📹Video,
📘Note fi
Hub: Kaffaltiin kan raawwatamu yeroma tokko qofa yoo ta'u, kan kutaa hundaa bakka tokkotti 350 qofa kaffaltu.
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❤25🥰6👍1
✍Karaa ittiin galmooftanii fi video haala galmee dilbata galgala isinii gadi lakkifama.
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
👍16❤10🥰4
QUBEE TUTORIAL CHANNEL 🎓 pinned «📰 Akkam jirtu Maatii @QUBEETUTORIAL ⚡️ Barattoota Kutaa 9—12 Hundaaf: ➡️ Barnoota Biology qofa addatti barattoonni barachuu barbaaddan , galmeen Wiixata(28/07/2018) eegala. 📸 @QUBEETUTORIAL 📹 QUBEETUTORIAL»
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❤26🤝4👍3👏3🆒3
QUBEE TUTORIAL CHANNEL 🎓 pinned «📌 GALMEEN EEGALEE JIRA ➡️ Barattoota barnoota baayolojii baratuu barbaaddaniif 🔗 Liinkii asii gadiitiin galmaa'uu dandeettu.⤵️ 🖥 KUTAA 9️⃣ ➡️ @Q_T_grade9registrationbot 🖥 KUTAA 1️⃣ 0️⃣ ➡️ @Grade10Registration_bot 🖥 KUTAA 1️⃣ 1️⃣ ➡️ @Grade11Registration_bot…»
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❤17👍9👌1
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❤23👍6👌5
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❤9👍6
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❤27👍6🥰3👏1💯1
yeroo tokko qofa kaffaltanii barnoota Biology guutuu argattu jechuu dha.
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❤55👍19🤝6🥰5🙏4💯1
According to the law of floatation, an object must displace a volume of fluid whose weight is: (EUEE 2014/15)
Anonymous Quiz
19%
A. Less than its own weight
30%
B. Equal to its own weight
29%
C. Equal to the weight of the undisplaced fluid
22%
D. Equal to its apparent weight
❤44👍14👌7🙏5
╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖
⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢
⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢
╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╜
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❤17👍11🥰4🙏4
Which of the following statements best describes dry cleaning?
Anonymous Quiz
24%
A. It removes stains using heat
36%
B. It uses organic solvents to remove grease
22%
C. It involves the use of strong acids to dissolve stains
17%
D. It removes stains by boiling fabrics in water
❤46👍7🤝5
Akkaataa ittiin galmaa'an ilaaluuf
https://t.me/qubeetu/18
Karaa liinkii asii gadiitiin galmaa'uu ni dandeettu
@Grade12registration12bot
╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖
⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢
⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢
╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╜
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❤62👍21👏6💯6🥰5👌5🤝5
❌Akeekkachiisa
🌟Namoota baay'ee jelaa dhiheenya kanatti accountiin telegram baay'een hack jelaa ta'aa jira.
🌟Kunis liinkii namni isin beektan irraa ykn namni isin hin beekne irraa isiif ergama. Isinis linkii san yoo kan tuqxan ta'e battalumatti accountiin keessan hack ta'ee isin jelaa bada.
🌟Kanaafuu linkii isiniif ergame yoo jiraate tuquu irraa of qusadhaa. Sababni isaas liinkicha kan isiniif ergu nama san osoo hin taane namoota acountii keessan hack gochuu barbaadan san irraa kan isiniif ergameedha.
🌟Linkiin fake(soba) ta'eefi fake hin taane fotoo irraa post isiniif ta'e kan irraa ilaalaa.
💠Linkiin tokko
https://t.me jedhe kan eegalu linkii qulqulluudha
💠Garuu linkiin https://t.me jedhee hin eegalle yoo ta'e linkii bilbila kee si jelaa hack gochuuf siif ergameedha.
🌟Hiriyyootaa fi nama beektan maraaf share gochuun wal beeksissaa cyber attack kana irraa of ittisaa.
#qubeetutorial
╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖
⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢
╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╜

❤41👍37🙏9🤝8👌7👏3🏆1
🚨Hubachiisa 🚨
Galmeen barnoota bara kanaa xumuramee jira.
Barattoonni hedduun keessan galmeedhaaf qarshii ergaa jirtu.
Kanaafuu galmee bara barnootaa 2018 ykn bara kanaa xumuruu keenya isin beeksifna.
Kunis kan ta’eef barattoonni kutaa 12ffaa qoruumsa isaanii waan xumuraniif, galmee barnoota bara kanaa xumurree, galmee bara itti aanuu ykn 2019 eegaluufi.
Maarree guyyoota muraasa keessatti galmee kan eegallu yoo ta’u, guyyaa galmee karaa social media keenyaa hundaan kan isin beeksifnu ni ta’a.
Hubannoo fi deeggarsa keessaniif guddaa galatoomaa 🙏🏾.

👍13❤10🙏3🥰2🤝2👌1🫡1
QUBEE TUTORIAL CHANNEL 🎓 pinned «🚨Hubachiisa 🚨 Galmeen barnoota bara kanaa xumuramee jira. Barattoonni hedduun keessan galmeedhaaf qarshii ergaa jirtu. Kanaafuu galmee bara barnootaa 2018 ykn bara kanaa xumuruu keenya isin beeksifna. Kunis kan ta’eef barattoonni kutaa 12ffaa qoruumsa isaanii…»
📢 Entrance barataan cimaan kufee, dadhabaan maaliif darba. 🤔
Yeroo baay'ee barataan kutaa barnootaa keessatti cimaa jedhaman entrance yommuu kufan ni agartu, garuu barataan ati lazy ykn dadhabaa jettuun entrance yommuu darban ni argitu.
Sababni maaliidha? Saaykooloojiin hoo maal jedha? 🧠
Barataan baay'een
1. Qoruumsa fi barnoota golaa irratti guutumatti focus kennu, kun immo haala qoruumsaa fi uumama qormaata biyyoolessa akka dagatu isa godha. 📖
2. Yommuu duubbistan, waan dubbistan hubachuu dhabuu ykn concept osoo hin fudhatiin irra darbuu. 💡
3. Yeroo qormaataa sodaa of keessatti uumuu. Barataan cimaan yeroo baay'ee sodaa of keessaa qaba, kun immo confidence isaa harkaa ajjeesuun qormaata irratti akka burjaaja'u isa taasisa. 😰
4. Systema qormaataa hubachuu dhabuu.
Qormaatni bifa ittiin ba'u qaba, kanaafuu qormaata darban dalaguun qofti gahaa miti, akkaataa fi bifa qormaatni ittiin bahu hubachuu qabna. 📝
5. logically reason gochuu ykn qormaata xiinxaluu. (Ingiliffaan gaaffii guutuu sirritti hubachuu dhabuun sababa yeroo baay'ee barataan qoruumsa ittiin kufu keessaa isa tokkoo. Gaaficha hubachuun nutti ulfaatus, xiinxalliin ilaalanii gaaffiin maal akka jechuu barbaade hubachutu nurraa eeggama.) 🔍
Akka saaykooloojiin ibsutti kunniin sababa yeroo baay'ee barataan cimaan qoruumsa biyyoolessa ittiin kufuudha.
Barataan ati dadhabaa jettuun yommuu kanniin hubate qormaata dalaguun daran salphaa isaaf ta'a. ✅
Maarre Qubee Tutorial barattoota keenyaaf yaada kanniin hubannoo keessa galchuudhaan, barnoota bara 2019 bifa mijataa ta'een barsiisuuf harcaatii tokko malee qophii guutuu xumuree jira. Kanaafuu barataan kamis kana booda firii xaarii isaa akka argatuuf isin waliin akka jirruu fi deeggarsa barbaachisu hundaa akka isiniif goonu isin beeksisuu barbaadna.
➡️ Share wolii gochuun hiriyyoottan keessaniin wol dhageessisaa.
#qubeetutorial
╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖
⟣ 🎓 @QUBEETUTORIAL 🎓 ⟢

❤30🤝5💯4🥰2👏2🆒2🙏1👌1🫡1