MIJUU SAMMUU
15.6K subscribers
1.35K photos
51 videos
306 files
1.13K links
•Mijuun sammuu....sammuun hinsoomin;sammuun samii yaadaati!
♾️√•Yaada yaadan yaaluun sammuu soomeetti sansaka horuudha.Yaada yabbuun yayyabami!
#Cryptonews
https://t.me/major/start?startapp=1383688538
🖤♥️🤍@Mich3853bot
💵CEO @Mich3853
Download Telegram
"Nama tokko umurii isaa guutuu qurxummii nyaachisuu irraa gaaf tokko laga geessanii akka itti qurxummii qaban barsiisuu wayya jedhu". Chaayinoonni.
👉Jaalalli nama fira yoo sif tahes, fireenii dhugaa kan hincinne sif hintahu.bakka itti sirra citu fi sin citu qaba.Waaqayyoon gadiitti firri dhugaan of firoomfachuudha.fira ofiif taanan of firoomfatte firakee caala.Of firoomfadhu fira ofiif tahi.
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
@Mijuu_sammuu
@Mijuu_sammuu
@Mijuu_sammuu
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
👉Jiraachuun jirraa utuu hintaane jirraatu jiraachuudha.
👉Rakkinni rakkina caalu fira rakkinaa tahuudha.
""""" Pro.Mihiretu Shanqo


@Mijuu_sammuu
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
👉•Ani Faransaay barbaadukoo caalaa faransaayiin  na barbaaddi.
👉 •Gorsa tokko qofa siif qaba - gooftaa ta'i.               
👉•Daandiin dandeettiif banaa haa ta'u.     
"""""""""""""" Napoleon Bonaparte """"""" sayings
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
@Mijuu_sammuu
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
*Kufaatikee caalaa wanti akka kuftuu si taasisee#Ilaalcha ati ka'uuf hinqabneedha.
*Namoota yaada gadhee deeggaran caala
a#yaada gadhee ofirra tiksi.
*Jireenya hamma qabnu kana keessatti wanti nuti hojjenne akka waan hin hojjenneeti.
*Wanti aarsaa nama hinkaffalchifne yoo aarsaa tahu Caalaa wanti gatii qabuu hinjiru.
.Karaan kufaati hinqabne hinjiru,hinjiraatus.
*Har'a jireenyatti jiraachaa yoo hinjirree boru jireenyatti akka jiraattu ammuma akeeka jireenyaa bocadhu.
*Karoora dhabuu caalaa wanti karoora hinqabne hinjiru.Karoorri imala gochaati.
*Addunyaa kanarra namoota bifan nama fakkaatan baayyee ta'aanis,namummaan nama kan ta'aan
#muraasa.Namummaan fakkaachuun utuu hintaane nama ta'aani argamuunidha.
*Ammayyummaa ilaalcha sammuu nama dhuunfaati.Ilaalchi gaariin hundaarra ilaalcha gaariidha.
*Lafa oolmaakeeti caalaa wanti sitti dhiyoon hinjiru.Lafa oolmaakee hinfakkaatin
#Ofikee fakkaadhu of ta'i jiraadhu.
*Nama bira ta'uuf yaaluun of wallaaluu irra darbee of awwaaluudha.Ani anuma yoontahe anuman ta'a.
*Ilaalcha gaarii ofiif qabdu haala fi halaalatti ofirra hin ittisin.Ilaafi ilaamee walta'iinsa waloo yaada sammuu keenyati.
*Hariiroo
#Horizontal namoota waliin qabdu caalaa hariiroo #Vertically uumaa waliin godhattu cimsi jabeeffadhu.
*Wanti Biiftuu gaditti bifa bareeduu hundi biiftuma gadi.Yaadni keenya yaada keenyan ol haa tahu
.

Viv:-M²
@Mijuu_sammuu
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Lallabuuf eessayyuu deemuun faayidaa hin qabu yoo deemsi keenya lallaba keenya ta'e malee.
               --- Firaansis kan Asiisii
👉Waan gochuu barbaaddu beeki, yaada sana jabeessi qabadhu, guyyaa guyyaan waan hojjetamuu qabu hojjedhu, aduun lixxu galma keetti dhiyoodha! Wanti hinoolle;sif hinoolu.sirrayis hinoolu.irra hinoolin.
             
 
👉Kan callisuu kee hin hubanne;dubbiikee hubachuu dhiisuu hin oolu.
Callisuun callaa keessa callaa isa caalu gingilchuudha.
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Join us
@Mijuu_sammuu
@Mijuu_sammuu
@Mijuu_sammuu
Forwarded from MIJUU SAMMUU (Michuu Galaan)
Asoosama Hiriyaa(Ifargan guddataatiin)-1.pdf
658.2 KB
Forwarded from Michuu Galaan Offical (Michuu Galaan)
ABBAA CAALAA LATAA(Abraham lataa)(1).pdf
879.6 KB
Share 'ABBAA CAALAA LATAA(Abraham lataa)(1).pdf'

CHANNEL MIJUU SAMMUU JAJJABEESSUUN SHARE JOIN GODHA!!
👉Jechoota hayyootaafi kitaabilee biroo bifa PDFn ni argattu......

👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
@Mijuu_sammuu
@Mijuu_sammuu
@Mijuu_sammuu
Forwarded from Michuu Galaan Offical
Dungoo halkan sanaa .pdf
219.8 KB
Forwarded from MIJUU SAMMUU (Michuu Galaan)
Malkaa Jaalalaa(1).pdf
81.6 KB
Share 'Malkaa Jaalalaa(1).pdf'
Forwarded from Michuu Galaan Offical (Michuu Galaan)
WILIYAAM JEEMS(1).pdf
282.5 KB
Share 'WILIYAAM JEEMS(1).pdf'
👉Jechoota hayyoota biroo argachuuf;
JOIN US OUR CHANNEL!
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
@Mijuu_sammuu
@Mijuu_sammuu
@Mijuu_sammuu
Forwarded from Michuu Galaan Offical (Michuu Galaan)
THOMAS EDISON(1) Mijuu sammuu.pdf
305.4 KB
Share 'THOMAS EDISON(1) Mijuu sammuu.pdf'
@Mijuu_sammuu
@Mijuu_sammuu
Join godha kanneen biroos ni argattu!
Mahaatmaa Gaand(1).pdf
237.2 KB
Share 'Mahaatmaa Gaand(1).pdf'
Hayyoota biroo argachuuf..
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Join us
@Mijuu_sammuu
@Mijuu_sammuu
@Mijuu_sammuu
@Mijuu_sammuu
@Mijuu_sammuu
👉Gadi tuqadhu !Horaa bulaa Deebanaa!!!
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Ati Burqaa kitaabileeti!!

👍Manni maddi kitaabilee hedduun:
1,Keessa bahee ture
2,keessatti argamuufi
3,keessa bahuuf maxxaansarra jiran
Hundumtu isaan Sammuu Dhala namaa keessatti argama.
👍Sammuun nama kun warshaa kitaabilee hedduu Oomishuufi Kuusuudha.
👍Kitaabileen kun jalqaba yooqabateeyyuu dhuma maxxansa hinqabu.
👍Ati Sammuun kee kitaabilee dhalli nama dubbisee bira hingahamne of keessa qabda waan taheef gara waarshaa Sammuu keetitti deebi'i hojjedhu!
👍Madda kitaabilee kana Sammuu keessatti saamsine gara biyyeetti deemuun abaarsakeefi dhaloota dhufuutti fiduudha.
👍Kuusaa kitaabilee kana furtuusaa situ harkaa qaba waantahef hinsaamsin.
👍Du'uuf kuusaa kitaaba kana baatte hinkaadhimamin
Kanaf,waarshaa kitaaba oomishuu kana furtuu keetin bani.
👍Waaqayyoo Kuusaa Kana akka ofkeessa baasnuf Nu haagargaaru

.

@Mijuu_sammuu