Oro Chelsea Fans™️
5.59K subscribers
2.93K photos
18 videos
13 files
190 links
▶️Chaanaalii kana irratti Odeeffannoo Cheelsiin walqabatan kanneen akka:-

🔷️Jijjiirraa taphattoota Cheelsii
🔷️Seenaa taphattoota Cheelsii
🔷️Tapha Kallattiidhaan
🔷️kanneen biroos

LONDON IS BLUE🔵


DM for work @obsiinaan1
Download Telegram
Fofanan lakkofsaa 3 uffatee jiraa lakkofsaa isammo chavaria fudhate.
2
Qaama ho'iifacha jiruu.

📲@OROCFC
2
Tapha michooma xumuraa

⏰️8'

Chelsea 0 - 0 Real Sociedad


📲@OROCFC
Morgan rogers gooli jalqaba uffata chelsea dhan lakkofsisee jiraa
🚨 Chelsea fans:

“OHHH XABI ALONSO” 🎶


#CFC | #CHERSO
1
Tapha michooma xumuraa

⏰️41'

Chelsea 1 - 0 Real Sociedad
#Rogers

📲@OROCFC
1
This is just the beginning!🔥
7
Qixxee godhaniruu
Tapha michooma xumuraa

⏰️Boqonnaa'

Chelsea 1 - 1 Real Sociedad
#Rogers #Aramburu

📲@OROCFC
1
Tapha michoomaa har'aa taphatameen

Chelsii 3 - 1 Riyaal Sosedaad

⚽️ Roodjars ⚽️ Aramburu
⚽️ Peedroo × 2

🏟Stamford Bridge
4
Forwarded from Quality Button
Itiyoopiyaa keessatti interneetii bilisaan fayyadamuun deebi'ee eegale. Fayyadamuuf "GET" bakka jedhu tuqi.
Maxence Lacroix via IG. 💙
6
🟢Fabrizio Roomaano

Maan Siitiin ammas jijjiirraa Enzoo Farnaandeez irraa abdii akka hin kutanne gabaafameera.
3
Another level 🔥

📲@OROCFC
4
🚨 Al Hilaal Peedroo Neetoo mallatteessisuuf fedhii guddaa akka qabu kan himame yoo ta'u, Neetoon taphattoota cinaa sadii isaan ilaalaa jiran keessaa tokko.

Haa ta'u malee, jijjiirraan kamiyyuu gatii Cheelsiin gaafate irratti kan hundaa'u ta'a, sababiin isaas Maanchistar Siitiin kanaan dura jalqaba ganna kanaa gatii Cheelsiin Netoof gaafate garmalee ol'aanaa ta'ee waan ilaaleef.

🎖 Faabriiziyoo Roomaanoo


📲@OROCFC
3
💠HERE WE GO

Ipswich Town Juuliyoo Eensisoo Istiraasbarg irraa mallatteessisuu isaa mirkaneesse. Kaffaltiin kun bonasii dabalatee Yuuroo miiliyoona 30.5 akka ta'u murtaa'eera.

Enciso waliigaltee waggaa shanii mallatteessee jira.

Maddi isaa ( Been Jaakoobs ]

Ensiso gurguruu hin qabnu turre garuu ha tahuga😒

💙Share

@OROCFC
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
2
💠HERE WE GO

Diyeegoo Mooreeraa Strasburg irraa gara AC Miilaanitti

HERE WE GO

Kaffaltii dhaabbataa yuuroo miliyoona 50 dha.

Taphataan kunis dinqii ture

🎖FABRIZIO ROOMAANOO

💙Share

@OROCFC
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
4
🚨 Breaking

Todd Bohli fi Mark Walters qooda Kilabii Kubbaa Miilaa Cheelsii keessaa qaban abbaa qabeenyaa harka caalu Kiliirleek Kaapitaalitti gurguruuf mari'achaa jiru.

Namoonni dhimma kana irratti beekumsa qaban akkas jedhan

Saamu'eel Aginii
7
Premier League jalqabuuf guyyaa 3tu hafe🔥💙
6