💥GALMAA'UUF 🌟🌟
WELCOME 🤗
👉 Barattoota haaraa dhuftaniif.
GALMEEN KEENYA KAN KUTAA 12 AKKUMA ITTI FUFETTI JIRA 📝
✅ Galmaa'uuf linkii kana fayyadamaa 👉🏻 @Toturegister_bot
✅ Akkaataa itti galmooftaniin viidiyoodhaan ilaaluuf 👉🏻 Viidiyoo
🤙 Wanti isiniif ifa hin taane yoo jiraate lakkofsa bilbila armaan gadi jiruun nuuf bilbilaa.
0966860278
0777203655
#qubeetutorial
╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖
⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢
⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢
╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╜

❤6🏆1🫡1
QUBEE TUTORIAL CHANNEL 🎓 pinned «💥GALMAA'UUF 🌟🌟 WELCOME 🤗 👉 Barattoota haaraa dhuftaniif. GALMEEN KEENYA KAN KUTAA 12 AKKUMA ITTI FUFETTI JIRA 📝 ✅ Galmaa'uuf linkii kana fayyadamaa 👉🏻 @Toturegister_bot ✅ Akkaataa itti galmooftaniin viidiyoodhaan ilaaluuf 👉🏻 Viidiyoo 🤙 Wanti isiniif…»
🚨QORMAATAAF QOPHIIDHAA? 📝
📢 Akka kana dura jedhametti, waan torbee guutuu barattan,haala sagantaa keessanii irratti hundaa'uun, Sanbata irratti qormaatni isiniif ni kennama.
⏰ Kanaafuu boru ganama irraa kaasee karaa Mini App keenyaatiin qormaata keessan qoramuu ni dandeessu.
📌 Qormaanni keenya:
✅ Kan isin hubannoo keessan ittiin of madaaltaniin.
📊 Kan hanqinaa fi jabina keessan ittiin of ilaaltaniin fi
🎯 Qormaata fuulduraatiif kan ittiin of qopheessitaniin dha.
📖 Maarree kana beektanii sagantaa torbee kanaa irratti hundaa'uun qorumsa boruutiif akka of qopheessitan isiniif dhaamuu barbaanna.
🔗 Maarree boru ganama liinkiin Mini App keenyaa kan isiniif gadi dhiifnu ni ta'a.
📅 Qormaanni keenya kun yeroo hunda torbee torbeedhaan isiniif kan kennamu ni ta'a.
Guddaa galatoomaa 🙏
#qubeetutorial
╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖
⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢
⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢
╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶

❤13🥰4🏆4⚡2👏2🫡1
📯WEEK -1 QUIZ
✅Haaluma sagantaa keenyatiin har'a qormaata xumura torbee 1ffaa ni fudhattu.
📅Sanbata dabre viidiyoon torbee tokkoo gadi sinii lakkifamee qayyabataa turtanii jirtu.
➡️Har'a immoo waan torbee tokkoof qayyabataa turtan hangam akka hubattan kan ittiin uf madaaltaniidha.
❗️Qurumsi kuni Gaafilee 56 kan qabate yoo ta'u gosa barnootaa (Bio,Chem,Phy & Math) iraa bahe.
Qormaata kana fudhatuuf bot armaan gadii seenaa 👇
👉 @QubeetutorialquizBot

❤11🥰3
🔥Akkam jirtu maatii Qubee Tutorial🔥
🔰Barattoonni gariin keessan viidiyoo marsaa tokkoffaa yeroma tokkotti nuu kennaa jettanii nu gaafataa jirtu.
#qubeetutorial
╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖
⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢
⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢
╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╜
📸 @QUBEETUTORIAL 📹QUBEETUTORIAL
🔰Barattoonni gariin keessan viidiyoo marsaa tokkoffaa yeroma tokkotti nuu kennaa jettanii nu gaafataa jirtu.
1. Wanti isinitti himuu bararbaannu tokko viidiyoon guutuun xumuramee qophaa’ee jira. Nutis kana irratti hundaa’uun barnoota keessan ji’a 6 keessatti isinii xumuruuf karoora baasnee karoora keennaan isiinii kennaa jirra.
2. Sababni viidiyoo torbee torbeen qoodnee isinii kenninuuf, haala qophii ENTRANCE keessaniif jecha. Sababni isaas, viidiyoo torbee torbee qoodnee yoo isinii kenninuu, waan torbaan tokkotti isinii kenninu gadi fageenyaa fi irra deddeebiin akka hubattaniifi.
✔️Akkasuma waan torbee tokkotti barattan irraa qormaata(quiz) fudhataa deemtu, kuni immooo akka isin Entrance dhaaf sirritti qophooftan isin taasisa. Haaluma kanaan ji’a 6tti erga xumurree booda Moodelii bifa Entrance tiin isinii kennina.
✔️Kanaaf, karaa kana kan filanneef gadi fageenyaan hubattanii Entrance dhaaf akka qophooftaniif.
🔸Haaluma Kanaan ji’a 6tti isinii xumurraa jechuudha. Viidiyoon immoo hanga guyyaa Entrance fudhattanii kan isiniif turu ta’a.
#qubeetutorial
╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖
⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢
⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢
╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╜
📸 @QUBEETUTORIAL 📹QUBEETUTORIAL
❤8👍4
QUBEE TUTORIAL CHANNEL 🎓
📯WEEK -1 QUIZ ✅Haaluma sagantaa keenyatiin har'a qormaata xumura torbee 1ffaa ni fudhattu. 📅Sanbata dabre viidiyoon torbee tokkoo gadi sinii lakkifamee qayyabataa turtanii jirtu. ➡️Har'a immoo waan torbee tokkoof qayyabataa turtan hangam akka hubattan…
QUIZ hojjattanii ?
maal fakkaata ture?
maal fakkaata ture?
❤6👍6
🟢Barattoonni quiz(qormaata) waan torbee kana barattan irraa hojjachuu barbaaddan link asii gadii fayyadamuu hojjachuu ni dandeettu👇
@QubeetutorialquizBot
@QubeetutorialquizBot
❤4🏆4👍3
🔥 WEAK 2 STUDY PLAN 🔥
✅Sagantaan torbee 2ffaa kana fakkaata.
🎬Walii-galatti Viidiyoo 20 kan hammatedha.
📱Xumura torbee {dilbata dhufu} irratti matadureewwn qayyabattan irraa qormaata[Quiz] ni fudhattu.
Viidiyoowwan har'a galgala gadi isinii lakkifama
Hanga sanii QUIZ torbee 1ffaa hojjadhaa 👇
👉@Qubeetutorialquizbot
#qubeetutorial
╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖
⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢
⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢
╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╜
📸 @QUBEETUTORIAL 📹QUBEETUTORIAL
✅Sagantaan torbee 2ffaa kana fakkaata.
🎬Walii-galatti Viidiyoo 20 kan hammatedha.
📱Xumura torbee {dilbata dhufu} irratti matadureewwn qayyabattan irraa qormaata[Quiz] ni fudhattu.
Viidiyoowwan har'a galgala gadi isinii lakkifama
Hanga sanii QUIZ torbee 1ffaa hojjadhaa 👇
👉@Qubeetutorialquizbot
#qubeetutorial
╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖
⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢
⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢
╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╜
📸 @QUBEETUTORIAL 📹QUBEETUTORIAL
🙏5❤3
Single-Cell Protein (SCP) is produced by
Anonymous Quiz
24%
A. extracting protein directly from plant seeds using enzymes.
32%
B. culturing microorganisms on waste substrates and harvesting the biomass.
26%
C. synthesizing protein chemically from petroleum without microbial involvement.
19%
D. fermenting dairy products with lactic acid bacteria.
Which of the following is NOT an example of a food product made using biotechnology?
Anonymous Quiz
14%
A. Spirulina
22%
B. Mycoprotein
14%
C. Pruteen
50%
D. Refined table sugar
👍10❤5
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
📌 GALMEEN KUTAA 12 AKKUMA ITTI FUFETTI JIRA
✅ Barattoota Kutaa 12 baratuu barbaaddaniif
💳 Baankii daldala Etoophiyaa(CBE): 1000783507588
🪪 Baankii hojii gamtaa oromiyaa(COOP): 1058500088313
🔖 E-Birr:0942480778
Name: Nuredin Husein
Amount to Pay: 600 Birr
Galmaa'uuf Liinkii armaan gadii tuquun gara bot keenyaa seenaa.
👉@Toturegister_bot

❤4
Which of the following explains how biology takes part in biosensor technology? Using microorganisms to
Anonymous Quiz
42%
A. monitor pollutants
17%
B. develop vaccines
17%
C. extract metals from ores
24%
D. produce antibiotics
📖QUIZ
Videon armaan gadii kun akkaataa Quiz ittiin fudhattan kan ibsuudha.
haalli Quiz ittiin fudhattan ifa yoo kan isiniif hin taane ta'e, video kana ilaaluun Quiz keessan fudhachuu ni dandeessu.
Liinkii armaan gadiitiin gara Quiz seenuu ni dandeessu.
👉 @Qubeetutorialquizbot
#QubeeTutorial #qubeetutorial

❤3👍1
🗣BREAKING NEWS🔈
📢 Gosoonni Barnoota Ogummaa Haaraa 11 Bara Barnootaa 2019 Irraa Eegalee Hojiirra Oolan Ifoomfanii jiru.
Ministeerri Barnootaa Itoophiyaa bara barnootaa 2019 irraa eegalee barattoota kutaa 11ffaaf gosoota barnoota ogummaa fi hojii haaraa 11 hojiirra kan oolan ta'uu ifoomsuun, biirooleen barnootaa naannoolee fi bulchiinsa magaalotaa qacarrii barsiisotaa dabalatee qophii duraa barbaachisaa ta'e hunda akka taasisan qajeelfama dabarseera.
Akkaataa kallattii pooliisiin barnootaa fi leenjii haaraan barnoota ogummaa sadarkaa duraa irraa eegalee hammachiisuuf kaa'een, marsaa lammaffaaf gosoota ogummaa 11 hojiirra oolan kanniiniif qophiin sirna barnootaa, moojuula barattootaa fi qajeelfama barsiisotaa guutummaatti xumuramee jira. 📚
Gosoonni barnoota ogummaa 11 kunniinis, akka armaan gadiitti taa'ee jira: 👇
🔹 Teeknooloojii Sibiilaa (Metalwork Technology),
🔹 Teeknooloojii Awutoomootiivii (Automotive),
🔹 Teeknooloojii Uffannaa (Garment),
🔹 Dirirsa Sarara Ibsaa Gamoo,
🔹 Hojii Ujummoo Bishaanii(Plumbing),
🔹 Misooma Sooftiweerii (Software Development),
🔹 Oomisha Midhaanii,
🔹 Tajaajila Kunuunsa Fayyaa,
🔹 Tajaajila Hoteelaa,
🔹 Hojii Rifeensaa, fi Tajaajila Miidhaginaa, akkasumas
🔹 Qophii Nyaataa ti.
🎯 Tarkaanfiin kun barattoonni barnoota idilee cinaatti ogummaa hojiif isaan qopheessu akka horatan gochuu irratti gahee guddaa qabaata jedhamee eegama.
#QubeeTutorial

❤7🏆1
💡Hub:
☑️Barattoonni galmeedhaaf riisiitii ergitan yeroo tokko qofa yoo ergitan gahaadha, irra deddeebitanii erguu isin hin barbaachisu.
☑️Barattoonni galmeedhaaf riisiitii ergitan yeroo tokko qofa yoo ergitan gahaadha, irra deddeebitanii erguu isin hin barbaachisu.
🤝7❤4
🚨 QORUUMSA ENTRANCE DARBUU BARBAADDAA? 🎯
❌ Rakkoon kee beekumsa dhabuu miti — qophii sirrii dhabuudha.
🎓 Qubee Tutorial biraa:
✅ Gaaffilee Entrance irratti xiyyeeffannaa kennuun ni barattu.
✅ Video, Note fi wantoota qu’annaaf isin barbaachisan guutuu ni argattu.
✅ Torbaan torbaaniin Quiz, dabalataanis xumura marsaa irratti qoruumsa model ni fudhattu.
🏆 Waggaa 2 oliif, kutaa 9 irraa kaasee hanga sadarkaa yuniivarsiitiitti barattoota baay’ee milkeessinee jirra.
🔥 Maarree isinis qormaata bara kanaa irratti milkaa’uuf, Qubee Tutorial filannoo keessan godhaa!
📢 GALMEE KUTAA 12 EEGALLEE JIRRA!
⏳ Ammuma galmaa'uuf 👉 @Toturegister_bot
📞 Odeeffannoo dabalataaf:
0966860278 | 0777203655
🌐 Website keenya daawwachuuf:
https://qubeetutorial.courses
YEROON OSOO HIN DARBIIN CARRAA KANATTI FAYYADAMUUN AMMUMA GALMAA'AA!!!!

❤8⚡1🏆1