Uffata isaa irratti, gudeeda isaa irrattis maqaan, βMootii moototaa, gooftaa gooftotaasβ jedhu caafamee jira*.
Mul'ata Yohannis 19:16
16 α₯ α αα₯α±α α αα αα α₯αα²α α¨αα α΅α α°α½ααα€
βα¨ααα₯α³α΅ ααα₯α α¨ααΆα½ αα³α’β
α«α₯α 19:16
16 α₯ And he hath on his vesture and on his thigh a name written, KING OF KINGS, AND LORD OF LORDS.
Revelation 19:16
Mul'ata Yohannis 19:16
16 α₯ α αα₯α±α α αα αα α₯αα²α α¨αα α΅α α°α½ααα€
βα¨ααα₯α³α΅ ααα₯α α¨ααΆα½ αα³α’β
α«α₯α 19:16
16 α₯ And he hath on his vesture and on his thigh a name written, KING OF KINGS, AND LORD OF LORDS.
Revelation 19:16
βInni garuu balleessaa keenyaaf in waraaname, sababii yakka keenyaafis reebamee in caccabsame; nuyi nagaa akka argannuuf inni in adabame, madaa'uu isaatiinis fayyinni nuuf in argame*;β
Macaafa Isaayaas Raajichaa 53:5
Macaafa Isaayaas Raajichaa 53:5
βααα αα α₯αα± α΅α αα°αααα½α α°ααα€ α΅α α α°αα½αα α°ααα€ α α₯αα± αα α¨αα°αα α
α£α΅ αα₯α α°αα α αα£ααα€ α α₯αα±α αα΅α α₯α α°ααα΅αα’β
α’α³αα«α΅ 53:5
α’α³αα«α΅ 53:5
β<<Garuu namni ana Waaqayyoon amanatu, ana duwwaattis kan of kennu, haa gammadu! Namni akkasii akka muka yaa'aa bishaanii qarqara dhaabamee, hidda isaa gara bishaaniitti yaafatuu ti; mukichi ho'i yommuu dhufu hin sodaatu, yeroo hundaa in lalisa, caamsaan isa hin yaaddessu, yeroo yeroottis ija in godhata*.β
Macaafa Ermiyaas Raajichaa 17:7-8 MACQUL
Macaafa Ermiyaas Raajichaa 17:7-8 MACQUL