Ashamaa Kabajamtooto hordoftoota qophii DambaliiJaalalaa nageenyi keenya iddoo jirtan maratti isin haa gahu jechaa Nutis qophii keenya kunoo qoqopheefannee isin biraan gahuuf jennaa jechaaβΌοΈβΌοΈβΌοΈβΌοΈβΌοΈβΌοΈβ€οΈ
βοΈβοΈππKam feetan...?
ππβ€οΈAsoosama gabaabaaππππ
π©βοΈErgaawwan Jaalalaa
πGuyyaa Dhiifamaaπ
β€οΈππJechoota Jaalalaa
πKabaja ayyana Dhalootaaπ
πππππβ€οΈβ£ππ
β€οΈafeerraa sirbaaπ€ β€οΈ
πArtii fi artistotaπ¬ β€οΈ
πTaateewwan torbaniiβ€οΈ
β€οΈSuraa Torbaniiπ β€οΈ
β€οΈβΌοΈβΌοΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈ
Ergaa dabarfachuu feetanis ta'ee yaada qabdan karaaππβ
π@Fikee45
π@Leloo27
π@Alemu24
π@Obsii28
nuun gahuu ni dandeessan!!!
β€οΈβ₯οΈβ€οΈβ₯οΈβ£πΉβ€οΈβ€οΈβ€οΈπΉβ£β₯οΈ
Horaa Bulaa!!!

Asoosama
DHIMMUU IBIDDAA
Kutaa 7ffaa
Barreessaan Eebboo kemite
(Eebbisaa Abduramaan)
Eega dha'anii if wallaalchisanii booddee. Konkolaataa tokko keeysa naqanii kuchiisaniin. Waariituun adeera Wabii obbo Faaya Faayoo ykn Jilchaa Qalbeessaa kan ajjeese. Akka Eelamoo ta'e itti himte. Saniifiis amma yaroo arkametti akka ajjeeffamuus deemu gurra buuste. Faaya Faayoo waanni ja'aniiniif. Waraana somaalee hidhatanii ummata Mi'eessoo fii qarqara daangaa jiran waraanuuf guyyarraa daangaa Oromiyaa as tarkaanfatanii. Lubbuu namaatii fii qabeenya hiyyeeyyii balleessanii deeman san. Yaroo inni jiru saniitti somaaleen daangaa tarkaanfattee as ca'uu dhiisii. Sodaa isaa akka itti bobba'anii galaniifuu rakkachaati turan. Inni Mi'eesso Keeysa bakka Faayoo ja'amtuutti waan dhalateef faaya keenya ja'anii akka yaamuuti. Gariin immoo Gurraan Lolaa ja'aniiti yaaman. Isaatuu lola keeysatti ka ijaan hin arkiin. Shokomsaa qofaan bakka diinni jiru hubatee. Mataa keeysa dha'ee achiitti jangal godha. Wabiin hogguu kana dhageeysu hedduu rifattee. "Kun soba ta'u qaba! Waariituu na kijibuutti jirta moo?Jattiin akka nama rafee manaama keeysaa kana dhaga'ee ka'etti. Nama jaalachuu sablaadha malee nama jibbuun ni ulfaata!. Garaan isii fudhachuuf hedduu itti ta'abe. Hiriyyaan Eelamoo Harcaasaan mana dukkanaa tokkotti. Itti ol seenee bakka Eelamoon hidhamee jiruutti dhufee.
"Eelamoo na beeytee? Mee maaliif Faaya Faayoo ajjeeste naa himi?" ja'aan. waywaachuu malee waan isaan ja'an kana gurratti qicachuu dide; ammaas deebi'ee morma isaa meeshaa waraanaa harkaa qabuun ol qabee.
"Bada daabuqa maal talfuufa yaataa mitii himikaa? Moo isaan qabsoo tanaaf waa hunda dhaban ja'ee siifii haadhatee gargaaruu isaatuu rakkoo qaba? Ja'een kan maallaqa qarshii 200,000:00 fii mana tokko bitee kanneef san Faaya Faayoo isa Eelamoon ajjeese kana ture. Wabiin immoo waan dhageeyse amanuu dadhabdee. Bilbila irratti bilbiltuus kaasuu dinnaan. Kaatee konkolaataa yaabbattee kara magaalaa Hirnaa miila achi deeffatte. Isumaa gad bahee xiqqisho achi tarkaanfate Waariituu irratti bilbilee. Warra Eelamoo ajjeesuuf deeman keeysaa tokko.
"Ajjeesuuf fuudhanii kutaniin!" ja'een. Waariituun qabamuu isaatuu amma dhaga'uu isiiti. Rifattee "namni tokko akka hin xuuyne" jattee akeekachiisa itti kannite. Isiin tun achi keeysatti aangoo wayiiiti qabdii. Warri kana dhaga'e cinaan fudhachuu didanii. Isaanuma jidduutti wal dhabbiin uumamte. Waariituun ammoo bilbila isii Wabii irratti bilbiltuus hin kaastu. Gama kaniin ammoo; akka Eelamoon rakkoo waa irraanfachuu qabu. Naanaatii fii Dr isa wallaane malee namni tokko quba hin qabu. Eelamoon eega gaafa Wabii xiyyiitiin dhoyte sanii. Baala konkolaataa isa mudateen sammuun isaa dandeeytii waa yaadachuu dhabdeeti jirti. Kan Faaya Faayoo ajjeeseef immoo hojii itti yaadamee godhame ture. Humni socho'aan ummata dadammeeysaa jiru kuni akka inni wal shakkee if tolu hanqatu godhuufi. Gochi maqaa bareedaan fuula hagooggatee. Shira guddaa maqaa qabsoo duydatti baadhatee. Qabsoo isaanii faana suksukaa tureetuu jira hanga humnasaatti. Karaan ajjeechaan kun itti raawwate kara mala dhoytuu Naanaatii keeysaan ture.
Itti fufa...
Barreessan Eebboo Kemite (Eebisaa Abduramaan) Yaada Qabdan Karaa
@Fikee45 @Alemu24 @leloo27 @obsii28 Nuun Gahaa!!
@dambalii_jaalalaa

#Hubannoo:-
Ashamaa Harka Fuune Waa'e Qorumsa Biyyoollessaa Kutaa 10ffaa Hanga Jimmatati Iffa Ni Ta'a. Qabxin Darbinsa Kutaa 12ffaa Immoo Yoom Akka Iffa Ta'u Waantii Baramee Hinjiru Issin Obsaan Egadha. Kan Males Channalota fi Group Tokko Tokko Irrati Guyyaa Waamicha Barnota Olanoo (Unverstiy) Post Godhama Jiraa. Dhugumaa Issaa Website Unversity Kessani Senun Dawwachu Dandessuu Kanaaf Oddefannoo Sobaa Irraa Fagaadha.
Oddefannoo Biroof:- @obsii28

π #Hubanoo:-
Guyyaa Boru Polisin Fediralaa Du'a Injiner #Simmanyoo_Baqalaa fi Balaa Boombii Hirira Guddaa Adebabayi Masqalaa ademsifame Irrati Qoranon Polisi Maal irraa Akka Ga'e Guyyaa Boruu sa'a 8 irraa egalun ibsa midiyaalef ni kenu. Haama Danda'amet Kaltin Sagalee Waraabine Issinif Dabarsu Yaalla

Guyyoonni #Qaame Kunnin Guyyaa Jaalalaa Guyyaa Dhifamaa Guyyaa Tokkummaa Guyyaa Nagaa Kanaafu Osoo Hin Beekin Dogoggore Osoo Hin Beekin Walitti Dheekkamne Hundii Kessan Osoo Hin Beekin Balessitan Waaren Dhifama Gaafachu Barbaadani Ergaa Guyyaa Dhifamaa Ergitan Nu Qunamaa @obsii28 & @leloo27 @Fikee45 @Alemu24 Baga Ayyaana Guyyaa Dhifamaa (Qaame) tin Issin Ga'e.
@dambalii_jaalalaa
@dambalii_jaalalaa
Asoosama
DHIMMUU IBIDDAA
kutaa8ffaa
Barreessaan Eebboo kemite
(Eebbisaan Abduramaan)
βοΈβοΈβοΈβοΈβοΈβοΈβοΈβοΈβοΈβοΈ
Naanaatiin maallaqa guddaa fudhatteeti shira kana qindeeysite. Isii qofa osoo hin ta'iin namoonni harka wal keeysaa qaban danuudha. Naanaatiin ashaaxirummaa fii dubartummaa isiitii wajji hojii akkanaarratti mo'a qabdi. Eelamoof fira fakkaattee rakkoo isaa wajji dhilattee. Inni harka kannuufii diidu illee. Jaalala fakkeeysitee qadhabaa keeysa eega galfatte booda. Isa kan Duree ajjeese jattee. Akka Faaya Faayoo eeggatee inni hulqaa bahu dirqisiisuun ajjeesiiste. Eelamoon yaroo muraasa booda eeggatee hulqa irraa bahe. Wanni Naanaatiin Eelamoo goote irratti sharadaddee kana qofaa miti. Akka Wabiin hin du'iin osoo quba qabduu. Duute jechuun tan itti himte isiidha.
Warri Harcaasaa'faa wajji jiran hangi tokko ajjeesnu malee ja'anii itti cichan. Harcaasaa'n inni beeku dhabullee wajji nyaanneen garaa isa nyaatee. San qofa osoo hin ta'iin; maatii isaa guutuu fii qabeenya gaafas qaban. San hunda mootummaan jalaa saamee. Arra daadarkaa jireenyaatiin akkatti rakkoo isaa hoggu arku. Garaan isaa hamtuu irratti hojjachuu eehamuu diduus. Xiqqoof ricinciicee waan godhu dhabee garaa isaa hidhatee. Akka Eelamoo ajjeesan eehame. Imimmaan gaddaa ija guutee fii nassabummaan akka irraa hin mullanne. Dhoysuuf xiqqo isaan irraa achi maqee. Imimmaan akka jirkaa samii yaa'uutti firra yaase.
Waarituu'n hedduu rakkachuutti seente. Bilbila daddeebistee bilbiltuus jalaa kaasuu diddee jirti Wabii'n. Booda irra bilbila Harcaasaa irratti yaalte. Bilbilli Harcaasaa immoo cufameeti jira. Akka kaatee hin deemneefiis eeysatti akka hacuucan hin beeytu. Malli jalaa wal dha'ee. Daadarkaan quduraa shikaaltee maal gootuu fii maal akka taatu dhabde. Kaatee mana ol seentee. Uffata jijjiirattee bakka dhoysaatti duraan wal qunnamaniin takka yoo jiraatan jattee. Fiigaa konkolaataa karra dura jiru ka isii tokko lixxe.
Eelamoo fuudhanii ajjeesuuf lafaa ol kaasanii. Konkolaataa hogguu alaa ol yaamuuf jilba gurreen tokko gad bahu. Konkolaataan hulaa dura hin jiru. Eeddaan akka namni shakkee nutti as hin meeyne Ja'anii. Konkolaachiisaan akka mana Harcaasaa geeysee dhaabu itti himanii ture. San yaadatee Harcaasaa'n bilbila isaa akkuma banateetti. Eergaan barreeffamaa Waarituu irraa isa geeyse. Aficho mee ja'eenii hiriyyootaan isii irratti bilbilee.
"Bilbilli kiyya turee Waare! Maal jatte ja'een?" Isiiniis hafarfaataan"eeysa jirtan? Hangaan dhufuu namni tokko akka hin xuuyne?" Jatteenii iddoo itti himnaan konkolaataa ifirra garagalchite itti qaxxiste. Harcaasaa amma lubbuun itti deebitee "hanga dhuftu akka asii hin sossoosne" hogguu ja'uun. Isaan keeysaa tokko Laalanfayyaa kan ja'amu. Meeshaa waraanaa ol baafatee. "Firummaan fii wal beekkumsaan wanni daleeydu hin jirtu" ja'ee. Meeshittii mataa Eelamoo gubbaa.
Itti fufa...
Yaada qabdan karaa
@obsii28 @Fikee45 @Alemu24 @leloo27 Nuun Gahaa!!
@Dambalii_Jaalalaa

#Breaking_News
Guyyaa Haraa Ibsii Du'a Injinaar #Simmanyoo_Baqalaa Fi Balaa Boombii Waxabajji 16 Ilaalchisee Ibsa Middiyyaleef Kanamuf Yaadame Sababi Hin Bekkaminen Haqamu Issa Ibsame jiraa.
@dambalii_Jaalalaa

Channel Youtube π Kan Hundii Keenya misensoni @dambalii_jaalalaa 6.430 youtube senudhan jirra tube #sebscribe Hagonu @dambalii_jaalalaa
#Hubannoo:-
Ashamaa Harka Fuune Guyyaa Haraa Firin Qorumsa Biyyoollessaa Kutaa 10ffaa Sa'a 8:00 irrati Iffa Ni Ta'a jadhametu egamaa.
Caraa Gaarii
@dambalii_jaalalaa
Ashamaa Harka Fuune Guyyaa Haraa Firin Qorumsa Biyyoollessaa Kutaa 10ffaa Sa'a 8:00 irrati Iffa Ni Ta'a jadhametu egamaa.
Caraa Gaarii
@dambalii_jaalalaa
Ashamaa Kabajamtooto hordoftoota qophii DambaliiJaalalaa nageenyi keenya iddoo jirtan maratti isin haa gahu jechaa Nutis qophii keenya kunoo qoqopheefannee isin biraan gahuuf jennaa jechaaβΌοΈβΌοΈβΌοΈβΌοΈβΌοΈβΌοΈβ€οΈ
βοΈβοΈππKam feetan...?
ππβ€οΈAsoosama gabaabaaππππ
π©βοΈErgaawwan Jaalalaa
πGuyyaa Dhiifamaaπ
β€οΈππJechoota Jaalalaa
πKabaja ayyana Dhalootaaπ
πππππβ€οΈβ£ππ
β€οΈafeerraa sirbaaπ€ β€οΈ
πArtii fi artistotaπ¬ β€οΈ
πTaateewwan torbaniiβ€οΈ
β€οΈSuraa Torbaniiπ β€οΈ
β€οΈβΌοΈβΌοΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈ
Ergaa dabarfachuu feetanis ta'ee yaada qabdan karaaππβ
π@Fikee45
π@Leloo27
π@Alemu24
π@Obsii28
nuun gahuu ni dandeessan!!!
β€οΈβ₯οΈβ€οΈβ₯οΈβ£πΉβ€οΈβ€οΈβ€οΈπΉβ£β₯οΈ
Horaa Bulaa!!!
βοΈβοΈππKam feetan...?
ππβ€οΈAsoosama gabaabaaππππ
π©βοΈErgaawwan Jaalalaa
πGuyyaa Dhiifamaaπ
β€οΈππJechoota Jaalalaa
πKabaja ayyana Dhalootaaπ
πππππβ€οΈβ£ππ
β€οΈafeerraa sirbaaπ€ β€οΈ
πArtii fi artistotaπ¬ β€οΈ
πTaateewwan torbaniiβ€οΈ
β€οΈSuraa Torbaniiπ β€οΈ
β€οΈβΌοΈβΌοΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈ
Ergaa dabarfachuu feetanis ta'ee yaada qabdan karaaππβ
π@Fikee45
π@Leloo27
π@Alemu24
π@Obsii28
nuun gahuu ni dandeessan!!!
β€οΈβ₯οΈβ€οΈβ₯οΈβ£πΉβ€οΈβ€οΈβ€οΈπΉβ£β₯οΈ
Horaa Bulaa!!!
πππππππππ
#BREAKING_NEWS
injinaar #Simaanyoo_Baqalaa Of Ajesuu Issani Tamsaasa Kalatiin Midiyaalee Biyyaatif Polisin Fedirala Bekisisee
@dambalii_jaalalaa
#BREAKING_NEWS
injinaar #Simaanyoo_Baqalaa Of Ajesuu Issani Tamsaasa Kalatiin Midiyaalee Biyyaatif Polisin Fedirala Bekisisee
@dambalii_jaalalaa
#update β¬οΈ
Poolisiin bu'aa qorannaa du'a Injiinar Simmanyaw ifoomsee jira hojii gaggeessaa Proojaktii Hidha
Haaromsaa Injiinar Simmanyaw Adoolessa 19,2010 Addabaaba'ii Masqalaatti
konkolaataa isaanii keessatti du'anii argamuun ni yaadatama.
Poolisiinis dhimmicharratti qorannaa gaggeessaa kan ture yammuu
ta'u, bu'aa qorannichaa
-Konkolaataa isaanii keessatti du'anii kan argaman rasaasa
shugguxii isaanitiin Harka issani Akka Of Ajjesan Ibsamee jiraa

#Ayyaana_Gaarii
π»πΉπ·π₯πΌπΈπΊππ»
πΌπΌπΌπ»π»π»πΌπΌπΌ
Sagantaa Ayyaanaa Firaaf Hiriyoota Kessanif Ergaa Gamachuu Dabarfachu Barbaadanif Sagalee (voice) Waraabun
@obsii28
@leloo27
@Fikee45
@Alemu24 Dabaltaan +251979577666 Nun Gahuu Dandessuu
Ayyaana Gaarii

#update π
Ashamaa Harka Fuune Oddefanoo Amaa nuqaqaben Qorumsii Biyyoollessa 10ffaa Guyyaa Haraa iffa Ni Ta'a Kana Irrati Hunda'un Ejjensiin Qorumsa Biyyoollessa Sa'a 10 irrati Midiyaallef Ibsa Ni Kenaa ibsa Kan Hordofinee issin biraan genyaa

Xuqoo nuuf obsa waan irraa ga'e qulqullessan jiraa oddefannoo hanga ammati firiin qorumsaa iffa hin taane @dambalii_jaalalaa
#update π
Qorrumsa bara kanaa waligalti baratoni kuma 7 qabxi 4 fidaniru kana kessaa 2375 dubartota ibsa ejensin biyyoollessa amaan kan iffa taasisen baratoni sa'a 12 irraa kaasuun qabxi issani ilaaluu akka danda'an ibse jirra Sa'a 12 irraa kassun namota Network issin rakkisef qofaaf code kessan @obsii28 irrati naaf ergaa caraa gaarii @dambalii_jaalalaa

Qabxiin Darbinsa
πDhiraaf 2.71
πDurbaaf 2.57
Naannoo Horsise bulaaf
πDhiraaf 2.43
πDurbaaf 2.29
Namota Qaama midhamtotaf
πDhiraaf 2.14
πDurbaaf 2.00
@dambalii_jaalalaa
πDhiraaf 2.71
πDurbaaf 2.57
Naannoo Horsise bulaaf
πDhiraaf 2.43
πDurbaaf 2.29
Namota Qaama midhamtotaf
πDhiraaf 2.14
πDurbaaf 2.00
@dambalii_jaalalaa
Waaren bilbila koo irrati bilbilaa jirtan maalo hin bilbilina connection najalaa addan kutaa jirtu obsaan na'egaa