Which of the following statements best describes dry cleaning?
Anonymous Quiz
24%
A. It removes stains using heat
36%
B. It uses organic solvents to remove grease
22%
C. It involves the use of strong acids to dissolve stains
17%
D. It removes stains by boiling fabrics in water
❤45👍7🤝5
Akkaataa ittiin galmaa'an ilaaluuf
https://t.me/qubeetu/18
Karaa liinkii asii gadiitiin galmaa'uu ni dandeettu
@Grade12registration12bot
╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖
⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢
⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢
╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╜
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❤62👍21👏6💯6🥰5👌5🤝5
❌Akeekkachiisa
🌟Namoota baay'ee jelaa dhiheenya kanatti accountiin telegram baay'een hack jelaa ta'aa jira.
🌟Kunis liinkii namni isin beektan irraa ykn namni isin hin beekne irraa isiif ergama. Isinis linkii san yoo kan tuqxan ta'e battalumatti accountiin keessan hack ta'ee isin jelaa bada.
🌟Kanaafuu linkii isiniif ergame yoo jiraate tuquu irraa of qusadhaa. Sababni isaas liinkicha kan isiniif ergu nama san osoo hin taane namoota acountii keessan hack gochuu barbaadan san irraa kan isiniif ergameedha.
🌟Linkiin fake(soba) ta'eefi fake hin taane fotoo irraa post isiniif ta'e kan irraa ilaalaa.
💠Linkiin tokko
https://t.me jedhe kan eegalu linkii qulqulluudha
💠Garuu linkiin https://t.me jedhee hin eegalle yoo ta'e linkii bilbila kee si jelaa hack gochuuf siif ergameedha.
🌟Hiriyyootaa fi nama beektan maraaf share gochuun wal beeksissaa cyber attack kana irraa of ittisaa.
#qubeetutorial
╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖
⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢
╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╜

❤41👍37🙏9🤝8👌7👏3🏆1
🚨Hubachiisa 🚨
Galmeen barnoota bara kanaa xumuramee jira.
Barattoonni hedduun keessan galmeedhaaf qarshii ergaa jirtu.
Kanaafuu galmee bara barnootaa 2018 ykn bara kanaa xumuruu keenya isin beeksifna.
Kunis kan ta’eef barattoonni kutaa 12ffaa qoruumsa isaanii waan xumuraniif, galmee barnoota bara kanaa xumurree, galmee bara itti aanuu ykn 2019 eegaluufi.
Maarree guyyoota muraasa keessatti galmee kan eegallu yoo ta’u, guyyaa galmee karaa social media keenyaa hundaan kan isin beeksifnu ni ta’a.
Hubannoo fi deeggarsa keessaniif guddaa galatoomaa 🙏🏾.

👍13❤10🙏3🥰2🤝2👌1🫡1
QUBEE TUTORIAL CHANNEL 🎓 pinned «🚨Hubachiisa 🚨 Galmeen barnoota bara kanaa xumuramee jira. Barattoonni hedduun keessan galmeedhaaf qarshii ergaa jirtu. Kanaafuu galmee bara barnootaa 2018 ykn bara kanaa xumuruu keenya isin beeksifna. Kunis kan ta’eef barattoonni kutaa 12ffaa qoruumsa isaanii…»
📢 Entrance barataan cimaan kufee, dadhabaan maaliif darba. 🤔
Yeroo baay'ee barataan kutaa barnootaa keessatti cimaa jedhaman entrance yommuu kufan ni agartu, garuu barataan ati lazy ykn dadhabaa jettuun entrance yommuu darban ni argitu.
Sababni maaliidha? Saaykooloojiin hoo maal jedha? 🧠
Barataan baay'een
1. Qoruumsa fi barnoota golaa irratti guutumatti focus kennu, kun immo haala qoruumsaa fi uumama qormaata biyyoolessa akka dagatu isa godha. 📖
2. Yommuu duubbistan, waan dubbistan hubachuu dhabuu ykn concept osoo hin fudhatiin irra darbuu. 💡
3. Yeroo qormaataa sodaa of keessatti uumuu. Barataan cimaan yeroo baay'ee sodaa of keessaa qaba, kun immo confidence isaa harkaa ajjeesuun qormaata irratti akka burjaaja'u isa taasisa. 😰
4. Systema qormaataa hubachuu dhabuu.
Qormaatni bifa ittiin ba'u qaba, kanaafuu qormaata darban dalaguun qofti gahaa miti, akkaataa fi bifa qormaatni ittiin bahu hubachuu qabna. 📝
5. logically reason gochuu ykn qormaata xiinxaluu. (Ingiliffaan gaaffii guutuu sirritti hubachuu dhabuun sababa yeroo baay'ee barataan qoruumsa ittiin kufu keessaa isa tokkoo. Gaaficha hubachuun nutti ulfaatus, xiinxalliin ilaalanii gaaffiin maal akka jechuu barbaade hubachutu nurraa eeggama.) 🔍
Akka saaykooloojiin ibsutti kunniin sababa yeroo baay'ee barataan cimaan qoruumsa biyyoolessa ittiin kufuudha.
Barataan ati dadhabaa jettuun yommuu kanniin hubate qormaata dalaguun daran salphaa isaaf ta'a. ✅
Maarre Qubee Tutorial barattoota keenyaaf yaada kanniin hubannoo keessa galchuudhaan, barnoota bara 2019 bifa mijataa ta'een barsiisuuf harcaatii tokko malee qophii guutuu xumuree jira. Kanaafuu barataan kamis kana booda firii xaarii isaa akka argatuuf isin waliin akka jirruu fi deeggarsa barbaachisu hundaa akka isiniif goonu isin beeksisuu barbaadna.
➡️ Share wolii gochuun hiriyyoottan keessaniin wol dhageessisaa.
#qubeetutorial
╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖
⟣ 🎓 @QUBEETUTORIAL 🎓 ⟢

❤30🤝5💯4🥰2👏2🆒2🙏1👌1🫡1
📚 Kitaaba dubbisuun qofti gahaa miti. ❌
🔬 Qorannoo saayinsiin mirkanaa'e kanniin hin beektu yoo ta'e, osoo hin bariin, dubbisa gonkumaa hin eegaliin.
😴 1. Hirriba
Hirribni waan sammuun kee guyyaa barate ykn qu'ate gara yaadannoo yeroo dheeraatti jijjiira.
Halkan guutuu osoo hin rafiin dubbisuun yaadannoo kee ni laamshessa ykn humna yaadachuu keetii ni xiqqeessa.
Kanaafuu guyyatti yoo xiqqaate sa'aatii 7 hanga 8 hirriba gahaa argachuu qabda.
⏰ 2. Yeroo qoqqooduu
Waan dubbiftu yeroo adda addaatti irra deddeebitee dubbisuun, yeroo tokko keessatti sa'aatii hedduu walitti qabdee dubbisuu caalaa bu'aa guddaa qaba.
Kanaafuu waan dubbiftu yeroo adda addaatti qooduun irra deddeebiin dubbisuun sirritti waan dubbifne san akka yaadannu nu gargaara.
🧠🖼 3. Seenaa fi fakii
Sammuun namaa seenaa fi fakii salphaatti yaadata.
Sammuun namaa waan tokko bifa seenaatiin ykn bifa fakiitiin yoo dubbise irra deebi'ee waan san yaadachuun ni salphataafi.
Kanaafuu yommuu dubbiftan bifa kanaan dubbisuun memorize gochuuf ykn yaadachuuf karaa isa salphaadha.
☕️ 4. Boqonnaa
Yeroo dubbistu boqonnaa gabaabaa gidduu gidduutti fudhachuun sammuun kee waan dubbiste akka gaariitti akka fudhatu taasisa.
Yeroo dheeraa ta'e osoo addaan hin kutiin dubbisuu irra, gidduu giddutti boqonnaa fudhachaa itti deebi'uun, cinqii tokko malee akka dubbisnuuf nu fayyeda.
👨🏫 5. Waan hubatte barsiisuu
Waan dubbifte tokko nama biraa barsiisuun ykn dubbisiisuun. Haalli yaadannoo keetii saffisaan akka cimu taasisa. Waan dubbiste sanis yeroo dheeraaf akka yaadattuuf si gargaara.
📝 6. Yaadannoo qabachuu
Yeroo dubbiftu jechoota ijo ijoo yaadannoo irratti bifa ati ittiin booda yaadattuun qabachuun, booda deebitee yommuu dubbiftu karaa salphaan waan dura dubbiste san akka yaadattuuf si gargaara. Kanaafuu yommuu dubbistu yaadannoo qabachuun amala dubbisa keetii keessaa isa tokko ta'uu qaba.
⏩ Hiriyyoottan keessaniif share gochuun wal dhageessisaa.

❤31👍8🏆4🫡3⚡2🥰2
Which one of the following is the industrial importance of insects? (EUEE 2018)
Anonymous Quiz
17%
A. Serving as pollinating agents for plants
13%
B. Serving as the source of pain-relieving drugs
58%
C. Producing silk fibers for textiles
12%
D. Controlling pests that attack crops
❤28👍15👌3
Which of the following is NOT an example of a food product made using biotechnology?
Anonymous Quiz
19%
A. Spirulina
18%
B. Mycoprotein
15%
C. Pruteen
48%
D. Refined table sugar
❤17👍3🆒3👏1
Which of the following best describes the application of tissue culture technology? It allows for the:
Anonymous Quiz
37%
A. genetic modification of crop genomes using bacterial plasmids.
34%
B. rapid propagation of disease-free, uniform planting material in a small area.
18%
C. production of hybrid seeds through cross-pollination techniques.
11%
D. extraction of metabolites from plant roots for pharmaceutical use.
❤15🥰7👍5
GALATOOMAA 🙏
Qubee Tutorial waggaa lamaan darbaniif karaa Telegram 📲 fi YouTube ▶️ irraan barattoota keenyaaf barnoota kennaa turuun isaa kan beekkamuudha. Maarree nutis imala kana keessatti barattoota qaxalee hedduu horachuu keennaan gammachuu guddatu nutti dhagahamee jira. 🎉
Ammas imalli keenya akkuma itti fufetti kan jiru yoo ta'u, barattoota keenya guutuu biyyaa keessa jiran hundaa humna qabnuun isaan wajjiin dhaabbachuuf yeroo kamis qophii akka taane isin beeksisuu barbaadna. 🤝
Maarree nutis Qubee Tutorial karaa Website 🌐 fi Miidiyaa hawaasaa (Social Media) 📱 hundaan dhufuu keenya kabaja guddaa waliin isin beeksifna.
Maarree hojii keenya guutuu toora website keenyaatiin ilaaluuf.
➡️ https://qubeetutorial.courses 🌍
Nu Hordofaa.
💬 Toora miidiyaa hawaasaatiin nu argachuuf 👇
📲 Telegram
https://t.me/Qubeetutorial
▶️ YouTube
https://www.youtube.com/@QUBEER-lg8wy
🎵 TikTok
https://www.tiktok.com/@qubeetutorial?_r=1&_t=ZS-98MS69AGOTX
📸 Instagram
https://www.instagram.com/qubeetutorial?igsh=MWh3c2treDk3OW9oOA==
📘 Facebook Page
https://www.facebook.com/Qubeetutorial?mibextid=ZbWKwL
Hiriyyoottan keessaniif 🔄 share gochuun akka maatii keenyatti dabalaman taasisaa. ❤️
Guddaa galatoomaa. 🙏

qubeetutorial.courses
Qubee Tutorial — Quality Education in Afaan Oromo
Structured video lessons, exam-focused practice, and study notes for Grade 9–12 and University students.
❤23👏5🏆5🫡5👍4💯3🥰2⚡1
📢 GALMEEN BORU NI EEGALA. 📢
🗓 Galmee bara barnoota 2019 boru gaafa guyyaa 22/11/2018 ni eegalla.
ℹ️ Galmeen kun ammaaf barattoota kutaa 12 qofa kan ilaallatu yoo ta’u, galmeen barattota kutaa 9,10 fi 11 yeroo dhihoo keessatti ni eegala.
📋 Waa’ee galmeetiin wal qabatee odeeffannoon guutuun akka armaan gadiitti isiniif taa’ee jira.
⚪️ Barnoota bara kanaa keessatti subject Biology, Chemistry, Physics, Mathematics fi English Tense ni argattu.📚
⚪️ Video guutuu sangantaadhaan harcaatii tokko malee note guutuu waliin ni argattu.🎥
⚪️ Qormaatni adda addaas yeroo yeroon isiniif kan kennamu ta’a.📝
⚪️ Yaada barataa baay’ee irratti hundaa’uun kaffaltii kana dura marsaa sadiin (3) kaffalchiisaa turre gara kaffaltii marsaa lamaatti (2) jijjiirree jirra. Kana jechuun marsaan tokko semisteera tokko of keessatti hammata jechuudha.💡
⚪️ Kaffaltiin galmee marsaa tokko birrii dhibba jaha (600), innis semisteera tokkoof jechuudha.💰
❓ Gaaffii fi yaada yoo qabaattan isin keessummeessuuf qophiidha.
☎️ Lakk bill:-
· 📞 0966860278
· 📞 0777203655
🌐 Toora website keenyaa daawwachuuf.
· 🔗 https://qubeetutorial.courses
⚠️ Hubachiisa
Beeksisni armaan olii kun barattoota kutaa 12 qofa kan ilaallatu yoo ta’u, barattoota kutaa 9,10 fi 11 tiif galmeen yeroo dhihoo keessaatti kan eegalu ta'uu isaa isin hubachiisuu barbaadna.
Haala galmee boru ganama isin beeksifna.
🙏 Guddaa galatoomaa. 🙏

👍12❤10🫡3👏2👌2🏆1🤝1
QUBEE TUTORIAL CHANNEL 🎓 pinned «📢 GALMEEN BORU NI EEGALA. 📢 🗓 Galmee bara barnoota 2019 boru gaafa guyyaa 22/11/2018 ni eegalla. ℹ️ Galmeen kun ammaaf barattoota kutaa 12 qofa kan ilaallatu yoo ta’u, galmeen barattota kutaa 9,10 fi 11 yeroo dhihoo keessatti ni eegala. 📋 Waa’ee galmeetiin…»
Barattootni baay'een galmeen marsaa lamaan nuuf haa ta'u jechuun nu gaafachaa jirtu.
Kanaafuu, nutis filannoo keessan irratti hundoofnee akka murteessinuuf filannoowwan jiran lamaan keessaa tokko nuuf filadhaa. Galatoomaa 🙏

Anonymous Poll
28%
Iddoo tokkotti kaffaltii raawwachutu nuuf mijata (birr 1200)
76%
Marsaa lamaan kaffalutu nuuf salphata (marsaa tokkoffaan 600 + marsaa lammaffaan 600 = 1200)
👍21🙏7
💥💥ODUU GAMMACHIISAA💥💥
▫️GALMEEN KUTAA 12 KAN BARA 2019 EEGALEE JIRA.
Haala filannoo keessanii irratti hundaa’uun akkaataa kaffaltii gara marsaa lamaattii jijjiirree jirra, kanaafuu marsaan tokko qarshii dhibba jaha yoo ta’u barnoota semisteera tokkoo of keessatti kan qabatuudha.
Akkaataa galmee guutumatti hubatuuf video armaan gadii ilaalaa. 📲

❤1
Galmee kutaa 12 galmaa'uuf linki armaan gadii tuquun gara page galmee keenyaatti seenaa.
👉 @Toturegister_bot
Galmeen marsaa tokko qarshii dhibba jaha (600).
Haalli galmee ifa yoo isiniif hin taane video isiniif kaawwamee ilaaluu hin dagatiinaa.

❤4👍2
❤8