OBN SPORTS
1.4K subscribers
645 photos
204 videos
2 files
161 links
Odeeffannoo ispoortii Afaan oromootiin
.
. #SHARE gochuudhan guddina afaan oromootif haa tumsinu
.
. 🚀ODEFANOOWWAN
✔️Taphoota kallattidhan
✔️Jijjiirra Taphatoota
✔️Seenaa taphattoota

@Obnsports @Obnsports @Obnsports
Download Telegram
OBN SPORTS
🇪🇺 #UEFA_Champions_League 🇪🇺 📱 #Live_Updates ⌚️ 61' Real Madrid 1⃣-0⃣ Man City ⚽️ Isco 60' 🏟 Estadio Santiago Bernabaeu Lyon 1⃣-0⃣ Juventus ⚽️ Tousart 31' 🏟 Groupama Stadium @Obnsports
Maanchister Yuunaayitid olguddataa sarara fuuldura
Baarseloonaa Ansuu Faatii fudhachuuf £m89 qopheessaniyyuu
Baarseloonaan dubbicha kuffiseera.
Baarseloonaan gurbicha gurguruu hin barbaadan.

@Obnsports
OBN SPORTS
🇪🇺 #UEFA_Champions_League 🇪🇺 📱 #Live_Updates ⌚️ FT Real Madrid 1⃣-2⃣ Man City ⚽️ Isco 60' ⚽️ G. Jesus 78' ⚽️ De Bruyne 83' Ramos 🏟 Estadio Santiago Bernabaeu Lyon 1⃣-0⃣ Juventus ⚽️ Tousart 31' 🏟 Groupama Stadium @Obnsports
Waldaan UEFA seera addaa takkaa mul'atee hin beekneen
dorgommii UCL fi UEL xummuruufi.

Taphoonni kana boodaa tapha deebii osoo him qabaanne torbee 2 keessatti dorgommichi akka goolabamu murteessuufi.
Taphoonni nuusa xummuraa fi Walakkaa xummuraa tapha deebii osoo hin qabaatiin taphuma baaqqeen taphatamuu akka qabu gaafa
waxabajjii 17/2020 akka murteessan Independent odeeffachuu isaa
barreeffamaan miirkaneesseera.

@Obnsports
OBN SPORTS
Taphattoota Kilaboonni Lamaanuu Qabatanii Gara Dirreetti Seenan 👆 #Watford 🆚 #Liverpool 4-2-3-1 4-3-3
Breaking
Maanchester Yuunaaytid taphataa sarara gidduu warra Baayern Muunshen Koreentiin Tooliisoo mallatteessifachuuf carraaquu jalqabeera jedha (RMC)n. Akka madda odeeffannichaatti Baayern
kilaba maallaqa €35M fidee dhiyaateef taphaticha dabarsee
kennuuf eeyyamamoodha jedhameera.

Soolshaan sarara gidduurratti waan xiyyeeffate fakkaata...

https://telegram.me/Obnsports
🇪🇸 #LaLiga_Santander 🇪🇸

📱 #Bu'aa Taphaa darbii

⌚️ FT
Sevilla 2⃣-0⃣ Real Betis
⚽️ Ocampos 56' 🅿️
⚽️ Fernando 62'

🏟 Ramon Sanchez Pijzuan

@Obnsports
Odeeffannoowwan Jijjiirraa guyyaa har'aa dhagaa'aman bal'inaan...

Maancheestar Yuunaaytid yeroo darbe Baayer Muunshen irraa Koorentiin Toolizoo fudhachuuf Haasa'aa jalqabeera jechuun
miidiyaleen wal harkaa fuudhanii afarsaa turanis akka dubbii himaan taphatichaa Obbo Eeriik Kastaanyinoon (Sky Germany) tti himanitti eenyuyyuu haasa'aa na wajjin hin jalqabne jedhan jechuun (Standard Evening News) balballoomseera.

Maanchester Yuunaaytid taphataa Ol guddataa warra
Baarseloonaa Ansuu Faatii irra deebi'iin maallaqni jijjiirra £100M isaaf mala jechuun qabachuun dhiyaatanis of harkaa baasuu hin barbaadan jechuun (Sport) balballoomseera.

@Obnsports
#Maanchistar_Yunaaytid Jimaata tapha Michummaa kilabii Weestibiroom wajjiin qabu.
@Obnsports
OBN SPORTS
Add time 3
Taphataan sarara fuulduraa Garee biyyoolessaa Ingiliizii fi
warra Seexanoota Diddiimoo Maarkis Raashfoordi
Gaafii Gaazexessaan "Taphataa kubbaa Miilaa utuu tahuu
baattee Hojiin kee biroo maali?" jedhee Gaafate yoo deebisu akkas jedhe" Mana Barnootaa yeroon turetti Barnoota Herregaatiin baay'ee cimaan ture"

"Yeroo hunda Utuun taphataa kubbaa miilaa tahuu baadhee
Akkaawuntaantii yookaa Hojiiwwan Baankiin Wal qabatan hojjechuuf yaadeen ture"

Maarkis Raashfoordi

@Obnsports
OBN SPORTS
VAR jalaal haqe jira
Waaw Baga geesse Kaay Haaveertiz waggaa 21ffaa kee.
Cheelsii, Madrid, Baayermunik, #Maanchister_Yuunaayitid,
Liiverpuul, PSG keessaa garam akka imaltu beekuu baadhus ati
dandeettii kee waliin fuuldurri kee ifa.....
@Obnsports
👉 Oddeffaannoo Ispoortii gagaababbooo Odaasport irraa

👉 Golii egaan Watford Been Foostaar waliigaltee wagga lammaa killaabaa isaa waliin tursuun mallaatesee jiraa

👉 Cheelsiin Taphaata Ol_guddaattu Buyern Liverkuusen #Kai_Havertz mallaatesiisuuf akkaa fedhaa guddaa qabaan ibsamee jiraa.

👉 Maanchisteer Siitiin akkaa beksiiseetti ittii annaa Lenjiisa Pep Gardiiyolaa gochuun #Wan_Manwel_Lilon qacaraanii jiruu kanaan duraa ittii annaa ta'ee kan hojeetaa turee Mayiikil Arteettaan lenjiisaa Arseenaal ta'uun wal qabaatee warrii sitiizinsii gargaaraa lenjisaa qacaraanii jiruu.

👉 Taphaatan saraara duraa warra Lille 🇫🇷 Victor Osmiin gannaa kannaatti garaa primeer-liigii ingilandiin imaluuf yaddaa akkaa hin qabnee bakkaa bu'aan taphaatichaa ibsee jiraa.

👉 Lukaas Omarpaas baraa dorgoommii kanaa kessaatti Laligaa kessaa taphaatan kaamiiyuu akkaa taphaata kanaa caalaatti Tackle kan buhee hinjiruu 💪
Fii dirree fugiisoo penalty box kessaatti akkaa Kariim Benzeemafii Liyoonal Messii kubbaatti kan buhee hinjiruu


👉 Liverpool fii Wayiinaldum waliigaltee haaraa irraatti marii'ataani jiruu taphaatichaa garee warraa diddiimoo kessaati taphaata barbaachisuu ta'uu isaa agarsiisee jiraa.


🏠#mana ta'uun
🏠#Lubbuu ha'olchinuu

@Obnsports
Coming 🔜.........


🔥💥🔥💥Merseyside Derby 🔥💥🔥💥

🔵💥#EVERTON 🆚 #LIVERPOOL 🔥🔴
💥💥🏟Goodson park Studiem🔥🔥

Jaallatamaan Premier league England Sababa Vaayiresii Koronaatiin Addaan Citee ture, Deebi'uuf Goyyoota 10 Qofatu Hafa ,

🏆🏆🏆Shaampiyooniin Addunyaa The Red's #Liverpool Shaampiyoonummaa Premier league Labsachuuf Taphoota 2 Qofatu Hafe, Eerton and palace 🔥🔥💥💥🏆🏆🏆

Uuuuuuhuuuu

💥🔥💥💥🏆💥💪🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥
Kanaaf Taphni Baniinsaa Darbii #Merseyside Addunyaan Guutuun Hawwiin Eegu taha!
🔥🔥🔥🏆🔥🔥💥💥💥🔥💥💥🔥🔥🔥

Dilbata June 21,2020
Sa'aatii 3: 00 irraati!

@Obnsports
🇮🇹 #Coppa_Italia 🇮🇹

📱 #Live_Updates

⌚️ 16'
Juventus 0⃣-0⃣ AC Milan
Rebic 16'

🏟 Allianz Stadium

@Obnsports
@Obnsports
Ronaldon penalty osoo hin galchiin hafeera
#Sport Jimmaa Abbba Jifaar Miindaa taphattootaa kaffaluu dhabuun himatame❗️

Taphattoonni Kilaba Jimmaa Abbaa Jifaar Miindaa waan hin arganneef rakkoof saaxilamaa jiraachuu himan.

Shaampiyooniin Itiyoophiyaa bara 2010 Jimmaa Abbba Jifaar taphattootaaf Miindaa kaffaluu dhabuun yeroo garaa garaatti komiin itti dhiyaatus fala kennuu hin dandeenye.

Taphattoonni kilabichaa kan dura Xalayaadhaan Fedeereshinii Kubbaa Miilaa Itiyoophiyaatii fi qaamoolee Mootuummaa garaagaraaf Kilabiichi Miindaa nu dhowwate jechuun gaaffii dhiheessanis fala argachuu hin dandeenye.

Amma immoo taphattoonni Fedeereshinii Kubbaa Miilaa Oromiyaatiif iyyannoo galfataniiru.

Fedeereshinii Kubbaa Miilaa Oromiyaa iyyannoo taphatoota kanneen ilaaluun kilaba Jimmaa Abbba Jifaariif xalayaa barreesseera.

Madda: Soccer Ethiopia .