๐—ข๐—ฅ๐—ข ๐—”๐—ฅ๐—ฆ๐—˜๐—ก๐—”๐—Ÿ โšฝ
86.1K subscribers
42.9K photos
538 videos
54 files
21.1K links
Download Telegram
Suuraawwan shakaala guyyaa harโ€™a irra argaman muraasa


YOUTUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡https://youtube.com/c/OroArsenal

Share | @Oro_Arsenal
           | @Oro_Arsenal
โค80๐Ÿ‘2
Odigard ๐Ÿ˜ค

YOUTUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡https://youtube.com/c/OroArsenal

Share | @Oro_Arsenal
           | @Oro_Arsenal
๐Ÿ”ฅ110โค18๐Ÿ‘2
Raayis ๐Ÿ˜„

YOUTUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡https://youtube.com/c/OroArsenal

Share | @Oro_Arsenal
           | @Oro_Arsenal
๐Ÿ˜96โค85๐Ÿ”ฅ7๐Ÿ‘7๐Ÿ™3๐Ÿ‘1
๐Ÿ“Š Seenaa Arsenal keessatti, Wiiliyaam Saaliibaan taphattoota tapha 100 fi isaa ol taphatan hunda keessaa taphataa dhibbeentaa mo'ichaa (winning percentage) isa olaanaa qabudha.

Dhibbeentaan mo'ichaa isaa 67.6% dha ๐Ÿ˜ฎโ€๐Ÿ’จ

Saaliibaa jechuun injifannoo jechuudha ๐Ÿ”ฅ



YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share | @Oro_Arsenal
           | @Oro_Arsenal
โค109๐Ÿ”ฅ11๐Ÿ‘2
๐ŸšจGUYYAA TAPHAA

โšฝ๏ธTapha Piriimeer Liigii Ingilaand torbee 22ffaa

โšฝ๏ธNOOTINGAAM ๐Ÿ†šARSENAAL โšฝ๏ธ

๐Ÿ“ | Sambata [Har'a]
โฐ | Galgala 2:30 LT
๐ŸŸ | Dirree: Siitii Giraawond

๐Ÿ“ฒ๐Ÿ‘Tamsaasa kallattiin Oro Arsenaal irratti๐Ÿ›ฉ

๐ŸคฉInjifannoo boonsaa Kilaba guddicha Ingilaand Arseenaalif

YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share |
@Oro_Arsenal
           |
@Oro_Arsenal
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
๐Ÿ”ฅ61โค31๐Ÿ‘2๐Ÿ™2
๐Ÿ—ฃ๏ธ Mikel Arteetaa: "Taphattooni tarii yeroo taphaatiin dhiibbaa guddaa hin qabne jiraachuu danda'u, garuu dhiibbaan isaan garee sana walitti fiduuf, haala gaarii uumuuf, garee deggaruuf fi gahee adda addaa guutuuf garee keessatti qaban baay'ee murteessaadha." โค๏ธ

YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share | @Oro_Arsenal
           | @Oro_Arsenal
๐Ÿ”ฅ101โค23๐Ÿฅฐ7
Tapha murteessaa har'a Nootinghaam waliin qabnuuf hiriira kana akka fayyadamuu dandenyuu midiyaaleen gurguddoon tilmaama jiru.

YOUTUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡https://youtube.com/c/OroArsenal

Share | @Oro_Arsenal
           | @Oro_Arsenal
โค105๐Ÿ”ฅ8
๐Ÿ“Š Arsenal taphoota Priimiyer Liigii Notingham Fooreest waliin walitti aansuun taphoota sadan darban keessatti goolii osoo itti hin galin (clean sheet) xumureera.

Kunis seenaa liigii keessatti Notingham waliin taphoota goolii utuu itti hin galin turan keessaa kan isa dheeraadha. ๐Ÿชต๐Ÿ”ฅ

YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share | @Oro_Arsenal
           | @Oro_Arsenal
โค106๐Ÿ”ฅ10๐Ÿ‘6
Bukayoo Saakaa:

๐Ÿ—ฃ โ Galchii galchuun kubbaa miilaa keessatti miira hunda caalaa gaarii ta'an keessaa tokkodha. โž

YOUTUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡https://youtube.com/c/OroArsenal

Share | @Oro_Arsenal
           | @Oro_Arsenal
โค127๐Ÿ”ฅ14๐Ÿ˜ก12๐Ÿ‘5๐Ÿฅฐ2๐Ÿ˜2
You are untouchable for us (Gunners)!

Haala inni jijjiirraa ganna darbee dabarsee kilaba keenyatti dabalame hundi keenya ni beekna; deeggartoota kilaba tokkoof wanti murteessaan isa 'Passion' jechuun ibsuu dandeenya Leenjisaaf Passion qofti gahaa ta'uu dhiisuu danda'a garuu deeggartootaaf kun waan addaati! Yookerees kilaba keenyaaf osoo hin mallatteessin onnee deeggartoota Arsenal keessa seenuu danda'eโค๏ธ

Dhimmi Yookerees deeggartoota Arsenaliif dhimma lubbuuti! Baay'ee baay'ee si jaalannaโค๏ธโค๏ธ


YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share | @Oro_Arsenal
           | @Oro_Arsenal
โค173๐Ÿ”ฅ7๐Ÿฅฐ3๐Ÿ˜2
โœ… Trossard taphaaf qophii ta'uun isaa mirkanaa'eera

YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share |
@Oro_Arsenal
           |
@Oro_Arsenal
โค131๐Ÿ”ฅ12
โœ… Tapha marsaa jalqabaa Nottingham waliin taasisne irratti, Gokeresh galchii lakkoosfisee ture. Har'a hin lakkoofsisaa laata ?๐Ÿค”

YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share | @Oro_Arsenal
           | @Oro_Arsenal
๐Ÿ™139๐Ÿ‘25โค15๐Ÿ”ฅ3
ODUU AMMEE ๐Ÿ”ฅ

โœ…Arsenaal kontiraata Mikel Arteta hanga bara 2029tti dheeressuuf karoorfateera

YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share | @Oro_Arsenal
           | @Oro_Arsenal
๐Ÿ”ฅ142โค30๐Ÿ˜ก12๐Ÿ†2๐Ÿ†’1
๐Ÿšจ Akka maddoonni Daily Mail Sportitti himanitti, namni Arteetaan yeroo rakkinaa gargaarsaaf gara isaa garagalu Albeertidha. Namni kun, muuxannoo bal'aa Maanchister Yuunaayitid keessatti qabu irraa kan ka'e, nama Arteetaan guutummaatti itti amanamuudha.

Namni kun nama akka gorsaatti Arteetaa deeggarudha. ๐Ÿ‘€

YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share |
@Oro_Arsenal
           |
@Oro_Arsenal
๐Ÿฅฐ104โค34๐Ÿ‘5๐Ÿ”ฅ2๐Ÿ‘1