Kolfuuf jedheen kolfa kolfamuuf hin malle
Bohuuf jedheen, Boohicha Bohamuuf hin malle
Ciniinnadheeman itti fakkeessuuf yaale
Ilkaanifi Imimmaan wal caale
Miira Gaddaa fi Gammachuu wal lole
Baasee Dubbachuuf hin wallaalle
Bitaafi Mirgattin madaale, malee..
Dhugaatti karaan Dheeratullee
Sobnis hammam yoo of tuule illee,
Kijibaafi Haqa facaaseen gale,
Dharri Dhoramee, Haqni Biqile.
Dhugaan lakkuu dhalee
Sobni maseenee gale.

HIMOOTA MIMMIIDHAGOO
1⃣ waanti walitti hirkachuun dhaabbatu, hirkoon isaa tokko jalaa fuudhamnaan jiguun isaa hin oolu.😜
2⃣ Hamuummannaan garmalee, Huuba qoonqoo mullisa.😫
3⃣ Hanga waanta dhaggeeffattu qabdutti Callisi.🤐
👉❤️💚❤️ @OROSKETCH ❤️💚❤️

@OROSKETCH
GAAFFII FI DEEBII
1⃣ Hamma utuu Baalli Qarshii taheeti, Investirooti Bebbeekamoon eenyu fahi?????
2⃣ Namni Bakakkaa buhaa jiru qabe maal badhaafama?????
3⃣ Akkaataa uffannaa yeroo ammaa kana Addhunyaa irratti baayyachaa jiru kan kan eegale eenyu????

Forwarded from Deleted Account
Dhiisimee...
Fafakkeessaa turuuke
Qilleensa jaalalaa
Agartuu sobaatin
Onneeko ilaalaa
Dhungannaa bofaa
Summii arraba jalaa
Waadaa kijibaa
Kakaa mukaafi baalaa
Amanamtuu afaanii
Gochaadhaan faallaa
Callisanii dhiisnaan
Dubbiitti situ caalaa
Dhiisimee....
Harki wal caalaa?
Fafakkeessaa turuuke
Qilleensa jaalalaa
Agartuu sobaatin
Onneeko ilaalaa
Dhungannaa bofaa
Summii arraba jalaa
Waadaa kijibaa
Kakaa mukaafi baalaa
Amanamtuu afaanii
Gochaadhaan faallaa
Callisanii dhiisnaan
Dubbiitti situ caalaa
Dhiisimee....
Harki wal caalaa?
Boojituu Onneeko
Uumamaan kalaqamtee
Simboo addaa qabdi
Waan hundaan bareechee
Tolchee uume rabbi
Sabboontuu sanyiiko
Duudhaa kan eeggattu
Qarree intala oromoo
Mirgaaf kan qabsooftu
Afaan ormaa miti
Qooqa isheen kan boontu
Uffata aadaatiin faayyamtee
Abaaboo birraa fakkattu
Dubbannaan sagaleshee
Gurratti kan miyaa'u
Kuullee, ilkaan kaarruu
Shurrubbaan duddarra ga'u
Maddiin burtukaana
Mudhii hammannaaf ta'u
Bareedduu waan maraa
Argaakeef garaan na na'u
Sin dhiisu, na hin dhiisin
Qarree sanyiiko
Intala abbaa Gadaa
Boojituu Onneeko
#Dawite_Makonnen
Uumamaan kalaqamtee
Simboo addaa qabdi
Waan hundaan bareechee
Tolchee uume rabbi
Sabboontuu sanyiiko
Duudhaa kan eeggattu
Qarree intala oromoo
Mirgaaf kan qabsooftu
Afaan ormaa miti
Qooqa isheen kan boontu
Uffata aadaatiin faayyamtee
Abaaboo birraa fakkattu
Dubbannaan sagaleshee
Gurratti kan miyaa'u
Kuullee, ilkaan kaarruu
Shurrubbaan duddarra ga'u
Maddiin burtukaana
Mudhii hammannaaf ta'u
Bareedduu waan maraa
Argaakeef garaan na na'u
Sin dhiisu, na hin dhiisin
Qarree sanyiiko
Intala abbaa Gadaa
Boojituu Onneeko
#Dawite_Makonnen
GAAFFII...??????
Kaleessas harras
Baruma baraan gaaffii
Yoomi laata guyyaan
Arganna aara galfii
Ilmoon waraabessaa
Hin dhiisne tuffii
Jabaadhu wabo ko
Qabsoo itti fufii
#Dawite Makonnen
Kaleessas harras
Baruma baraan gaaffii
Yoomi laata guyyaan
Arganna aara galfii
Ilmoon waraabessaa
Hin dhiisne tuffii
Jabaadhu wabo ko
Qabsoo itti fufii
#Dawite Makonnen
QEERROO FI QARREE OROMOO
gabrummaa keessatti dhalannee gabrummaa keessatti guddannee
gabrummaa keessatti hin duunu
we deserve BILISUMMAA
❤️💚❤️
@oromomusic
@finfinnee
@orolyanatech
@waanhaarawa
@lammiif
@oromotech
@jirrasport
@afanoromo
@orosoft
https://t.me/qeerroofqarree

Telegram
QEERROO FI QARREE OROMOO
Link kana irratti nu hordofaa https://bit.ly/2VPKn39
@batumedia www.batumedia.net
@batumedia www.batumedia.net
Forwarded from Media Ko
MAALUMMAA IRREECHA.
-----------------------------------------
🌹Irrechi hiika heddu qabaatus hiikniisaguddaan
#GALAATA_WAAQAYYOO/thanks giving day jechuudha.
Irrechi waggatti yeroo lama gaggeefamuudha.(irrecha malkaa fi tullu)
🌹Irrechi malkaa gubaa masqaala booda kan rawwaatamuudha.kunis gannaa guraacha kessa bahanii gamtaa waaqa isaanii #galateefachuuf kan rawwaatamuudha.
Ayyanni irrecha guyyaa gammachuuti,guyyaa waaqa kadhaanna fi galaateffanaati.
🌹Kaayyoon kabaja ayyaana irrecha inni guddaan waaqa #galaateefachuu fi imaana waaqa irra #buulfachuudha.
@JIRRA_JIRTU @JIRRA_JIRTU