ODAA Electronics N1
11.1K subscribers
1.52K photos
9 videos
14 files
688 links
Dinagdeen Jabaachuuf Wal Barbaaduu Qabna
πŸ‘‰Laptops Haaraa fi Kan Hojjete(Used)
Bilbiloota, Camera fi kkf Gatii Bareedaan argattu πŸ‘‰ Fifinnee Boolee Gamoo Oromiyaa 1st flr
@Odaa_Electronics
Bilb βœ† +251911430007
πŸ“© @odaaSmart
Download Telegram
Forwarded from Abduwahid Omar
oromoon jalaala bekaa safuu beekaa hammachu beeka jalalan boji'ee ,muudu beeka
oromoon hogga tokko gaammaddes walin gammadda hogga tokko bohees walin bohaa abshiraa odu namati jattee hin ariin dirqama maa sirra jiruu akkuma duran bahaa jirtutti lammii tee wan dandeessun gargarii itti fufui si wajjin jirraa
Hubbanoo waaren kutaa 10ffaa amaraa kaftani qabxii kessan ilalachu dandessuu
Qabxiin darbiinsaa (p) Irraa debin waan qormanif
Dhiraaf 3.43
Durbaaf 3.14

@dambalii_jaalalaa
#update

Mana Barumsa Addaa Bultii WMO (Waldaa Misooma Oromiyaa) Qabxii ol'aanaa Galmeessan!

Barattoonni Mana Barumsa Addaa WMO Adaamaa fi Gudaritti qorumsa kutaa 10ffaa fudhatan 195 keessaa barattoonni 191 Qabxii 4 galmeessanii jiru. Barattoota Qabxii 4 galmeessan keessaa 162 immoo Barnoota hunda "A" galmeessanii jiru.
Barattoonni 4 immoo qabxi 3.85 galmeessanii jiru.

Barattoonni fi Maatiin Barattootaa Baga Gammaddan!

@dambalii_jaalalaa
#GUYYAA_DHIFAMAA

Ashamaa Harka Fuune Jiraa Jirtu Baga Yoon Gessani Guyyaan Kalessa @dambalii_jaalalaaf Guyyaa Adda Ture Akkuma Bekkamu Ibsa Ejjensin Biyyoollessa Bassen Firiin Qorumsa kutaa 10ffaa Guyyaa kalessa sa'a 8:00 Irrati Gadhifama jadhame Ibsa kenee issan Boda Debi'ani Sa'a 12 tii jadhan Hanga 12 obsaan egaa ture garu sa'a jadhame kanati gaddii hin xifamne ture Nuti channel @dambalii_jaalalaa Kayyoon issaa Oddefannoo Dhugaa ta'e ummataf Gabasudha. Issa sa'a ganamaa irraa kafine oddefannoo dabarsuf tatafi gocha ture ibsa polisin fedirala du'a injinaar simaanyoo irrati kenan dabaltee kaltin dabrsaa ture waa'e kuta 10ffaa jalbune info kenaa ture akka midiyaa tokkoti nuraa kan egamu qabxin darbusa qofa dabrsu ture nuti garu issar darbine ijjoollee keenya degaruf balbalaa keenya bane dogogora Ejensiin Qorumsa Biyyoollessa Ummen Ijjooleen keenya obsuu hin dandenye Nuti Abbaramineras Ebifaminera Nutii Qophessitoni Dambalii_jaalalaa Guyyaan Haraa Guyyaa Guyyaa Dhifamaati Waaren Dhifama Nun Jatanif Dhifam issinf Gonera waari nu ebiftan ebifamaa yaada qabidan @obsii28 irrati nun gahaa! @dambalii_jaalalaa filannoo keessan jalqabaa

@dambalii_jaalalaa
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
Forwarded from ODAA Electronics N1
#Ayyaana_Gaarii

🌻🌹🌷πŸ₯€πŸŒΌπŸŒΈπŸŒΊπŸ’πŸŒ»
🌼🌼🌼🌻🌻🌻🌼🌼🌼
Sagantaa Ayyaanaa Firaaf Hiriyoota Kessanif Ergaa Gamachuu Dabarfachu Barbaadanif Sagalee (voice) Waraabun
@obsii28
@leloo27
@Fikee45
@Alemu24 Dabaltaan +251979577666 Nun Gahuu Dandessuu

Ayyaana Gaarii

@dambalii_jaalalaa
Forwarded from Deleted Account
Uummata Etoophiyaa maraan baga geessan jechuun barbaada
Forwarded from Deleted Account
tole ummattota oromiyaa maraan baga wagga haara kana nagaan gessani jechun barbaada.
barri haaran kun
❀️kan jaalala
πŸ‘kan nageenya nuuf yaa tahun.
Forwarded from Deleted Account
Jaalallee ko kan bulee horaa walin turre amma boqonnaaf gara maati deemne garuu erga addaan baane har'a jia caalee jira. Ta'us erga guyyaa gara Maati deemtee sagaleeshe dhagaee hin beeku. FB IMO telegram irraas hin jirtu bilbillishee cuufaadha. Ani garuu nama akkasheetti ilaalu hin qabu. Bilbilishe cufaa taus an garuu irra deddeebiun yaala. Taus hin arganne. Egaa "anis barataa bar atis barattuu, barattoonni garaa walitti hin jaabatu" akkuma KADIR jedhe yoo rakkoo biraa tahe male akkati garaa natti hin jabaanne hin shakku. Maaloo #Bucheeko bakka jirtuu asan jira jedhi lubbuun koo cinqamtetti maaloo

Yoo jiraattef karaa #Dambilii_jaalalaa afuurakee naan gahi!
Arg - Ind magaala naqamtee kan jirattuu University bulee horaa kan turte ...
...

Baga bara haaraatti ceetan maatif firootakeef. Tokkittiiko sagalee keen dhagauu barbaadaa
Forwarded from Deleted Account
Uummata oromoo Maatakalaa maraan baga geessan jedheraa.
Forwarded from Deleted Account
Baayee galatoma! Oduu kessaaniti haalan gamaada jira isiin jaalana
Forwarded from YGD πŸ”‘
Baga nagaadhan bara 2011 gessan jechuu kanan barbaadu hiriyoota, firoota, uummata oromoo mara akkasumaa illee uummata Itiyophiyaa maraaf baga ittiin isin ga,ee barri haaran kan;-
Jaalalaa
Dhifamaa
Badhadhinaa
Akkasumas kan milka,inaa isiinif akka ta,u hawwii kooti
@from_#Y_kok_
Forwarded from Lami Lamessaβ™‘
Baga bara 2011 sii gahee hiriyaa koo bayyee jalaadhuu G kootif.Barii kun kan gammachuufi wantaa atii itti yaadee siif haa ta,uu bayyeen sii jalaadhaa saaree koo Lami keti unv jimma irra
Forwarded from Deleted Account
Hiriiyota koo kan ganna guutuu hojii tola oltuma waliin hojaacha jiru fi hiriyoota koo kan haramaya yuniversiti wagaa guutuu 2010n waliin turee hundaa bara harawan baga isiin gahee, bara nagaya, jaalala,hojii,milkii akka isiinif ta'uun hawwaa.
Forwarded from Nejib Moha
Jabadhu qophiin kessan garidhaa
πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†

#Lammiin_Lammiif
dargagoni Magaalaa jiimmaa hojii Guddaa Hojatani Jirtu Galani Kessan Guddadha ijjoolee Harka qaleyyitif Gargaarsa Mana manar demun sasaba turan maqaa @dambalii_jaalalaan issin galtefachun barbaadaa

@dambalii_jaalalaa
#Ayyaana_Gaarii

🌻🌹🌷πŸ₯€πŸŒΌπŸŒΈπŸŒΊπŸ’πŸŒ»
🌼🌼🌼🌻🌻🌻🌼🌼🌼
Sagantaa Ayyaanaa Firaaf Hiriyoota Kessanif Ergaa Gamachuu Dabarfachu Barbaadanif Sagalee (voice) Waraabun
@obsii28
@leloo27
@Fikee45
@Alemu24 Dabaltaan +251979577666 Nun Gahuu Dandessuu

Ayyaana Gaarii

@dambalii_jaalalaa
Forwarded from F.I.R.A.O.L
Ummaata Oromo hundaan bagaa waaggaa haaraan isiin gaaye naa jedhaani
kiya keneni:
Ummataa oromoo hundaa baga jala bultii ayyaana qaammee ykn bara haaraan isiin ga'ee naf jedhaani
πŸ’πŸ’πŸ’πŸ’πŸ’πŸ’πŸ’πŸ’πŸ’πŸ’πŸ’πŸ’
🏡🏡🏡🏡🏡🏡🏡🏡🏡🏡🏡🏡

Ergaawwan Baga Gessani @obsii28 @leloo27 @Fikee45 @Alemu24 Nun Gahaa!

@dambalii_jaalalaa