Masriin dhimma Hidha Haaromsaa walqabatee himata Tiraampiif dhiyeessitu qopheessaa jirti
Masriin Sudaan waliin taāuun dhimma Hidha Haaromsaan walqabatee himata haaraa Itoophiyaa irratti, Pireezidantii Ameerikaa dhufu Doonaald Tiraampiif dhiyeessitu qopheessuu gabaafame.
Ministeerri Jallisii Masrii rakkoo waggoota afran darbe biyyattii mudateefi baasii maallaqaa bishaan ashaboorraa qulqulleessuuf baafte qindeessuun himata haaraa banuuf qophaaāuu maddeen Masrii wabeeffachuun 'Middle East Monitor' gabaaseera.
Masriin himata kana qindeessuuf ministeera jallisiifi Ministeera Dhimma Alaa Sudaan waliin marii teeknikaafi siyaasaa gaggeessiteerti jedhame.
Gaabasni kuni kan dhagahame bulchiinsi Tiraamp dhimmi Hidha Haaromsaa Itoophiyaa dhimmoota xiyyeffannoo kennuuf keessaa tokko taāuu beeksisuu hordofee taāuu eerameera.

Urgent humanitarian crises in Ethiopia demand global attention: IRC Report
Ethiopia is facing one of the most severe humanitarian crises in its history, exacerbated by ongoing conflicts, climate change, and economic instability. With millions in desperate need of assistance, the situation demands urgent attention from the international community.
According to the Emergency Watchlist report by the International Rescue Committeeās (IRC) that asses 20 countries at greatest risk of new humanitarian emergencies each year, over 25 million Ethiopians are currently experiencing acute food insecurity. The conflict in the northern Tigray region, which began in 2020

Atletksii ummanni abdii irraa dhabaa dhufe jijjiiruuf nan hojjedha
Filannoo Pirezdaantummaa Federeeshinii Atileetiksii Itoophiyaa irratti Oromiyaa bakka bu'ee dorgomaa kan jiru Atileet Komaander Silashii Sihin Atletksii ummanni abdii irraa dhabaa dhufe jijjiiruuf nan hojjedha jedhe.
AMN waliin turtii kan taasise Atileet Silashiin naannoo Oromiyaa guddummaa duraan qabdutti deebisuuf akka hojjetu hime.
Atileet Silashiin atletksii Itoophiyaa ummanni abdii irraa dhabaa dhufeera, sana jijjiiruun abdii itti horuuf ammoo nan hojjedha jedhe.
Akkasumas nannoon Oromiyaa gahumsa gama atletksiin qabdu akka fayyadamtu nan tasisaa jechuu Atileet Komaander Silashii Sihin dubbateera.
Atileet Sileshi waliin kadhimamtonnii 7 Dilbataa dhufu filannoo pirezidaantummaa Federeeshinii Atileetiksii Itoophiyaaf ni dorgomu.

š9
Atileetin Keeniyaa Bitriis Cheebeet fiigicha meetira 5,000 Baarseloonatti gaggeeffame rikardii ofiishee fooyyessuun injifatte.
Dorgomii kanaan daqiiqaa 14 gadi fiigun dubartii jalqabaa taatee jirti.

This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Voolkaanoo naannoo Affaar aanaa Dulachaa gaara Doofanitti dho'e
š7ā¤1
š“ó §ó ¢ó „ó ®ó §ó æ Tapha Pirmiyarliigii Ingiliz torbee 6ffaa har'a Arsenaalii fi Newukaastil taphataniin
Arsenaal 2-1 Niwukaastil
Arsenaal 2-1 Niwukaastil
ā¤7š2š1
į į
įį įįįµįµį įį² įįįįµ įįįµ įį„įįµ į į²įµ į į ᣠįį”
įį¬įįµį« įį² į į²įµ į į ᣠį²į°įį± į į į įį įįįµįµį įį¢į į įįįµ į įį£į į į°į°įįįįøįįį¢

ā¤1