QUBEE TUTORIAL CHANNEL πŸŽ“
13.3K subscribers
165 photos
20 videos
178 files
199 links
βœ…Barnoota kutaa 9-12 qulqullina qabu nu biraa ni argattu
Information guutuuf: website keenya https://qubeetutorial.courses ilaaluu ni dandeessu.
Youtube: https://www.youtube.com/@QUBEER-lg8wy
#Qubeetutorial #Qubeetutrial
Download Telegram
⚠️Hubachiisa⚠️

Yeroo galmaa'uuf riisiitii ergitan mallattoon ❌Unknown command❌ jedhu kan isinii dhufu yoo ta'e , haaluma footoo armaan olii irratti mul'ifamee jiruttu bakka /start jedhu tuquun san booda galmaa'uuf iddoo jedhu tuquun irra deebi'uun yaalaa.

Sababa kanaaf jecha barattoonni gariin qarshii ergitanii garuu riisiitiin keessan kan nu bira hin geenne.

Rakkoon akkanaa yoo isin muudate ammuma irra deebi'uun yaalaa. San booda riisiitiin keessan milkaa'inaan ergamuu barreeffamani mul'isu haala fotoo irratti mul'atu kanaan isin bira gaha.

πŸ“Έ @QUBEETUTORIAL πŸ“ΉQUBEETUTORIAL
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❀38πŸ™4
If radiations in the infrared, ultraviolet, and Ξ³-ray regions are given, which region has the highest and least energy per photon, respectively?
Anonymous Quiz
48%
A. Ξ³-ray – infrared
18%
B. infrared – Ξ³-ray
23%
C. ultraviolet – infrared
10%
D. infrared – ultraviolet
πŸ‘27❀8πŸ₯°5🀝5πŸ‘3πŸ™1
Channel photo updated
πŸ‘3❀1
QUBEE TUTORIAL CHANNEL πŸŽ“
Photo
Consider the following chart of general periodic properties in the periodic table. From the given periodic properties, which one CORRECTLY agrees with the periodic trend in the chart? (EUEE 2016)
Anonymous Quiz
16%
A. Electron negativity
16%
B. Electron affinity
16%
C. Ionization energy
52%
D. Atomic radius
πŸ‘45❀28πŸ‘7πŸ™5πŸ‘Œ1🀝1
Which of the following is not a manufacturing process used for the industrial production of sodium hydroxide (NaOH)?
i. Solvay process
ii. Castner–Kellner process iii. Loewig's process iv. Contact process v. Nelson diaphragm process
Anonymous Quiz
29%
A. i and iv
31%
B. ii and v
26%
C. iii and iv
15%
D. i and iii
❀22πŸ™14πŸ‘8πŸ‘Œ4πŸ’―2🀝2
A pressure applied to one point in an enclosed incompressible fluid is transmitted to all parts of the fluid without reducing in value. This is the principle of: (EUEE 2016)
Anonymous Quiz
16%
A. Bernoulli
15%
B. Continuity
54%
C. Pascal
14%
D. Archimedes
❀30πŸ‘13πŸ†’6πŸ‘Œ4πŸ‘2
A beaker with water resting on a scale weighs 40 N. A block suspended on a hanging spring weighs 20 N. The spring scale reads 15 N when a block is fully submerged in the water. What is the reading of the scale on which the beaker with water rests, while the block is submerged in the water after being detached from the hanging spring? (EUEE 2010)
❀18πŸ‘3πŸ‘2πŸ‘Œ2
❀22πŸ‘Œ6πŸ‘5πŸ™4🀝1
βœ… GRADE 12 PHYSICS UNIT 3

πŸ“Ή Viidiyoo guutuu gaafilee qormaata biyyoolessaa wajjiin isinii qopheessinee jirra.

⚠️Galmeen marsaa 2ffaa kan kutaa 12ffaa xumuramuuf yeroo muraasa qofatu hafe.

πŸ”– Galmaa'uuf ➑️ @Grade12registration12bot


πŸ“Έ @QUBEETUTORIAL  πŸ“ΉQUBEETUTORIAL
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❀32πŸ™6πŸ₯°4πŸ‘3πŸ‘1
πŸ”₯Akkam jirtu nagaa keessaniiπŸ”₯

βœ…Hedduun keessan bilbilaan nu dubbisuuf yaaltanii adda nu dhabdan ni beekna

βœ… Boru galgala(22/07/2018) irraa eegaltanii sa'aatii Galgala 1:30 hanga 2:30 tti nu bilbiluu ni dandeettu.

➑️ 0777203655
➑️ 0966860278


πŸ“Έ @QUBEETUTORIAL  πŸ“ΉQUBEETUTORIAL
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❀31πŸ‘7πŸ‘Œ4πŸ‘3πŸ₯°2🀝1
πŸ“±Bilbila kan nuu bilbiluu dandeettan guyyaa hundaa galgala sa'aatiiπŸ•‘:           
1⃣:3⃣0βƒ£βž–3⃣:0⃣0⃣

πŸ“Έ @QUBEETUTORIAL  πŸ“ΉQUBEETUTORIAL
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
🀝17❀7
πŸ˜”Breaking NewsπŸ˜”

⚑️Qabiyyeen qormaata entrance kan bara 2018 ifoomeera.

➑️Barattoonni Saayinsii Umamaa gosa barnoota:
βœ…English
βœ…Maths
βœ…SAT
βœ…Biology
βœ…Chemistry fi
βœ…Physics kan qoramtan yoo ta'u,

➑️Barattoonni Saayinsii Hawaasaa immoo gosa barnoota
βœ…English
βœ…Maths
βœ…SAT
βœ…History
βœ…Geography fi
βœ…Economics kan qoramtan ta'a.

πŸ“°Qabiyyee qormaatni keessan of keessatti hammatu:

➑️Saayinsii Umamaatiif:
1.  Qabiyyeen kutaa 10β€”12 guutumaan guututti curriculum harawa irraa baha
2. Qabiyyeen kutaa 9 iddoo curriculum haarawaa fi moofaadhaaf bakka wal fakkaataa ta'etu baha

➑️Saayinsii Hawaasaatiif:
1. Barnoota Economics qabiyyee barnootaa kutaa 10β€” 12 sirna barnootaa haarawaatiin qormaatamtu, kan kutaa 9 hin hammatu.
2. Barnoonni isaan hafan immoo Saayinsii Umamaatiin haala walfakkaataatiin qormaatamtu


πŸ“Έ @QUBEETUTORIAL  πŸ“ΉQUBEETUTORIAL
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❀36πŸ‘3
πŸ“°Akkam jirtu Maatii @QUBEETUTORIAL

⚑️Barattoota Kutaa 9β€”12 Hundaaf:

➑️Barnoota Biology qofa addatti barattoonni barachuu barbaaddan , galmeen Wiixata(28/07/2018) eegala.


πŸ“Έ @QUBEETUTORIAL  πŸ“ΉQUBEETUTORIAL
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❀18πŸ‘6πŸ₯°4πŸ‘Œ4
βœ…Barattoonni kutaa 9ffaa wantoonni isin argattan:

βœ…Barnoota Biology kutaa 9ffaa boqonnaa guutuu(1β€”6)
πŸ“ΉVideo,
πŸ“—Note fi
πŸ–₯Gaaffiilee entrance kan Video fi Note keessatti hojjatame ni argattu.

➑️Gatiin galmee qarshii 200 qofa

Hub: Kaffaltiin kan raawwatamu  yeroma tokko qofa
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
πŸ‘5❀1