π¨π BARATAAN TOKKO IDDOO BARNOOTAATTI WAAN HUNDA NI BEEKA, GARUU GUYYAA QORUUMSA ENTRANCE, DALAGUUN MAAF ISA DHIBA?? π€π―
Barattoota hedduu waliin waa'ee kana erga haasofnee booda, wanti walfakkaatu tokko ni jira:
qabxiin barnoota waggaa guutuu gaarii ta'us, entrance irratti wanti isaan hin eegin isaan muudata. Innis
ππ gaaffilee haaraa kana dura isaan itti hin qophoofne arguu.
ππ Ulfaachuu gaaffii.
ππ Gaaffii dheerachuu irraa kan kaβe hiika gaaffii beekuu dhabuu.
πβ° yeroon dhiphachuu fi
πβ Of-eeggannoo malee qophaa'uudha.
π Kanaafuu kun rakkoo dandeettii dhabuu miti, rakkoo qophii sirrii dhabuu ti. Kanaafuu kun nu biratti wanta salphatti fooyyessuun danda'amudha.
π‘ Maarree Qubee Tutorial erga barattoota baay'ee gaaffii garagaraa gaafateen booda gadi buu'ee waan kana qorachuun furmaata addaa kaa'ee jira. Innis akkamitti barataan tokko rakkoo kanniin injifachuun qabxii barbaadu galmeessisuu danda'a kan jedhuudha.
π― Furmaanni maaliidha?
β Qubee Tutorial keessatti:
π Barattootni daran akka qophaa'aniif gaaffilee entrance irratti xiyyeeffachuudhaan barsiifna.
π Torbee torbeedhaan qormaata Quiz kennuun barataan tokko qormaataaf akka of qopheessu gochuudha.
π₯ Videon guutuun woraabbamee qophaa'ee jira. Kanaafuu yeroo barbaadanitti, iddoo barbaadanitti irra deddeebiin ilaalanii akka barataniif haalli kan mijateedha.
π Note fi wantoota qu'annaaf isaan barbaachisan guutuu qopheessinee jirra.
π Waggaa lamaa oliif barattoota kutaa 9 hanga 12 kumaatamaan laakka'aman barsiisaa turuun keenya ni beekkama, innis daran amala barataa beekuu fi barataan tokko maal akka isa barbaachisu akka beeknuuf nu gargaaree jira. Kanaafuu nutis barataa tokko kanatu isa barbaachisa jechuun waan hunda qopheessineefii jirra.
π€ Qubee Tutorial barataan tokko firii xaarii isaa akka argatuuf yeroo kamis isaan wajjiin dhaabbachuuf qophiidha.
π Galmeen haaraan barattoota kutaa 12tiif eegalee jira waan ta'eef, liinkii armaan gadii tuquun gara channel keenyaatti seenuun ammuma galmaa'aa.
π https://t.me/Qubeetutorial
π Gaaffii fi yaada yoo qabaattan
βοΈ Lakk bil:- 0966860278
0777203655
π Toora website keenyaa daawwachuuf
https://qubeetutorial.courses
π’ Wanti kun sin fayyedu yoo ta'e tarii maatii barataa ykn barataa kana dhagahuu barbaachisutu jiraata waan ta'eef, share godhi πβ€οΈ
#qubeetutorial
ββ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ
β£ π@QUBEETUTORIALπ β’

Telegram
QUBEE TUTORIAL CHANNEL π
β
Barnoota kutaa 9-12 qulqullina qabu nu biraa ni argattu
Information guutuuf: website keenya https://qubeetutorial.courses ilaaluu ni dandeessu.
Youtube: https://www.youtube.com/@QUBEER-lg8wy
#Qubeetutorial #Qubeetutrial

β€5π3π2
QUBEE TUTORIAL CHANNEL π
π₯π₯ODUU GAMMACHIISAAπ₯π₯ β«οΈGALMEEN KUTAA 12 KAN BARA 2019 EEGALEE JIRA. Haala filannoo keessanii irratti hundaaβuun akkaataa kaffaltii gara marsaa lamaattii jijjiirree jirra, kanaafuu marsaan tokko qarshii dhibba jaha yoo taβu barnoota semisteera tokkoo ofβ¦
.
β Galmaa'uuf linkii kana fayyadamaa ππ» @Toturegister_bot
β Akkaataa itti galmooftaniin laaluuf ππ» Viidiyoo
#qubeetutorial
ββ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ
β£ π@QUBEETUTORIALπ β’
β£ π@QUBEETUTORIALπ β’
ββ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ
β Galmaa'uuf linkii kana fayyadamaa ππ» @Toturegister_bot
β Akkaataa itti galmooftaniin laaluuf ππ» Viidiyoo
#qubeetutorial
ββ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ
β£ π@QUBEETUTORIALπ β’
β£ π@QUBEETUTORIALπ β’
ββ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ
β€8π2π1
π₯GALMAA'UUF ππ
WELCOME π€
π Barattoota haaraa dhuftaniif.
GALMEEN KEENYA KAN KUTAA 12 AKKUMA ITTI FUFETTI JIRA π
β Galmaa'uuf linkii kana fayyadamaa ππ» @Toturegister_bot
β Akkaataa itti galmooftaniin viidiyoodhaan ilaaluuf ππ» Viidiyoo
π€ Wanti isiniif ifa hin taane yoo jiraate lakkofsa bilbila armaan gadi jiruun nuuf bilbilaa.
0966860278

β€6π1π«‘1
QUBEE TUTORIAL CHANNEL π pinned Β«π₯GALMAA'UUF ππ WELCOME π€ π Barattoota haaraa dhuftaniif. GALMEEN KEENYA KAN KUTAA 12 AKKUMA ITTI FUFETTI JIRA π β
Galmaa'uuf linkii kana fayyadamaa ππ» @Toturegister_bot β
Akkaataa itti galmooftaniin viidiyoodhaan ilaaluuf ππ» Viidiyoo π€ Wanti isiniifβ¦Β»
π¨QORMAATAAF QOPHIIDHAA? π
π’ Akka kana dura jedhametti, waan torbee guutuu barattan,haala sagantaa keessanii irratti hundaa'uun, Sanbata irratti qormaatni isiniif ni kennama.
β° Kanaafuu boru ganama irraa kaasee karaa Mini App keenyaatiin qormaata keessan qoramuu ni dandeessu.
π Qormaanni keenya:
β Kan isin hubannoo keessan ittiin of madaaltaniin.
π Kan hanqinaa fi jabina keessan ittiin of ilaaltaniin fi
π― Qormaata fuulduraatiif kan ittiin of qopheessitaniin dha.
π Maarree kana beektanii sagantaa torbee kanaa irratti hundaa'uun qorumsa boruutiif akka of qopheessitan isiniif dhaamuu barbaanna.
π Maarree boru ganama liinkiin Mini App keenyaa kan isiniif gadi dhiifnu ni ta'a.
π Qormaanni keenya kun yeroo hunda torbee torbeedhaan isiniif kan kennamu ni ta'a.
Guddaa galatoomaa π
#qubeetutorial
ββ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ
β£ π@QUBEETUTORIALπ β’
β£ π@QUBEETUTORIALπ β’
ββ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Ά

β€13π₯°4π4β‘2π2π«‘1
π―WEEK -1 QUIZ
β Haaluma sagantaa keenyatiin har'a qormaata xumura torbee 1ffaa ni fudhattu.
π Sanbata dabre viidiyoon torbee tokkoo gadi sinii lakkifamee qayyabataa turtanii jirtu.
β‘οΈHar'a immoo waan torbee tokkoof qayyabataa turtan hangam akka hubattan kan ittiin uf madaaltaniidha.
βοΈQurumsi kuni Gaafilee 56 kan qabate yoo ta'u gosa barnootaa (Bio,Chem,Phy & Math) iraa bahe.
Qormaata kana fudhatuuf bot armaan gadii seenaa π
π @QubeetutorialquizBot

β€11π₯°3
π₯Akkam jirtu maatii Qubee Tutorialπ₯
π°Barattoonni gariin keessan viidiyoo marsaa tokkoffaa yeroma tokkotti nuu kennaa jettanii nu gaafataa jirtu.
#qubeetutorial
ββ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ
β£ π@QUBEETUTORIALπ β’
β£ π@QUBEETUTORIALπ β’
ββ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ
πΈ @QUBEETUTORIAL πΉQUBEETUTORIAL

1. Wanti isinitti himuu bararbaannu tokko viidiyoon guutuun xumuramee qophaaβee jira. Nutis kana irratti hundaaβuun barnoota keessan jiβa 6 keessatti isinii xumuruuf karoora baasnee karoora keennaan isiinii kennaa jirra.
2. Sababni viidiyoo torbee torbeen qoodnee isinii kenninuuf, haala qophii ENTRANCE keessaniif jecha. Sababni isaas, viidiyoo torbee torbee qoodnee yoo isinii kenninuu, waan torbaan tokkotti isinii kenninu gadi fageenyaa fi irra deddeebiin akka hubattaniifi.
βοΈAkkasuma waan torbee tokkotti barattan irraa qormaata(quiz) fudhataa deemtu, kuni immooo akka isin Entrance dhaaf sirritti qophooftan isin taasisa. Haaluma kanaan jiβa 6tti erga xumurree booda Moodelii bifa Entrance tiin isinii kennina.
βοΈKanaaf, karaa kana kan filanneef gadi fageenyaan hubattanii Entrance dhaaf akka qophooftaniif.
πΈHaaluma Kanaan jiβa 6tti isinii xumurraa jechuudha. Viidiyoon immoo hanga guyyaa Entrance fudhattanii kan isiniif turu taβa.
#qubeetutorial
ββ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ
β£ π@QUBEETUTORIALπ β’
β£ π@QUBEETUTORIALπ β’
ββ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ
πΈ @QUBEETUTORIAL πΉQUBEETUTORIAL
β€8π4
QUBEE TUTORIAL CHANNEL π
π―WEEK -1 QUIZ β
Haaluma sagantaa keenyatiin har'a qormaata xumura torbee 1ffaa ni fudhattu. π
Sanbata dabre viidiyoon torbee tokkoo gadi sinii lakkifamee qayyabataa turtanii jirtu. β‘οΈHar'a immoo waan torbee tokkoof qayyabataa turtan hangam akka hubattanβ¦
QUIZ hojjattanii ?
maal fakkaata ture?
maal fakkaata ture?
β€6π6
π’Barattoonni quiz(qormaata) waan torbee kana barattan irraa hojjachuu barbaaddan link asii gadii fayyadamuu hojjachuu ni dandeettuπ
@QubeetutorialquizBot
@QubeetutorialquizBot
β€4π4π3
π₯ WEAK 2 STUDY PLAN π₯
β Sagantaan torbee 2ffaa kana fakkaata.
π¬Walii-galatti Viidiyoo 20 kan hammatedha.
π±Xumura torbee {dilbata dhufu} irratti matadureewwn qayyabattan irraa qormaata[Quiz] ni fudhattu.
Viidiyoowwan har'a galgala gadi isinii lakkifama
Hanga sanii QUIZ torbee 1ffaa hojjadhaa π
π@Qubeetutorialquizbot
#qubeetutorial
ββ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ
β£ π@QUBEETUTORIALπ β’
β£ π@QUBEETUTORIALπ β’
ββ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ
πΈ @QUBEETUTORIAL πΉQUBEETUTORIAL
β Sagantaan torbee 2ffaa kana fakkaata.
π¬Walii-galatti Viidiyoo 20 kan hammatedha.
π±Xumura torbee {dilbata dhufu} irratti matadureewwn qayyabattan irraa qormaata[Quiz] ni fudhattu.
Viidiyoowwan har'a galgala gadi isinii lakkifama
Hanga sanii QUIZ torbee 1ffaa hojjadhaa π
π@Qubeetutorialquizbot
#qubeetutorial
ββ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ
β£ π@QUBEETUTORIALπ β’
β£ π@QUBEETUTORIALπ β’
ββ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ
πΈ @QUBEETUTORIAL πΉQUBEETUTORIAL
π5β€3
Single-Cell Protein (SCP) is produced by
Anonymous Quiz
24%
A. extracting protein directly from plant seeds using enzymes.
32%
B. culturing microorganisms on waste substrates and harvesting the biomass.
26%
C. synthesizing protein chemically from petroleum without microbial involvement.
19%
D. fermenting dairy products with lactic acid bacteria.
Which of the following is NOT an example of a food product made using biotechnology?
Anonymous Quiz
14%
A. Spirulina
22%
B. Mycoprotein
14%
C. Pruteen
50%
D. Refined table sugar
π10β€5
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
π GALMEEN KUTAA 12 AKKUMA ITTI FUFETTI JIRA
β Barattoota Kutaa 12 baratuu barbaaddaniif
π³ Baankii daldala Etoophiyaa(CBE): 1000783507588
πͺͺ Baankii hojii gamtaa oromiyaa(COOP): 1058500088313
π E-Birr:0942480778
Name: Nuredin Husein
Amount to Pay: 600 Birr
Galmaa'uuf Liinkii armaan gadii tuquun gara bot keenyaa seenaa.
π@Toturegister_bot

β€4
Which of the following explains how biology takes part in biosensor technology? Using microorganisms to
Anonymous Quiz
42%
A. monitor pollutants
17%
B. develop vaccines
17%
C. extract metals from ores
24%
D. produce antibiotics
πQUIZ
Videon armaan gadii kun akkaataa Quiz ittiin fudhattan kan ibsuudha.
haalli Quiz ittiin fudhattan ifa yoo kan isiniif hin taane ta'e, video kana ilaaluun Quiz keessan fudhachuu ni dandeessu.
Liinkii armaan gadiitiin gara Quiz seenuu ni dandeessu.
π @Qubeetutorialquizbot
#QubeeTutorial #qubeetutorial

β€3π1
π£BREAKING NEWSπ
π’ Gosoonni Barnoota Ogummaa Haaraa 11 Bara Barnootaa 2019 Irraa Eegalee Hojiirra Oolan Ifoomfanii jiru.
Ministeerri Barnootaa Itoophiyaa bara barnootaa 2019 irraa eegalee barattoota kutaa 11ffaaf gosoota barnoota ogummaa fi hojii haaraa 11 hojiirra kan oolan ta'uu ifoomsuun, biirooleen barnootaa naannoolee fi bulchiinsa magaalotaa qacarrii barsiisotaa dabalatee qophii duraa barbaachisaa ta'e hunda akka taasisan qajeelfama dabarseera.
Akkaataa kallattii pooliisiin barnootaa fi leenjii haaraan barnoota ogummaa sadarkaa duraa irraa eegalee hammachiisuuf kaa'een, marsaa lammaffaaf gosoota ogummaa 11 hojiirra oolan kanniiniif qophiin sirna barnootaa, moojuula barattootaa fi qajeelfama barsiisotaa guutummaatti xumuramee jira. π
Gosoonni barnoota ogummaa 11 kunniinis, akka armaan gadiitti taa'ee jira: π
πΉ Teeknooloojii Sibiilaa (Metalwork Technology),
πΉ Teeknooloojii Awutoomootiivii (Automotive),
πΉ Teeknooloojii Uffannaa (Garment),
πΉ Dirirsa Sarara Ibsaa Gamoo,
πΉ Hojii Ujummoo Bishaanii(Plumbing),
πΉ Misooma Sooftiweerii (Software Development),
πΉ Oomisha Midhaanii,
πΉ Tajaajila Kunuunsa Fayyaa,
πΉ Tajaajila Hoteelaa,
πΉ Hojii Rifeensaa, fi Tajaajila Miidhaginaa, akkasumas
πΉ Qophii Nyaataa ti.
π― Tarkaanfiin kun barattoonni barnoota idilee cinaatti ogummaa hojiif isaan qopheessu akka horatan gochuu irratti gahee guddaa qabaata jedhamee eegama.
#QubeeTutorial

β€7π1