D.Erdoogaan TurkiiπŸ‡ΉπŸ‡·
153 subscribers
107 photos
6 videos
3 files
96 links
Deeggartoota Rajab Xayyib Erdoogaan
Yaadaa fi gaafii yoo qabaattan karaa @didaoobot nu qunnamaa
Download Telegram
Forwarded from Jama'aa Muslimaa Torban Dachii (Double M βœŒπŸ’• M.M.Ks)
Ammee

JTD Damee Arsii Roobee Guyyaa har'aa Sagantaa Hubannoo Jama'aa Haawwotaaf kennaa oole sagantaa kanarratti Amiirri Walii galaa JTD A/Hakiim Namoo argamuudhaan muuxannoo guddaa kennaa oole.
Amiirri JTD akka jedhanitti Fulbaana dhufurraa eegalee Aanaa 7'n Diida'aa hunda irratti Sagantaan Barnoota Bu'uura Ibaadaa (BBI) yeroo walfakkaataa fi Mata duree walfakkaatadhaan barnoonni isiniif kennama jedhanii jiru Haawwonni Sagantaa kanarratti lakk hedduu ta'an kan hirmaatan yoo ta'u yaada deeggarsaa hedduu kaasa turnii jiru.

Odeeffannoo wal qabateen guyyama har'aa kana Sheekkolee ykn Barsiiftota sagantaa Da'awaa Haawwotaa irratti Ramadaman waliin sa'aatii 11:30 irraa eegalee hanga salaata magriiba marii bal'aa waliin taasisanii jiru
Xummura sagantaa kanaa irratti Amiira sagantaa Da'awaa Haawwotaa irratti nama 2 filatanii jiru isaanis

She Xaahir Dura Bu'aa Amiiraa
She Aliiyyii I/A/Amiiraa gochuun muudanii jiru

Gabaasni kan tajaajila oduu JTD ti
Lolli Addi Bilisummaa Uummata Tigraay Geggeessu Naannoree Birootti Babal’achuun Yaaddoo Uume Jedhu Xiinxaltoonni



 
πŸ‡ͺπŸ‡Ή And πŸ‡ΉπŸ‡·

Erdoogaan Itoophiyaa ni deeggaraa???

Turkii Akka Addunyaatitti Ameerika fi Chaaynatti Aantee Qabeenna guddaa Itoophiyaa keessa qabdi kanaaf jecha nageenni akka Itoophiyaa keessatti bu'u barbaaddi Ammas taananiin Turkiin Itoophiyaa deeggaruuf kan waada galte nagaa buusisuu irratti Gootichi Turkii Rajab Xayyib Erdoogaan akka jedhanitti Itoophiyaa keessatti nagaa buusisuudhaaf Araara Itoophiyaa fi Suudaan giddutti buusu irratti nan hojjadha jedhe

Karaa maraan PP’f hin taane. Raashiyaan isaan meeshaa waraanaatiin nu gargaarti jedhanii osoo shubbisaa jiran Raashiyaan ammoo mariin malee qofatu furmaata jettee jirti. Turkiinis akka eeggame gargaarsa meeshaa waraanaa waan gootuuf hin fakkaatu. Jaarsummaa taa’ee Suudaan waliin walitti isin araarsa jetti. Turkiin Suudaan keessaa fi Itoophiyaa keessaa investimentii guddaa waan qabduuf biyyoota kana keessatti rakkoon dhalatu qabeenya kiyya miidha jettee sodaa waan qabduuf malee addatti Itoophiyaa gargaaruuf waan yaadde hin fakkaatu.

@oromooGNN
Forwarded from LikeBot
Munshid Muhammad Awwal Saalah gara ganda Akhiraa godaane

Innaa Lillaahi Wa'innaa Ileeyhi Raaji'uun

Munshid Muhammad Awwal Saalah yeroo dheeraaf dhibee onnee kan dhukkubsataa ture yoo tahu, halkan edaa gara ganda akhiraatti godane.

Muhammad Awwal Saalah dhibee yeroo dheeraaf isarra ture kanaaf osoo harka hin kennatin Nashiidaawwaanii fi Muunzuumaawwan gorsa cimaa qaban qopheessee hawaasa Muslimaatiif dhiheessaa ture. Kana malees da'awaa fi qophiiwwan dhimma Islaamaa irratti yeroo hunda adda durummaan hirmaachuun beekama.

Sirni awwaalcha Muhammad Awol Saalah har'a waaree boda magaalaa Finfinnee iddoo qabrii Kolfetti kan raawwatamu tahuunis beekamee jira.

Muhammad Awwal Saalah'f Rabbiin haa araaraamu, Jannatul Firdowsiinis haa waffaqu. Maatii fi hawaasa Muslimaa bal'aaf ammoo sabrii haa kennu jenna @oromooGNN
Audio
Odeeffannoo JTD marsaa 17ffaa itti dhihaadhaa MB 17.6 qofa
Daqiiqaa 9:31 Odeeffannoo Gammachiisoo hedduu uf keessa qaba

Yaadaa fi Gaafi Yoo qabaattan karaa @didaoobot irraan Nuuf Barreessaa.
As wr wb

✍kabajamtoota fi hordoftootoota chanaala @Aamunnasri bagaa rabbin asiin nuu gahee


Alhmduliillaay jechaa

Nutiis fedhaa rabbittin barnootaa babareedoo ta'aniifi seenawaan garagaraa qabanne isiniif dhiihanee jirra isiinis gahee keessan bahadhaaπŸ‘‡

🌹Join ykn sheer godhaa mee ☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️


Chaanaali kuun waa heddu qabatee as deena jira inshaa alaah
πŸ‘Yoo xiqatee namnii tokko nama 20 itti afeeruu qaba

@Aamunnasri
@Aamunnasri
@Aamunnasri
@Aamunnasri
@Aamunnasri
Rakkina kee nama jaalattutti hin himatin hin gadda/gadditii

Nama si jibbuttis hin himin ni gammadaa/gammaddii

Garuu Rabbii keetitti himadhu Yeroo muraasatti furmaata argatt

Gorsa Hedduu Argattuu

πŸ’š JOIN πŸ’š Xuqaa

πŸ‘‰ Gorsa Akka Qorsaa πŸ‘ˆ
Kunis Gorsa

Waa 3 tola Hin Argamu

β™‘ Jaannata
β™‘ Jahaannam ykn ibidda
β™‘ Jaartii Gaarii

Waa 3 Yeroo kamuu toohannoo kee jalaa bahuu hin qabu

β—‹ Arraba Kee
β—‹ Amala Kee
β—‹ Fedhii Kee

Waa 3 Dhiisuu Qabda

● Abdii Kutachuu
● Badii Hojjachuu
● Nama Tuffachuu

Waa 3 ta'uuf Yaali

β˜† Amanamaa
β˜† Jaalatamaa
β˜† Beekaa

πŸ‘‰ Yoo argatte Badhaasa qabda waan Ati qabdu keessa waa 1 Hatuun hin dandahamu inni maalidha???

Deebidhaaf @didaoobot irraan Naaf barreessi

Linki πŸ‘‰ @Aamunnasri πŸ‘ˆ kana Hiriyyoota kee/tee affeeri

Carraa Gaarii Isiniif Hawwa
Forwarded from Arsii
Kunis Gorsa

Waa 3 Jabeeffadhu

1. Amantaa kee
2. Haadha fi Abbaa kee
3. Hadha warra ykn Abbaa warraa kee

Waa 3 akka si hin qabne eeggadhu

1. Koronaa
2. Jaalala Sobaa
3. Elektirikii

Waa 3 Ijaan hin Laalin

1. Aduu
2. Dubartii Ajnabaa
3. TV Qaanaa

Waa 3 Hin dhageeffatin

1. Nama Kijibaa
2. OBN
3. Sirba Teedii

Yoo Sitti Tole ❀️
Gaafi ykn Yaadaf ✍
Forwarded from Arsii
As Wr Wb

Anuu Siif Jedheeti
My Brother And Siste
Kennaa Ajaa'ibaa Ani Siif Fide kana Hin Tuffatinii Narraa Fudhu

Yoo Sodaatu Baatte Koottu Na FaanaπŸ‘‡
πŸ‘‡
πŸ‘‡
___β™‘_____[]
|_ |
\_\
\_\
\_\
\_\
\_\
|_|
/-/
/-/
/-/
/-/
/-/
/-/
|_| Hin Sodaatin
\_\
\_\
\_\
\_\
\_\
\_\
\_\
\_\
\_\
\_\
\_\
\_\
\_\
\_\
|_| Bira Gahuu
/-/ Kaane
/-/
/-/
/-/
/-/
/-/
/-/
/-/
/-/
/-/
/-/
/-/
/-/
/-/
\_\
\_\__________Suuta Jedhii JOIN
Gubbatti Utaali
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡