Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
👍12👏11❤9
Hubachiisa
Beeksisa gaafa 18/10/2018 maxxansine irratti bakki qormaataa Yuuniversiitii Teekinooloojii Adaamaa ta'uu fi guyyaan qormaataa gaafa 23/10/2018 ta'uu kan ibsame jijjiiramuun bakki qormaataa Magaaluma Adaamaa Inistiitiyuutii Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyyaa(ILQSO)tti guyyaan qormaataa gaafa 25/10/2018 ganama sa'aatii 3:00 irratti ta'uu isin hubachiifna.

❤3
Dambii Kenna Tajaajilaa 261.2018.pdf
2.9 MB
Dambii Kenna Tajaajila Lammummaa Naannoo Oromiyaa Lakk.261/2018
👍12❤7😁2