📚 Kitaaba dubbisuun qofti gahaa miti. ❌
🔬 Qorannoo saayinsiin mirkanaa'e kanniin hin beektu yoo ta'e, osoo hin bariin, dubbisa gonkumaa hin eegaliin.
😴 1. Hirriba
Hirribni waan sammuun kee guyyaa barate ykn qu'ate gara yaadannoo yeroo dheeraatti jijjiira.
Halkan guutuu osoo hin rafiin dubbisuun yaadannoo kee ni laamshessa ykn humna yaadachuu keetii ni xiqqeessa.
Kanaafuu guyyatti yoo xiqqaate sa'aatii 7 hanga 8 hirriba gahaa argachuu qabda.
⏰ 2. Yeroo qoqqooduu
Waan dubbiftu yeroo adda addaatti irra deddeebitee dubbisuun, yeroo tokko keessatti sa'aatii hedduu walitti qabdee dubbisuu caalaa bu'aa guddaa qaba.
Kanaafuu waan dubbiftu yeroo adda addaatti qooduun irra deddeebiin dubbisuun sirritti waan dubbifne san akka yaadannu nu gargaara.
🧠🖼 3. Seenaa fi fakii
Sammuun namaa seenaa fi fakii salphaatti yaadata.
Sammuun namaa waan tokko bifa seenaatiin ykn bifa fakiitiin yoo dubbise irra deebi'ee waan san yaadachuun ni salphataafi.
Kanaafuu yommuu dubbiftan bifa kanaan dubbisuun memorize gochuuf ykn yaadachuuf karaa isa salphaadha.
☕️ 4. Boqonnaa
Yeroo dubbistu boqonnaa gabaabaa gidduu gidduutti fudhachuun sammuun kee waan dubbiste akka gaariitti akka fudhatu taasisa.
Yeroo dheeraa ta'e osoo addaan hin kutiin dubbisuu irra, gidduu giddutti boqonnaa fudhachaa itti deebi'uun, cinqii tokko malee akka dubbisnuuf nu fayyeda.
👨🏫 5. Waan hubatte barsiisuu
Waan dubbifte tokko nama biraa barsiisuun ykn dubbisiisuun. Haalli yaadannoo keetii saffisaan akka cimu taasisa. Waan dubbiste sanis yeroo dheeraaf akka yaadattuuf si gargaara.
📝 6. Yaadannoo qabachuu
Yeroo dubbiftu jechoota ijo ijoo yaadannoo irratti bifa ati ittiin booda yaadattuun qabachuun, booda deebitee yommuu dubbiftu karaa salphaan waan dura dubbiste san akka yaadattuuf si gargaara. Kanaafuu yommuu dubbistu yaadannoo qabachuun amala dubbisa keetii keessaa isa tokko ta'uu qaba.
⏩ Hiriyyoottan keessaniif share gochuun wal dhageessisaa.
#qubeetutorial
╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖
⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢
⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢
╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╜

❤31👍8🏆4🫡3🥰2⚡1
Which one of the following is the industrial importance of insects? (EUEE 2018)
Anonymous Quiz
17%
A. Serving as pollinating agents for plants
13%
B. Serving as the source of pain-relieving drugs
57%
C. Producing silk fibers for textiles
12%
D. Controlling pests that attack crops
❤28👍15👌3
Which of the following is NOT an example of a food product made using biotechnology?
Anonymous Quiz
20%
A. Spirulina
18%
B. Mycoprotein
15%
C. Pruteen
48%
D. Refined table sugar
❤17👍3🆒3👏1
Which of the following best describes the application of tissue culture technology? It allows for the:
Anonymous Quiz
37%
A. genetic modification of crop genomes using bacterial plasmids.
34%
B. rapid propagation of disease-free, uniform planting material in a small area.
18%
C. production of hybrid seeds through cross-pollination techniques.
11%
D. extraction of metabolites from plant roots for pharmaceutical use.
❤15🥰7👍5
GALATOOMAA 🙏
Qubee Tutorial waggaa lamaan darbaniif karaa Telegram 📲 fi YouTube ▶️ irraan barattoota keenyaaf barnoota kennaa turuun isaa kan beekkamuudha. Maarree nutis imala kana keessatti barattoota qaxalee hedduu horachuu keennaan gammachuu guddatu nutti dhagahamee jira. 🎉
Ammas imalli keenya akkuma itti fufetti kan jiru yoo ta'u, barattoota keenya guutuu biyyaa keessa jiran hundaa humna qabnuun isaan wajjiin dhaabbachuuf yeroo kamis qophii akka taane isin beeksisuu barbaadna. 🤝
Maarree nutis Qubee Tutorial karaa Website 🌐 fi Miidiyaa hawaasaa (Social Media) 📱 hundaan dhufuu keenya kabaja guddaa waliin isin beeksifna.
Maarree hojii keenya guutuu toora website keenyaatiin ilaaluuf.
➡️ https://qubeetutorial.courses 🌍
Nu Hordofaa.
💬 Toora miidiyaa hawaasaatiin nu argachuuf 👇
📲 Telegram
https://t.me/Qubeetutorial
▶️ YouTube
https://www.youtube.com/@QUBEER-lg8wy
🎵 TikTok
https://www.tiktok.com/@qubeetutorial?_r=1&_t=ZS-98MS69AGOTX
📸 Instagram
https://www.instagram.com/qubeetutorial?igsh=MWh3c2treDk3OW9oOA==
📘 Facebook Page
https://www.facebook.com/Qubeetutorial?mibextid=ZbWKwL
Hiriyyoottan keessaniif 🔄 share gochuun akka maatii keenyatti dabalaman taasisaa. ❤️
Guddaa galatoomaa. 🙏

qubeetutorial.courses
Qubee Tutorial — Quality Education in Afaan Oromo
Structured video lessons, exam-focused practice, and study notes for Grade 9–12 and University students.
❤23👏5🏆5🫡5👍4💯3🥰2⚡1
📢 GALMEEN BORU NI EEGALA. 📢
🗓 Galmee bara barnoota 2019 boru gaafa guyyaa 22/11/2018 ni eegalla.
ℹ️ Galmeen kun ammaaf barattoota kutaa 12 qofa kan ilaallatu yoo ta’u, galmeen barattota kutaa 9,10 fi 11 yeroo dhihoo keessatti ni eegala.
📋 Waa’ee galmeetiin wal qabatee odeeffannoon guutuun akka armaan gadiitti isiniif taa’ee jira.
⚪️ Barnoota bara kanaa keessatti subject Biology, Chemistry, Physics, Mathematics fi English Tense ni argattu.📚
⚪️ Video guutuu sangantaadhaan harcaatii tokko malee note guutuu waliin ni argattu.🎥
⚪️ Qormaatni adda addaas yeroo yeroon isiniif kan kennamu ta’a.📝
⚪️ Yaada barataa baay’ee irratti hundaa’uun kaffaltii kana dura marsaa sadiin (3) kaffalchiisaa turre gara kaffaltii marsaa lamaatti (2) jijjiirree jirra. Kana jechuun marsaan tokko semisteera tokko of keessatti hammata jechuudha.💡
⚪️ Kaffaltiin galmee marsaa tokko birrii dhibba jaha (600), innis semisteera tokkoof jechuudha.💰
❓ Gaaffii fi yaada yoo qabaattan isin keessummeessuuf qophiidha.
☎️ Lakk bill:-
· 📞 0966860278
· 📞 0777203655
🌐 Toora website keenyaa daawwachuuf.
· 🔗 https://qubeetutorial.courses
⚠️ Hubachiisa
Beeksisni armaan olii kun barattoota kutaa 12 qofa kan ilaallatu yoo ta’u, barattoota kutaa 9,10 fi 11 tiif galmeen yeroo dhihoo keessaatti kan eegalu ta'uu isaa isin hubachiisuu barbaadna.
Haala galmee boru ganama isin beeksifna.
🙏 Guddaa galatoomaa. 🙏

👍12❤10🫡3👏2👌2🏆1🤝1
QUBEE TUTORIAL CHANNEL 🎓 pinned «📢 GALMEEN BORU NI EEGALA. 📢 🗓 Galmee bara barnoota 2019 boru gaafa guyyaa 22/11/2018 ni eegalla. ℹ️ Galmeen kun ammaaf barattoota kutaa 12 qofa kan ilaallatu yoo ta’u, galmeen barattota kutaa 9,10 fi 11 yeroo dhihoo keessatti ni eegala. 📋 Waa’ee galmeetiin…»
Barattootni baay'een galmeen marsaa lamaan nuuf haa ta'u jechuun nu gaafachaa jirtu.
Kanaafuu, nutis filannoo keessan irratti hundoofnee akka murteessinuuf filannoowwan jiran lamaan keessaa tokko nuuf filadhaa. Galatoomaa 🙏

Anonymous Poll
28%
Iddoo tokkotti kaffaltii raawwachutu nuuf mijata (birr 1200)
76%
Marsaa lamaan kaffalutu nuuf salphata (marsaa tokkoffaan 600 + marsaa lammaffaan 600 = 1200)
👍21🙏7
💥💥ODUU GAMMACHIISAA💥💥
▫️GALMEEN KUTAA 12 KAN BARA 2019 EEGALEE JIRA.
Haala filannoo keessanii irratti hundaa’uun akkaataa kaffaltii gara marsaa lamaattii jijjiirree jirra, kanaafuu marsaan tokko qarshii dhibba jaha yoo ta’u barnoota semisteera tokkoo of keessatti kan qabatuudha.
Akkaataa galmee guutumatti hubatuuf video armaan gadii ilaalaa. 📲

❤1
Galmee kutaa 12 galmaa'uuf linki armaan gadii tuquun gara page galmee keenyaatti seenaa.
👉 @Toturegister_bot
Galmeen marsaa tokko qarshii dhibba jaha (600).
Haalli galmee ifa yoo isiniif hin taane video isiniif kaawwamee ilaaluu hin dagatiinaa.
#qubeetutorial
╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖
⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢
⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢
╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╜
👉 @Toturegister_bot
Galmeen marsaa tokko qarshii dhibba jaha (600).
Haalli galmee ifa yoo isiniif hin taane video isiniif kaawwamee ilaaluu hin dagatiinaa.
#qubeetutorial
╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖
⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢
⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢
╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╜
❤4👍2
❤8
QUBEE TUTORIAL CHANNEL 🎓 pinned «💥💥ODUU GAMMACHIISAA💥💥 ▫️GALMEEN KUTAA 12 KAN BARA 2019 EEGALEE JIRA. Haala filannoo keessanii irratti hundaa’uun akkaataa kaffaltii gara marsaa lamaattii jijjiirree jirra, kanaafuu marsaan tokko qarshii dhibba jaha yoo ta’u barnoota semisteera tokkoo of…»
❓Gaaffiilee Barattoonni Irra Deddeebiidhaan Gaafataa Jirtan:
1. Marsaan tokko hangamiif tura?
2. Barnoonni baranne(video fi nootiiwwan) hangamiif tura?
3. Barnoonni barannu kutaa 12ffaa qofa moo kutaalee biroos ni dabalata?
4. Kaffaltii namni namaa kaffaluu ni danda'aa?
✅Gaditti deebii kan isiinii deebisnu ta'a.

❤3
1. Marsaan tokko hangamiif tura?
✅Barnoonni kan xumuramu ji'a 6 keessatti.
✔️Kaffaltiin yeroo lamatti kaffalama jechuun: Marsaan 1ffaan ji'a 3 fi marsaa 2ffaanis ji'a 3 itti aanu keessatti kan xumuramu ta'a jechuudha.
2. Barnoonni baranne(video fi nootiiwwan) hangamiif tura?
✔️Barnoonni hanga ji'a 6tti yoo isinii xumurame, barnoonni isin barattan(video, nootii fi qormaatawwan) hundi isaatuu hanga guyyaa isin Entrance fudhattanii kan isinii tura ta'a jechuudha.
3. Barnoonni barannu kutaa 12ffaa qofa moo kutaalee biroos ni dabalata?
☑️Barnoonni isin barattan qabiyyeewwan of jalatti qabatu:
✔️Kutaa 11 fi 12 (Biology, Chemistry, Maths, Physics) fi
✔️Kutaa 9 fi 10 (Biology) kan qabatu ta'a.
4. Kaffaltii namni namaa kaffaluu ni danda'aa?
☑️Eeyyaan ni danda'a. Garuu kan gochuu qabdan riisiitii karaa telegram keessaniin(ittiin barattaniin) erguu qabdu.
#qubeetutorial
╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖
⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢
⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢
╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╜
📸 @QUBEETUTORIAL 📹QUBEETUTORIAL

❤14⚡1👍1🤝1
🔥 WEAK 1 STUDY PLAN 🔥
#GRADE_12
Sagantaan qu'annaa torbee 1ffaa kana fakkaata
Barattooni galmooftanii jirtan viidiyoon gadi lakkifamee waan jiruuf seentanii qayyabatuu ni dandeettu.
Xumura torbee irratti mata-dureewwan kana irraa qormaata(Quiz) ni fudhattu.
#Qubeetutorial

❤14🥰4🫡3👏2
Food security is considered achieved only when
Anonymous Quiz
15%
A. a country produces enough food domestically without imports.
61%
B. food is available, affordable, and accessible to all individuals.
17%
C. food is distributed equally regardless of household income.
6%
D. nutritious food is available only in urban areas.
👍6❤3👏3
🚨📚 BARATAAN TOKKO IDDOO BARNOOTAATTI WAAN HUNDA NI BEEKA, GARUU GUYYAA QORUUMSA ENTRANCE, DALAGUUN MAAF ISA DHIBA?? 🤔🎯
Barattoota hedduu waliin waa'ee kana erga haasofnee booda, wanti walfakkaatu tokko ni jira:
qabxiin barnoota waggaa guutuu gaarii ta'us, entrance irratti wanti isaan hin eegin isaan muudata. Innis
👉🆕 gaaffilee haaraa kana dura isaan itti hin qophoofne arguu.
👉📈 Ulfaachuu gaaffii.
👉📄 Gaaffii dheerachuu irraa kan ka’e hiika gaaffii beekuu dhabuu.
👉⏰ yeroon dhiphachuu fi
👉❌ Of-eeggannoo malee qophaa'uudha.
📌 Kanaafuu kun rakkoo dandeettii dhabuu miti, rakkoo qophii sirrii dhabuu ti. Kanaafuu kun nu biratti wanta salphatti fooyyessuun danda'amudha.
💡 Maarree Qubee Tutorial erga barattoota baay'ee gaaffii garagaraa gaafateen booda gadi buu'ee waan kana qorachuun furmaata addaa kaa'ee jira. Innis akkamitti barataan tokko rakkoo kanniin injifachuun qabxii barbaadu galmeessisuu danda'a kan jedhuudha.
🎯 Furmaanni maaliidha?
✅ Qubee Tutorial keessatti:
📖 Barattootni daran akka qophaa'aniif gaaffilee entrance irratti xiyyeeffachuudhaan barsiifna.
📝 Torbee torbeedhaan qormaata Quiz kennuun barataan tokko qormaataaf akka of qopheessu gochuudha.
🎥 Videon guutuun woraabbamee qophaa'ee jira. Kanaafuu yeroo barbaadanitti, iddoo barbaadanitti irra deddeebiin ilaalanii akka barataniif haalli kan mijateedha.
📚 Note fi wantoota qu'annaaf isaan barbaachisan guutuu qopheessinee jirra.
🏆 Waggaa lamaa oliif barattoota kutaa 9 hanga 12 kumaatamaan laakka'aman barsiisaa turuun keenya ni beekkama, innis daran amala barataa beekuu fi barataan tokko maal akka isa barbaachisu akka beeknuuf nu gargaaree jira. Kanaafuu nutis barataa tokko kanatu isa barbaachisa jechuun waan hunda qopheessineefii jirra.
🤝 Qubee Tutorial barataan tokko firii xaarii isaa akka argatuuf yeroo kamis isaan wajjiin dhaabbachuuf qophiidha.
🚀 Galmeen haaraan barattoota kutaa 12tiif eegalee jira waan ta'eef, liinkii armaan gadii tuquun gara channel keenyaatti seenuun ammuma galmaa'aa.
👉 https://t.me/Qubeetutorial
📞 Gaaffii fi yaada yoo qabaattan
☎️ Lakk bil:- 0966860278
0777203655
🌐 Toora website keenyaa daawwachuuf
https://qubeetutorial.courses
📢 Wanti kun sin fayyedu yoo ta'e tarii maatii barataa ykn barataa kana dhagahuu barbaachisutu jiraata waan ta'eef, share godhi 🔄❤️

Telegram
QUBEE TUTORIAL CHANNEL 🎓
✅Barnoota kutaa 9-12 qulqullina qabu nu biraa ni argattu
Information guutuuf: website keenya https://qubeetutorial.courses ilaaluu ni dandeessu.
Youtube: https://www.youtube.com/@QUBEER-lg8wy
#Qubeetutorial #Qubeetutrial

❤5👌3👍2
QUBEE TUTORIAL CHANNEL 🎓
💥💥ODUU GAMMACHIISAA💥💥 ▫️GALMEEN KUTAA 12 KAN BARA 2019 EEGALEE JIRA. Haala filannoo keessanii irratti hundaa’uun akkaataa kaffaltii gara marsaa lamaattii jijjiirree jirra, kanaafuu marsaan tokko qarshii dhibba jaha yoo ta’u barnoota semisteera tokkoo of…
.
✅ Galmaa'uuf linkii kana fayyadamaa 👉🏻 @Toturegister_bot
✅ Akkaataa itti galmooftaniin laaluuf 👉🏻 Viidiyoo
#qubeetutorial
╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖
⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢
⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢
╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╜
✅ Galmaa'uuf linkii kana fayyadamaa 👉🏻 @Toturegister_bot
✅ Akkaataa itti galmooftaniin laaluuf 👉🏻 Viidiyoo
#qubeetutorial
╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖
⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢
⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢
╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╜
❤8👍2👏1
💥GALMAA'UUF 🌟🌟
WELCOME 🤗
👉 Barattoota haaraa dhuftaniif.
GALMEEN KEENYA KAN KUTAA 12 AKKUMA ITTI FUFETTI JIRA 📝
✅ Galmaa'uuf linkii kana fayyadamaa 👉🏻 @Toturegister_bot
✅ Akkaataa itti galmooftaniin viidiyoodhaan ilaaluuf 👉🏻 Viidiyoo
🤙 Wanti isiniif ifa hin taane yoo jiraate lakkofsa bilbila armaan gadi jiruun nuuf bilbilaa.
0966860278

❤6🏆1🫡1