Forwarded from Mucsha TG
Oduu Ammee
Hanqina qur'aanaa JTD'n Damee Arsii Roobee jalatti kan argamu kan magaalaa Hindatoo ganda gammoojjii biduu baalaa fi biduu hulul furuudhaaf Waldaan Tola oolaa Diida'aa qur'aanaa firii 400 JTD dhaaf arjoomuu gabaasuun keenna ni yaadatama
Guyyaa 19/9/2013 walharkaa fuudhinsa kennaa kanaa bakka bu'aa waldaa Tola oolaa Diida'aa fi miseensa waldaa kanaa kan ta'e Saadiq Sh/manzaa Qur'aanaa firii 400 Amiira JTD Damee Arsii Roobee Yaassin Bahmuditti kennanii jiri
Sagantaa kanarratti kan argaman
Sh/Abdulmannaan Sh/Abdallaa Qur'aanaa firii 100 itti dabaluu akka hedan dubbatanii jiru

Forwarded from Jama'aa Muslimaa Torban Dachii (Double M โ๐ M.M.Ks)
Oduu Gammachiisaa JTD Damee Arsii Roobee Guyyaa 13/11/2013 jechuunis guyyaa Iida Al-Adaha sa'aatii 7:15 irraa eegalee hanga sa'aatii 9:40 tti Gammachuu Iidaa sababeeffachuun qophii bashannansiisoo fi Barsiisoo ta'an Galma Bulchiinsa Aanaa Roobeettii qopheessaa waan jiruuf jiraattonni Magaalaa Roobee fi Naannawa ishee hundumti keessanuu Akka irratti hirmaattan kabajaan isin beeksifnaa jedhan
Koreen Qindeessituu sagantichaa.
#JTD
Koreen Qindeessituu sagantichaa.
#JTD
AS WR WB
Har'a qofa qabdu
Oduu Gammachiisaa
Firoottanii fi hiriyyoottan keessan kanneen biyyaa keessaa fi biyya Alaa jiraniin Iid Mubaarak jechuu barbaaddu???
Marree Namoonni karaa Raadiyoo JTD tiin ergaa baga ittiin Isin gahee dabarfatuu barbaadu maraaf Ahlii fi firoottan akkasumas hiriyyoota keessaniin baga ittiin si gahe warri jechuu barbaaddan karaa ๐ @kadiirtunaa tiin sagalee fi karaa ๐ @Musa_mu tiin barreeffamaan ergachuu dandeettu yeroon ergaa keessan itti ergattan xummuramaa jira Nama tokkoof daqiiqaa 1 qofatu hayyamama.
Biyya feetanuu jiraattan ergaan keessan bahra qaxxaamuree nu bira gaha
Hub. Yeroo ergaa keessan ergattan maqaa fi biyya keessan himachuu hin irraanfatinaa
#Qopheessitoota Sagantaa Raadiyoo JTD
@JM7nD

ุนู ุงููุจู ๏ทบ ูุงู:
"ุฎูุฑ ุงูุฏุนุงุก ุฏุนุงุก ููู ุนุฑูุฉ . ูุฎูุฑ ู ุง ููุช ุฃูุง ูุงููุจููู ู ู ูุจูู: ูุง ุฅูู ุฅูุง ุงููู ูุญุฏู ูุง ุดุฑูู ูู ุ ูู ุงูู ูู ููู ุงูุญู ุฏ ููู ุนูู ูู ุดูุก ูุฏูุฑ."

Forwarded from Meryem Abdulmelik
Beeksisa
Hordoftoota Jama'aa Barattoota Muslimaa Aamunnasrii (JBMAN) hundaaf
Kabajamtoota hordoftaata Jama'aan Barattoota Muslimaa Aamunnasrii kan taataan akkuma beekamu JBmAN sababa M/B cufateef jama'aan keenyas hojii idilee isaa cufuun isaa ni beekama
Kanaaf amma dhamsii jiru Kitaabbiin Jama'aa fi akkasumas qabeenya jama'aa isin bira jiru kamuu akka ofirraa galchitan kabajaan isin Gaafanna
Kanaaf Namni kamiiyyuu yaamicha isiniif godhame kana Awwaattani akka ofirraa galchitan akkasumas hiriyyoota keessanis ergaa kana biraan nuuf geettanii akka irraa nuu fiddan irra deddeebinee kabajaan isin gaafanna
Lakk.Bil. 09 86 87 45 25 kaa shamsaddiin
09 02 28 87 99 kaa maryami
Yoo bilbilli isin dide
Maqaa , M/B , Kutaa keeti fi Maqaa wabii keetii barreessitee Biiroo JTD Damee Arsii Roobee kaahuu ni dandeettu.
@Aamunnasri

Ammee
JTD Damee Arsii Roobee Guyyaa har'aa Sagantaa Hubannoo Jama'aa Haawwotaaf kennaa oole sagantaa kanarratti Amiirri Walii galaa JTD A/Hakiim Namoo argamuudhaan muuxannoo guddaa kennaa oole.
Amiirri JTD akka jedhanitti Fulbaana dhufurraa eegalee Aanaa 7'n Diida'aa hunda irratti Sagantaan Barnoota Bu'uura Ibaadaa (BBI) yeroo walfakkaataa fi Mata duree walfakkaatadhaan barnoonni isiniif kennama jedhanii jiru Haawwonni Sagantaa kanarratti lakk hedduu ta'an kan hirmaatan yoo ta'u yaada deeggarsaa hedduu kaasa turnii jiru.
Odeeffannoo wal qabateen guyyama har'aa kana Sheekkolee ykn Barsiiftota sagantaa Da'awaa Haawwotaa irratti Ramadaman waliin sa'aatii 11:30 irraa eegalee hanga salaata magriiba marii bal'aa waliin taasisanii jiru
Xummura sagantaa kanaa irratti Amiira sagantaa Da'awaa Haawwotaa irratti nama 2 filatanii jiru isaanis
She Xaahir Dura Bu'aa Amiiraa
She Aliiyyii I/A/Amiiraa gochuun muudanii jiru
Gabaasni kan tajaajila oduu JTD ti

Lolli Addi Bilisummaa Uummata Tigraay Geggeessu Naannoree Birootti Babalโachuun Yaaddoo Uume Jedhu Xiinxaltoonni
๐ช๐น And ๐น๐ท
Erdoogaan Itoophiyaa ni deeggaraa???
Turkii Akka Addunyaatitti Ameerika fi Chaaynatti Aantee Qabeenna guddaa Itoophiyaa keessa qabdi kanaaf jecha nageenni akka Itoophiyaa keessatti bu'u barbaaddi Ammas taananiin Turkiin Itoophiyaa deeggaruuf kan waada galte nagaa buusisuu irratti Gootichi Turkii Rajab Xayyib Erdoogaan akka jedhanitti Itoophiyaa keessatti nagaa buusisuudhaaf Araara Itoophiyaa fi Suudaan giddutti buusu irratti nan hojjadha jedhe
Karaa maraan PPโf hin taane. Raashiyaan isaan meeshaa waraanaatiin nu gargaarti jedhanii osoo shubbisaa jiran Raashiyaan ammoo mariin malee qofatu furmaata jettee jirti. Turkiinis akka eeggame gargaarsa meeshaa waraanaa waan gootuuf hin fakkaatu. Jaarsummaa taaโee Suudaan waliin walitti isin araarsa jetti. Turkiin Suudaan keessaa fi Itoophiyaa keessaa investimentii guddaa waan qabduuf biyyoota kana keessatti rakkoon dhalatu qabeenya kiyya miidha jettee sodaa waan qabduuf malee addatti Itoophiyaa gargaaruuf waan yaadde hin fakkaatu.
@oromooGNN