Arsenal taphatta newkastel taphatta sarara duubaa qixe keessa kan taphattu mati longistf Arsenalii waliin maqaan issaa dhammara.
Taphattaan kunii lamiin issa Engilz yoo ta'u umrii 20dha.
Taphattan kun gaana konttiirraata issa newkaastiil irraa waan fixuu ammasi deebbi'e mallatto harraya newkastiliif mallatteesuu diduun issaa adda baheera.
Kanaan wal qabbatte gaana dhufu taphattan kun biillissa waan ta'ef Arsenaliif maltteessu danda'a jedhama jira.
Taphatta kana garreen akka dortomond Atiletc fi kan birrani nii barbaduu garre kenyaa issa kana injjiifachuun dirqama itti ta'a yoo taphatta kan barbadu ta'e.
Shere
@Oro_Arsenal

Oduu gammachissa
Lennjjiissaan keenaa mikel artetan vayresi irraa faayuun issaa bekkammera.
Hojji jalqabuufis qophidha.
Shere
@Oro_Arsenal
Lennjjiissaan keenaa mikel artetan vayresi irraa faayuun issaa bekkammera.
Hojji jalqabuufis qophidha.
Shere
@Oro_Arsenal
MAN UNITED
Man united Arseenaalin morkaachun taphaata Atiiletiiko ta'ee TOMAAS LEMAARIN mallatesissuuf qophii jalqabaniruu taphataan kun killaaba loondoon kibbaa ta'ee Arseenaalin baay'ee akkaa barbadamuu bekaamadha.
Ammaa man united morkaata Arseenaal ta'uun taphaata kana fudhaachuuf sochii irraa jiruu

Roman taphatta keena erggissaa achi jiru mallattesisfachuuf £17m yuro qopheesse jira Arsenal garru hanga 24 barbada.
Shere
@Oro_Arsenal
Shere
@Oro_Arsenal
Waa'ee korona virus irraatti Mari'achuuf angahoonii premier liigiilaandi bittootesa 25 ykn April 3 beellama qabatanii jiru maal murteeysu laata,???
Share
👇👇👇👇👇👇
@oro_Arsenal
Share
👇👇👇👇👇👇
@oro_Arsenal
Taphattan keena erggissa kan jiru wiliam saliba guyya hardha wagga 19 issa kabbajjatarra baga ittiin sii gahee jene wiliam.
Shere
@Oro_Arsenal
Shere
@Oro_Arsenal
B r e a k i n g N e w s
✅Olompiin Tookiyoo 2020 sababa Vaayrasii Koroonaatiin gara
2021 tti achi darbeera.
✅Koreen Olompikii Addunyaa tibba Dhibeen Vaayrasii Koroonaa
Addunyaa raasaa jiru kana Dorgommii gaggeessuun hin danda'amu
jedhe
✅Bara 1916 ttis sababa Waraana Addunyaa 1ffaatiin hafuu
isaatiin Ala inni kunis yeroo 2ffaaf tahuusaati.
✅✅Kololeel Daraartuun Teenya Yeroo Warqee 10 Biyya kanaaf
fiddu Intala warra Gootaa tahuu ishee beekuu qabu turan.
.
Daraartuun "No" yoo jette Dubbiin dhumateera.Addunyaanis kunoo
"No" Jedheera. Nus "No" jenna. Kanuma

#COVID19Ethiopia
Ityoophiyaatti namoonni vaayrasi (COVID -19 ) qabaman 12 ga’e.
Biyya keenyaatti Bitootessa 3, 2012 namni jalqaba vaayrasicha qabame erga argame as namni vaayrasichaan qabame 1 argameera.
Waliigalaan namoonni vaayrasichaan qabaman 12 ga’eera.
Dhukkubsataan kun lammii Ityoophiyaa umurii 34 yoo ta’u, Dubaay irraa gara biyyatti Bitooteessa 10, 2012 kan galedha.
Nama kanarratti mallattoon dhukkubichaa argamuun Bitooteessa 13, 2012 gara Buufata Fayyaa kan deeme yyo ta’u, dhaabbatichi Inistiitiyuutii Fayyaa Hawaasaaf eeruu laachuun qorannoo labiraatoorii taasifameen vaayrasiichaan qabamuun mirkanaa’eera.
Namoonni 15 dhukkubsaticha waliin hariiroo qaban hordoffiirratti argamu jechuun Ministirri Fayyaa FDRI Dooktar Liyaa Taaddasaa fuula Feesbuukii isaaniin ibsaniiru.
#maddi
@HawwiTiMES

📌 garreen kenyaa Arsenal Aubameyang ykn Lacazette kan gurgurru yoo ta'e taphatta sarara fuldurra selticOdsonne Edouard mallaattesifachuu barbada.
Taphattan kun bara 2022 koontirraat issaa seltic irraa kan xummuru yoo ta'u taphatta Kan Arsenal nii barbada.
Taphattan kun umirri 22 ta'e selticif tapha 45 taphatte gooli 27 galchuun 19 mijjeesse keene jira.
Taphatta kana Arsenalii malees manchester united nii barbadda.

Daa'immuma koo irraa kassee Arsenal deggara ture garree kana bayyeen jaladha Arsenaliif taphattuun abbajuu koot taphattan Arsenali barbadamaruu garra Atiletco madird keessa kan taphattu [Thomas Partey] tu duubbate.
Birr taphatta kanaaf barbachissu €60 tilmamamerra.
Shere
@Oro_Arsenal
Birr taphatta kanaaf barbachissu €60 tilmamamerra.
Shere
@Oro_Arsenal
Forwarded from Media Ko
#COV19World
Addunyaarrattu lakkoofsi namoota koronaavaayirasiin qabamanii 407,000 gahuu ragaan Yuunivarsiitii Joon Hoopkiins ni agarsiisa.
Lakkoofsi namoota qabamanii 300,000 irraa ka'ee 400,000 gahuuf guyyoota sadi qofa itti fudhate.
Direektarri Dhaabbata Fayyaa Addunyaa Dr Teediroos Adihaanoom vaayirasichi saffisa sodaachisaan dabalaa jiraachuu Wiixata himanii turan.
Akka aanga'aan kun jedhanitti namni jalqabaa koronaavaayirasiin qabame erga gabaafamee booda, vaayirasichi namoota 100,000 qabuuf guyyoota 67 itti fudhate ture.
Namoota 100,000 itti aanan qabuuf ammoo guyyoota 11 qofa itti fudhate, itti aansuun namoota dabalataa 100,000 qabuuf garuu guyyoota 4 qofa fudhate jedhani.
Guyyaa har'aa (Wiixata) saffisa sanarra caaluun guyyoota sadi qofa keessatti namoota 100,000 biroo qabeera.
Wayita ammaa guutuu addunyaatti namootni 407,000 ol vaayirasichaan qabamuun isaanii kan mirkanaa'e yoo ta'u, namoonni 18,287 lubbuu dhabanii jiru.
Maddi:- BBC

✅garreen kenyaa dhibee addunyaa soddachisarru korona variasiif birr £150.000 pawond gummacheera gahee isaas baherra.
Shere
@Oro_Arsenal
Shere
@Oro_Arsenal
Taphattaan keena maranld nelsan akkaata manaa itti olarruu mudhissuu photo kana tiwetar issaa irraat maxxansera.
Shere
@Oro_Arsenal
Shere
@Oro_Arsenal
Taphatta sarara fuldura garree kenyaa prec Emereck Aubemeyang.
Mamchester unitrd, barselona PSG akka barbadamaru bekkame taphatta kana entuu fudhatta katta ykn asummat hafa laata! Waan waalin lalu.
Shere
@Oro_Arsenal
Mamchester unitrd, barselona PSG akka barbadamaru bekkame taphatta kana entuu fudhatta katta ykn asummat hafa laata! Waan waalin lalu.
Shere
@Oro_Arsenal
Akka #telgirafim gabbasset garreen london kamiin yoo premier leaguen kan eggaluu ta'e garren london hundu landon keessaat bakka dhukkubichi itti hin baayi'aneet akka taphattan muratahuun mala jedhu.
Shere
@Oro_Arsenal
Shere
@Oro_Arsenal
#Oduu_Koronaa
1""""Kara eegaan Atlanta koronaa vaayresiin qabamuu kilabichi beeksisee jira,
2"""Kara eegaan Liverpool, Napole fc, Ac. Milan durani amma ergisaan Astonvilla jiru Pepe riena koronaa vaayresiin qabamuu kilabichi beeksisee jira,
3""" Warra gargaarsa kannan ammaahoo eenyu faadha, asiin dura warra kannan isinii ibsinee turre, achii asoo eenyu faa,
""""L. Messi biyya isaa fi hospital Barcelona keeysatti argamuuf yuro€1000, 000 arjoomee jiraaf, Messi👏👏👏👏👈👈👈👏
""""Leenjisaa M. City Pepe Gaardiolaa inninis hospital Barcelonatti argamuuf maalaqa yuro€1000, 000M arjoomee jiraaf, Pepe👏👏👏👏👏👏👏👏👏
3""Hundeeysituunni kilaba kubbaa Arsenal, malaqa yuro, €1500.00 arjoomanii jiran, Arsenal 👏👏👏👏👏👏👑👑
4"Ammas kilabni warra mooti kan ta'e Real Madrid 👑👑👑👑
Malaqa arjoomee jira, Real Madrid 👏👏👏👏👏
Maaliif waa'ee kanaa isinii gabaasaa jiirra ni beeytanii,??? Yeroo ammaa oduun ispoortii koronaadhaan dhuumfatamee jira taphataan kun qabame Leenjisaan kun qabamee malee wanni biraa kubbaa miilaa keeysa hin jirtu, waa'een jijjiirras hangas mara bifa haarayaan hin jiru waan taheef nu obsaa isiniin Janna, Saniif akkanatti waan ispoortiin alaa waa'ee koronaa COVID_19 isinii maxansina, rabbi dhibee kana nurra haa baleeysu, gaafaas gara waa'ee Isportiitti deebinaa,
#waa_hunda_fayyaa, dursa,
#Nuti_Warra_@oro_Arsenal
Share
👇👇👇👇👇