M Graphics
109 subscribers
134 photos
1 file
9 links
🎩
😆
👕
God is 1st DeSiGnEr we are 👖from 👈him
We make ur life InDesiGn 👢
Contact us @MoaaFd
http://telegram.me/Mohaa_Prom_bot
+251912765739
Download Telegram
Sababii Gammachuu kenyaa Goftaa Qofa!
የደስታችን ምክንያት ጌታ ብቻ ነው!!!
Waaqayyo tiksee koo ti!
እግዚአብሔር እረኛዬ ነው!
Waaqayyotti gammachuu qabaadhu! Inni immoo kadhata garaa kee siif in kenna*.
Macaafa Faarfannaa 37:4
Yesus, “Tikseen gaariin ana, tikseen gaariin lubbuu isaa hoolotaaf in kenna *.
Wangeela Yohannis 10:11

“መልካም እረኛ እኔ ነኝ፤ መልካም እረኛ ሕይወቱን ስለ በጎቹ አሳልፎ ይሰጣል፤
ዮሐንስ 10:11
Hafuurichi isin fudhattan hafuura ilmummaatti guddifamuu ti malee, hafuura garbummaa isa sodaa jalatti isin deebisu miti; hafuura kanaanis, “Abbaa keenya” jennee Waaqayyoon in waammanna*.
Roomaa 8:15

እንደ ገና የፍርሀት ባሪያ የሚያደርጋችሁን መንፈስ ሳይሆን፣ “አባ፣ አባት” ብለን የምንጠራበትን የልጅነት መንፈስ ተቀብላችኋልና፤
ሮሜ 8:15

For ye have not received the spirit of bondage again to fear; but ye have received the Spirit of adoption, whereby we cry, Abba, Father.
Romans 8:15
Kanaafis amantiidhaan qajeelota erga taanee, gooftaa keenya Yesus Kristosiin Waaqayyo biratti nagaa qabna*.
Roomaa 5:1

እንግዲህ በእምነት ከጸደቅን በእግዚአብሔር ዘንድ በጌታችን በኢየሱስ ክርስቶስ ሰላምን እንያዝ፤

ወደ ሮሜ ሰዎች 05:1

Therefore being justified by faith, we have peace with God through our Lord Jesus Christ:
Romans 5:1
Inni dhufu sun, “Kunoo, ani dafee nan dhufa, gatii isa ani adduma addaan akka hojii isaatiitti namaaf kennus fidee nan dhufa *.
Mul'ata Yohannis 22:12