Kanaafis amantiidhaan qajeelota erga taanee, gooftaa keenya Yesus Kristosiin Waaqayyo biratti nagaa qabna*.
Roomaa 5:1
እንግዲህ በእምነት ከጸደቅን በእግዚአብሔር ዘንድ በጌታችን በኢየሱስ ክርስቶስ ሰላምን እንያዝ፤
ወደ ሮሜ ሰዎች 05:1
Therefore being justified by faith, we have peace with God through our Lord Jesus Christ:
Romans 5:1
Roomaa 5:1
እንግዲህ በእምነት ከጸደቅን በእግዚአብሔር ዘንድ በጌታችን በኢየሱስ ክርስቶስ ሰላምን እንያዝ፤
ወደ ሮሜ ሰዎች 05:1
Therefore being justified by faith, we have peace with God through our Lord Jesus Christ:
Romans 5:1
Inni dhufu sun, “Kunoo, ani dafee nan dhufa, gatii isa ani adduma addaan akka hojii isaatiitti namaaf kennus fidee nan dhufa *.
Mul'ata Yohannis 22:12
Mul'ata Yohannis 22:12
Uffata isaa irratti, gudeeda isaa irrattis maqaan, “Mootii moototaa, gooftaa gooftotaas” jedhu caafamee jira*.
Mul'ata Yohannis 19:16
16 ፥ በልብሱና በጭኑ ላይ እንዲህ የሚል ስም ተጽፏል፤
“የነገሥታት ንጉሥና የጌቶች ጌታ።”
ራእይ 19:16
16 ፥ And he hath on his vesture and on his thigh a name written, KING OF KINGS, AND LORD OF LORDS.
Revelation 19:16
Mul'ata Yohannis 19:16
16 ፥ በልብሱና በጭኑ ላይ እንዲህ የሚል ስም ተጽፏል፤
“የነገሥታት ንጉሥና የጌቶች ጌታ።”
ራእይ 19:16
16 ፥ And he hath on his vesture and on his thigh a name written, KING OF KINGS, AND LORD OF LORDS.
Revelation 19:16
”Inni garuu balleessaa keenyaaf in waraaname, sababii yakka keenyaafis reebamee in caccabsame; nuyi nagaa akka argannuuf inni in adabame, madaa'uu isaatiinis fayyinni nuuf in argame*;“
Macaafa Isaayaas Raajichaa 53:5
Macaafa Isaayaas Raajichaa 53:5
”ነገር ግን እርሱ ስለ መተላለፋችን ተወጋ፤ ስለ በደላችንም ደቀቀ፤ በእርሱ ላይ የወደቀው ቅጣት ለእኛ ሰላም አመጣልን፤ በእርሱም ቍስል እኛ ተፈወስን።“
ኢሳይያስ 53:5
ኢሳይያስ 53:5
“<<Garuu namni ana Waaqayyoon amanatu, ana duwwaattis kan of kennu, haa gammadu! Namni akkasii akka muka yaa'aa bishaanii qarqara dhaabamee, hidda isaa gara bishaaniitti yaafatuu ti; mukichi ho'i yommuu dhufu hin sodaatu, yeroo hundaa in lalisa, caamsaan isa hin yaaddessu, yeroo yeroottis ija in godhata*.”
Macaafa Ermiyaas Raajichaa 17:7-8 MACQUL
Macaafa Ermiyaas Raajichaa 17:7-8 MACQUL