MUBE TECH 1πŸ’Ž
20.4K subscribers
5.3K photos
286 videos
5 files
2.21K links
βœ…οΈAll Cryptocurrency Airdrop & Technologies information.

βœ…οΈShare ,Join @MubeTech1
βœ…οΈInbox πŸ“₯
CEO :- @MubarakSj πŸ…
Download Telegram
❀3
MUBE TECH 1πŸ’Ž
Photo
Dorgommiin 'Miss World 2026' Xumurame; Joheirry Mola Riippaabiliika Dominiikaan Irraa Mo'attuu Yemmuu Taatu, Ruut Yirgaalam Osoo Hin Darbin Hafte

Dorgommiin bareedinaa addunyaa 'Miss World 2026' 75ffaan magaalaa Nha Trang, biyya Veetnaam keessatti har'a galgala xumurameera. Dorgommii kanaan bakka buutuun Riippaabiliika Dominiikaan kan taate Joheirry Mola Dominguez mo'attuu 'Miss World 2026' ta'uun gonfoo kana injifatteetti. Akkasumas bakka buutuun Ispeen Elisabeth ReynΓ©s sadarkaa lammaffaa bahuun dorgommicha xumurteetti.

Gama birootiin, bakka buutuun Itoophiyaa Ruut Yirgaalam dorgommii kanarratti hirmaachuun aadaa biyyattii, keessattuu uffata aadaa Oromoo waltajjii addunyaarratti haala miidhagaa ta'een kan calaqqisiiste ta'us, gara dorgomtoota 40 (Top 40) duraa keessa osoo hin seenin hafteetti. Biyyoota Afrikaa irraa dorgomtoota 40 duraa keessa seenuu kan danda'an bakka buutota biyyoota Naajeeriyaa, Afrikaa Kibbaa, Zaambiyaa fi Eertiraa akka ta'an gabaafameera.

Haa ta'u malee, Ruut Yirgaalam waltajjii idil-addunyaa kanarratti hirmaachuun ishee fi aadaa Itoophiyaa addunyaaf beeksisuun ishee injifannoo guddaa akka ta'e deeggartoonni ishee ibsaa jiru.
Gonfoo dhabdus, onnee lammiilee ishee keessatti kabaja guddaa argatteetti jechuun miidiyaalee hawaasaa irratti ergaa jajjabinaa fi dinqisiifannaa isaanii dabarsaa jiru.

Odeeffannoo hatattamaaf karaa Teelegiraamaa nu hordofaa.

@MubeTech1
@MubeTech1
❀3
Payment Received πŸ”₯

▢️Bot Link - https://t.me/ATF_AIRDROP_bot?start=7332993424
Payment Within 15 Minutes - 2 Hours πŸ‘€
πŸ₯°2
Ammas daqiqa 3 keysati na senee jiraa maal egdaa

https://t.me/ATF_AIRDROP_bot?start=7332993424
πŸ₯°2
#Freedom Welcome back in #Ethiopia πŸ‡ͺπŸ‡Ή πŸ†

β€’Obbaleessi keenya #Freedom (Falmataa Abdosh ) Nagayaan gara biyya sa Itoophiyaa galee jira.

β€’Tik #Africa Challenge irratti Akka Africati Sadarkaa 2ffaa bahuun biyya teenya πŸ‡ͺπŸ‡Ή maqaa yaamsise Injifannoo guddaan galee jira. #Congratulations bro.
πŸ‘4
πŸ’₯TeQoin Blockchain Airdrop

🌎Join linkπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
http://t.me/TeQoin_Wallet_Bot/app?startapp=r_7087843016

🧀Click to telegram bot
🧀Create wallet
🧀Must Save Backup Phrase
🧀Complete Task
🧀Daily Reward Clam
🧀Done

➑️ Send Token = 100 Points
➑️ Receive Token = 100 Points

⚠️Note: Kucoin & Gate Exchange Listing Soon Don't Miss
MUBE TECH 1πŸ’Ž
Photo
βœ…Price Listing 0.50$ Per Token βœ…βœ…πŸ”«πŸ˜

🌎Join linkπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
http://t.me/TeQoin_Wallet_Bot/app?startapp=r_7087843016
πŸ₯°1
βœ… Gemini AI pro gatii baayyee rakasa ta'een namoonni bitachuu barbaaddan

πŸ•― Gatii birrii 400

βœ”οΈ Faayidaa isaa
         βœ… Video Generate gochuuf
         βœ… Email storage goote irratti storage dabalataa 5TB

Bitachuuf πŸ‘‰ @belkipo