ODAA Electronics N1
11.3K subscribers
1.51K photos
10 videos
14 files
688 links
Dinagdeen Jabaachuuf Wal Barbaaduu Qabna
πŸ‘‰Laptops Haaraa fi Kan Hojjete(Used)
Bilbiloota, Camera fi kkf Gatii Bareedaan argattu πŸ‘‰ Fifinnee Boolee Gamoo Oromiyaa 1st flr
@Odaa_Electronics
Bilb βœ† +251911430007
πŸ“© @odaaSmart
Download Telegram
Maaliif Sodaattaa?

bareedduu nyaara kuulaa
mucaa kaarruun balbalaa
onneen koo si dheeboottii
ganamaa fi galgalaa
keessi koo si barbaadaa
sin jaalladha garmalee
dantaa addaan sirraa qabu
ittuu natti dabalee
manni keessan dhihoodhaa
hin fagaanne ana irraa
silaa atoo gad hin baatuu
akkamiin wal agarraa
reebichi eenyuun ajjeesee?
maaliif sodaatta dullaa
bor halkan badii koommee
wal bira taa'aa bullaa!!
F.J tiif!!!!
✍@dirribaa_wogi

@dambalii_jaalalaa
1:-Channel youtube Qabdu?
2:-Youtube Irrati hoo Maalqa Hojechuf Yaadanitu?
3:- Channel Create Gotani Subscribe Fi View Issin Rakkisaa Jiraa

Maare Faali Rakkoo Subscribe Fi View Kuno Argamee Jiraa

Youtuber Biyya Keenyaa Dogogoroota 10 Hojatun Subscribe Fi View Argacha Hin Jiru

1:- Dogogoroonii 10 Kun Maalidha?
2:- Dogogoroota Kan Irraa Akkamin Of Baraaru Dandenyaa?

Video Issin Barsisuu fi Itti Fayyadmtani Dogogoroora keessan jalaa baatan

Yaada @obsii28

Video Kan Gaafa Dawwatan Subscribe Gochuu Hin Dagatinaa
https://youtu.be/ZgpLKjdVWZY
Top Funy Oromic Interview

Video Bifa Gaafif Debin (interview) Gaafiwwan Sasalphaa Garu Kan Debisuf Nurakisan

Gaafa Dawwatan Subscribe Gochun Maati Keenya Taa'a

https://youtu.be/Dv-iI7un2yM
Taa'een Yaada Kuusaa!

taa'een yaada kuusaa
akka isa miidhamee
kaayyoo tokko malee
xaxamee hidhamee
miirri koo afaan banee
waa'ee koo hin dubbatuu
koomeen koo utaalee
hawwakoon hubatuu
yoosimmoo
Eenyutu naaf dhimmaa
isan yaada kuusuu
isan tabba fiiguu
isan baasee buusuu
Ati na dagattee
taate akka ormaa
waa'ee kee itti dhisuun
ta'us caba mormaa
taa'een itti yaadaa
taa'ee yaada kuusaa
kuma sadiin biteen
kuma lama buusaa!!!!!!

✍@dirribaa_wogi

@dambalii_jaalalaa
Hangan si jaalladhu

hangan si jaalladhu
fira maafan dhoksaa
arrabaan dubbadheen
isa hafe.....obsaa

erga walbarannee
waggoonni dabartee
maagineeti kamiin
kan onnee koo hattee?

hojii koo dhiiseen
si arguun barbaadaa
Irriba keessallee
waa'eedhuma keen yaadaa

abjuunis si argeen
ol jedheen si ilaalaa
kun jaalala qofaaree
Jaalalarra caalaa

of immo hin se'in
sii miti yaa mucaa
naafis hin gaddinaa
isin ijoolleen firaa
jaalalli facebooki
na qabatee jiraa
malasaan wallaalee
naaf himaa yaa firaa....!!!!
yadaaf:@dirribaa_wogi

✍@dirribaa_wogi

@dambalii_jaalalaa
Biyya Hindiitti namootni 3600 bakka tokkotti cidha isaanii raawwataniiru. Cidha Guddaa Waliinii Addunyaa jedhamee Galmee Dinqisiisoo irratti galmaahee jira.

@dambalii_jaalalaa
@odaaSmart
Ofiin jaalalatti kuftee harkisa dachee hin komatiin. Albarti Inistaayintu kana jedhe. Waan hojjenneef itti gaafatamummaa Ofumaa fudhachuu qabna Malee Namatti Qabachuu Hin Qabnu

@dambalii_jaalalaa
KAN HIN MAXXANFAMNE BAAY'EE QABNA
0911430007 / 0929320481
πŸ’»laptopsπŸ’»

3. Dell core i3 15 inch (slightly used)
500gb by 4gb ram.....7500br

4. Toshiba core i3 14 inch (slightly used)
500gb by 4gb ram.....8000br

5. Hp core i5 13.5inch(slightly used)
500by 4gb ram..............9800

6. Toshiba core i7 15.6 inch (slightly used)
500gb by 4gb ram.....9500br

8 Hp elight book core i5 14 inch(new)
1tera by 4gb ram...........11900

9 Hp elight book core i5 14 inch(new)
1tera by 8gb ram...........12500

10. HP probook core i5 15.6 inch (NEW)
500gb by 4gb ram.......12500br

11. HP probook core i5 15.6 inch (NEW)
1tera by 4gb ram.......13000br

12. HP probook core i5 15.6 inch (NEW)
1tera by 8gb ram.....13700br

13. HP core i5 14 inch 6th generation (NEW) 1tera by 4gb ram.....14900br

14. HP elightbook core i5 15.6 inch
(NEW) 1tera by 4gb ram.
TOUCH SCREEN.......14500br

15. HP elightbookcore i5 (NEW)
1tera by 8gb ram. TOUCH SCREEN......15000br.

16. HP core i3 7th generation (NEW)
1tera by 8gb ram. ......14500br.

17. lenovo core i3 7th generation (NEW)
2gb nividia graphics card. 1tera by 8gb ram. ......14500br.

18. Dell core i7 17 inch (NEW)
1tera by 8gb ram.....15500br

19. HP probook core i7 15.6 inch (NEW)
1tera by 8gb ram.....15500br

20. HP pavilion core i5 15.6inch(NEW)
1tera hard disk 8gb ram. 2gb nividia graphics card..........16500br

21. HP pavilion core i7 15.6 inch(NEW)
1tera by 8gb ram. ......16500br.

22. HP envy core i5 15.6inch(NEW)
1tera hard disk 8gb ram. With keyboard light 2gb nividia graphics card..........16800br

23. Asus core i7 15.6inch(NEW)
7th generation 1tera hard disk 8gb ram.
2gb amd graphics card..........22000br

LENOVOVO
1. Lenovo core i5 15.6inch(NEW)
500gb hard disk 4gb ram. 2gb radon amd graphics card..........14500br

2. Lenovo core i5 15.6inch(NEW)
1tera hard disk 8gb ram. 2gb nividia graphics card..........15500br

3. Lenovo core i7 15.6inch(NEW)
1tera hard disk 8gb ram. 2gb amd graphics card..........15000br

4. Lenovo core i7 15.6inch(NEW)
1tera hard disk 8gb ram. 2gb amd graphics card..........17000br

πŸ’»GAMING LAPTOPSπŸ’»
1.hp pavilion core i5 (NEW)
with keyboard light 1tera by 8gb ram
2gb GTX 940 mx graphics card.....19900br

2.hp envy core i5 (NEW) 6th gen with keyboard light 1tera by 8gb ram 2gb GTX 950 graphics card.....21200br

3. hp pavilion core i7 (NEW)
5th generation with keyboard light
1tera by 8gb ram 2gb graphics card.....21000br

4. hp pavilion core i7 (NEW) 6th gen with keyboard light 1tera by 8gb ram 2gb graphics card.....21000br

5. hp pavilion (omen1) core i5 (NEW) 6th gen with keyboard light 1tera by 8gb ram 128gb ssd 4gb GTX 950 graphics card.....22200br

6. hp pavilion core i7 (NEW) 5th generation with keyboard light 1tera by 8gb ram with 4gb nividia graphics card.....23000br

7. hp pavilion core i7 (NEW) with keyboard light 256gb ssd by 8gb ram with 2gb ddr5 nividia graphics card.....23000br

8. hp pavilion core i7 (NEW) 6th generation with keyboard light 1tera by 8gb ram 4gb GTX 950 graphics card.....25000br

9. hp pavilion core i7 (NEW) 6th generation with keyboard light 1tera by 8gb ram with 128gb ssd 4gb GTX 950 graphics card.....26000br

10.hp core i5 omen2 (NEW) 7th generation
128gb ssd with key board light 1tera by 8gb ram 4gb ddr5 1050ti graphics card.....28500br

11.hp core i7 omen3 (NEW) 7th generation
128gb ssd with key board light 1tera by 8gb ram 4gb ddr5 1050 graphics card.....35000br

12.hp core i7(NEW) 7th generation
256gb ssd with key board light 1tera by 8gb ram 4gb ddr5 1050ti graphics card.....36500br

13.hp core i7 omen3 (NEW) 7th generation
128gb ssd with key board light 1tera by 16gb ram 4gb ddr5 1050 graphics card.....36500 birr

bilb 0911430007
@OdaaElectronics
Mangaan Dhugaa Kana!

booyyeen karaa baheen
ol galuu hin beekne
kan akka looniitti
gara yaa'u hin beekne
qolleen qola doobbii
girboo garaaf joortu
tucheen miila qullaa
oliif gad dhamaatuu

Erga biyya keenyatti
cittoo luqqifattee
darsaa hobbaafattee
uffata uffattee
raajiidha kuni dhiiroo!
abbaa biyyaa taatee
nuun falmuu eegaltee?

Tish!mangaa jechuun kana
isaan tarree galee
akka hoolaattitti
nama tokkoon bobba'u
kadhattoota garaaf
ganda keessa yaatu

Nama ta'e kaasuun
kun qeeqaaf miti
safuu keenyaaf malee
sin sodaadhaf mitii
yeroonsaa dhihoodhaa

Amma fagoo mitii
quufa lafa keessee
yoo hin galle barana
Ragaansaa kinootii!!!!!
✍ @dirribaa_wogi

@dambalii_jaalalaa
Namni waa tokko hin yaalle carraa hin qabu jedhee hin dubbatiin, Kan fuula isaa gara ifa aduutti deebise gaaddidduu isaa of duubaa hin argu. Biiftuu Fuuldura isaa Jirtu Arga Malee

jecha Helen Kellerti

@dambalii_jaalalaa
Bekisisa arifachisaa
Ya'ii Gulalle film production hojilee artii bifa show hojechuf barbaada kanaaf show kan taatoo ta'ani hojechu barbaadan hojechisu barbaadaa

1) Show Qophii Waa'e Fayyaa irraati xiyyefatef
Oggummaa Narsii Fi Fayyaa dhan wal qabatan kan hojecha jirtu
2) Show Qophii Midhaginaa irrati xiyyefatef
Oggummaan mekap nama dalgdu

Hub:- Bekisisini kun Dubartoota Qofa Ilaalataa
Waaren galma'u barbaadanif 0941252428 nuf bilbilaa

Ya'i Gulalle film production agent
Odaa Electronics

Laptop Haaraa fi kan Hojjete (Used)
Bilbiloota Ammayyaa Orijinaala fi
Meeshaalee elektirooniksii Kamuu Gatii Salphaan Argattu!


Argama Keenya Google Map irraan Kunooti FINFINNEE Oromeessuun FALMANNA
Yoo Siniif Mijate Star 5 nuuf godha Review kan jettu irrattis Yaada Nuuf Barreessaa

Oromia Tower 1st floor No 12
ODAA ELECTRONICS
Addis Ababa
@OdaaElectronics
091 143 0007
https://maps.app.goo.gl/xr42LqVcUZZAzE7X8
πŸ‘‰Jireenya kee Akka Haarayaatti eegaluuf guyyaaa haarayaa sin feesisu. yaada sammuu haraya qofa si barbaachisa!

πŸ‘‰Dhugumaan yoo jiruu kee jijjiiruu feete Dura sammuu kee jijjiiruuf hayyamamaa ta'i!
πŸ‘‰Sodaachuun homaa miti Garuu sodaatte yoo waa gochuu dhiifte sun Siif rakkina guddadha!

πŸ‘‰Kaayyoon karoora Hin Qabne hawwii qofa!!!!

βœ… @soressad
@dambalii_jaalalaa
Akkuma Baay'een Keessan Beektan Qabsoo Dinagdeetti Jirra! Keessumaa Finfinneettii Oromoo Jabeessuuf Qabsoo Dinagdee Cimaa Barbaada.

Channel Kana #DAMBALII_JAALALAA TURE.... Gara #ODAA_ELECTRONICS tti Maqaa jijjiirree Jirra! Nu baqattanii Hin Ba'iinaa

Warri Maamila Nuuf Ta'uu Barbbaddan, Nujabbeessuu fi Nu Waliin Hojjechuu Barbaaddan Link keenya Share Godhaa!
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@Odaa_electronics

Yaada yoo qabaattan
@OdaaSmart irratti Nuuf barreessaa
Top Funy Oromic Interview

Video Bifa Gaafif Debin (interview) Gaafiwwan Sasalphaa Garu Kan Debisuf Nurakisan

Gaafa Dawwatan Subscribe Gochun Maati Keenya Taa'a

https://youtu.be/Dv-iI7un2yM
Channel name was changed to «❀DambaliiπŸ’š Jaalalaa❀ /ODAA ELECTRONICS No 1Β»