M Graphics
109 subscribers
134 photos
1 file
9 links
🎩
😆
👕
God is 1st DeSiGnEr we are 👖from 👈him
We make ur life InDesiGn 👢
Contact us @MoaaFd
http://telegram.me/Mohaa_Prom_bot
+251912765739
Download Telegram
Hafuurichi isin fudhattan hafuura ilmummaatti guddifamuu ti malee, hafuura garbummaa isa sodaa jalatti isin deebisu miti; hafuura kanaanis, “Abbaa keenya” jennee Waaqayyoon in waammanna*.
Roomaa 8:15

እንደ ገና የፍርሀት ባሪያ የሚያደርጋችሁን መንፈስ ሳይሆን፣ “አባ፣ አባት” ብለን የምንጠራበትን የልጅነት መንፈስ ተቀብላችኋልና፤
ሮሜ 8:15

For ye have not received the spirit of bondage again to fear; but ye have received the Spirit of adoption, whereby we cry, Abba, Father.
Romans 8:15
Kanaafis amantiidhaan qajeelota erga taanee, gooftaa keenya Yesus Kristosiin Waaqayyo biratti nagaa qabna*.
Roomaa 5:1

እንግዲህ በእምነት ከጸደቅን በእግዚአብሔር ዘንድ በጌታችን በኢየሱስ ክርስቶስ ሰላምን እንያዝ፤

ወደ ሮሜ ሰዎች 05:1

Therefore being justified by faith, we have peace with God through our Lord Jesus Christ:
Romans 5:1
Inni dhufu sun, “Kunoo, ani dafee nan dhufa, gatii isa ani adduma addaan akka hojii isaatiitti namaaf kennus fidee nan dhufa *.
Mul'ata Yohannis 22:12
Uffata isaa irratti, gudeeda isaa irrattis maqaan, “Mootii moototaa, gooftaa gooftotaas” jedhu caafamee jira*.
Mul'ata Yohannis 19:16

16 ፥ በልብሱና በጭኑ ላይ እንዲህ የሚል ስም ተጽፏል፤
“የነገሥታት ንጉሥና የጌቶች ጌታ።”
ራእይ 19:16

16 ፥ And he hath on his vesture and on his thigh a name written, KING OF KINGS, AND LORD OF LORDS.
Revelation 19:16
”Inni garuu balleessaa keenyaaf in waraaname, sababii yakka keenyaafis reebamee in caccabsame; nuyi nagaa akka argannuuf inni in adabame, madaa'uu isaatiinis fayyinni nuuf in argame*;“
Macaafa Isaayaas Raajichaa 53:5
”ነገር ግን እርሱ ስለ መተላለፋችን ተወጋ፤ ስለ በደላችንም ደቀቀ፤ በእርሱ ላይ የወደቀው ቅጣት ለእኛ ሰላም አመጣልን፤ በእርሱም ቍስል እኛ ተፈወስን።“
ኢሳይያስ 53:5