Biiroo Barnootaa Oromiyaafi 'Ethio telecom'
SMART EDUCATION
#EmpoweringEducationThroughCutting_EdgeTechnology.
https://youtu.be/7a-p0Ppy4WY?si=mkRLVAm-IormJUXM

YouTube
Biiroo Barnootaa Oromiyaafi 'Ethio telecom' SMART EDUCATION
Biiroo Barnootaa Oromiyaafi 'Ethio telecom'
SMART EDUCATION
#EmpoweringEducationThroughCutting_EdgeTechnology.
Biiroo Barnootaa Oromiyaafi 'Ethio telecom'
SMART EDUCATION
#EmpoweringEducationThroughCutting_EdgeTechnology.
SMART EDUCATION
#EmpoweringEducationThroughCutting_EdgeTechnology.
Biiroo Barnootaa Oromiyaafi 'Ethio telecom'
SMART EDUCATION
#EmpoweringEducationThroughCutting_EdgeTechnology.
βQormaata_Kutaa_6ffaafi_8ffaa Naannoo Oromiyaa #Guyyoota_60_Qofatu_Hafe
----------
BBO - Bitootessa 26/2016 Qormaatni Naannoo Oromiyaa kutaa 6ffaafi 8ffaa bara 2016 kennamu Gosoota Barnootaa Qormaatni Irraa Qophaa'e:
A - #Kutaa_6ffaaf
----------------
Qormaatni kan qophaa'u barnoota kutaa 6ffaa irraa qofa yoo ta'u, isaanis;
1.Afaan Oromoo/Amaariffa
2. Afaan Ingilizii
3.Herrega
4.Saayinsii Naannoo
5. Barnoota Gadaa 50%fi i Safuu 50%
#Guyyaan_Qormaata_kutaa_6ffaa
#Caamsaa 26-30/2016, ji'oota 2 ykn Guyyoota 60 qofatu hafe.
B- #Kutaa_8ffaaf
-----------------
Qormaatni kutaa 8ffaa kan qophaa'u barnoota kutaa 8ffaa irraa qofa yoo ta'u, Gosootni Barnootaas;
1-Afaan Oromoo/Amaariffa
2-Afaan Ingilizii
3- Herrega
4- Saayinsii Hawaasaa
5- Saayinsii Waliigalaa
6- Barnoota Gadaa 50%fi Lammummaa 50% ta'a.
#Guyyaan_Qormaataa_immoo #Waxabajjii 03-07/2016, ji'a lamaafi guyyoota 8 qofa ykn #Guyyoota_68_qofatu_hafe.
Kanaafuu, Barattootnifi Barsiisotni keenya akkasumas, Maatiim Barattootaa ji'oota lamaan hafan kana barattootni gara hundaan qormaataaf akka qophaa'an gargaarsi barbaachisu haa taasifamu kan jedhu dhaamsa keenya ta'a.
BBO
π Exam Questions π - https://t.me/oeb_book_store

βWaldorgommiin Falmii Dhaddachaa Barattoota Manneen Barnootaa Sad.2ffaa Gidduutti Gaggeeffame.
@@@@@@@@@@@@@@@@@
BBO Ebla 12/2016 Waldorgommiin Falmii Dhaddachaa Barattoota Sad.2ffaa akka naannoo Oromiyaatti gaggeeffame.
Waldorgommiin dhaddachaa kun yeroo 4ffaaf akka biyyaatti kan gaggeeffamu yammuu ta'u, barattoonni manneen barnootaa gara garaa irraa walutti bahan abbootiin seeraa bakka argamanitti walfalmiin gaggeeffamee jira.
#KAAYYOON_WALFALMII;
#Barattoonni Hubannaa_Mirga namoomaarratti akka qabaatan waan isaan gargaaruuf
#Haqa Ce'umsaa akka biyyaatti jalqabame hubannaa uumuun rakkoon karaa nagaan akka hiikamuuf shoora isaanii hawaasa keessatti akka taphataniif kan isaan gargaaru ta'uu Yoo ta'u;
Sagantaa Falmii Dhaddachaa kana Hog. I/ A/ BBO Dr.Galaanaa W/Mikaa'eel jalqabsiisaniiru. Barattoonni waa'ee mirga namoomaa, Waa'ee seeraas, Seerri yoo cabe yaada ofii ifaafi bilisaan dhiyeeffachuun akkamiin akka danda'amu hubanaa gahaa ta'e akka qabaatan isaan gargaara.
Akkasumas hojiin xiyyeeffannoo barattootaa #Saayinsiifi_Teekinoloojii qofa osoo hintaane gama seeraanis xiyyeeffachuu akka qaban ibsaniiru.
BBOtti Ogeessi Qophiifi Hojiirra Oolmaa Sirna Barnootaafi Qindeessaa Sagantaa Walfalmii Dhaddachaa Obbo Marajjeen Mokonnon barattoonni falmii gaggeessan kun gahumsa isaaniifi ofitti amantummaa isaanii daran akka dabaluuf ibsaniiru. Akkasumas gama seeraafi haqaanillee cimanii akka bahan gochuuf kan gargaaru ta'uu himaniiru.
#Akka walii galaatti Waldorgommiin kun dorgommiirra darbee barattoonni dhimma mirga namoomaarratti kan xiyyeeffatu waan ta'eef dhugaa baasuurratti Ce'umsa Haqaa biyyi keenya irratti hojjetaa jiru hawaasaafi hawaasa gidduutti rakkoo yeroo gara garaa uumamuuff mootummaafi hawaasa gidduutti hariiroo cimaan akka uumamuufis shoora guddaa taphata.
FOLLOW US OUR OFFICIAL
https://www.facebook.com/biiroobarnootaaoromiyaa

βSirna Barnootaa Haaraa Hojiirra Oolchuu Keessatti Gaheen Hooggansa Manneen Barnootaafi Supparvaayizarootaa Ol'aanaadha
&&&&&&&&&&&&&&&&&&
BBO Ebla 18/2016 Leenjii Marsaa 4ffaa Hooggansa Manneen Barnootaa Sad.2ffaafi Supparvaayizarootaa Godinaale Lixaaafi kaaba lixa oromiiyaa (Wallaggaa afran,#Iluu Abbaaboor_Bunnoo_Beddellee #Jimmaa_
Shawaa lixaafi #Shawaa_Kibba_Lixaa) irraa dhufan Waliigala hirmaattoota 455 ta'aniif kennamaa jiru irratti ergaa darbe
Leenjicha Hooggantuu Itti Aantuu BBO #Aadde #Habiibaa_Mohaammad jalqabsiisaniiru.
Hojiirra olmaa sirna barnootaa Gahumsa bu'ureffateefi hojiirra oolmaa keessatti Gahee hoggantoota manneen barnootaa jedhu irratti
maanuwaalii qophaa'e irratti leenjichi kan kennamaa jiru yoo ta'u; #Hooggantoonni leenjii leenjistootaa fudhataa jiran muuxannoo, #beekumsaafi_dandeettii qaban irratti dabaluun hawaasa manneen barnootaa biraan akka gahan, akkasumas sirni barnootaa haaraa kun hojii daree keessatti barachuu barattootaan bu'aa galmaa'uun kan milkaa'u waan ta'eef itti gaafatamummaa dachaa akka qaban Aadde Habiibaan leenjitootaaf dhaamaniiru.
#BBOtti Daayirektarri Qophiifi Hojiirra Oolmaa Sirna Barnootaa Obbo Darajjee Taaddasaa leenjitoonni maanuwaalii irratti leenji'aa jiran itti gaafatamummaa dachaa isaanirra jiru akkaataa karoora qophaa'een sirni barnootaa kun gochaan deeggaramee bifa bu'aa buusuu danda'uun daree keessatti hordoffii walirraa hincinne taasisuu akka qaban, beekumsaafi dandeettii barsiisotaa hordofuun deeggarsa ogummaa gochuu akka qaban dhaamuun,
#HOJIIN XIYYEEFFANNOO ISAANII
#Barsiisonni karoora barannoo sirna barnootaa gahumsa bu'uureffate qixa barbaadamuun akka qopheeffatan taasisuu,
#Mala gocha bu'uureffateefi dammaqinaan barattoota hirmaachisuu fayyadamanii akka barsiisaan taasisuun,
#Iyyaafannoo_sirrummaa fi haqa qabeessuummaan isaa mirkanaaβe akka qopheesaniifi
#Akka hoggansa_barnootaatti hojii ijoo manneen barnootaa kan ta'ee
''#Barachuu_Barattootaaf '' xiyyeeffannaa olaanaa kennuun sirni barnootichaa hojjiirra akka oolu gochuun hooggansa leenjii fudhatan irraa akka eggamu Obbo Darajjeen dabalataan ibsaniiru.

#Oduu_Gammachiisaa!
Inistiitiyuutiin Seena Qabeessa Ta'e, Murtee Seena Qabeessaan Hundeeffame.
-----------
BBO-Ebla 18/2016 Seenaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa keessatti yeroo jalqabaatiif Instiitiyuutii Qorannoo, Saayinsiifi Teeknooloojii Shaggar akka hundaa'u kaabineen Mootummaa Naannoo Oromiyaa sagalee guutuuun mirkaneesseera.
Inistiitiyuutiin Qorannoo, Saayinsiifi Teeknooloojii Shaggar akka hundaa'u qorannoo yeroo dheeraa kan gaggeessa tureefi murteef mootummaatti dhiheesse Biiroon Barnootaa Oromiyaa mirkanaa'uu Inistiitichaa milkaa'ina ummata keenyaa akka ta'e ibsuun gammachuu isaanitti dhagahame dubbataniiru.
Inistiitiyuutiin Qorannoo, Saayinsiifi Teeknooloojii Shaggar (IQSTS) fedhii misoomaa hawaasni keemya qabu irratti hundaa'uun;
- Barattootni qaxaleen, kennaa addaa qabaniifi kalaquu danda'an,
-Rakkoo Hawaas-dinagdee qorannoon furuuf,
- Cehumsa beekumsa, saayinsiifi teeknooloojii ariifachiisuuf.
- Humna namaa qorannoo, saayinsiifi teeknooloojiin gahumsa olaanaafi naamusa gaarii qaban horachuuf.
- Haala qabatamaa yeroo ammaa addunyaan hawaas-dinagdee, siyaasaafi teeknooloojiin geesse hubachuun lammiilee keenya giddu gala tokkotti walitti fiduun humna namaa qorannoon, teeknooloojiifi saayinsiin, akkasumas kalaqaan gahumsa qabuufi rakkoo hawaasa keenyaa hiikuu danda'an horachuuf akka naannoofi biyya keenyaatti kan gargaaruudha.
IQSTS kan hojjatus dameewwan;
#Akkaadaamii
#Qorannoofi_Qo'annoo #Kalaqaafi_Inkubeeshinii irratti hojii kan jalqabu ta'uun beekameera.
Inistiitiyuutiin kun haala qabatamaa biyya keenyaafi idil addunyaatti kan qophaa'e yoo ta'u, biyyoota addunyaa muuxannoo qaban waliin qindoominaan hojjachuun dhaloota rakkoo naannoo keenyaa furan kan gahoomsuufi Inistiitiyuutii hojiin isaa rakkoo furuu danda'u jedhamee eegama.
#Dhalootni_Qorannoon_Saayinsiifi_Teeknooloojiin_qaroome_badhaadhina.......See more

Facebook
Log in or sign up to view
See posts, photos and more on Facebook.
#Oduu_Hatattamaa!
---------------
Ebla-21/2016
#Qormaatni_Biyyoolessaa_Kutaa_12ffaa_Bara_2016 Waraqaafi 'Online'niiin kennamuun kan beekame yoo ta'u,
#Adoolessa 3-5/2016 Saayinsii Hawaasaafi
#Adoolessa 9-11/2016 Saayinsii Uumamaatiif kan kennamu ta'uun ibsameera.
#Barattootni_Qormaata_Waraqaan Ykn Hard Copy'n fudhatan;
#1_Barattootni_Saayinsii_Hawaasaa Waxabajjii 30 - Adoolessa 01/2016,
#2_Barattootni_Saayinsii_Uumamaa immoo.
Adoolessa 6-7/2016tti gara Yunivarsiitii itti qoratamanitti kan galan ta'uu,
dhaabbatni Tajaajila Madaallii Barnootaafi Qormaataa Biyyoolessaa beeksiseera.
#Hubachiisa:- Manneen Barnootaa Online Qormaata fudhatan kanneen armaan gadii yoo ta'an. kan hafan immoo.........See More
https://www.facebook.com/100048758598453/posts/pfbid036rE1e2RKtSbHMkqXHowBFMSY7GNCSZvufmDamVWrcxeBVS8otatpzU6yf4rm64Epl/?app=fbl

Biiroo Barnootaa Oromiyaa
#Oduu_Hatattamaa!
---------------
Ebla-21/2016
#Qormaatni_Biyyoolessaa_Kutaa_12ffaa_Bara_2016 Waraqaafi 'Online'niiin kennamuun kan beekame yoo ta'u,
#Adoolessa 3-5/2016 Saayinsii Hawaasaafi...

β24/08/2016
#Hatattamaan_Haa_Raawwatu!
Waajjira Barnotaa #Godinaalee_21fi Waajjira Barnootaa #Magaalotaa_23 tiif
B.J.
----------------
#Lafa_Mana_Jireenyaa_Barsiisotaa yeroo gabaabaa keessatti akka kennamuuf Bul. Mootummaa Naannoo Oromiyaa Qajeelfama dabarsee ture irratti hundaa'un Magaalotni muraasni qajeelfama mootummaa kabajuun kan raawwatan yoo ta'u, magaalotni hedduun ammas rincicaa jiru.
Kanaafuu, Waajjirri Barnootaa Godinaalee 21fi Waajjirri Barnootaa Bul. Magaalota 23 dhimma kan qaama dhimmi ilaalu waliin ta'uun hordoffii wal irraa hin cinne taasisuun akka raawwachiistan xalayaan isin gaheera.
π You Tube Official π - https://www.youtube.com/@Oromiaeducationbureau. |
π Facebook Official π - https://www.facebook.com/biiroobarnootaaoromiyaa/
π New curriculum π - https://t.me/oeb_book_store

β#HUBANNOOn Hammattoo Bu'uuraalee Qulqullina Barnootaa (Education Quality Foundation Framework) Irratti Qabnuu #Gochaan_Mul'isuu_Qabna.
----------------------
BBO- 28/08/2016 Biiroon Barnootaa Oromiyaa Qulqullina Barnootaa mirkaneessuuf hoggansa, ogeeyyii barnootaafi barsiisotaaf #Hammattuu_Bu'uuraalee_Qulqullina_Barnootaa irratti dabareen leenjisuun hanga manneen barnootaatti caasaa gad diriirsuun ni yaadatama.
Bu'uuraaleen Qulqullina Barnootaa kan jedhaman 4 yoo ta'an, afranuu kan #addaan_bahuu_hin_dandeenyefi_walitti_hidhannaan qabanis daran cimaa ta'uurraa kan ka'e wal deeggaranii kanneen dhaabbataniidha , isaanis;
#1_Ciicata/Galtee (Input)
#2_Adeemsa (Proccess)
#3_Bu'aa (Output)
#4_Hordoffiifi Deeggarsa (Follow Up & Support)
#1_Ciicata :- Ciicata jalatti kanneen irratti hojjatamuu qaban:
#Barataa Barnootaaf Qophaa'aa ta'e,
#Barsiisaa gahumsa qabu,
#Sirna barnootaa gahumsa irratti hundaa'ee(competency based curriculum) qophaa'e
#Manneen Barnootaa istaandardii guutan,
#Hoggansa gahumsa qabuufi
#Qabeenya MB, humna namaa gahaa qabuufi galii keessoo gahaa qaban waan ta'aniif dhimmoota kanneeniifi kkf guuttachuu hoggansiifi ogeessi barnootaa hunduu xiyyeeffannoon irratti hojjachuu qabu.
#2_Adeemsa:- Bu'uurri lammaffaan adeemsa yoo ta'u, adeemsi baruu-barsiisuu ciicata argaman kanneen haalaan itti fayyadamuuf
#Mala baruu- barsiisuu gahumsa irratti hundaa'een(competency based methodology) fayyadamuu,
#Qooda fudhattoota barnootaa; maatii barattootaa, hawaasa, qaamolee mootummaafi GTB hirmaachisuu,
#Hira daree- barataa adeemsa baruu- barsiisuuf mijataa ta'e uumuun qulqullina barnootaa mirkaneessuuf daandii sirrii agarsiisuu ta'a.
#3_Bu'aa:- Bu'uurri 3ffaan bu'aa yoo ta'u,
#Dubbisuu, Barreessuufi Shallaguu barattootaa irratti hojjachuun gahumsa uumeefi
#Qormaata kutaa, Naannoonoofi Biyyoolessaa irratti argaman, bu'aa yeroo gabaabaafi dheeraatiin adda baasuu irratti hojjachuudha
#4_Hordoffiifi_Deeggarsa:- Utubaan 4ffaan hordoffiifi deeggarsa yoo ta'u,
#Duub_deebii sadarkaa bu'aatti mul'atan qaaccessuun rakkoowwan adda baasuun furmaata kaa'aa adeemuu ta'a.
#Hub :- Bal'ina yaada hammattoo kanaa sanada leenjii irraa ilaaluu ni dandeessu!
#Bu'uuraalee/utubaalee/ qulqullina barnootaa ittiin mirkaneessuuf hojjatamaa jiru kana biiroo irraa eegalee hanga waajjiraalee barnootaa godina/bul. Magaalaafi aanaa hoggansifi ogeeyyiin barnootaa, dura bu'ootni MB barnootaa, Supparvaayizarootni barnootaa, Koreen GMB, BBLGfi GTB hundi #hubannoo guutuu argatan/ qabaatan qofa galma gahuu akka danda'an beekamaadha.
Kanuma bu'uura gochuun BBOn yeroo adda addaatti hawaasa barnootaa armaan olitti maqaan ka'e dabaree dabareen leenjii kennaafii tureera.
Leenjii kenname irratti hundaa'uun hojiitti jijjiiruuf kanneen carraaqan akkuma jiran, kanneen yaalaa hinjirres hedduun jiraachuun isaanii mul'ataniiru.
Kanaafuu, qulqullina barnootaa dhugoomsuuf biirooniifi mootummaan keenya xiyyeeffannaan hojjataa jiru galmaan gahuuf hunda dura hawaasni barnootaa hundi Hammattoo Bu'uuraalee Qulqullina Barnootaa (Education Quality Foundation Framework) hubachuufi hojiirra oolchuuf gahumsa qabaachuun barbaachisaadha.
#Sanada_Hammattoo Bu'uuraalee/Utubaalee/ Qulqullina Barnootaa yeroo yeroon leenjiin irratti kennamaa ture kunis qorannoofi kuufama muuxannoo yeroo dheeraa irratti hundaa'uun rakkoo barnootaa naannoofi biyya keenyaa ni fura jedhamee kan qophaa'eefi yaada hayyoota adda addaafi ogeessota barnootaa muuxannoo olaanaa qabaniin kan mirkanaa'edha.
Walumaa galatti, dhalootni haaraan barnoota qulqullina qabu akka argatan, gahumsa horachuun sadarkaa addunyaatti dorgomtoota ta'anii akka bahaniifi saayinsiifi teeknooloojiin misooman gargaaruuf #Hammattuu_Utubaalee_Qulqullina_Barnootaatti_beekumsaafi_gahumsaan_fayyadamuun barbaachisaadha.
π You Tube Official π - https://www.youtube.com/@Oromiaeducationbureau.

βQORMATA BARA 2016
#1_Caamsaa 26-30/2016 #Kutaa_6ffaafi
#2_Waxabajjii 3-7/2016 #Kutaa_8ffaaf ni kennama.
-------------------
BBO-Ebla 30/2016
#1_Qormaatni kutaa 6ffaa Naannoo Oromiyaa kan qophaa'e gosoota barnoota kutaa 6ffaa keessaa qofa yoo ta'u,
Gosootni Barnootaas;
1.Afaan Oromoo/Amaariffa
2. Afaan Ingilizii
3.Herrega
4.Saayinsii Naannoo
5. Barnoota Gadaa 50%fi i Safuu 50% .
#2_Qormaatni kutaa 8ffaa Naannoo Oromiyaa kan qophaa'e; gosoota barnootaa kutaa 8ffaa keessaa qofa yoo ta'u,
Gosootni Barnootaas;
1-Afaan Oromoo/Amaariffa
2-Afaan Ingilizii
3- Herrega
4- Saayinsii Hawaasaa
5- Saayinsii Waliigalaa
6- Barnoota Gadaa 50%fi Lammummaa 50% ta'a
#DHAAMSA!
#_Gumiin Tiraansiformeeshinii Barnootaa (GTB) hordoffiin keessan daran cimuu qaba,
#_Barsiisotni keenya barattootaaf deeggarsi taasifamaa jiru itti haa fufu,
#_Hoggansi manneen barnootaa haala mijaawaa irratti of kennitanii hojjachuu qabdu,
#_Maatiin barattootaa ijoollee keessaniif xiyyeeffannoon keessan daran haa dabalu,
#_Hundaa'ol #barattootni_keenya_Addunyaa_Iftuu_Egeree_arguuf har'a #ciminaan_qo'achuufi #tasgabbiin_qprmaataaf_of_qopheessuu_qabdu kan jedhu dhaamsa BBO ti.
#CARRAA_GAARII !!
BBO
π You Tube Official π - https://www.youtube.com/@Oromiaeducationbureau. | π Facebook Official π - https://www.facebook.com/biiroobarnootaaoromiyaa/

βCaamsaa 03/2016
#Qormaatni_Biyyoolessaa_Kutaa_12faa Bara 2016,
#Adoolessa 03/2016 Eegalu #Sagantaan Har'a Baheera.
π You Tube Official π - https://www.youtube.com/@Oromiaeducationbureau.
π Facebook Official π - https://www.facebook.com/biiroobarnootaaoromiyaa/
π New curriculum π - https://t.me/oeb_book_store
#Qormaatni_Biyyoolessaa_Kutaa_12faa Bara 2016,
#Adoolessa 03/2016 Eegalu #Sagantaan Har'a Baheera.
π You Tube Official π - https://www.youtube.com/@Oromiaeducationbureau.
π Facebook Official π - https://www.facebook.com/biiroobarnootaaoromiyaa/
π New curriculum π - https://t.me/oeb_book_store
β#SAGANTAA_QORUMSAA
Sagantaa Qorumsa #Kutaa_6ffaafi_Kutaa_8ffaa Naannoo Oromiyaa Bara 2016 Baheera.
---------------------
BBO- 08/09/2016 Qorumsi xumura barnootaa Sad. 1ffaa (kutaa- 6ffaa)fi xumura barnootaa Sad. G/G (kutaa - 8ffaa) Naannoo Oromiyaa Sagantaan baheera.
#Gabatee_Guyyoota_Qormaatichaa_asii_gaditti_ilaalaa!
π You Tube Official π - https://www.youtube.com/@Oromiaeducationbureau. |
π Facebook Official π - https://www.facebook.com/biiroobarnootaaoromiyaa/
π New curriculum π - https://t.me/oeb_book_store
Sagantaa Qorumsa #Kutaa_6ffaafi_Kutaa_8ffaa Naannoo Oromiyaa Bara 2016 Baheera.
---------------------
BBO- 08/09/2016 Qorumsi xumura barnootaa Sad. 1ffaa (kutaa- 6ffaa)fi xumura barnootaa Sad. G/G (kutaa - 8ffaa) Naannoo Oromiyaa Sagantaan baheera.
#Gabatee_Guyyoota_Qormaatichaa_asii_gaditti_ilaalaa!
π You Tube Official π - https://www.youtube.com/@Oromiaeducationbureau. |
π Facebook Official π - https://www.facebook.com/biiroobarnootaaoromiyaa/
π New curriculum π - https://t.me/oeb_book_store
β22/09/2016
#Hubachiisa
#Qormaata_kutaa_6ffaafi_8ffaairratti dhimmoota #xiyyeeffannoo_barbaadan:-
----------------------
Biiroon Barnootaa Oromiyaa seenaa keessatti isa jalqabaafi adda ta'e barattoota miiliyoona 1.4 ol ta'aniif qormaata Naannoo kennuuf qophii xumureera.
Qormaata Naannoo kan fudhatan barattoota #kutaa_6ffaa 731,955 #kutaa_8ffaan immoo, 672,500, #walitti_barattoota 1,404.455 yoo ta'an,
#Caamsaa 29-30/2016fi #Waxabajjii 4-5/2016tti walduraa duubaan qormaata kan kennu ta'uun beekameera.
#Baay'inni #barattoota_qormaata_fudhachuuf_qophaa'anii (kutaa 6fi 8 qofti) lakkoofsa biyyoota addunyaa hedduu(#Jibuutii_dabalatee_baay'ina #ummata_biyyoota_70 ol ta'an kan caaludha.
Akka naannootti barattoota heddummina hanganaa qaban qoruu jechuun humna namaa, maallaqaafi meeshaalee hedduun kan irratti dhangala'e ta'uun beekamaadha.
Kanaafuu, Qormaatni kun akka galma gahu hawaasni, maatiin baratttootaa, caasaan mootummaa sadarkaan jiru, qaamni nageenyaa sadarkaan jiru, abbootiin Gadaa, haadholiin Siinqee, abbootiin amantii, caasaan barnootaa sadarkaan jiru, qaamni waraqaa qormaataa geejjibsaa jiru, qaamni waraqaa qormaataafi iddoo qormaataa hordofu hundi #firiin_barattoota_keenyaa_akka_jalaa_hin_qisaasamne qormaatni raabsamee, kennameefi waraqaan deebii qormaataa hanga Biiroo Barnootaatti deebi'utti, #keessattuu_Gumiin_Tiraansiformeeshiinii_Barnootaa_Oromiyaa_sadarkaan_jirru_hundi_xiyyeeffannoo_olaana_kennuun_hordofuu qabna.
#Xiyyeeffannoowwan;
#Waraqaan_qormaataa_yeroo geejjibamu_konkolaataa irratti/bakka kuufamutti roobni akka hin tuqne, bakka wanti waraqaa nyaatu hinjirre(hantuuta),fi kkf hin jirre taa'uu qaba.
#Qormaatni_hannaaf_akka_hin-saaxilamne,
#Iddoon_Qormaatni_itti_kennamu nagaa kan qabuufi waca hin qabne.
#Qormaata_booda,_waraqaan_deebii of eeggannoon saamsamee gara BBO akka dhufu hordoffii wal irraa hincinne gochuu milkaa'inaaf haa hojjannu..
#CARRAA_GAARII !
-BBO-

β#BEEKSISA_GUYYAA_QORMAATA_MADAALLII_GAHUMSA_OGUMMAA_BARSIISUMMAA
---------------------
Waajjira Barnootaa Godinaalee 21fi Bul. Magaalota 23tiif
------------------
BBO- Caamsaa 30/2016 Biiroon Barnootaa Oromiyaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa qulqullina barnootaa mirkaneessuuf kallatti hedduun irratti hojjachaa jiraachuun ni beekama.
Qulqullina barnootaa mirkaneessuu keessatti gaheen barsiisaafi hogganaan mana barnootaa hundaa ol murteessaafi wanti bakka isaanii bu'u gonkumaa kan hin yaadamneedha.
Kanaafuu, barsiisaafi hoggansa mana barnootaa qulqullina barnootaa mirkaneessuuf gahee olaanaa qabu kana gahumsa isaa mirkaneeffachuun barbaachisaadha.
Haaluma kanaan biiroon keenya barsiisotaafi hoggansa manneen barnootaa Qormaata Madaallii Gahumsa Ogumnaa qoruun mirkaneeffachuuf guyyaa qormaataa kanaan dura Waxabajjii 09/2016 jedhamee ture fooyyessuun #Waxabajjii_13/2016 ta'uusaa xalayaan ergameera.
Kanaafuu, barsiisotni kanaan dura qormaataaf filatamtan;
#Barsiisotni_Manneen_Barnootaa_Sadarkaa_1ffaafi #Sadarkaa_2ffaa keessatti barsiistan gamanuma qophii barbaachisaa ta'e akka taasiftan,
#Waajjirri_barnootaa_Godinaaleefi_Magaalotaa_barsiisota akka kakaaftaniifi qopheessitan ergaan dabreera.
#Guyyaan_qornaataa-13/10/2016
#Kanqoratamu:- B/saafi HMB
#Iddoon_qormaataa:- Yunivarsiitii filame keessatti
#Haalli_qormaataa:- 'Online' fi waraqaan ta'a
#Sa'aatiin qormaataa:- Ganama Sa'aatii 4:00tti eegalama.
#Ogummaan_Barsiisummaa_HANDHURA_Ogummaa_Hundaati!

βDilbata, 02/10/2016
#YAADACHIISA!
#Qormaata_Xumura_Barnoota_Sad_1ffaafi_Giddu_Galeessaa (kutaa 8ffaa) Bara 2016.
---------------
Qormaatni kutaa 8ffaa ;
- Kan Qophaa'e #Gosoota_Barnootaa_Kutaa_8ffaa_Keessaa_Qofa.
Isaanis,
1-Afaan Oromoo
2-Afaan Amaaraa
3- Afaan Ingilizii
4- Herrega
5- Barnoota Lammummaa,
6-Barnoota Gadaa,
7- Saayinsii Waliigalaa
8- Barnoota Hawaasaa fa'a
#Guyyaan_Qormaatni_kennamu, Waxabajjii 04-05/2016
- Baay'ina #Mana_Barnootaa Qormaata Fudhatu:- 9,633.
- Baay'ina #Barattoota Qormaata Fudhatanii:- 672,500.
- Baay'ina #Wiirtuu_Qormaatni itti kennamu:- 1424.
#Hubachiisa:- #Gabatee_Sagantaa_Qormaataa_Ilaalaa!
#Carraa_Gaarii
- BBO -

βQormaatni Naannoo Xumura
Kutaa 8ffaa Bara 2016 Guutuu Oromiyaatti Kennamuu Jalqabeera.
-----------
BBO-Waxabajjii 04/2016 Biiroon Barnootaa Oromiyaa Qarmaata Naannoo Xumura Barnoota Sadarkaa Giddu Galeessaa kutaa 8ffaa har'a ganama guutuu Oromiyaatti kennuu jalqabeera.
Qormaata Naannoo Xumura Sad. G/G bara 2016 kennamaa jiru irratti barattootni hirmaatan kuma 672 ol kan ta'an wiirtuu qormaataa 1424 keessatti fudhachaa jiraachuun beekameera.
Qormaatni naannoo kun guyyoota lamaaf kan turu yoo ta'u, guyyaa har'aa(04/10/2016) barnoota Afaan Oromoo, Afaan Amaaraa, Afaan Ingilizii, Herrega, Gadaafi Lammummaa kan fudhatan ta'uu sagantaan qormaatichaa agarsiiseera.
Kanaafuu, barattootni keenya seeraafi naamusa qormaataa kabajuuu, odeeffannoowwaniifi gaaffiiwwan isiniif dhihaatan irratti qofa xiyyeeffachuun, yaadaafi qalbii keessan gurmeessuun hubannoon akka qormtan dhaamsa dabarsina.
Karaa biraatiin immoo, Qindeessaan wiirtuu qormaataa, suppatvaayizarootni, qaamni qormaata kennu, qaamni nageenyaafi GTB barattootni #tasgabbiin_akka_qoraman_gochuu, #namootni_dhimmi_hin_ilaallanne_daree_qormaataa_seenuu_keessa_naanna'uufi #suuraa_waliin ka'uuf barattoota #yaadaafi_qalbii_hatuu akka hin qabne dhoorkuun dirqama keessan ta'a.
#Walumaagalatti, qormaatni akka #hin_qisaasofneefi_barattootni_akka_hin_jeeqamne ciminaa irratti hojjatamuu qaba.
#BARATTOOTA_KEENYAAF #CARRAA_GAARII HAWWINEERRA!
- BBO -
https://t.me/pixelversexyzbot?start=639994151