Forwarded from Kureeth Institute π
πKeep your tongue moist with the Dhikr of Allahπ
@DrZakirNaikAfaanOromoo
@DrZakirNaikAfaanOromoo
#rabbiin (sw) guyyaa tokko malakul mawtiin akkana ja"en..
Yeroo lubbuu ilmaan Aadam fuutuu takkaa hin boonyee ja"en..!!
Yeroo takka kofleetin,yeroo takka boohee, yeroo takka ammoo qacollatti rifadhe ja"en..!!!
#rabbiin (sw) osuma beeku maaltu si kofalchiise ja"en .?
Malakul mawtiin ; gurbaa tokkoo ruuhii isaa fuudhufin qapahutti jira garuu isaa gurbaa kophee hodhu tokkoon akkana jachutti jiruun dhagahe..
"Kophee tana qacollatti naaf tolchi akka amata takka uffachuu naaf taatutti ja"en.."
Kofleetin osoo inni kophee san hin uffatin lubbuu isaa kessaa fuudhe ja"en..!!
#rabbiin (sw) maaltu si boochise ja"en..?
Yeroo ruuhii intala takka fuudhi naan jatteen boohe...intala yeroon ruuhii isii fuudhuf dhaqe
isii dachii barahaa ta bishaan bira hin jirre kessatti isii ilmoo dhalutti jirtuun bira dhaqe...ruuhii intala sanii kessaahin fuudhe haala mucaan isii xiqqaan boohun kophaa isaatti hafee aniis osoon boohutin lubbuu haadha isaa fuudhe ja"en..!!!
#rabbiin (sw) maaltu si rifachiise ja"en..??
Yeroo ati ruuhii gurbaa Aalima tokko fuudhi naan jatteen rifadhe..yeroon mana isaa dhaqu ifaa tokko kan mana isaa kessaa bahuun arke..cufumaan mana isaatti achi dhihaadhe ifaan san if duubatti na deebisa
Ifaa isarraa deemu saniitu na rifachise yeroon lubbuu isaa fuudhu ja"en..!!!
#rabbiin (sw) : gurbaa Aalimaa san ni beeytaa ja"en..??
Mucaa xiqqaa dachii barahaa kessatti haati dhiifte biraa duute sanii anaatu isaaf ifqabe
Nama takkatti hin lakkisinii ja"en..!!!?
*kanaaf yeroo cufaahu rabbitti abdadhu rabbiin (sw) sin haddiyyomsu..rabbii keetis sodaadhu guyyaan duutu yoom akka tahu hin beeytu..!!!
Ψ§ΩΩΩΩ ΩΨͺΩΩΩΨ§ ΩΨ£ΩΨͺ Ψ±Ψ§ΨΆ ΨΉΩΨ§...!!!
@alfannn

# gurbaan tokko gara sahaabticha guddaa abdallaah binu Abbaasitti dhufeeti akkana ja"en...
Yaa ilma adeera rasuulaa lubbuu takkaan ajjessee rabbiin towbaa narratti ni deebi"aa.?!!
Haati tee lubbuudhaan ni jirti ja"en ibnu abbaas..!!
Lakkii ja"en gurbaan..
Istikfaara heddummeysi rabbiin siif araarama ja"en ibnu Abbaas...
# yeroo gurbaan gaafii gaafate achi garagale.darastichi ibnu Abbaas guddaan Axaa"a binu yasaar : yaa ilma adeera rasuulaa maalif haadha isaa gaafatte ja"en..!!?
Ibnu Abbaas : dalagaa takkallee tan rabbi biratti akkaan jaalatamtu hin beeku haadhaa fi abbatti tola oolurra ja"en..!!
Ψ¨Ψ±Ω Ψ£Ψ¨Ψ§Ψ‘ΩΩ ΨͺΨ¨Ψ±ΩΩ Ψ£Ψ¨ΩΨ§Ψ‘ΩΩ
Haadhaa fi Abbaa kessanitti tola oolaa, ilmoo teeysaniitu tola isinitti oola.!!
πππππππ join..

Bakka yaade gahuuf bakka gufatte cufatti hin dhaabatin yeroon si dabaruu malaa
πππππ
@ibsaabdi4
@ibsaabdi4
πππππ
@ibsaabdi4
@ibsaabdi4
Forwarded from Kureeth Institute π
ββMinisteerri barnootaa caasaa sirna barnootaa haaraya qopheessuu beeksise
Odeeyfannoo #Nuuralhudaa
August 21, 2019
Caasaan Sirna barnoota haarayatti qophaahe sadarkaa sadi kan qabu akka taheefi, haaluma kanaan waggaan 6 sadarkaa jalqabaa, waggaan 2 barnoota jiddu galeessaa, waggaan 4 ammoo sadarkaa 2ffaa akka ta'utti kan qophaaye tahu Ministeerri Barnootaa beeksise.
Ministeerri Barnootaa Dr. Xilaayee Geetee akka ibsetti, sirna barnootaa haaraya 6-2-4 jedhamee moggaafame kanaan, Barattoonni kutaa 6ffaa yeroo xumuran qormaata naannoo kan fudhatan yoo tahu, qormaanni kutaa 8ffaa kanaan duraa sadarkaa naannootti kennamaa ture hafee; kan biyyoolessaa ta'a jedhe. Haaluma kanaan qormaanni biyyoolessaa kutaa 10ffaa kan hafu tahuu ibsame.
Ministeerri barnoota akka ibsetti, qormaanni kutaa 12ffatti kennamu ammoo kan barattoonni qabxii gahaa fidan gara dhaabbilee barnoota olaanootti ittiin seenan akka tahu murtaahee jira.
#Caasaa_Barnootaa

ββBakka buβoota hawaasa muslimaatiif leenjiin hubannoo tajaajila gumaata dhiiga kenname
Odeeyfannoo #Nuuraalhudaa
August 20, 2019
Leenjii Waldaan gargarsaa fi misoomaa Mustaqbal, Tajaajila Baankii Dhiigaa Biyyoolessaa waliin tahuun hoteela Kontinentaalitti qopheessan kana irratti, Ministerri Fayyaa Federaalaa Dr. Amiir Amaan, bakka bu'aan Prezdaantii Mana Marii Dhimmoota Islaamaa Ityoophiyaa Sheikh Saβid Musxafaa, Prezdantii mana marii dhimmoota Islaamaa magaalaa Finfinnee Sheikh Sulxaan Amaan argamun dhaamsa dabarfatanii jiru. Dabalataanis bakka bu'oonni hawaasa muslimaa 150, akkasumas Imaamman masjiidotaa fi hoggantoonni mana marii kutaa magaalaa Finfinnee gara garaa leenjii kana irratti hirmaatuu odeeyfannoon ni addeessa.
Kaayyoon sagantaa kanaa guddaan, bakka bu'oota hawaasa muslimaa sagantaa kana irratti argamanii fi hawaasa muslimaatiif, dhiiga gumaachuu ilaalchisee leenjii hubannoo keennuu fi tajaajila gumaata dhiigaa kana irratti hawaasni akka hirmaatu maaltu godhamuu qaba kan jedhu irratti marii godhuuf yoo taβu, haaluma kanaan mariin kun milkiin geggeeffamuu ibsame.
Waldaan gargaarsaa Mustaqbal hojii gargaarsaa gosa hedduu raawwachuun kan beekamu yoo tahu, ji'a tokko boodaa duula gumaata dhiigaa marsaa 15ffaa geggeessuuf karoorfateen, ummata lakkoofsaan hedduu taβe hirmaachisuuf kan qophaayaa jiru tahuu ibse.
#Mustaqbal

This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from Kureeth Institute π
..............................................
DHAMSA LUQMAAN ILAMA ISAATIIF DHAAME
.............................................
1βΆNama Rabbi hin zakkarre bira hin ta'in
=yoo beeka taate beekumsi sin fayyadu (yoo barsiifte malee)
=yoo wallaalaa taate wallaalumma dabalattaati
2βΆNyaata kee nama rabbi sodaatu malee hin nyaachisin ajriitu sirraa xiqqaataati.
3βΆHoggaa mariyattu beeka waalin mariyadhu kararra si kaayaati.
4βΆDuniyaan tun bahara qileedhaatii,kanaafuu ati dooni tee sodaa rabbi godhadhu,waan keessatti fe'attu ammoo limaana godhadhu.
5βΆWaan ulfaatu hedduun baadhadhee argee garuu waan akka ollaa heddu ulfaatu hin garre .
6βΆWaan hadhaahu hedduun dhandhamee arge garuu waan akka hiyyummaa hadhaahu hin garre .
7βΆWaan barattetti hanga daleeydutti kan biraa barachuuf hin jarjarin.
8βΆNama tokko obboleessa godhachuu yoo barbaadde dura muufachiisi laalii yoo irra siif dabre obboleessa ciimaadha qabadhu yoo irra siin dabriin irraa baqadhu.
9βΆBakka irraa dhufterra ganda itti deemtu kan Aakhiraa santu sitti dhiyata beeki.
10βΆYaa rabbi naaf araarami jechuu guddisi,yeroo takkaatu jira kan Rabbiin du'a'ii keessatti hin deebifneeti.
11βΆLiqii irraa fagaadhu guyyaa si xiqeeysiti,halkan immoo siyaadeesiti.
12βΆAni callisuu kiyyatti takkaa sheenawee hin beeku dubbachuun yoo meeta taate callisuun ziqayaa beek...
βWarra waan dhagaye fi wan arkeetti fayyadamuu Rabbiin nu haa godhuu
π€Sharikota keetif qoodi @sheer forward godhiif insha'alla ajrii itti arkatta
@Salam_dawagroup

Gorsa Abbaa Kootii
Kana jechuun Qeerroo Gorsa laateef
By @kaxari
Eeyba koo dhagahii
Ilma koo furadhuu
Gorsaan an si gorsu
Qalbiin dhageyfadhu
Bakka yaadde gahii
Mataa ol qabadhuu
Ilma biyyaaf yaaduus
Tahii naaf mulladhuu
Hamtuu hin yaadinii
Gaaruma hojjadhuu
Hiriyaa akka kootii
Kabajaa jaaladhuu
Barumsa keerrattiis
Karoora baafadhuu
Biyya kee fayyaduuf
Ciminaan baradhuu
Ani si eeybisee
Waaqa kee Eeggadhu
Hanganaan siin jedhaa
Turii Naaf Jiraadhuuuu
Kana jechuun Qeerroo Gorsa laateef
By @kaxari
Kutaa 1ffa.pdf
2.3 KB
Atis Nibeeyta
Kitaaba mata dureen isaa atis Ni beeyta jedhu kutaa 1ffaa Har,a qabadheen isiniif dhihaadhe waan hedduu akka barumsa irraa Argattan Abdii Guddaan Qaba Akkasumas najajjabeessuu irraa Akka Of duuba hin deebine
Abdii Guddaan qaba
Yaada qabdan @kaxari dhaan Na qaqqabaa Yeroo Gaarii

Forwarded from Munzir Shek Amin (Munzir Shek Amin)
YouTube
" Magaalaa dire dhawa iiddi maal fakkaatti ? " gaafii fi deebii. 2019
Forwarded from Munzir Shek Amin (Munzir Shek Amin)
YouTube
Sagantaa " Ziyaaraa " mana Kadir Abbaas iida 2019
Audio
Sh.Amiin Ibroo Dhaamsa bareda nuuf qabani haa hordoofnuni inshAllah 1ffaa
π΅ @hamiltan_tv
@DrZakirNaikAfaanOromoo
β Song has been cut! π
βοΈSampilii second 30π
π΅ @hamiltan_tv
@DrZakirNaikAfaanOromoo
β Song has been cut! π
βοΈSampilii second 30π
Forwarded from Kureeth Institute π
Ejjannoo fi qaama Ergamaan Rabbii
Ergamaan Rabbii (SAW) kan ijjannoo bareedu,dhaabni isaa giddu galeessa, humniti isaa lookoo,gabaabaa kutaas miti, dheeraa kutaas miti garuu
gara dheerinaatti irra dhiyaata. Kanaafuu namni gara dheerinaatti dhiyaatu tokko yoo isaa wajjiin deeme, Ergamaan Rabbii (SAW) dheerinaan isa
caalu malee hin taane.
Kana malees qaamni isaa
giddu galeessa, dhaqni isaa wal-qabataa dha;
gabbataa furdaa miti, huqqataaa qallaas miti, giddu galeessa ilaalan bareedu, dhaabaa fi dhaabbataaniis
kan akkaan miidhaguu dha.
Urgaa foolii isaa:
Qaamaa, dafqaa fi human isaatiif foolii wanta urgooftu hudarra urgooftuutu jira.
Anas bin Maalik yeroo dubbatu akkana jedhe: βgonkuma urgooftuu hin urgeeffanne, maskattii fi wantoota foolii Ergamaa Rabbii (SAW) irra caaltu tokkollee urgeeffadhee hin beeku.β
Ammaas Jaabir bin Abdillah akkana jedhe: βNabiyyiin (SAW) karaa tokko yoo inni darbinaan namni biroo tokko isa
hordofe urgaa isaarraa nabiyyiitu asiin darbe jechuun beeku malee hin hafu.
Akka fakkeenyaatti nama tokko yoo harka fuudhe guyyaa isaa guutuu foolii harka isaa argaa oola.
Harka isaas ijoolleerra yoo kaaβate namni sun ijoollota keessaa foolii harka isaatiin beekkama.βUmmu Suleeym dafqa isaa urgooftuu ishee keessa godhachuuf waan inni urgooftuu hunda caalaa urgaawuuf qaruuraa keessatti jabeeffattee turte.
ITTI FUFA...
Join this Channelππ
Β©β’ @ISLAAMUMMAA

Kaayyoon #Yahuudaa Dhaloota waliif dhiifama hin goone jidduu muslimtootaatti uumuudha ture.
Kan kana caalaa kan nama ajaa'ibu warreen kaayyoo kana isaaniif guutuu ifaajjii taasisan arguudha.
Obboleeyyan addunyaa tanarratti nama milkaawaa tahuu yoo barbaanne dhiifama namaa godhuu heddummeessa
β Ψ³Ψ§Ω Ψ Ψ§ΩΨͺ Ψ±Ψ§Ψ¨Ψ β
Namni hojiin isaa yeroo mara tirfii akka taatuuf ykn bu'aa gaarii barbaade irra namaaf dabruu qaba.
βΩΨΉΩΩ ΩΨ΅ΩΨΩβ
Silaa namni muslima tahe hundi jecha Rabbii kana dhagahee Maa Shaa Allah!
Ψ§ΩΨ’ ΨͺΨΨ¨ΩΩ Ψ§Ω ΫΨΊΩΨ± Ψ§ΩΩΩ ΩΪ©Ω .
Bu'aa warra waliif irra dabree Rabbiin akka dilii isaanii isaaniif araaramu.
Subhaanalla namn Seenaa Abdallah fi Mu'aawiyaa quba qabu akkasumaa wajjiin muslima tahuu wajjiin osoo dhiifama waliif hin goone waa wal hin dhiisu!
Mu'aawiyaan lafa takka madiinaa qaba ture lafa san hojjattoonni isaa wasana (daangaa) dabranii lafa Abdallah kana itti qotan kana Abdallah aaree waan silaa Mu'aawiyaan itti ni aara ja'amu barbaadee ja'een.
Fakkeenyaaf Yaa ilma haati isaa Tiruu Hamzaa nyaatte faa je'een.
Mu'aawiyaan bulchaa biyya Shaam ture dubbiin tun yeroo isatti dhufte yaaddawee ilma isaa Yaziid yaamee Yaa Yaziid Abdallah akkatti xalayaa akkana jettu natti ergeetii akkam goona je'ee marihachiise.
Subhaanallah! Yaziid hedduu aaree gubatee murtii kenne. murtiin sunis Waraanni keenya kan jalqabni isaa as Shaam jiru kan xumurri isaa Abdallah bira jiru mataa irraa kutanii walitti daddabarsaa haa nutti fidanii je'een. Subhaanallah! Deebiin Mu'aawiyaah! Maal taati ree?
Lakkii khana hin goonuu Obboleessa keenya irratti kana hin raawwannuu dogongora nuutu qaba miidhamnaan kana dubbatee kanaafuu nuti araarfachuu qabna.
Mu'awiyaan xalayaa akkana jettu barreesseef.
Ni faarse gama abbaa fi haadhaanis hojii gaggaarii isaatinis isaas ni faarse ergasii an bakkan siin wal dhabu ooyruu tiyya sanis fudhadhu teetitti ida'adhu waa takka an sii wajjiin fayyaa tahuutu irra naaf caala je'een.
Abdallaan waan ja'u wallaalee booyee yaaddawee gara Mu'aawiyaa fe'atee dhaqee yaa mu'aawiyaa dhiifama naaf godhi walh osoon an dachii siif tahee ati akka dachiitti anarra deemtee je'een.
Mu'aawiyaanis kun tasumaa hin tahu atiis haqa qabda dhiifama waliin ja'anii wal keessummeessanii addaan bahan.
The Stars!
Ummata akkanaati Muslimni dhugaa garuu ka maqaa lafa guutee maal goona.
"My Companions are like stars"
"Ψ§Ψ΅ΨΨ§Ψ¨Ϋ Ϊ©ΩΨ¬ΩΩ "
Sahaabonni kiyya akka Urjiiti.
Yeah! Dhuga baana Ergamaan Rabbii (saw) Sahaabonni Urjii lafaati!
Isaanirra ka feete jala yoo deemte ni qajeelta!
Barreessaan ana obboleessa keessan Jemal Sheikh Bakriiti.
Pls Waliif haa jiraannuu!
Walitti jiraatuu irraa haa of eeynuu
Nuti muslima tahuu haa beeynuu
Obboleeyyan dhugaa waliif haa taanuu
@DrZakirNaikAfaanOromoo
@DrZakirNaikAfaanOromoo
@JemalSheikhBakri1
T.me/DrZakirNaikAfaanOromoo