AS WR WB
Oduu Gammachiisaa
Firootaa fi hiriyyoota keessan kanneen biyyaa keessaa fi biyya Alaa jiraniin Iid Mubaarak jechuu barbaaddu???
Marree Namoonni karaa Raadiyoo JTD tiin ergaa baga ittiin Isin gahee dabarfatuu barbaadu maraaf Ahlii fi firoottan akkasumas hiriyoiota keessaniin baga ittiin si gahe warri jechuu barbaaddan karaa 👉 @kadiirtunaa tiin sagalee fi karaa 👉 @Musa_mu tiin barreeffamaan ergachuu dandeettu yeroon ergaa keessan itti qeeballu xummuramuu ka'ee jira yeroon keessan dhumaruu ka'e nama tokkoof daqiiqaa 1 qofatu hayyamama.
Biyya feetanuu yoo jiraattan ergaan keessan bahra qaxxaamuree nu bira gaha
#Qopheessitoota Sagantaa Raadiyoo JTD
@JM7nD

#ODUU_AMMEE
Sagantaan Ifxaaraa guyyaa kaleessa gaggeeffamuuf karoorfame gufate ture bor Caamsaa 03/2013 bakkuma duraan gaggeessuuf karoorfame (addabaabayii Masqalaatti) akka gaggeeffamu ibsame.
"Sagantaan Ifxaaraa kaleessaa dhorkamee bakkuma sila karoorfameetti bor Caamsaa 03/2013 baasii guutuu mootummaadhaan qaama nageenyaatiin kabajaan eegamaa sa'a 10 irraa kaasee ni godhama. Tokko taanee yoo waliin dhaabbannee gaaffilee keenyas akkasuma deebisiifna." ~ Ustaaz Ahmaddiin Jabal
@oromooGNN

🛑Iid Mubaarak!
Baga ayyaana Iid al-fixrii bara 1442tiin nuun gahe!
Taqabbalallaahu minnaa waminkum Saalihal a'amaal

Forwarded from Gorsa Akka Qorsaa (Double M ✌💕 M.M.Ks)
Jawwee koo maal siif ta'u achumatti EID MUBARAK marti keessanuu
JTD Damee Arsii Roobee guyyaa har'aa hojii addaa hojjatee jira dargaggoo fi shamara muslimaa iida sababeeffachuudhaan mana suura,mana jimaa , eddoo bashannanaati fi boota hin taanetti argaman tokko tokkoon irra deemudhaan Aklaaqa gaaridhaan gorsaa oolanii jiru eddoo dhaqan marattuu gammachuudhaan gorsa isaanii irraa fudhachuudhaan eddoo kanatti lammata hin deebinu jechuun waadaa galaniifii jiru
Hirmaattonni sagantaa kanaa
1.Yaassin Bahmud
2.Ziyaad Turee
3.Keeyraddiin Muhaammad
4.Kadiir Tunaa
5.Musa Muhammad
JM7'nD Jaarmaya Islaamaaf qabsaahu
Hirmaattonni sagantaa kanaa
1.Yaassin Bahmud
2.Ziyaad Turee
3.Keeyraddiin Muhaammad
4.Kadiir Tunaa
5.Musa Muhammad
JM7'nD Jaarmaya Islaamaaf qabsaahu
Kunis Gorsa
Jechaafis Gochaafia ta'ee kamiifuu iddoo hin kennuu
Ati hamma feetes gaarii namaa taatu ilmi namaa waan siin jedhu hin dhabu kanaafu ati Namarraa waan gaarii hin eegin ufuma keetif gaarii ta'i
.
.
.
Itti fufa
@Aamunnasri

Forwarded from @Erdoogaa_turkiibot
🌹Dursa Argii yoo feete Jaaladhu yoo feete Jibbi
Odeeffannoo qabatamaa fi Gorsa babbareedoo argachuuf 👇 sii filadhee jira.

Forwarded from Mucsha TG
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
Sagantaan keennaa Qur'aanaa kanarratti
👉 Waliin dubbii Musa Muhaammad Sh/Abdulmannaan Sh/Abdallaa waliin taasise.
👉 Waliin dubbii Musa Muhaammad Sh/Abdulmannaan Sh/Abdallaa waliin taasise.
Forwarded from Mucsha TG
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
👉 Waliin dubbii Musa Muhaammad Saadiq Sh/manzaa fi Amiira JTD Damee Arsii Roobee kan tahe Yaassin Bahmud waliin taasise.
Forwarded from Mucsha TG
Oduu Ammee
Hanqina qur'aanaa JTD'n Damee Arsii Roobee jalatti kan argamu kan magaalaa Hindatoo ganda gammoojjii biduu baalaa fi biduu hulul furuudhaaf Waldaan Tola oolaa Diida'aa qur'aanaa firii 400 JTD dhaaf arjoomuu gabaasuun keenna ni yaadatama
Guyyaa 19/9/2013 walharkaa fuudhinsa kennaa kanaa bakka bu'aa waldaa Tola oolaa Diida'aa fi miseensa waldaa kanaa kan ta'e Saadiq Sh/manzaa Qur'aanaa firii 400 Amiira JTD Damee Arsii Roobee Yaassin Bahmuditti kennanii jiri
Sagantaa kanarratti kan argaman
Sh/Abdulmannaan Sh/Abdallaa Qur'aanaa firii 100 itti dabaluu akka hedan dubbatanii jiru