πππHIDHAA JAALALAAπππ
============================
ππππππππππππππ
πππππππππππππ
ASOOSAMA GABAABAA
Kutaa 4ffaa.
...bira gahe..Manni keenya poolisii dhaan marfamee bula. Ganama yeroo baayee
dhukaasatu dhagahama..
Garuu oromoon naannoo sanaa isa deeggaranii
poolisoota ofirraa faccisaa turan.. Harmee koos akka
isheen rasaasatti fayyadamuu dandeessu leenjisee
ture.. Fardi abbaa koo maqaan isaa Bulloo jedhama..
Gaafa abbaan koo Bulloo bulloo jedhee waamu ni
fiigaaf ni balaliaan isaa osoo hin beekamin bira gahee
diina jalaa miliqaanii ture.. Guyyaa tokko osoo inni
quba hin qabne lafa bariuu geessee keessa ajjeesan..
kana booda oromoon naanoo keenyaa Eeboo fi
fardaan itti yaaus isaan dhukaasaa walirraa hin
cinneen gara magaalaa naannoo sanaatti qajeelan..
Namootni lama ollaa keenyaa dafanii furmaata tokko
uuman.. oromootni amma duukaa deemaa jirtan
dhaabbadhaa jedhanii... Fardaa fi meeshaa isaanii
fudhatanii karaa biraatiin isaan fuuldura qaxxaamuranii
bosona tokko keessatti eegan... Yeroo poolisiin afaan
oromoo haasayus Amaariffa akka warra tigiree tokko
haasaayaa akkas jedhaa dhufan " sawuyyee baxaam
adaganyaa naw, oromochi maxifo nachew dagimo
faras yiwoddaallu"' jedhaa ofi duuba ilaalaa osoo
deemtu bosona bira yeroo isaan gahan: dhukaasa
walirraa hin cinneen sadan isaanii ajjeesanii baayee
isaanii madeessanii biraa deeman.. #Dhiiga dhiigaan
baasan, inni oromoo tokko yoo due kan nafxanyaa
sadiin madaalama jedhanii geerraran..
Seenaa fi falmataan booichaan morma wali
qabatan..Waadaa oromummaa waliif seenanii akka
yeeroo dubbisani, bashannanaa, nyaataa fkkf irratti
yoomiyyuu addaan hin baane waliif galan.kana booda
bosona Adunyaa, Danbal, daarfur, love street
dabalatee iddoo hundatti seenaan mudhii isaa
qabattee wajjiin yuunivarsitii Haroomayaa keessa
adeemuu jalqaban..Jaalala isaanii irraa oromoon
Jimmaa, Arsii Baalee Wallaggaa, Shawaa, Booranaa,
Gujii, Karayyuu, Iluu, Harargee fi kamisee akka jiruuf
isaan hundi sanyii tokko akka taanii fi namoota
kanuma naannoo kiyyaa jaaladhee wajjiin jiraadha
jedhuuf deebii gahaa kenneeraaf..
Yeroo tokko yuunivarsiitii Amaara keessaa tokko
keessatti barataan oromoo tokko ajjeefame jedhamee
odeeffame.. Falmataaf hiriyyootni isaa kaayyoo dhiiga
dhiigaan baasan jedhu qaban..guyyaa tokko galgala
keessa saaa sadi yeroo tau...itti fufa
Horaa Bulaa Deebanaa βΌ
@dambalii_jaalalaa

β₯DAMBALIIβ₯JAALALAAβ₯:
Harka fuune kabajamtoota hordoftoota keenyaa
β€@Dambalii_jaalalaaβ€
Eid Mubarak ummataa Muslim Hundaa
Hordoftoota Amantaa Muslimaa hundaan Baga Ayyaana Iid Al fixr Waggaa 1439ffaan isin gahe..!
.
Ayyaana Gaarii..!
Ergaa baga gessani firaa fi hiriyootan kessanif erguu nii dandesuu
@obsii28 & @leloo27
@dambalii_Jaalalaa

ππEid Mubarekππ
πI π
π·Justπ·
πWishπ
πWantπ
π·Toπ·
π·Youπ·
πΏAndπΏ
π·Yourπ·
π·familyπ·
πEidπ
πΉMubarakπΉ
*β’β¨πΉβ¨β’*
β’β¨π πβ¨β’*
*β’β¨ π» π»β¨β’*
*β’β¨πΊ πΊβ¨β’*
*β’.β’*β’.β’*β’.β’*β’.β’*β’.β’*β’.β’*β’.β’*β’.β’*
*β’β¨π΄ Eid π΄β¨β’*
*β’β¨πΈ MubarekπΈβ¨β’*
β¨ββ¨ββ¨ββ¨ββ¨
βπΉπΉπΉβπΉπΉπΉβ
πΉββ¨βπΉββ¨β πΉ
Eid Mubarek
πΉβ¨ββ¨ββ¨ββ¨πΉ
Eid Mubarek
β¨πΉβ¨β..ββ¨πΉβ¨
ββ¨πΉβ¨ββ¨πΉβ¨β
β¨ββ¨πΉβ¨πΉβ¨β
βοΈπ«βοΈπ« πΉβοΈ β¨βlββ¨
π Eid Mubarekπ
πππΊππ
πΊπππEid πππΊ
ππππMubarak ππ
πΊππππππππΊ
join us @dambalii_jaalalaa
for any comment contact me @obsii28 @leloo27 happy Eid

Ergaawwan Baga geessanii Eid Al faaxir
Baga ayyaana Eid Al faaxir 2018 isin gahe hiriyoota Koo yuuniversiitii Jimmaa keessatti argamtan martuuπΉπΉπΉπΉπΉ
#Lammii_lammeessaa irraa
πSufiyaan Awal jedhama:
#Obsineet_sultaan(Asiyaa sulxaan)tiif baga Eid Al faaxir si gaheen jedha.
Baga ayyaanaa Eid Al faaxir isin gahee #Abebe_Abdiisaa irraa.
Baga ayyaanaa Eid Al faaxir isin gahee qopheessitoota #Dambalii_jaalalaa fi uummata musliimaa maraan #Galaanaa_dinagdee Irraa.
Ergaawwan ayyaana erguuf:
@Obsii28 fi @leloo27

Kun dhugaadha nama gadisisa ummata guddaa ganfa africa irraa iyuu darbe adunyaa qabate jiru ummata oromoti channel oromotaaf baname #Jirra_Tube #sebscribe_12 qaba kuni maalif akka ta'e hin beku share gochun ummata hunda bira akka nuf qaqabu ga'e keenya ha ba'anu............
Share gochun sura πππ asin oliti jirru ummani hundu dhugaa jirru argu qabaa
Share gochun sura πππ asin oliti jirru ummani hundu dhugaa jirru argu qabaa
Forwarded from Obsii koo
Harka Fuune Jirra Jirtu Ummani oromo marti? JIRRA_TUBE channel youtube oromotaaf banamedha Channel kan #sebscribe Gochun misensa channel kanaa akka taatani
1:-Kaayyon channel youtube Jirra_Tube Sirbota Afaan Oromoo Produced fi Present dha gara gurgurtaa oline dhiyessudhan arti fi artistota keenya degaru
2:- #sebscribe Maalidha?
Channel youtube tokko Sebscribe yoo gone misensa channel sanaa taane jechudha yeroo hunda #youtube gaaf senu fuldura irrati kan nuti arganu issa #sebscribe gonedha
3:- Channel nuti #sebscribe gonuf baayina namotaa #sebscribe godhani fi senani dawatanin kafalin youtube irraa rawatamaa
4:- Yeroo ammaa kana oromiyyaa kessati gurgurtaan oline hin jiru artistoni kenyas fayyadamaa mitti
5:- Channel youtube tokko kafalti youtube irraa argachuf ykn hojitti galuf #sebscribe_1k-4k Argachun dirqamadha
Kanaaf channel oromotaaf dhabate kan #sebscribe_ gochun misensa #Jirra_Tube akka taatani afermtanitu
#JIRRA_TUBE #sebscribe_Our_Official_YouTube_Channel
@obsii28 & @leloo27
@jirramp3

β€οΈ@dambalii_jaalalaaβ€οΈ
Harka fuune kabajamtoota hordoftoota keenyaa, Nutis qophiilee keenya mijeeffannee dhufnee jirraa affeerraa sirbaatiin tokko jennee eegalla.
@obsii28 fi @leloo27
πππππππππ

ππππππππ
#Artii fi Artistoota
Sirboota YouTube irratti gurgurttaa online irraa hamma lakkoofsa namni daawwatee(view)
1. Haacaaluu hundeessaa
#maalan jiraa?
4.561.147view
2. Shukurii Jamaal
#Ani sumaafan
2.499.166view
3. Yannet dinquu fi shukurii
#Siyaadaa Bulaa
2.462.703view
4. Abbush zallaqaa
#Fullaanee
2.188.392view
5.Hirphaa gaanfuree
#Madda gammachuu
1.504.185view
6.sami-Go
#shaashammannee
1.379.991view
@Obsii28 and @leloo27
@dambalaii_jaalalaa

Harka fuune kabajamtoota hordoftoota keenya Asoosama gabaabaa HIDHAA JAALALAA kan jedhu kutaa 5ffaa isin biraan gahuuf haalduree xumurreetu jirra nu waliin turaan affeerraa keenya!!!
@dambalii_jaalalaa
@dambalii_jaalalaa
@dambalii_jaalalaa
@dambalii_jaalalaa
ππ HIDHAA JAALALAAππ
πππππππππππππ
==========================
Kutaa 5ffaa.
...barattootni
kumaatamaan lakkaawan mana kitaabaa keessatti
dubbisaa jiran.. irra caalaan barattoota dhiiraa yeroo
dubbisan akka nama Injiree rifeensa keessaa guuruu
rifeensa isaanii qaqqabu.. Falmataaf hiriyyootni isaa
dhagaa lamaan tokko gara foddaa mana kitaabbatti
yeroo gadi lakkisan.. barataan inni kaan balbalaan, inni
kaan foddaan ofi gadi darbataa isa kufe irra deemaa
baqatan.. Inni woggaa tokkoffaa amaara keessaa
dhufe tokko akkas jedhe.. "yaa waaqi tsalootii koo
naaf dhagahuu diddee yuunivarsitii oromoo na
geessitee "jedhee jennaan barattootni oromoo koflaan
doormii oowwisan..
Ergasii kaasee yeroo doormii , mana kitaabaa, mana
nyaataa, daree barnootaa deemanis akkuma keellaa
Awaash poolisiin federaalaa sakatta
Falmataa faa ta
dide..Guyyaa lammaffaa danbali akka dhufu itti
himtee, yeroo inni bira gahee beenu ciree nyaannaa
jedhuun, seenaan immimmaan morma ishee irraan
dhangala
koo erga si argee jalqabee jaalala keetiin
booji
qabu.. Garuu gumaa abbaa keetii, haadha teetii fi
abbaa kootiis walumaa galatti gumaa jaalleewwan
wereegamanii kan baasu numa seenaa koo jedheen
imimmaan gadi roobsaa..Sirba kadiir Martuu "Fedhii
koo hin taane si ganuun jedhu" naaf dhageefadhu yoo
yeroo qabaatte jedheen..
Guyyaa muraasa booda halkan keessa sa
Federaalaa dirree woraanaa fakkeesse.. Falmataa,
hiriyyaa isaa Tokkummaa dabalatee barattoota
hedduu achi buutee isaanii dhabamsiisan.. Ganama
barattootni hiriira bahanii isaan hidhaman haa
hiikkamanii jedhanis, isa gaafates gara mana hidhaatti
guuran..
Seenaan halkaniif guyyaa wollaalte. hiriyyoota isaa kan
isheen itti bilbiltu hunda achi buutee isaanii
dhabamsiisaniiru...itti fufa
Yaada keessaniif ββππ@Alemu24 and @Fikee45
@dambalii_jaalalaa
@dambalii_jaalalaa
πππππππππππππ
==========================
Kutaa 5ffaa.
...barattootni
kumaatamaan lakkaawan mana kitaabaa keessatti
dubbisaa jiran.. irra caalaan barattoota dhiiraa yeroo
dubbisan akka nama Injiree rifeensa keessaa guuruu
rifeensa isaanii qaqqabu.. Falmataaf hiriyyootni isaa
dhagaa lamaan tokko gara foddaa mana kitaabbatti
yeroo gadi lakkisan.. barataan inni kaan balbalaan, inni
kaan foddaan ofi gadi darbataa isa kufe irra deemaa
baqatan.. Inni woggaa tokkoffaa amaara keessaa
dhufe tokko akkas jedhe.. "yaa waaqi tsalootii koo
naaf dhagahuu diddee yuunivarsitii oromoo na
geessitee "jedhee jennaan barattootni oromoo koflaan
doormii oowwisan..
Ergasii kaasee yeroo doormii , mana kitaabaa, mana
nyaataa, daree barnootaa deemanis akkuma keellaa
Awaash poolisiin federaalaa sakatta
uu eegale..
Seenaan baay
ee gaddaa bultee hojiin kuni kanFalmataa faa ta
uu hin oolu jettee lubbuun ishee
dhawatte..Bilbila isaa bilbilaa bultus bilbilli isaa ka
uudide..Guyyaa lammaffaa danbali akka dhufu itti
himtee, yeroo inni bira gahee beenu ciree nyaannaa
jedhuun, seenaan immimmaan morma ishee irraan
dhangala
aa koottu mee waan tokko si gaafadhaa
jetteen..
#Seenaa: Falmee koo ani baay
ee si jaaladha.. onneenkoo erga si argee jalqabee jaalala keetiin
booji
amte..Garuu akkuma abbaa koof haadha koo
dhabe, sillee waan dhabu natti fakkaata jetteen.
#Falmataa: Innis ishee ofitti qabee, seenaa koo anis
baay
ee sijaaladha, erga si argee jalqabee hirriba hinqabu.. Garuu gumaa abbaa keetii, haadha teetii fi
abbaa kootiis walumaa galatti gumaa jaalleewwan
wereegamanii kan baasu numa seenaa koo jedheen
imimmaan gadi roobsaa..Sirba kadiir Martuu "Fedhii
koo hin taane si ganuun jedhu" naaf dhageefadhu yoo
yeroo qabaatte jedheen..
Guyyaa muraasa booda halkan keessa sa
aa saddeet
yeroo ta
u doormii barattootaa sakatta`uuf poolisiinFederaalaa dirree woraanaa fakkeesse.. Falmataa,
hiriyyaa isaa Tokkummaa dabalatee barattoota
hedduu achi buutee isaanii dhabamsiisan.. Ganama
barattootni hiriira bahanii isaan hidhaman haa
hiikkamanii jedhanis, isa gaafates gara mana hidhaatti
guuran..
Seenaan halkaniif guyyaa wollaalte. hiriyyoota isaa kan
isheen itti bilbiltu hunda achi buutee isaanii
dhabamsiisaniiru...itti fufa
Yaada keessaniif ββππ@Alemu24 and @Fikee45
@dambalii_jaalalaa
@dambalii_jaalalaa
β€οΈ@dambalii_jaalalaaβ€οΈ
Harka fuune kabajamtoota hordoftoota keenyaa, Nutis qophiilee keenya mijeeffannee dhufnee jirraa affeerraa sirbaatiin tokko jennee eegalla.
@obsii28 fi @leloo27
πππππππππ
@dambalii_jaalalaa
@dambalii_jaalalaa
Harka fuune kabajamtoota hordoftoota keenyaa, Nutis qophiilee keenya mijeeffannee dhufnee jirraa affeerraa sirbaatiin tokko jennee eegalla.
@obsii28 fi @leloo27
πππππππππ
@dambalii_jaalalaa
@dambalii_jaalalaa
ππππππππ
#Congratulations
Ebifamtoota bara 2010 hundaaf baga guyyaa firii kessan ittin argitanin issin ga'ee namoni bara kana ebifamtoni hundi kessan suraa uffana ebbaattin kan ittin kaatani nuf erga nuti immoo ergaa baga gamadani walin post ni gona

#Taateewwan_Torbani
===================== Finfinneen hiriira Ministirri Muummee Doktar Abiyyiif deeggarsa kennuuf qophaaβe Sanbata wax, 16 2010 keessummeessiti
Hiriirri nagaa kaayyoo, jijjiirama Ministirri Muummee Mootummaa Federaalaa Dimookraatawaa Itiyoophiyaa Doktar Abiy Ahimad itti-gaafatamummaatti erga dhufanii booda fidaniif, deeggarsaa fi beekamtii kennuu qabu Sanbata Waxabajjii 16 Finfinneetti akka bahamu eegama. sagantaa kana irratti hawaasa iddoo garagaraatti dhufee hirmaachuu barbaaduuf Abbaa Taayitaa Geejjibaa Oromiyaa
Abootiin qabeenyaa waldaalee geejjiba deddeebisa Uummataa waliin ta'un tajaajilaa geejjibaa kennuuf qophii ta'u isaa beeksise jira.
Abootiin qabeenyaa waldaalee geejjiba deddeebisa Uummataa Guyyaa hiriiraa hirmaattotaaf Magaalaa Ambo, Waliso, Fiichee fi Adaamaa kaasee hanga Finfinneetti Tajaajila Geejjibaa bilisaan akka kennan waadaa galaniiru jechuun kan Ibsa Inj. Taakkalaa Umaa Hooggannaa Abbaa Taayitaa Geejjibaa Oromiyaatti.
Haala walii galaas akkaata itti qindeessan guyyaa kan ibsa ni kennu jedhameetu eegama.
Maddi:- OBN

β¦οΈβ¦οΈβ¦οΈβ¦οΈβ¦οΈβ¦οΈβ¦οΈβ¦οΈβ¦οΈβ¦οΈβ¦οΈβ¦οΈ
πBest fast growing channel in oromia that you must join.π
πΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉ
@orosarcasm
Nutti dabalamnaan kolfi kee addaan hin citu!ππ€£
@dambalii_jaalalaa
Erga jaalala fi walaloo jaalala
@oromotech
To know about technology in Afaan oromo
@taphafaanoromoo
Bacoo fi qosaa
@aktechstream
Odefannoo technology fi bohartii adda addaatiif
@Networkmuslim
Gorsa,Nashida fi Manzuma
@sennaasa
Asoosama, seena fi walaloo
@oromonews
Oduu waltawaa arkatuuf Bashananuuf
@waltajjii_walaloo
Group yaada itti wal jijirtu
@sabkoofan
Walaloo Adda addaa argachuuf
@oromocul
Now "Our Devotions are on"
A new beginning setting by Qeerroo Let us stand together
@oromiabroadcastingservice_OBS
Official channel of OMN
@oromoimages
Images that are related to oromo will be in this channel
π· π· π· π· π·
#food #art #cultural
#hero #beauty #historical
#city #nature #people #other
@Gadaapublisher
All in one
@Waanofii33
Asoosama gaggabaabo, walaaloo lataa qana'ii, gargarsaa fayyaa kessaanif
@walmalee
Bashanana garagaraatif
@wankoke
Entertainment channel
@oromonews
Oduu waltawaa argachuuf
@orozone
Group telegram kan afaan oromoo.
@singitantrading
Online trading, shopping
@orosoft
App fi odefannoo technology
@orocul
Bashanana garagaratiif
@pure_oro_only
Learn politics
β₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈ
Channel keessan beksifachuu yoo barbaaddan gara kana galmaa'u ni dandeessu
π Ύπ Ύπ Ύπ Ύπ Ύπ Ύπ Ύπ Ύπ Ύ
π@oromiapromobot
π’@oromiapromotion
#Admin: π¨ββοΈοΈπ© @Nds0n

Harka fuune kabajamtoota hordoftoota keenya Asoosama gabaabaa HIDHAA JAALALAA kan jedhu kutaa 6ffaa isin biraan gahuuf haalduree xumurreetu jirra nu waliin turaan affeerraa keenya!!!
@dambalii_jaalalaa
@dambalii_jaalalaa
@dambalii_jaalalaa
@dambalii_jaalalaa
ππHIDHAA JAALALAAππ
πππππππππππππ
==========================
Kutaa 6ffaa.
Kan xumuraa.
...dhiirotni duraan jaalala isaanitti
hinaafaa turan abdii kutachiisuuf yaalaa turan.
Barattootni oromoo hedduun garuu baay
Osoma deemtu gaafii tokko ofi gaafatte seenaan,
Harmeen koo gaafa abbaan koo deemee wereegame
sana maaliif inni hin deebi
keessaa hiriyyoota hedduu qaba.. Isaan keessaa isa
tokkoon xalayaa kana barattuu seenaa jedhamtutti
naafa geessi jedheen!
Xalayichi akkas jedha:
Seenaa koo si haa gahu nageenyi koo, akkami nagaa
dhaa? baay
baattes wanti gaariin akka si qunnamu Rabbiin siif
kadha halkaniif guyyaa.. Sirba Dr. Ali Bira "sila osoo
beekee waa sillee hin dararu" jedhu jedhu si
affeereera..
seenaa koo baay
oromummaa xaalayaa kana barreessee sitti kennaa na
eegi jetteen..
Xalayaa akkas jedhu barreessiteef:
Falmee koo si haa gahu nageenyi koo onnee irraa
madde
jaalaalaa fi kabaji ani siif qabu yoomiyyuu daangaa hin
qabu..kaayyoon keenya akka galma gahuuf halkanii fi
guyyaa hin rafu,,Falmee koo jabaadhu irree
jabeeffadhu.. Anaaf woggaan saddeetii (8) boru
ganama dha..waan baay
manguddoonni bahanii eebbisan... Ji
baheeraaf.... Falmataa fi seenaan tasuma amanuu hin
dandeenye... Oromiyaa gadi dhiisuun kaayyoo isaanii
ta
hambisuuf miila isaanii gara Ameerikatti qajeelchan.
XUMURAMEβΌβΌ
Horaa Bulaa Deebanaa βΌ
Yaada keessaniif ββπππ@Alemu24 and @Fikee45
@dambalii_jaalalaa
πππππππππππππ
==========================
Kutaa 6ffaa.
Kan xumuraa.
...dhiirotni duraan jaalala isaanitti
hinaafaa turan abdii kutachiisuuf yaalaa turan.
Barattootni oromoo hedduun garuu baay
ee gaddanii
yaadaan ishee cinaa dhaabbatan. Seenaan yeroo
nyaattu, yeroo mana kitaabaa deemtu yeroo hundaa
kophaa yaadaan ciinca
aa deemuu jalqabde..Osoma deemtu gaafii tokko ofi gaafatte seenaan,
Harmeen koo gaafa abbaan koo deemee wereegame
sana maaliif inni hin deebi
u jettee abdii kutattee hin
heerumne ture ykn nama biraa jaalachuu maaliif
dhiiste? jettee ofi gaafatte. Anis kaayyoo Abbaaf
haadha koo, kan jaalallee koo walumaa galatti dirqama
oromummaa bahuu qaba jettee ofi amansiiste.Itti
dabaltee onneen koo Falmataan wereegameera kana
booda eenyuunis tasuma hin wereegamu jette.
Falmataan poolisoota dhalootaan oromoo ta
ankeessaa hiriyyoota hedduu qaba.. Isaan keessaa isa
tokkoon xalayaa kana barattuu seenaa jedhamtutti
naafa geessi jedheen!
Xalayichi akkas jedha:
Seenaa koo si haa gahu nageenyi koo, akkami nagaa
dhaa? baay
ee siyaade seenaa koo...onneen koo
jaalala sabaaf jaalala keetiin iddoo lammatti
qoodamtee gubachaa jira,,Miidhaaf dararaan narra
gahes kanuma oromoo jaarraa tokkoof irra gahaa ture
sana.. Hanga bilisummaa argannee biyya dhalatne
irratti akka namaatti jiraannutti jaalala keenya galmaan
gahuun ni ulfaata.. Ammaaf mana murtiitti na
dhiyeessanii waggaa saddeet(8) natti murteessaniiru.
.Seenaa koo ani jaalala ijoollummaa keetti taphachuu
hin fedhu. Hanga ani hidhaa kana keessaa bahutti
obsitee yoo na eegde hawwii kooti..yoo taa
uubaattes wanti gaariin akka si qunnamu Rabbiin siif
kadha halkaniif guyyaa.. Sirba Dr. Ali Bira "sila osoo
beekee waa sillee hin dararu" jedhu jedhu si
affeereera..
seenaa koo baay
ee sijaaladha
Mana hidhaa maayikalaawii irraa....nagayatti..
Erga dubbistee booda seenaan naasuudhaan lafatti
kuftee yeroo muraasaaf hafuurri ishee dhokate..
Poolisichi hatattamaan gara mana yaalaa geessee
sa
aa lama booda ofi barte... erga ofi bartee adaraaoromummaa xaalayaa kana barreessee sitti kennaa na
eegi jetteen..
Xalayaa akkas jedhu barreessiteef:
Falmee koo si haa gahu nageenyi koo onnee irraa
madde
jaalaalaa fi kabaji ani siif qabu yoomiyyuu daangaa hin
qabu..kaayyoon keenya akka galma gahuuf halkanii fi
guyyaa hin rafu,,Falmee koo jabaadhu irree
jabeeffadhu.. Anaaf woggaan saddeetii (8) boru
ganama dha..waan baay
ee seenaa harmee koo irraa
baradheera.. lubbuun inuma jirtaa garuu? kana
yeroma si arge kan amanu.. Rifeensi kee odaa
fakkaatu suni jiraa laata? Falmee koo onneen koo
jaalala keetiin hidhamteetti, anis jaalala keetiin
hidhamee namni biroo nama natti hin fakkaatu..
Falmee koo yoomiyyuu sinjaaladha..Nagayatti..Jaalal
lee kee Seenaa Yuunivarsitii Haroomayaa irraa!!
Seenaan barattee eebbifamtus ragaa miseensa OPDO
(woyyaanee) fiddu malee hin qacaramtu waan
jedhamteef hojii argachuu hin dandeenye.. Baadiyaa
isheetti deebitee akkoo ishee wajjiin jiraachuu
jalqabde..Akkoon ishee seenaa ishee fi Falmataa
dhageessee ganamaaf galgala seenaa cinaa
dhaabbattee gorsiti..
Gaafa inni mana hidhaatii bahu lakkooftee seenaan
balabala mana hidhaa maayikalaalwii dhaabbatte.. Ijji
isaanii imimmaaniin dukkanaaye...Falmataan akkas
bareeddu yeroo waggaa saddeet xumuree mana
hidhaatii bahu akka bosona bosona Baalee fi
Booranaa guggubatee dhumeera.. Seenaan fi
Falmataan wal arganii halkaniif guyyaa wollaalan
gammachuu dhaan...
Ergasii baadiyaa deemanii akka oromoo duriitti iyyanii
iyyisiisanii cidha nama ajaa
ibu tokko gaggeessan..manguddoonni bahanii eebbisan... Ji
a tokko booda
DV Ameerikaa seenaan woggaa tokko dura ani
heerumeera jettee guutte tokko dhufe.. Gaafa isaan
baadiyaa dhaa barbaadanii xalayaa itti geessan DV
nbaheeraaf.... Falmataa fi seenaan tasuma amanuu hin
dandeenye... Oromiyaa gadi dhiisuun kaayyoo isaanii
ta
uu baatus Falmataan ammas poolisootaan
hordofamuu eegaleera waan ta
eef lubbuu isaaniihambisuuf miila isaanii gara Ameerikatti qajeelchan.
XUMURAMEβΌβΌ
Horaa Bulaa Deebanaa βΌ
Yaada keessaniif ββπππ@Alemu24 and @Fikee45
@dambalii_jaalalaa