Forwarded from Michuu Galaan Offical (Michuu Galaan)
Akka waan boru #duututti jiraadhu;akka waan bara baraan jiraattutti baradhu( hojjedhu).
#Ma.G
#Dhandhanraas
#Ma.G
#Dhandhanraas
Forwarded from Michuu Galaan Offical (Michuu Galaan)
Namoonni baayyeen du'aafi du'aa ,du'aafijireenya jidduu jiru; Namoonni muraasni garuu jireenyaafi jireenya jidduu jiru.ati isa kam??
Forwarded from Michuu Galaan Offical (Michuu Galaan)
Kirkirteef,du'a hin ooltuu inuma duutaa;Of yaadadhu!
#Dhandhanraas
#Dhandhanraas
👉Nu waliin turaa, mee biyya kana keessa turaatii saba tokkummaa sabaa irratti hundaa’e ijaaraa.” ~ Roobart Mugaabee
@Mijuu_sammuu
@Mijuu_sammuu
©Dubbii warra sadii akka sadiin fixan.
1 Dubbii warra gowwaa sossobaan fixan.
2 Dubbii warra hayyuu dhugaa itti himuun fixan.
3 Dubbii warra lugnaa sodaachisaan fixan.
@Mijuu_sammuu
1 Dubbii warra gowwaa sossobaan fixan.
2 Dubbii warra hayyuu dhugaa itti himuun fixan.
3 Dubbii warra lugnaa sodaachisaan fixan.
@Mijuu_sammuu
👉Dubbisi hindhiisin; dubbisi hindhiisin.
"Mana dhugaatitti namoota akaakuu sadiitu(3)na qunname" jedhe namichi....
1.Utuu ani hin macha'iin warra macha'e.
•Machaa'uuf jedha garuu,warra machaa'an machooftota argeera.
•Machaa'uf machooftoota machaa'an argeera.
•Machiin machooftoota macheessuuf
2.Ani macha'ee warra hin macha'iin.
•Machooftuu machaa'ee warra hin machoofne arge.
•Machaa'e garuu,hin machoofne;garee machooftootaati.machooftuu machaa'a arguuf jirtu.
3.Ani macha'ee warra macha'an........
•Machaa'a machooftoota machaa'anin machaa'e.
•Machaa'eera hinmachoofne;machaa'eera machii machooftootaatin.
•Machooftuu machaa'an keessaa kan hinmachoofne
•Machaa'a machooftoota machaa'ani macheessan keessaa akka macha'eefi machaa'an arge.
•Akka machaa'e beeka garuu,hinbeeku,,beeka.kanaafuu,Sadan caala.
•Machooftuu machaa'ummaa hinqabu;machaa'ummaa machooftuu hindhabu!
✍Sammuun hinsoomin; sammuun samii yaadaati.
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇

Forwarded from Michuu Galaan Offical
Forwarded from Michuu Galaan Offical
RAKKINNI HAA RAKKATU!.pdf
574.3 KB
Forwarded from Kitaabota-books
NUUBIYYAA (Asoosama gabaabaa IISAA HUSEEN).pdf
1.1 MB
Asoosama gabaabaa IISAA HUSEENIIN barraa'e.
Forwarded from Kitaabota-books
JOORTUU_JAARRAA.pdf
2 MB
JOORTUU JAARRAA( Kitaaba Walaloo)
👤 Ibsaa Asheetuu
📆 Bara 2020
📚 Afaan Oromoo PDF
Fuula-136║Hanga-2.0MB
✈️✈️✈️#share✈️✈️✈️
👇👇👇#join👇👇👇
@kitaabotaGaraagara
👤 Ibsaa Asheetuu
📆 Bara 2020
📚 Afaan Oromoo PDF
Fuula-136║Hanga-2.0MB
✈️✈️✈️#share✈️✈️✈️
👇👇👇#join👇👇👇
@kitaabotaGaraagara