa boruu irraayyi.
Dubara keessaa ammoo 569.1 yoo taatu , magaalaa finfinnee irraayyi.
#QubeeTutorial
╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖
⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢
⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢
╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╜
❤10👍4🏆3💯1
100 pass rate schools = guutuu biyyaatti mana barnootaa 88 yoo ta'an, oromiyaa keessaa mana barnootaa 37 guutumatti barattoota dabarsanii jiru.
#QubeeTutorial
╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖
⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢
⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢
╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╜
#QubeeTutorial
╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖
⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢
⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢
╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╜
❤10👍1
Akka wolii galaatti baratootni 12.8% yommuu darban
Natural science keessaa = 16.5%
Social science keessaa = 8.33% dha.
Guyyaan qabxiin ifa itti ta'u immoo guyyaa
Wiixata ykn Kibxata keessa kan ta'uudha.
#QubeeTutorial
╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖
⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢
⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢
╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╜
Natural science keessaa = 16.5%
Social science keessaa = 8.33% dha.
Guyyaan qabxiin ifa itti ta'u immoo guyyaa
Wiixata ykn Kibxata keessa kan ta'uudha.
#QubeeTutorial
╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖
⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢
⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢
╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╜
❤5
🚨IBSA
Ministirri Barnootaa Piroofeesar Birhaanuu Naggaa ibsa laataniin, qabxiin qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2018 (A.L.I) guyyaa Wiixataa ykn Kibxataa ganama barattootaaf gadi ni dhiifama.
Simannaan barattoota haaraa ilaalchisee jalqaba irratti Yunivarsiitiin Finfinnee fi Yunivarsiitin Saayinsii fi Teeknoloojii Adaamaa (AASTU FI ASTU) ulaagaa isaaniitiin barattoota erga filatanii fi simatanii booda, yunivarsiitiiwwan hafanis waamicha barattootaa akka taasisan ibsaniiru.
Kunis kan ta'eef sagantaa idilee qabame eeguuf yoo ta'u, barnoonni dhaabbilee olaanoo bara 2019 akkaataa kana dura ifa ta'een Fulbaana 05 akka eegalamu gochuuf akka karoorfame ibsanii jiru.

❤12
QUBEE TUTORIAL CHANNEL 🎓
Photo
🔥EEGALEE JIRA🚨
📯WEEK -3 QUIZ
✅Haaluma sagantaa keenyatiin har'a qormaata xumura torbee kanaa ni fudhattu.
📅 Maarree haaluma sagantaa keennaatiin torbee torbeedhaan quiz ni kennina.
❗️Qurumsi kuni Gaafilee gosa barnootaa (Bio,Chem,Phy & Math) irraa kan baheedha.
😊 Barataan hunduu seenee quiz kana fudhachuu ni danda'a.
▫️ Qormaata kana fudhatuuf gara bot armaan gadii seenaa.
👇
👉 @QubeetutorialquizBot 👈
👆
👬👭 Hiriyyoottan keessaniif share ykn forward gochuun ammuma waliin qoramaa !!!!!
#qubeetutorial
╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖
⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢
⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢
╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶

❤2🏆1
QUBEE TUTORIAL CHANNEL 🎓 pinned «🔥EEGALEE JIRA🚨 📯WEEK -3 QUIZ ✅Haaluma sagantaa keenyatiin har'a qormaata xumura torbee kanaa ni fudhattu. 📅 Maarree haaluma sagantaa keennaatiin torbee torbeedhaan quiz ni kennina. ❗️Qurumsi kuni Gaafilee gosa barnootaa (Bio,Chem,Phy & Math) irraa kan…»
CHAALENJIIN XUMURAMEE JIRA
Namoonni 1 hanga 4 baatan keessaan isin qunnamna
Yeroo biraas chaalenjii biraatiin walitti deebina
Hirmaannaa keessaniif galatoomaa🙏
#QubeeTutorial
╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖
⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢
⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢
╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╜
Namoonni 1 hanga 4 baatan keessaan isin qunnamna
Yeroo biraas chaalenjii biraatiin walitti deebina
Hirmaannaa keessaniif galatoomaa🙏
#QubeeTutorial
╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖
⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢
⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢
╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╜
❤7🥰3
Bu'aan qormaataa yoo gadi lakkifame karaalee kanaan laaluu ni dandeettu👇
🌐website
👉 https://result.neaea.gov.et
👉 https://result.eaes.et 👈
🚦Telegram
👉 https://t.me/eaesbot
✉️SMS 👉 6284
Networkiin yoo kan isin rakkisu ta'e chanaalii kana join godhaa👇
👇
👉 EUEE 2018 RESULT 👈

❤9👍9🫡3⚡2
QUBEE TUTORIAL CHANNEL 🎓
Photo
📚 GUYYAA TOKKO MAALIIF BARACHUUN KEE DIRQAMA AKKA SIRRATTI TA'E NI HUBATTA.
🌙 Halkan har'aa kana iddoo tokkotti, barataan tokko kurraazii ykn ibidda jela taa'ee qu'achaa jira ta'a.
💔 Maatiin isaa garmalee harka qalleeyyii ta'uu malu.
👕 Uffata isaa waan miiccatuun dhabee ji'aa oliif uffata xuriin deemaa jiraachuu mala.
📱 Bilbila ittiin fayyedamu dhabee, ergifatee ykn hiriyyoota isaa kadhatee ittiin barachaa jiraachuu mala.
💔 Nama isa jajjabeessu dhabee, onneen isaa cabuus mala.
Maarree wanti kun hundi hamilee isa cabsee gaaffii tokko of gaafata:
❓ “Maaliif, maaliif osoo beeku miidhaan kun hundi akka narra gahu eeyyama?”
Sababni gaaffii kana of gaafateefis.
⏳ Yeroo ammaa kana barachuun, qu'achuun akka adabbiitti itti dhaga’amuu danda’a.
👥 Hiriyyootni isaa yeroo bashannanitti, inni garuu kutaa isaa keessa taa’ee ganamaa fi galgala, dadhabe osoo hin jedhiin dubbisa.
📖 Iddoo tokko sirritti hubachuun isa dhibee fuula tokko guyyaa guutuu dubbisuu irraa kan ka’e mataan isa dhukkubees ta’uu danda’a.
😔 Yeroo tokko tokko immoo hamilee dhabuu irraa kan ka’e barnoota dhiisuuf fa'a yeroo barbaadutu jiraata.
🌅 Garuu Mucaan kun wanta nuti baay'een keenya hin hubanne tokko hubatee jira: innis
💡 “yeroon kun hundi darbee, guyyaan ifaa tokko akka dhufu ni beeka. Guyyoota namni tokko illee isa hin ilaallee kanatti, jireenyi isa fuulduraa suuta suutaan, yeroo yeroodhaan akka ijaarramaa jiru ni beeka.”
Kanaaf gaaffiin akkanaa kun salphumatti isa hin dogongorsine.
___
🎓 Maarree barataa koo yeroon ati har’a barnootaaf gubdu kun, boru beekumsa rakkoo kee ittiin furtu ta’uu hin dagatin.
📚 Dubbisni har’a ati ganamaa fi galgala dubbistu kun boru furtuu kee ta’uu hin dagatiin.
👉 Kanaafuu barataan kamis gatii barnootaa hubachuu qabaatta.
👨👧👧 Maatiin kee akka ati barattuuf aarsaa guddaa kafalaa jiran ta’a, garuu aarsaa kana faayidaa keetiif, jiruu fuulduraa keetiif jedhanii akka kaffalaa jiran hubachuu qabaatta.
⏳ YEROON NI DARBITI
🔥 Kanaafuu booddee maaf kana hin raawwanne jettee gaabbuu irra, yeroo kana ganamaa fi galgala, dadhabe osoo hin jedhiin waan sirraa eeggamu hundaa raawwachutu caala.
❤️ NUUF JIRAADHAA
Qubee Tutorial
Education without limits!!!!

❤18👍5🏆4👏2🫡2🥰1
LET'S GOOOOOOO 🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥
GOOTA KEENYA
591.6/600
IJJOOLLEEN TEENYA BARA BARAAN AKKANATTI NU BOONSUU QABDU.🔥🔥
"IFAAJJEE YOO JETTE WANTI KAMUU NI DANDA'AMA"
MUCAAN KUN FAKKEENYA NUUF HAA TA'U
#QubeeTutorial
╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖
⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢
⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢
╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╜
GOOTA KEENYA
591.6/600
IJJOOLLEEN TEENYA BARA BARAAN AKKANATTI NU BOONSUU QABDU.🔥🔥
"IFAAJJEE YOO JETTE WANTI KAMUU NI DANDA'AMA"
MUCAAN KUN FAKKEENYA NUUF HAA TA'U
#QubeeTutorial
╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖
⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢
⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢
╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╜
👏11❤10👍4⚡3🫡3🏆2🥰1
📚 GALMEEN KEENYA AKKUMA ITTI FUFETTI JIRA🔥
Qubee Tutorial barattoota kutaa 9 irraa kaasee hanga sadarkaa yuniivarsiitiitti woggoottan darbaniif barsiisaa turree jirra.
Maarree ammas galmee kutaa 12 kan bara barnoota 2019 kana dura eegaluun keenya ni beekkama, ammas galmeen akkuma itti fufetti jira. 📝⏳
🎯 Wantootni isin nu biraa argattan.
🎥 Video barnootaa guutuu
🧠 Quiz torbee torbeedhaan
📖 Note fi wantoota qu'annaaf isin barbaachisan guutuu
📝 Dhuma marsaawwanii irratti qoruumsa modeelaa fi
📂 File qormaata baay'ee nu biratti ni argattu.
Galmaa'uuf 👉 @Toturegister_bot
Video akkaataa galmee sitti agarsiisu ilaaluuf.
👉 as tuqi
📞 Odeeffannoo dabalataaf: lakk bil
0966860278 | 0777203655
🌐 Website keenya daawwachuuf:
👉 https://qubeetutorial.courses
YEROON OSOO HIN DARBIIN CARRAA KANATTI FAYYADAMUUN AMMUMA GALMAA'AA!!!!
QUBEE TUTORIAL
Education Without Limits!!!

❤9👍4🫡2⚡1
Qabxiin hara'a galgala sa'aatii 1 irraa kaasee laaluun akka danda'amu ministeerri barnootaa ibse.👇
Karaa ittiin laaltan👇
- 🌐website ፡ https://result.eaes.et
- 🚦Telegram፡ https://t.me/EAESbot
- ✉️SMS፡ 👉 6284

❤19